๐Ÿ“กTRUE INFORMATION ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ
110 subscribers
149 photos
6 videos
1 file
13 links
ูŠูŽุง ุฃูŽูŠู‘ูู‡ูŽุง ุงู„ู‘ูŽุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ุฅูู† ุฌูŽุงุกูŽูƒูู…ู’ ููŽุงุณูู‚ูŒ ุจูู†ูŽุจูŽุฅู ููŽุชูŽุจูŽูŠู‘ูŽู†ููˆุง ุฃูŽู† ุชูุตููŠุจููˆุง ู‚ูŽูˆู’ู…ู‹ุง ุจูุฌูŽู‡ูŽุงู„ูŽุฉู ููŽุชูุตู’ุจูุญููˆุง ุนูŽู„ูŽู‰ูฐ ู…ูŽุง ููŽุนูŽู„ู’ุชูู…ู’ ู†ูŽุงุฏูู…ููŠู†ูŽ
Download Telegram
ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰:
*๏ดฟูŠูŽุฎู’ุชูŽุตู‘ู ุจูุฑูŽุญู’ู…ูŽุชูู‡ู ู…ูŽู†ู’ ูŠูŽุดูŽุงุกู ูˆูŽุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฐููˆ ุงู„ู’ููŽุถู’ู„ู ุงู„ู’ุนูŽุธููŠู…ู๏ดพ*
[ุขู„ ุนู…ุฑุงู†: 74]

ุฃุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุนุธูŠู… ุฃู† ูŠุฎุชุตูƒู… ูˆูˆุงู„ุฏูŠูƒู… ูˆุฃู‡ู„ูŠูƒู… ูˆุฐุฑูŠุงุชูƒู… ูˆู…ู† ุชุญุจูˆู† *ุจุฑุญู…ุชู‡ ุงู„ูˆุงุณุนุฉ*ุŒ ูˆุฃู† ูŠุฌุนู„ ู„ูƒู… ู…ู† ูƒู„ ู‡ู…ู‘ู *ูุฑุฌู‹ุง*ุŒ ูˆู…ู† ูƒู„ ุถูŠู‚ู *ู…ุฎุฑุฌู‹ุง*ุŒ ูˆู…ู† ูƒู„ ุจู„ุงุกู *ุนุงููŠุฉ*ุŒ ูˆุฃู† ูŠุฑุฒู‚ูƒู… ู…ู† ุญูŠุซ ู„ุง ุชุญุชุณุจูˆู†ุŒ ูˆูŠู…ู„ุฃ ู‚ู„ูˆุจูƒู… *ุจุงู„ุฑุถุง ูˆุงู„ุณูƒูŠู†ุฉ*.
โ€‹Rabbal Alamiin (Inni Olta'e) akkana jedha:
โ€‹"Rahmata Isaatiin nama fedhe addaan baasee filata, inni abbaa qoodaa tola guddaati."
โ€” [Aal Imraan: 74]
Rabbiin keessan, isinii fi maatii keessan, sanyii (ijoollee) keessan, fi warra jaallattan hunda rahmata Isaa isa bal'aadhaan addaan baasee akka isin filatu; yaaddoo hunda irraa furmaata, dhiphina hunda irraa bahiinsa (karra), balaa fi gidiraa hundarraa ammoo fayyaa (afiyaa) akka isiniif godhu; bakka isin hin eegnee rizqii guddaasiniif haabuusu qalbii keessan jaalala isaatiin haafaayu tasgabbiidhaan istiqaamaa siniif haa kennu
๐Ÿ‘1
DUBARTII ISLAAMAA ATI BAR

โ˜† Hijaaba kee jalatti onnee addunyaa jijjiirtu qabda!

โ˜† Ati dhaloota gadi dhaabuuf kan filatamte haadha pirojektiiti.

โ˜† Guddinni kee Shari'aa kee keessa jira, addunyaan si haa barattu!

โ˜† Fakkeenyi kee Khadiijaa fi Aa'ishaadha, sadarkaan kee oli.

โ˜† Harka tokkoon daa'ima, harka kaaniin addunyaa oofuu dandeessa.

โ˜† Beekumsi kee amantii kee calaqqsiisa, hojiin kee dhaloota ijaara.

