Habiibi kiyya Alhamdulillah naaf jedhi rabbii eega waa hunddaati asiin si gaheef
Mashaa Allah Ammaas maashaa Allaah
ุจุงุฑู ุงููู ููู ุง ูุจุงุฑู ุนูููู ุง ูุฌู ุน ุจูููู ุง ูู ุฎูุฑ
๐น๐น#mabruk_mabruk_alfa_mabruk๐ฅ๐ฅ๐ท๐ท
โ๏ธ๐#Baga Gammanne Baga Gammadde obboleysa kiyya Dhugomsa Ibrahim ๐๐๐๐ fi obboleeytii teenya #Saafiya Ibrahim
โ๏ธโ๏ธ#Horaa Bulaa Deebanaaโ๏ธ๐๐๐
๐บ๐บ#Waliin Umrii dheeradhaaโ๏ธ๐๐๐
๐๐#Arrii filadhaa๐๐??๐
????#Caayaa_Rakkataa_ta'a #Bal'adhaa๐ท๐ท

๐1๐1
The 13 principales to think and grow rich
Ulaagaalee 13 guddina keenyaaf nu barbaachisa
#Dharraa (Desire): A burning desire and clear vision of what you want to achieve.Amantii (Faith): Belief and absolute trust that you will reach your goals.
*#Sammuu Leenjisuu (Auto-Suggestion): Using self-talk to train your subconscious mind for success.
*#Beekumsa Addaa (Specialized Knowledge): Acquiring or leveraging deep knowledge in your specific field.
*#yaada ilaalcha kalaqaa (Imagination): Visualizing and creating ideas that build wealth.
*#Karoora Qindaa'aa (Organized Planning): Designing practical, actionable steps to realize your goals.
*#Murtee (Decision Making): Taking massive action and making firm decisions without hesitation.
*#Kutannoo (Persistence): The unwavering willpower to push through failures and obstacles.
*#Humna Gamtaadhan Hojjachuu (Power of the Mastermind): Surrounding yourself with a supportive, like-minded team.
*#Yaada-Qalbii Duubee (The Subconscious Mind): Channeling positive thoughts and neutralizing negative emotions.
*#Sammuu fi Qaama Miiraa 6ffaa (The Brain & The Sixth Sense):
#Iskander beyan media of eeggannuun

ุงูููุช ุฃุดุฏ ู
ู ุงูู
ูุช
"Yeroon duโa caalaa cimaadha."
Sababni isaa, duuti yeroo tokko qofaan nama irraa adda baasa; yeroon garuu guyyaa guyyaan umrii keenya irraa hirโifamaa jira.
โ Hardhi yoo darbe, โdarbeโ jedhama; deebiโee hin dhufu.
Daqiiqaan tokkoon tokkoon fi sekondiin tokkoon tokkoon umrii keenya irraa hirโifamaa jiru.
๐ Yeroo kolfuun hin malletti yoo kolfite
๐ข Yeroo kolfuun malu keessatti boocha.
๐ Yeroo kee sirnaan itti fayyadami.
๐ Karoora yeroo kee ittiin bulchitu mataa keetiif baafadhu.
โ๏ธ By Iskuu Beyan

Ergaa
#SOOMA_AASHUURAA
Guyyaan Boruu Guyyaa 9ffaa Aashuuraati.
๐น Aashuuraan guyyaa 10ffaa ji'a Muharram keessaa kan dhufuudha Innis Guyyaa Kamisaatti.
๐น #Sababni_soomamuuf:
Rabbiin Nabi Muusaa (AS) fi ummata isaanii diina isaanii Fir'ana Faa irraa baraaree, Fir'oonii fi hordoftoonni isaa immoo galaan keessatti Halaakaman.
Kanaaf Nabi Muusaan (AS) galata Rabbiin Isaan tiksee Isaaan Moosiseef jechuun soomn.
Nabiin keenya Nabi Muhammad (S.A.W) illee Soomanii Akka Soomnu nu ajajan.
Isaan Gaafa Guyyaa 10ffaa Soomanii Yahuudaa Faallessuuf Waggaa Dhufu Yoo gaheef Gaafa 9ffaas itti Dabaladha Jedhan.
๐น #Sadarkaa_isaa:
Sooma guyyaa 9ffaa fi 10ffaa walitti aansuun soomuun irra caalaa fi Jaalatamaadha.
Yoo hin dandeennee guyyaa 10ffaa qofa soomuun ni danda'ama.
Namni sooma Aashuuraa soome cubbuun waggaa darbee isaaf irra darbama jechuun hadiisni ibsa.
"Soomni guyyaa Aashuuraa cubbuu waggaa darbe irraa araarama argamsiisa."
Rabbiin nu haa milkeessu. Aamiin.
By #Iskuu beyan

