As wr wb akkami ngy qabdanii jaallawwan kiyya
Gorsa Mi'aawaa Qalbii Namaaf dawaa qabuu
"Yoo Rabbiin:
๐๏ธ Ija kee haraam ilaaluu irraa,
๐ Gurra kee haraam dhaggeeyfachuu irraa,
๐ฃ๏ธ Afaan kee dubbii badaa dubbachuu irraa,
โค๏ธ Qalbii kee fedhii lubbuu hordofuu irraa,
๐ฃ Miila kee iddoo hammeenyaatti deemuu irraa,
๐ Fi arraba kee nama hamachuu irraa si eege..!
Akkasumas, yoo:
โ Kheeyrii jaalachuu,
๐ Waan gaarii dhaggeeyfachuu,
๐ฌ Jacha bareedaa dubbachuu,
๐ Fi waan fayyada qabu ilaaluu siif kenne;
Dhugumatti Inni:
๐ Waan meetii fi dahaba irra caalu,
๐ต Waan maallaqa irra caalu,
๐ Fi waan qabeenya addunyaa guutuu caalu siif kennee jira..!
๐ Qananii guddoo tana irratti Rabbii kee galateeffadhu."
๐คฒ Alhamdulillaah..! ๐คฒ
https://t.me/True3Information

Namni tamboo xuuxu bu'aa sadii argata!
1. Hin dulloomu
2. Sareen isa hin nyaattu
3. Hattuunis isan hattu
~
Hin dullomu; sababnisaa, carraa dulloomuu osoo hin argatiin, sombisaa miidhamee, dafee waan du'uuf.
Sareen isa hin nyaattu; sababnisaa, namichi sombisaa burkutaa'ee waan dadhabuuf, ulee dhadhaabbachaa deema; sareenis nama ulee qabatee deemu ni sodaatti.
Hattuun isa hin hattu; sababnisaa, hattuun halkaan yeroo manasaa saamuu dhaqxu, namichi halkan guutuu qufa'aa waan buluuf, hattichis "dhaga'aa jira" jechuun ofirra deebi'a!
Akka sirritti na hubattan abdiin qaba!
Fayyaa keenya eeggachuuf tamboo xuuxuurraa of haa eeggannuun dhaamsa kooti.

๐2๐1
๐ Baga Ayyaana Iid Al-Adhaa (Arafaa) bara 1447ffaa Nagaan Geessan!
๐ Ayyaanichi kan:-
โ๏ธ Nagaa,
โ๏ธ Gammachuu,
โ๏ธ jaalalaa fi
โ๏ธ kan Milkii akka isiniif ta'u hawwaa.
#by true information

โค1
ูุงู ุงููู ุชุนุงูู:
*๏ดฟููุฎูุชูุตูู ุจูุฑูุญูู ูุชููู ู ููู ููุดูุงุกู ููุงูููููู ุฐูู ุงููููุถููู ุงููุนูุธููู ู๏ดพ*
[ุขู ุนู ุฑุงู: 74]
ุฃุณุฃู ุงููู ุงูุนุธูู ุฃู ูุฎุชุตูู ููุงูุฏููู ูุฃููููู ูุฐุฑูุงุชูู ูู ู ุชุญุจูู *ุจุฑุญู ุชู ุงููุงุณุนุฉ*ุ ูุฃู ูุฌุนู ููู ู ู ูู ูู ูู *ูุฑุฌูุง*ุ ูู ู ูู ุถููู *ู ุฎุฑุฌูุง*ุ ูู ู ูู ุจูุงุกู *ุนุงููุฉ*ุ ูุฃู ูุฑุฒููู ู ู ุญูุซ ูุง ุชุญุชุณุจููุ ููู ูุฃ ูููุจูู *ุจุงูุฑุถุง ูุงูุณูููุฉ*.
โRabbal Alamiin (Inni Olta'e) akkana jedha:
โ"Rahmata Isaatiin nama fedhe addaan baasee filata, inni abbaa qoodaa tola guddaati."
โ [Aal Imraan: 74]
Rabbiin keessan, isinii fi maatii keessan, sanyii (ijoollee) keessan, fi warra jaallattan hunda rahmata Isaa isa bal'aadhaan addaan baasee akka isin filatu; yaaddoo hunda irraa furmaata, dhiphina hunda irraa bahiinsa (karra), balaa fi gidiraa hundarraa ammoo fayyaa (afiyaa) akka isiniif godhu; bakka isin hin eegnee rizqii guddaasiniif haabuusu qalbii keessan jaalala isaatiin haafaayu tasgabbiidhaan istiqaamaa siniif haa kennu

