Forwarded from Daniel daba🇱🇷
The devastation visited upon by the recent flood in the Bakkanniisaa suburb has become too overwhelming for the MKY Evangelical Church whose Seminary compound and other properties have been severely damaged. The flood had caused several deaths and a great deal of devastation to the people living in the neighborhood. MKY is making a call for urgent support from faith communities and beyond from across the globe.
#Oduu_Ijoo_Oolmaa_Finfinnee
----------
Kaleessa miseensota PP tu haala yeroorratti marii irra oole. Harra immoo hojjetaa mootummaa naannoo Oromiyaa akka marisisaniif ooggantootii fi miseensiti pp dirqama fudhatanii dhufan. Dubbiin ijoo akka itti aanuutti dhiyaate jira obsaan dubbisaa.
-------
Harra ganama sa'a 3:00 irraa eegalee Biirooleen Naannoo Oromiyaa baayyinaan 56 ta'an keessatti PP hojjetoota walitti qabdee dhaadataa fi duubbii sobaa facaasaa oolte jirti.
✓ Nama Shaneefi juuntaa deggeru maqaa isaanii dabarsaa nu kennaa jedheeraa mootummaan jechuun hojjetaa soddachiisaa olaaniru.
✓ Mootummaan juuntaa hinjifataa jira.
✓ Sooshal miidiyaa hin ilaalinaa hin sobdi.
✓ "ABO shaneefi juuntaan diina Oromooti."
Lakki! isaan kun diina cunqursaati. Diinaa ahaadaawwiiti. Diina warra risti asmalaashiiti
✓ "Hacaaluu fi Nadhii shaneetu ajjeese" jechuun dhugaa sabni ballaan beeku ifatti awwaaluuf carraaqaa oolan.
Warra kana balbaloomsuuf dhaamsi koo, kijibanii buddeen nyaachuurra dhugaa dubbatanii udaan nyaachuu wayya. Gaafatama seeraafi seenaa jalaa hin baatan.
✓ "ABO fi Juuntaan duruma tokko, biyyaa kana diiguuf waliin hojjetaa turanii amma ifa godhatan jedhu."
Eegaa kanneen duruma tokko eega ta'anii; OPDO fi juuntaan maal walii turanii?
PPn kan ODP> OPDO> TPLF> kan Shaabiyaa tahuu akkamiin dagannaa?
ABO fi Juuntaan sagantaan isaanii duruma tokkuma.
ABO:
=====
✓ "Biyyi Itoophiyaa impaayera humnaan ijaaramte waan taheef diigamu qabdi."
Miniliik Oromoofi saba biraa harka muree, harma muree humna qawween cabsee biyya amaaraaf tahu ijaaruun isaa sobaa, yaa sabaa?
✓ "Oromiyaan biyya walaba tahuu qabdi" marree yoo harree tahee malee, sabni walabummaa fi bilisummaa jibbu addunyaa kanarra jiramoo?
✓ "Gaaffii eenyummaa kaasa jedha fi kkf." Ishoo baga! Eeyyee waan dansa. Afaan koo, aadaan koo, namummaan koo naaf haa kabajamuu jechuun cubbuu qabaaree sabakoo?
TPLF:
✓ Biyyaa Tigiree walaboomte ijaaruu qabna.
✓ Sabni Tigiree Amaaraan gabiroomeera. Lafti irraa fudhatameera. ✓ Tigreen olaantummaa amaaraa jala bulu hin qabu kkf jedhu
Maayiirratti ergaan darbei:
✓ Namni Kiiloo 40 ol tahe hunduu leenjii loltummaa fudhachuu qabdu. Kan fedhii qabdan immoo raayyaa ittisa biyyaatti makamaa dhaqaa waraanaa.
✓ Dhiiga RIB arjoomu qabdu.
✓ RI Biyyaaf mindaa qofa kennuun gahaa miti. Galaa qopheessu qabduu fi kkf.
Waanni guddaan hunduu soba isaanii beekee jira waan ta'eef namni gaaffii gaafateefi deebii kennuuf hin jiru, turre. Caallisanii ilaalu. Hamma daaktu daaki, hamman nyaadhu natu beekaa tahe dubbichi. Walta'iinsi WBO fi TPLF mootummaa PP akka malee cinqee jira. Uummati WBO tti akka hin makamneef dursaanii afaan faajjii uumuuf dhidhitaa jiru. Kanaaf dhaabbiilee fi hayyoonni Oromoo afaan faajjii isaanii kana fasheelessuurratti cimsanii hojjechuu qabu. Summii isaan Oromoo gidduutti facaasaa jiran akka salphaatti ilaalamu hin qabu. Dammaqiinsi nama maraa tokkoo waan hin taaneef, akkuma kana duraa diigumsa uumuu danda'a. Horaa Bulaa! Barri Bara Bilisummaa keenya itti gonfannu haa tahu. Kufaatiin Abiyyii fi dhaabaa isaa PPf haa tahu! Haan jedhaa!
#Simbirtuubarii_Gola_Oromiyaa irraa