โค2
Carraa kana itti fayyadamaa...
โญ๏ธ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira
โ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
๐ต Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
๐ฑFageenyarraa taaโanii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
๐ณโโ๏ธ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa taโe kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
๐Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.
๐ Warra milkaaโaniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
๐ Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar
โณ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.
Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata :
Kitaabaan (PDF).
Viidiyoodhaan.
Sagaleedhaan.
Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu.
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Carraa addaati, itti fayyadamaa.
Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.

Telegram
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
๐ Qajeelfamoota Qur'aanaa 6 Kan Miidiyaa Hawaasummaa akka itti fayyadamnu nu barsiisan..
Miidiyaan hawaasummaa iddoo itti Akhlaaqa dhugaati fi amantiin keenya itti madaalamuudha. Qur'aanni akkamiin akka itti fayyadamnu nuuf ibsa:
1. Ragaa Malee Hin Dubbatin!
Yoo mirkaneeffannaa fi ragaa qoratame hin qabaatin, waan argite hunda share gochuu fi jalatti barreessuu irraa fagaadhu.
Ragaa : {ููููุง ุชููููู ู ูุง ููููุณู ูููู ุจููู ุนูููู ู}
"Wanta beekumsa sirrii itti hin qabne duukaa hin bu'in."
2.Yeroo Namni Tokko yaada isaa dhiheeyfate yaada isaatiin mormi Malee Namticha Hin Arrabasin!
Yoo namni tokko yaada isaa dhiheeyse, yaada isaa ragaadhaan mormi malee eenyummaa fi jireenya isaa dhuunfaatin isa hin tuffatin.
Ragaa: {ูููู ููุงุชููุง ุจูุฑูููุงููููู ู ุฅูู ูููุชูู ู ุตูุงุฏูููููู}
"Yoo kan dhugaa dubbattan taate, ragaa keessan fidaa jaโiin."
3. Yeroo hunda haqaa Wajjin Dhaabadhu yaada keetillee faalleysu..
Gariin namootaa wal-falmii irratti sababa gosaa, firummaa ykn faayidaaf jaโanii yaada dogoggora deeggaru.
Ati garuu karaa haqaatiin deemuf murteessi.
Ragaa: {ููููููุง ูููููุงู ูููู ุจูุงููููุณูุทู ุดูููุฏูุงุกู ููููููู ูููููู ุนูููููฐ ุฃููููุณูููู ู}
"Haqummaan dhaabadhaa, Rabbiif ragaa ba'aa; lubbuu keessan irrattillee yoo ta'e."
4. Jecha Namaa Karaa Gaariin Hubadhu
Yoo barreffamni ykn jechi tokko hiika gaarii fi hiika fokkotaa gidduutti deeme, yoo dandahame yaada itti tolii isaaf hiiki daftee isa shakkuu fi jallinatti hin yaadin.
Ragaa: {ุงุฌูุชูููุจููุง ููุซููุฑูุง ู ูููู ุงูุธููููู ุฅูููู ุจูุนูุถู ุงูุธููููู ุฅูุซูู ู}
"Yaa warra amantan! Hedduu seehaa (mamii) irraa fagaadhaa; gariin seehaa diliidha."
5. Wal-falmii Faayidaa Hin Qabne Irraa Garagali
Namoota barumsa hin barbaadne, kanneen falmii fi abaarsa qofaaf comment barreessan wajjin yeroo kee hin guban; bira darbi.
Ragaa : {ููุฃูุนูุฑูุถู ุนููู ุงููุฌูุงููููููู}
"Wallaaltota (warra hubannaa hin qabne) irraahis garagali."
6. Yoo yaada kee namaaf dhiheeysitu karaa bareedaa Taheen dhiheeysi.
Yoo yaada kee ibsitu fi namootaan deemtu, jechoota qajeelaa, salphaa fi kabaja qaban qofaatti fayyadami.
Ragaa : {ูููู ูููุนูุจูุงุฏูู ููููููููุง ุงูููุชูู ูููู ุฃูุญูุณููู}
"Gabroottan kiyyaan jedhi: 'Ishee hunda caalaa gaarii fi miidhagduu taate haa dubbatan
By #Iskander beyan