โ˜† Of amani, Ati qabeenya hawaasni kee eegaa jiruudha.Ka'i, dubbisi, baradhu, hojjedhu, mul'ata kee dhugoomsi!
By Iskuu beyan
๐Ÿ‘1
Habiibi kiyya Alhamdulillah naaf jedhi rabbii eega waa hunddaati asiin si gaheef
Mashaa Allah Ammaas maashaa Allaah

ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุง ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุง ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ููŠ ุฎูŠุฑ

๐ŸŒน๐ŸŒน#mabruk_mabruk_alfa_mabruk๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐ŸŒท๐ŸŒท
โš˜๏ธ๐Ÿ’#Baga Gammanne Baga Gammadde obboleysa kiyya Dhugomsa Ibrahim ๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ fi obboleeytii teenya #Saafiya Ibrahim
โš˜๏ธโš˜๏ธ#Horaa Bulaa Deebanaaโš˜๏ธ๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š
๐ŸŒบ๐ŸŒบ#Waliin Umrii dheeradhaaโš˜๏ธ๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™
๐Ÿ’๐Ÿ’#Arrii filadhaa๐Ÿ’™๐Ÿ’™??๐Ÿ’™
????#Caayaa_Rakkataa_ta'a #Bal'adhaa๐ŸŒท๐ŸŒท
๐Ÿ‘1๐Ÿ‘1
The 13 principales to think and grow rich
      Ulaagaalee 13 guddina keenyaaf nu barbaachisa
#Dharraa (Desire): A burning desire and clear vision of what you want to achieve.Amantii (Faith): Belief and absolute trust that you will reach your goals.
*#Sammuu Leenjisuu (Auto-Suggestion): Using self-talk to train your subconscious mind for success.
*#Beekumsa Addaa (Specialized Knowledge): Acquiring or leveraging deep knowledge in your specific field.
*#yaada ilaalcha kalaqaa (Imagination): Visualizing and creating ideas that build wealth.
*#Karoora Qindaa'aa (Organized Planning): Designing practical, actionable steps to realize your goals.
*#Murtee (Decision Making): Taking massive action and making firm decisions without hesitation.
*#Kutannoo (Persistence): The unwavering willpower to push through failures and obstacles.
*#Humna Gamtaadhan Hojjachuu (Power of the Mastermind): Surrounding yourself with a supportive, like-minded team.
*#Yaada-Qalbii Duubee (The Subconscious Mind): Channeling positive thoughts and neutralizing negative emotions.
*#Sammuu fi Qaama Miiraa 6ffaa (The Brain & The Sixth Sense):
#Iskander beyan media of eeggannuun
ุงู„ูˆู‚ุช ุฃุดุฏ ู…ู† ุงู„ู…ูˆุช
"Yeroon duโ€™a caalaa cimaadha."
Sababni isaa, duuti yeroo tokko qofaan nama irraa adda baasa; yeroon garuu guyyaa guyyaan umrii keenya irraa hirโ€™ifamaa jira.
โœ… Hardhi yoo darbe, โ€œdarbeโ€ jedhama; deebiโ€™ee hin dhufu.
Daqiiqaan tokkoon tokkoon fi sekondiin tokkoon tokkoon umrii keenya irraa hirโ€™ifamaa jiru.
๐Ÿ˜„ Yeroo kolfuun hin malletti yoo kolfite
๐Ÿ˜ข Yeroo kolfuun malu keessatti boocha.
๐Ÿ“Œ Yeroo kee sirnaan itti fayyadami.
๐Ÿ“Œ Karoora yeroo kee ittiin bulchitu mataa keetiif baafadhu.
โœ๏ธ By Iskuu Beyan
Ergaa
#SOOMA_AASHUURAA
Guyyaan Boruu Guyyaa 9ffaa Aashuuraati.

๐Ÿ”น Aashuuraan guyyaa 10ffaa ji'a Muharram keessaa kan dhufuudha Innis Guyyaa Kamisaatti.

๐Ÿ”น #Sababni_soomamuuf:

Rabbiin Nabi Muusaa (AS) fi ummata isaanii diina isaanii Fir'ana Faa irraa baraaree, Fir'oonii fi hordoftoonni isaa immoo galaan keessatti Halaakaman.

Kanaaf Nabi Muusaan (AS) galata Rabbiin Isaan tiksee Isaaan Moosiseef jechuun soomn.

Nabiin keenya Nabi Muhammad (S.A.W) illee Soomanii Akka Soomnu nu ajajan.
Isaan Gaafa Guyyaa 10ffaa Soomanii Yahuudaa Faallessuuf Waggaa Dhufu Yoo gaheef Gaafa 9ffaas itti Dabaladha Jedhan.