Forwarded from ESSA YUSUF
Forwarded from ESSA YUSUF
ነገ በኬሎ ሚዲያ የWBO ቃል አቀባይ ሆና የተመደበችው ወ/ሮ Najat Hamza አጠቃላይ ስለተጣለባት ሀላፊነት እና በተለያዩ ጉዳዮች ዙሪያ መግለጫ ትሰጣለች።
👉እንዳያመልጣችሁ ከወዲሁ እንድትከታተሉ እንጋብዛለን
👉እንዳያመልጣችሁ ከወዲሁ እንድትከታተሉ እንጋብዛለን
WORLD OROMO CONGRESS. Follow us at:
https://www.worldoromocongress.org
https://www.worldoromocongress.org
World Oromo Congress (WOC), 18-19 September 2021!
Towards recovenanting. Towards an intergenerational commitment. To assert collective agency, reaffirm the longing for abbaa biyyummaa, and to keep the hope alive! Towards a restoration of trust abroad and of hope at home! Come and be part of history unfolding before (y)our eyes. WOC works!
#Hanga_Abbaa_Biyyummaatti!

Negotiation for what? To buy some more time in order to exterminate a few more people? This is not a negotiation sought in good faith. No!
#Abiy_is_the_past!
https://www.bloomberg.com/news/articles/2021-08-20/ethiopia-plans-national-dialog-in-bid-to-defuse-tensions

Bloomberg
Ethiopia Plans National Dialog in Bid to Defuse Tensions
Ethiopia will begin holding a national dialog in September to address grievances that have undermined stability in the Horn of Africa nation, Prime Minister Abiy Ahmed’s office said.
Rescue Mission + Arrest of Genociders
=============
I think OLA and TDF must set up two Special Force entities whose exclusive mission will focus on:
1. Rescuing and protecting political prisoners and other civilian detainees;
2. Searching, hounding, and apprehending of PP Criminals (and their associates) who perpetrated atrocities.
The first team's mission ought to be securing the safety of the Oromo political leaders in prison and the thousands of Tigrayan military officers and civilians in known and unknown detention centers in Oromia and beyond.
The second team's work requires intensive collaboration with the communities to identify PP criminals and their associates.
Both groups need to start a thorough-going preparation so that they can act as fast as they can.
#Abiy_Ahmed_is_the_past!

Forwarded from KMN (Habtamu T Gemechu)
በኦሮሚያ ክልል ምስራቅ ሸዋ ዞን ከአማራ ክልል የሚዋሰኑ የከረዩ ኦሮሞዎች ላይ በአማራ ክልል የተከፈተዉ ጦርነት አሁን ከፍተኛ ዉጊያ እያስተናገደ ይገኛል። የከረዩ ኦሮሞዎች ድንበራቸዉን ለማስከበር ባደረጉት ከባድ ዉጊያም የወራሪዉ ሀይል እግሬ አዉጪኝ ብሎ እየሸሸ ይገኛል።