๐ GLOBALIZATION FI BARNOOTA HAARAA
Har'a Baradhu, Bor Addunyaa Dorgomi!
Addunyaan Jijjiiramaa Jira!
Har'a addunyaan saffisaan gara Globalizationtti ce'aa jirti. Teeknooloojiin, saayinsiin, daldalli fi odeeffannoon daangaa biyyootaa ce'anii walitti hidhamiinsa cimaa uumaniiru. Haalli kun carraa haaraa uumuun isaa akkuma jiru, dorgommii cimaas fida.
Kanaaf, namni har'a milkaa'uu barbaadu beekumsa isaa yeroo yerootti haaromsuu, dandeettii haaraa horachuu fi jijjiirama addunyaa waliin tarkaanfachuu qaba.
๐ Maaliif Barnoota Haaraa Barachuun Barbaachisaa?
โ Beekumsa kee ni haaromsa.
โ Dandeettii hojii fi ogummaa kee ni guddisa.
โ Ofitti amanamummaa ni cimsata.
โ Rakkoo hiikuu fi kalaqa uumuu si gargaara.
โ Carraa hojii bal'aa siif bana.
โ Sadarkaa biyyaalessaa fi addunyaatti dorgomaa si taasisa.
๐ก Har'a Maal Gochuu Qabda?
- Koorsii haaraa tokko jalqabi.
- Afaan haaraa tokko baradhu.
- Dandeettii dijitaalaa (Digital Skills) horadhu.
- Kitaabota fi barruulee dubbisi.
- Leenjii ogummaa fi muuxannoo hojii irratti hirmaadhu.
- Yeroo kee sirnaan bulchi.
๐ฏ Kaayyoon Kee Maal Ta'uu Qaba?
Kaayyoon kee hojii eeggachuu qofa osoo hin taane, beekumsa, ogummaa fi kalaqa fayyadamuun hojii uumuu, hawaasa tajaajiluu fi addunyaa irratti dorgomuu ta'uu qaba.
๐ Ergaa Kaka'umsaa
ยซ"Har'a of irratti invast godhi; baradhu, guddadhu, of jijjiiri. Bor hojii barbaaddataa qofa osoo hin taane, hojii uumaa fi addunyaa irratti dorgomaa ta'i."ยป
"Learning Today, Leading Tomorrow."

๏ทฝ
{ุฅูู ุงูููู ูู ูุงุฆูุชููู ููุตูููููููู ุนูู ุงููุจู
ูุง ุฃููุง ุงูุฐูู ุขู ููุง ุตูููููุง ุนููู ูุณูููู ููุง ุชุณููู ุง}
ูุงู ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ :-
ยซุฃูุซุฑูุง ู ู ุงูุตูุงุฉ ุนููู ูููุฉ ุงูุฌู ุนุฉ ูููู ุงูุฌู ุนุฉ
ูุฅู ุตูุงุชูู ู ุนุฑูุถุฉ ุนูููยป.
ุงูููู ุตู ูุณูู ุนู ูุจููุง ู ุญู ุฏ๏ทบ