๐Ÿ”น #Sadarkaa_isaa:
Sooma guyyaa 9ffaa fi 10ffaa walitti aansuun soomuun irra caalaa fi Jaalatamaadha.

Yoo hin dandeennee guyyaa 10ffaa qofa soomuun ni danda'ama.

Namni sooma Aashuuraa soome cubbuun waggaa darbee isaaf irra darbama jechuun hadiisni ibsa.

"Soomni guyyaa Aashuuraa cubbuu waggaa darbe irraa araarama argamsiisa."

Rabbiin nu haa milkeessu. Aamiin.
By #Iskuu beyan
โค2
Carraa kana itti fayyadamaa...

โญ๏ธ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira

โœ… Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
๐Ÿ’ต Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
๐Ÿ“ฑFageenyarraa taaโ€™anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
๐Ÿ‘ณโ€โ™€๏ธ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa taโ€™e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
๐Ÿ“„Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.

๐ŸŽŠ Warra milkaaโ€™aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

๐Ÿ“š Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar

โณ Turtiin barumsaa:  waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.

Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata :
Kitaabaan (PDF).
Viidiyoodhaan.
Sagaleedhaan.

Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu.

https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

Carraa addaati, itti fayyadamaa.

Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.
๐Ÿ“Œ Qajeelfamoota Qur'aanaa 6 Kan Miidiyaa Hawaasummaa akka itti fayyadamnu nu barsiisan..

Miidiyaan hawaasummaa iddoo itti Akhlaaqa dhugaati fi amantiin keenya itti madaalamuudha. Qur'aanni akkamiin akka itti fayyadamnu nuuf ibsa:
1. Ragaa Malee Hin Dubbatin!
Yoo mirkaneeffannaa fi ragaa qoratame hin qabaatin, waan argite hunda share gochuu fi jalatti barreessuu irraa fagaadhu.
Ragaa : {ูˆูŽู„ูŽุง ุชูŽู‚ู’ูู ู…ูŽุง ู„ูŽูŠู’ุณูŽ ู„ูŽูƒูŽ ุจูู‡ู ุนูู„ู’ู…ูŒ}
"Wanta beekumsa sirrii itti hin qabne duukaa hin bu'in."
2.Yeroo Namni Tokko yaada isaa dhiheeyfate yaada isaatiin mormi Malee Namticha Hin Arrabasin!
Yoo namni tokko yaada isaa dhiheeyse, yaada isaa ragaadhaan mormi malee eenyummaa fi jireenya isaa dhuunfaatin isa hin tuffatin.
Ragaa: {ู‚ูู„ู’ ู‡ูŽุงุชููˆุง ุจูุฑู’ู‡ูŽุงู†ูŽูƒูู…ู’ ุฅูู† ูƒูู†ุชูู…ู’ ุตูŽุงุฏูู‚ููŠู†ูŽ}
"Yoo kan dhugaa dubbattan taate, ragaa keessan fidaa jaโ€™iin."
3. Yeroo hunda haqaa Wajjin Dhaabadhu yaada keetillee faalleysu..
Gariin namootaa wal-falmii irratti sababa gosaa, firummaa ykn faayidaaf jaโ€™anii yaada dogoggora deeggaru.
Ati garuu karaa haqaatiin deemuf murteessi.
Ragaa: {ูƒููˆู†ููˆุง ู‚ูŽูˆู‘ูŽุงู…ููŠู†ูŽ ุจูุงู„ู’ู‚ูุณู’ุทู ุดูู‡ูŽุฏูŽุงุกูŽ ู„ูู„ู‘ูŽู‡ู ูˆูŽู„ูŽูˆู’ ุนูŽู„ูŽู‰ูฐ ุฃูŽู†ููุณููƒูู…ู’}
"Haqummaan dhaabadhaa, Rabbiif ragaa ba'aa; lubbuu keessan irrattillee yoo ta'e."

