Forwarded from KMN
#StopBombingOromia
"Mootummaan faashistui Abiyyi Ahmad Harargee Lixaa Aanaa Gunbii bordoddee guyya har'aa iddoo lagaa cirraa, Gaara hayyuu, addeelle bakkoota kana hunda dironiidhan haleela oole hangaa ammaatti wanti miidhame addan hin baane" የአብይ ፋሽስት መንግስት በኦሮሚያ ምዕራብ ሀረርጌ ዞን ጉሙ ቦርዶዶ ወረዳ ለገ ጪራ,ጋረ ሀዩ,አዴሌ የተባሉ ቦታዎችን በድሮን ሳደበድብ የዋለ ሲሆን የደረሰዉ ጉዳት እስካሁን አልታወቀም።

Of-Eeggannoo❗️❗️
Mootummaan Faashitii Abiy Ahmed Ali loltoota isaa mallayyoo didiimaa Uffatan konkolaataa TATA 35 fi Oraalii waraanaa 15 gara dhiha Oromiyaa fi Lixa shawaatti ergee jira. Oraaliiwwan sharaadhan haguugamanii kan jiran yoo ta'u boba'aa fe'anii akka jiranis himameera. Kanaafuu of-Eeggannoo cimaa gochuudhan gara isaan adeeman odeeffannio W3Bo naannoo naannawa kanneen jiraniif akka dheertan.
Sirni Abiyyi kufaa jiru kun Oromoorratti waraana ijibaataa labsee jabeessee itti fufaa waan jiruuf Ummanni keenya qabsaawota isaa waliin qindoomina tolfatee weerartuu achi seente akka hin baane odeeffannoo hatattamaan waliif akka dabarsitan Qeerronis waan gootan sinuu beektu.
35 TATA እና 15 ወታደራዊ ኦራል ተሽከርካሪዎች ወደ ምዕራብ ኦሮሚያ ቀይ ቦኔት ለባሽ ወታደሮችን ጭነዉ እየተጓዙ ናቸዉ ህብረተሰቡ አስፈላጊውን ጥንቃቄ ያድርግ። መረጃዎችን ለ ኦነሠ ይስጥ።
#OROMIYAAN_BIYYA❗️

The one thing we should not give a genocider is time. More time means more mass murder. That's why Abiy must be stopped. NOW!
#Abiy_is_a_genocider! #Stop_Abiy! #Stop_the_war! #Stop_the_siege!

Anyone who can read this document can immediately see how (and why) Abiy is not committed to a genuine dialog or peace. #Abiy_Ahmed_is_a_terrorist!