ุฒุฏ ุงููุจู ุตูุงุฉ

Bilbilli harkaa (Mobile) humna guddaa qaba; bu'aan isaa salphifamuu hin qabu, balaa isaas xiqqeessamuun hin ta'u.๐ฑ
Inni:
โ๏ธ Bilbila mana (landline) ajjeesse.
๐บTeleviziyoona ajjeesse.
๐ปKoompitara ajjeesse.
โSa'aatii harkaa ajjeesse.
๐ท Kaameeraa ajjeesse.
๐ปRaadiyoo ajjeesse.
๐ฆIfa harkaa (torch) ajjeesse.
๐ชDaawwitii ajjeesse.
๐Gaazexaa, maxxansa fi kitaabota hedduu ajjeesse.
๐Boorsaa maallaqaa ajjeesse.
๐๏ธ Kaalandarii fi yaadannoo (memo) ajjeesse.
๐ณ Kaardii baankii (ATM card) ajjeesse.
๐ Gaa'ela hedduu ajjeesse.
๐จโ๐ฉโ๐งโ๐ฆ Maatii hedduu bittinneessuuun Jaalalaa fi walii-galtee maatii ajjeesse. ๐
๐ Fedhii barattootaa barachuuf qaban dadhabsiisee, karaa milkaa'inaa fi kaayyoo isaanii ajjeesse.

๐1
"Kulkula keessa kiyyaa"
"Keessa kootti dhalatee
Gubaa hidda fageeffate
Madaa dhiiga hin qabne
Kulkula natti hammaatee
Halkaan hirriibaa na kaasa
Guyyaa yaada na gubaa
Miira na keessa bulu
Kulkula keessoo jabaa
Madaan alaan mul'atu,
Qoricha argatee fayya
Kulkula gubaa keessoo
Rabbii koo Sumaanin fayya"
Salluu Alaa Rasuulillaah
Sallallaahu Aleehi wasallam
#ByIskuu
"Keessa kootti dhalatee
Gubaa hidda fageeffate
Madaa dhiiga hin qabne
Kulkula natti hammaatee
Halkaan hirriibaa na kaasa
Guyyaa yaada na gubaa
Miira na keessa bulu
Kulkula keessoo jabaa
Madaan alaan mul'atu,
Qoricha argatee fayya
Kulkula gubaa keessoo
Rabbii koo Sumaanin fayya"
Salluu Alaa Rasuulillaah
Sallallaahu Aleehi wasallam
#ByIskuu
๐1
โ๏ธBar Ajaa'ibaa !!
โ wanni Namni Dalagu waan Addaa -- wanni Rabbiin Dalagu waan Addaa !!
โ Numruud Nabi ibraahim Aleyhi assalaam Gubuuf ibiddatti darbe !
โ Rabbiin ibiddaa qabbana nagayaa godheefi !
โ Fir-owna Labsa baaseeti ilmaan biyyaa mara waan dhiira tahe Gataa ja'ee labsee ture !
โ Rabbiin muusaa Mana isaa kheysatti guddise !
โ Nabi iisaa Yahuudaan Ajjesuuf itti dhufan !
Rabbiin Jalaa ol baasee !
โ Qureyshiin Nabi mohamad Sa . Al .Ws . Ajjeesuuf mana marsan !
โ Rabbiin Jalaa baase !
โ Yahuudaan islaamaan balleeysa jattu ofii ishiitii baddi malee hin dandeessu !
โ Yaanama qalbiin fayyaa qabdu , kan waayaaddu , sammuu tee gaafadhu , Daandii haqaa barbaadi irratti of deebisi โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
โ Guyyaa jabaa tokko kan namni namaaf hin dirmanneetu nufuuldura jira โ๏ธ
โ Wanni Amma addunyaa keysa deemaa jiru Haqaa fii Sobaatu wal lolaa jira โ๏ธโ๏ธ
โ๏ธ Yaa Rabbi Daandii haqaa irratti nuqajeelchi ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒAamiin ๐คฒ๐คฒ