4. Jecha Namaa Karaa Gaariin Hubadhu
Yoo barreffamni ykn jechi tokko hiika gaarii fi hiika fokkotaa gidduutti deeme, yoo dandahame yaada itti tolii isaaf hiiki daftee isa shakkuu fi jallinatti hin yaadin.
Ragaa: {ุงุฌู’ุชูŽู†ูุจููˆุง ูƒูŽุซููŠุฑู‹ุง ู…ู‘ูู†ูŽ ุงู„ุธู‘ูŽู†ู‘ู ุฅูู†ู‘ูŽ ุจูŽุนู’ุถูŽ ุงู„ุธู‘ูŽู†ู‘ู ุฅูุซู’ู…ูŒ}
"Yaa warra amantan! Hedduu seehaa (mamii) irraa fagaadhaa; gariin seehaa diliidha."
5. Wal-falmii Faayidaa Hin Qabne Irraa Garagali
Namoota barumsa hin barbaadne, kanneen falmii fi abaarsa qofaaf comment barreessan wajjin yeroo kee hin guban; bira darbi.
Ragaa : {ูˆูŽุฃูŽุนู’ุฑูุถู’ ุนูŽู†ู ุงู„ู’ุฌูŽุงู‡ูู„ููŠู†ูŽ}
"Wallaaltota (warra hubannaa hin qabne) irraahis garagali."
6. Yoo yaada kee namaaf dhiheeysitu karaa bareedaa Taheen dhiheeysi.
Yoo yaada kee ibsitu fi namootaan deemtu, jechoota qajeelaa, salphaa fi kabaja qaban qofaatti fayyadami.
Ragaa : {ูˆู‚ูู„ ู„ู‘ูุนูุจูŽุงุฏููŠ ูŠูŽู‚ููˆู„ููˆุง ุงู„ู‘ูŽุชููŠ ู‡ููŠูŽ ุฃูŽุญู’ุณูŽู†ู}
"Gabroottan kiyyaan jedhi: 'Ishee hunda caalaa gaarii fi miidhagduu taate haa dubbatan
By #Iskander beyan
๐ŸŒ GLOBALIZATION FI BARNOOTA HAARAA

Har'a Baradhu, Bor Addunyaa Dorgomi!

Addunyaan Jijjiiramaa Jira!

Har'a addunyaan saffisaan gara Globalizationtti ce'aa jirti. Teeknooloojiin, saayinsiin, daldalli fi odeeffannoon daangaa biyyootaa ce'anii walitti hidhamiinsa cimaa uumaniiru. Haalli kun carraa haaraa uumuun isaa akkuma jiru, dorgommii cimaas fida.

Kanaaf, namni har'a milkaa'uu barbaadu beekumsa isaa yeroo yerootti haaromsuu, dandeettii haaraa horachuu fi jijjiirama addunyaa waliin tarkaanfachuu qaba.

๐Ÿ“š Maaliif Barnoota Haaraa Barachuun Barbaachisaa?

โœ… Beekumsa kee ni haaromsa.

โœ… Dandeettii hojii fi ogummaa kee ni guddisa.

โœ… Ofitti amanamummaa ni cimsata.

โœ… Rakkoo hiikuu fi kalaqa uumuu si gargaara.

โœ… Carraa hojii bal'aa siif bana.

โœ… Sadarkaa biyyaalessaa fi addunyaatti dorgomaa si taasisa.

๐Ÿ’ก Har'a Maal Gochuu Qabda?

- Koorsii haaraa tokko jalqabi.
- Afaan haaraa tokko baradhu.
- Dandeettii dijitaalaa (Digital Skills) horadhu.
- Kitaabota fi barruulee dubbisi.
- Leenjii ogummaa fi muuxannoo hojii irratti hirmaadhu.
- Yeroo kee sirnaan bulchi.

๐ŸŽฏ Kaayyoon Kee Maal Ta'uu Qaba?

Kaayyoon kee hojii eeggachuu qofa osoo hin taane, beekumsa, ogummaa fi kalaqa fayyadamuun hojii uumuu, hawaasa tajaajiluu fi addunyaa irratti dorgomuu ta'uu qaba.

๐ŸŒŸ Ergaa Kaka'umsaa

ยซ"Har'a of irratti invast godhi; baradhu, guddadhu, of jijjiiri. Bor hojii barbaaddataa qofa osoo hin taane, hojii uumaa fi addunyaa irratti dorgomaa ta'i."ยป

"Learning Today, Leading Tomorrow."
By #Iskuu beyan
‏๏ทฝ
{ุฅู†ู‘ ุงู„ู„ู‡ูŽ ูˆู…ู„ุงุฆูƒุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู€ู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ

ูŠุง ุฃูŠู‡ุง ุงู„ุฐูŠู† ุขู…ู†ูˆุง ุตูŽู„ูู‘ูˆุง ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ูู‘ู…ููˆุง ุชุณู„ูŠู…ุง}

ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ :-

ยซุฃูƒุซุฑูˆุง ู…ู† ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ูŠู‘ ู„ูŠู„ุฉ ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ

ูุฅู† ุตู„ุงุชูƒู… ู…ุนุฑูˆุถุฉ ุนู„ูŠู‘ยป.

ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ๏ทบ
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ๏ทบ
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ๏ทบ
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ๏ทบ


ุฒุฏ ุงู„ู†ุจู‰ ุตู„ุงุฉ
Bilbilli harkaa (Mobile) humna guddaa qaba; bu'aan isaa salphifamuu hin qabu, balaa isaas xiqqeessamuun hin ta'u.๐Ÿ“ฑ

Inni:

โ˜Ž๏ธ Bilbila mana (landline) ajjeesse.

๐Ÿ“บTeleviziyoona ajjeesse.

๐Ÿ’ปKoompitara ajjeesse.

โŒšSa'aatii  harkaa ajjeesse.

๐Ÿ“ท Kaameeraa ajjeesse.

๐Ÿ“ปRaadiyoo ajjeesse.

๐Ÿ”ฆIfa harkaa (torch) ajjeesse.

๐ŸชžDaawwitii ajjeesse.

๐Ÿ“šGaazexaa, maxxansa fi kitaabota hedduu ajjeesse.

๐Ÿ‘›Boorsaa maallaqaa ajjeesse.

๐Ÿ—“๏ธ Kaalandarii fi yaadannoo (memo) ajjeesse.

๐Ÿ’ณ Kaardii baankii (ATM card) ajjeesse.

๐Ÿ’” Gaa'ela  hedduu  ajjeesse.

๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘งโ€๐Ÿ‘ฆ Maatii hedduu bittinneessuuun  Jaalalaa fi walii-galtee maatii ajjeesse. ๐Ÿ’ž

๐ŸŽ“ Fedhii barattootaa barachuuf qaban dadhabsiisee, karaa milkaa'inaa fi kaayyoo  isaanii ajjeesse.
๐Ÿ‘1
"Kulkula keessa kiyyaa"

"Keessa kootti dhalatee
Gubaa hidda fageeffate
Madaa dhiiga hin qabne
Kulkula natti hammaatee

Halkaan hirriibaa na kaasa
Guyyaa yaada na gubaa
Miira na keessa bulu
Kulkula keessoo jabaa
Madaan alaan mul'atu,
Qoricha argatee fayya
Kulkula gubaa keessoo
Rabbii koo Sumaanin fayya"

Salluu Alaa Rasuulillaah
Sallallaahu Aleehi wasallam
#ByIskuu
๐Ÿ‘1
โœ๏ธBar Ajaa'ibaa !!

โœ… wanni Namni Dalagu waan Addaa -- wanni Rabbiin Dalagu waan Addaa !!
โœ… Numruud Nabi ibraahim Aleyhi assalaam Gubuuf ibiddatti darbe !
โœ… Rabbiin ibiddaa qabbana nagayaa godheefi !
โœ…  Fir-owna Labsa baaseeti ilmaan biyyaa mara waan dhiira tahe Gataa ja'ee labsee  ture !
โœ… Rabbiin muusaa Mana isaa kheysatti guddise !
โœ… Nabi iisaa Yahuudaan Ajjesuuf itti dhufan !
Rabbiin Jalaa ol baasee !
โœ… Qureyshiin  Nabi mohamad Sa . Al .Ws . Ajjeesuuf mana marsan !
โœ… Rabbiin Jalaa baase !
โœ… Yahuudaan  islaamaan balleeysa jattu  ofii ishiitii baddi malee  hin dandeessu !
โœ… Yaanama qalbiin fayyaa qabdu ,  kan waayaaddu , sammuu tee gaafadhu , Daandii haqaa barbaadi irratti of deebisi โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
โœ… Guyyaa jabaa tokko kan namni namaaf hin dirmanneetu nufuuldura jira โ˜๏ธ
โœ… Wanni Amma addunyaa keysa deemaa jiru Haqaa fii Sobaatu wal lolaa jira โ—๏ธโ—๏ธ
โ˜๏ธ Yaa Rabbi Daandii haqaa irratti nuqajeelchi ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐ŸคฒAamiin ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