Tsegaye R Ararssa
15.6K subscribers
1.73K photos
256 videos
164 files
2.62K links
TA
Download Telegram
Pre-empting Abiy's fake peace plan, which is necessitated by the inability to fight the war any longer and is designed to depuct its opponents as war-mongering forces, is the imperative of the time. And that's done.
Forwarded from KMN
#Oduu injifannoo WBO zoonii bahaa
WBO zoonii baha keessa sosso'u guyyaa kaleessaa Dec. 20/2021 galgala saatii 6:00 pm irraa eegalee hanga ganama saatii 12:00 tti baha oromiyaa ona dirree dhawaa araddaa lagadool bakka addaa ganda baddannoo fi gabiibdaatti jedhamutti lola marroo lama gaggeesseen injifannoo boonsaa galmessuun humna diina irraa 7 battalumatti ajjeesee 9 madoo taasisuun meeshaalee waraana kilaashi Akm 8 ,nyororroo girnoov 1 fi telegrami tuuriyaa tokko irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa oromoof galii taasisee jira
Injifannoon ummata oromoof
Forwarded from KMN
Forwarded from KMN
ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA
21/12/2021

Irree fi gaachanni ummata oromoo kan ta'ee wbo,n zoonii kibbaa cibiraan gumaa baasi Tuulaa surroo koonyaa, gujii lixaa keessa socho'u , Aanaa galaanaa ganda dhamee jedhamutti humna waraanaa faashistii Abiy ahmad ummata oromoo dararaa deemu ,irrattii tarkaanffi laalessaa fudhateen nama 22 ol yoo ajjesuu ,nama 13 kan ta'u immoo madoon adabeera.lola sa'a lama ol gaggeffamen humni waloo birmannaa pp.f jecha daangaa oromiyaa seenee wbo loluuf naannoo bulchinsa ummata kibbaa irraa dhufee humni addaa saba geedoo namni kudhani ol du'era.Ajajaan dhibbaa humna addaa oromiyaa aanaaODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA
21/12/2021

Irree fi gaachanni ummata oromoo kan ta'ee wbo,n zoonii kibbaa cibiraan gumaa baasi Tuulaa surroo koonyaa, gujii lixaa keessa socho'u , Aanaa galaanaa ganda dhamee jedhamutti humna waraanaa faashistii Abiy ahmad ummata oromoo dararaa deemu ,irrattii tarkaanffi laalessaa fudhateen nama 22 ol yoo ajjesuu ,nama 13 kan ta'u immoo madoon adabeera.lola sa'a lama ol gaggeffamen humni waloo birmannaa pp.f jecha daangaa oromiyaa seenee wbo loluuf naannoo bulchinsa ummata kibbaa irraa dhufee humni addaa saba Geedoo namni kudhanii ol du'aan adabamaniiru. Ajajaan dhibbaa humna addaa oromiyaa aanaa Galaanaas du'eera.


Injifannoon uummata Oromoof!


IUOF ! !
The mysterious death of a human rights lawyer during political turmoil in Ethiopia : NPR
https://www.npr.org/2021/12/21/1066493372/the-mysterious-death-of-a-human-rights-lawyer-during-political-turmoil-in-ethiop
Your parents' martyrdom does not automatically make you a hero. Nor can it authorize you to say anything you want and get away with it-- especially when your siblings and other relatives are collaborators operating straight from the palace.
#ToTheCluelessButConceitedBrat!
The mysterious death of Abduljebar Hussein (Jabbo), a human rights lawyer during political turmoil in Ethiopia : NPR

https://www.npr.org/2021/12/21/1066493372/the-mysterious-death-of-a-human-rights-lawyer-during-political-turmoil-in-ethiop
Newshour - Tigrayan commander: Withdrawal 'to give peace a chance' - BBC Sounds
https://www.bbc.co.uk/sounds/play/w172xv5hwmpgkvq