๏ดฟุฅูููู ุงูููููู ููู
ูููุงุฆูููุชููู ููุตููููููู ุนูููู ุงููููุจูููู ููุง ุฃููููููุง ุงูููุฐูููู ุขูู
ููููุง ุตูููููุง ุนููููููู ููุณููููู
ููุง ุชูุณููููู
ูุง๏ดพ
- Salawaata ergama rabbii ๏ทบ irraatti buusuun guyyoota biroo irraa Jum'aa irra jaalatamaadha, halkan isaalleen irra caala halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbii๏ทบ jedhan :
("ุฅู ู ู ุฃูุถู ุฃูุงู ูู ููู ุงูุฌู ุนุฉ ูุฃูุซุฑูุง ุนูููู ู ู ุงูุตูุงุฉ ููู")
ยซIrraa caalaan guyyoota keessanii guyyaa jum'aatii, Guyyaa jum'aa jeessa salawaata narratti buusuu heddemmeessaa
ุงูููู ูู ุตูููู ููุณูููููููู ู ููุจูุงุฑูู ุนูู ูุจููุง ู ูุญู ููุฏ ูุนูู ุขูู ูุตุญุจู ูุณูู ุชุณููู ุงู ูุซูุฑุงู.

Faayidaa Fuudhuun/Heerumuun qabdu.
#share godhaa singiloota hunda biraan naaf gahaa.
Yaa dargaggoo fuudhaa,
Yaa Shamarran heerumaa.
โ๏ธ Fuudhuun/Heerumuun faayidaa guddaadha qabdi.
Walakkaa Iimaanaa namaaf guutti.
Fuudhuun badii hedduu irraa nama eega.
Rasuulli SAW "Namni fuudhe walakkaa amantii isaa guuttate" je'e. Al-Bayhaqi
Fuudhuun karaa Rabbiittiin dhihaatan keeysaa isa guddaa dha.
Ija gadi qabachuu fi qaama saalaa Tiiyfachuuf Nama gargaara.
Nabiyyiin ๏ทบ akkana je'e:
"Yaa jama'aa dargaggootaa! Isinirraa namni danda'u haa fuudhuu; fuudhuun ija gadi qaba, qaama saalaas ni tiiysa." Bukhaarii fi Muslim
Kanaafuu fuudhuun qaama saalaa kee zinaa irraa ni baraara.
Akkasumaas Akka ati ija ๐๏ธ hin faffacaafneef si gargaara.
Tasgabbii fi boqonnaa qalbii argamsiisa.
Haadha manaa ykn abbaa manaa gaarii argachuun qananii addunyaa keessaa isa guddaa dha.
Allaahaan(SW) akkana je'e;
๏ดฟููู ููู ุขููุงุชููู ุฃููู ุฎููููู ููููู ู ูููู ุฃูููููุณูููู ู ุฃูุฒูููุงุฌูุง ูููุชูุณููููููุง ุฅูููููููุง๏ดพ
"Mallattoolee Isaa irraahi, akka gara isaanii boqottaniif lubbuma teeysan irraa haadholee manaa isiniif uumuun." Ar-Ruum 30:21
Tasgabbiin dhugaan qabeenya qofaan osoo hin taane maatii gaarii qabaachuuni.
Namni hin fuudhin yoomiyyuu tasgabbii argachuu hin danda'u, tasgabbiin jiraachuu yoo barbaadde fuudhi bro kiyya.โค๏ธ
Jaalalaa fi Rahmata Argamsiisa.
Bultiin jaalala qofa osoo hin taane rahmataa fi araaraan ijaaramuu qabdi.
Rabbiin guddaan akkana je'e:
๏ดฟููุฌูุนููู ุจูููููููู ู ููููุฏููุฉู ููุฑูุญูู ูุฉู๏ดพ
"Jidduu keeysanitti jaalalaa fi rahmata godhe." Ar-Ruum 30:21
โ๏ธ Yeroo dadhabbii, dhibee, fi yeroo rakkoo Rahmata waliif godhuudhaani gammachuun wajjin jiraachuun argama.
Ummata Nabiyyii keenyaa ๏ทบ baay'isa.
Ergamaan ๏ทบ ummanni isaa baayyachuu akka fadhu dubbatee jira;
"Dubartii jaalatamtu, tan ilmaan hedduu deessu fuudhaa; ani Guyyaa Qiyaamaa baay'ina keeysaniin boonadha." Abu Dawud, Nasa'i.
โ๏ธ. Fuudhuun ummata Islaamaa akka jabeeysu fi dubartii umriin isii hin deemin tan ilmaan hedduu namaaf hortu fuudhuun jaalatamaa akka tahe hadiisa kanarraa fudhachuu ni dandeenya.
Rabbiin Rizqii namaaf ballisa.
Namoonni hedduun hiyyummaa sodaatanii fuudha dhiisu.
Garuu Rabbiin (SW) Qur'aana isaa keeysatti akkana ja'a.
๏ดฟุฅูู ููููููููุง ููููุฑูุงุกู ููุบูููููู ู ุงูููููู ู ูู ููุถููููู๏ดพ
"Yoo hiyyeeyyii ta'anis Rabbiin tola Isaa irraa isaan duroomsa." An-Nuur 24:32
๐Rizqiin harka Rabbii jirti, miskiinummaa sodaaf fuudha hin dhiisin, kunoo Rabbiin ballama siif seeneeti jiraa itti caphsi adeeroo.๐คฉ
Sunnaa Nabiyyii ๏ทบ hordofuudha.
Fuudhuun aadaa qofaa miti; Sunnaa Ergamaa Rabbiiti ๏ทบ.
Rasuulli SAW:
"Fuudhuun Sunnaa tiyya irraahi, namni Sunnaa koo irraa garagale ana irraa hin taane." Je'e.
Ibnu Maajah
Muslimni Sunnaa Nabiyyii isaa jaallatu ni hordofa, fuudhaas ni fuudha.
Ilmaan gaggaarii horatta.
Ilmi gaariin qananii addunyaa fi Aakhiraati.
Nabiin keenya SAW akkana ja'an;
"Namni yeroo du'e hojiin isaa hundi ni citti ( itti hin fuftu); sadaqaa jaariyaa, beekkumsa irraa fayyadaman, fi ilma gaarii isaaf du'aa'ii godhu malee." Sahiih Muslim
๐๏ธ Ilmi gaariin hojii kee erga ati duute boodallee itti fuftu, kuni faayidaa guddaa namni hundi itti haajamuudha.
Fuudhuun/Heerumuun sababoota jannata seenuu keeysaa tokko.
Ilmaan sirnaan guddisuun mindaa guddaa qaba.
Nabiyyiin SAW akkana ja'an
ยซู ููู ุนูุงูู ุฌูุงุฑูููุชููููู ุญูุชููู ุชูุจูููุบูุง ุฌูุงุกู ููููู ู ุงููููููุงู ูุฉู ุฃูููุง ูููููู ููููุงุชูููููยป
"Namni shamarran lama naamusaan guddisuun hanga guddatanitti kunuunse, Guyyaa Qiyaamaa ani fi inni akkana taana." Nabiyyiin ๏ทบ quba isaanii lamaan walitti maxxansan. Sahiih Muslim
Gaa'ela gaariin ijoollee gaarii guddisuuf karaa bana, kun immoo sawaaba guddaa fi ollummaa Nabiyyii ๏ทบ Jannata keeysatti argachuuf sababa taha.
Mee kana namni hin barbaanne numa jiraa yaa obboleeyyan kiyya?!

Maatii ofii irratti baasuun sadaqaa sadaqaa caaltu.
Namni maatii isaa Sooruuf, Uffisuuf, fi waan isaan barbaachisu isaaniin guutuuf baasii baasu mindaa guddaa argata.
Rasuulli SAW
"Diinaara baaste keeysaa kan mindaan isaa irra guddaa isa maatii kee irratti baastee dha." Sahiih Muslim
๐ Habibi Yoo niyyaa tolfattee Rabbii kee irratti hisaabbatte maatii kee nyaachisuuu fi kunuunsuun dirqama qofa osoo hin taane ibaadaa fi sadaqaa dha.
๐ผ. Hunda warra hin fuudhinii Rabbiin bultii halaal itti haa ijaaru. Aamiin
Barruun tan Nuur Al Quraan
Namni jalaa isiniif qoode:-
#ISKUU BEYANIโค๏ธ
Itti fufa..
Hiriyyoota keeysaniif #share godhaa. Jazakumullahu.