๐1
DUBARTII ISLAAMAA ATI BAR
โ Hijaaba kee jalatti onnee addunyaa jijjiirtu qabda!
โ Ati dhaloota gadi dhaabuuf kan filatamte haadha pirojektiiti.
โ Guddinni kee Shari'aa kee keessa jira, addunyaan si haa barattu!
โ Fakkeenyi kee Khadiijaa fi Aa'ishaadha, sadarkaan kee oli.
โ Harka tokkoon daa'ima, harka kaaniin addunyaa oofuu dandeessa.
โ Beekumsi kee amantii kee calaqqsiisa, hojiin kee dhaloota ijaara.
โ Of amani, Ati qabeenya hawaasni kee eegaa jiruudha.Ka'i, dubbisi, baradhu, hojjedhu, mul'ata kee dhugoomsi!
By Iskuu beyan

Habiibi kiyya Alhamdulillah naaf jedhi rabbii eega waa hunddaati asiin si gaheef
Mashaa Allah Ammaas maashaa Allaah
ุจุงุฑู ุงููู ููู ุง ูุจุงุฑู ุนูููู ุง ูุฌู ุน ุจูููู ุง ูู ุฎูุฑ
๐น๐น#mabruk_mabruk_alfa_mabruk๐ฅ๐ฅ๐ท๐ท
โ๏ธ๐#Baga Gammanne Baga Gammadde obboleysa kiyya Dhugomsa Ibrahim ๐๐๐๐ fi obboleeytii teenya #Saafiya Ibrahim
โ๏ธโ๏ธ#Horaa Bulaa Deebanaaโ๏ธ๐๐๐
๐บ๐บ#Waliin Umrii dheeradhaaโ๏ธ๐๐๐
๐๐#Arrii filadhaa๐๐??๐
????#Caayaa_Rakkataa_ta'a #Bal'adhaa๐ท๐ท

๐1๐1
The 13 principales to think and grow rich
Ulaagaalee 13 guddina keenyaaf nu barbaachisa
#Dharraa (Desire): A burning desire and clear vision of what you want to achieve.Amantii (Faith): Belief and absolute trust that you will reach your goals.
*#Sammuu Leenjisuu (Auto-Suggestion): Using self-talk to train your subconscious mind for success.
*#Beekumsa Addaa (Specialized Knowledge): Acquiring or leveraging deep knowledge in your specific field.
*#yaada ilaalcha kalaqaa (Imagination): Visualizing and creating ideas that build wealth.
*#Karoora Qindaa'aa (Organized Planning): Designing practical, actionable steps to realize your goals.
*#Murtee (Decision Making): Taking massive action and making firm decisions without hesitation.
*#Kutannoo (Persistence): The unwavering willpower to push through failures and obstacles.
*#Humna Gamtaadhan Hojjachuu (Power of the Mastermind): Surrounding yourself with a supportive, like-minded team.
*#Yaada-Qalbii Duubee (The Subconscious Mind): Channeling positive thoughts and neutralizing negative emotions.
*#Sammuu fi Qaama Miiraa 6ffaa (The Brain & The Sixth Sense):
#Iskander beyan media of eeggannuun

ุงูููุช ุฃุดุฏ ู
ู ุงูู
ูุช
"Yeroon duโa caalaa cimaadha."
Sababni isaa, duuti yeroo tokko qofaan nama irraa adda baasa; yeroon garuu guyyaa guyyaan umrii keenya irraa hirโifamaa jira.
โ Hardhi yoo darbe, โdarbeโ jedhama; deebiโee hin dhufu.
Daqiiqaan tokkoon tokkoon fi sekondiin tokkoon tokkoon umrii keenya irraa hirโifamaa jiru.
๐ Yeroo kolfuun hin malletti yoo kolfite
๐ข Yeroo kolfuun malu keessatti boocha.
๐ Yeroo kee sirnaan itti fayyadami.
๐ Karoora yeroo kee ittiin bulchitu mataa keetiif baafadhu.
โ๏ธ By Iskuu Beyan

Ergaa
#SOOMA_AASHUURAA
Guyyaan Boruu Guyyaa 9ffaa Aashuuraati.
๐น Aashuuraan guyyaa 10ffaa ji'a Muharram keessaa kan dhufuudha Innis Guyyaa Kamisaatti.
๐น #Sababni_soomamuuf:
Rabbiin Nabi Muusaa (AS) fi ummata isaanii diina isaanii Fir'ana Faa irraa baraaree, Fir'oonii fi hordoftoonni isaa immoo galaan keessatti Halaakaman.
Kanaaf Nabi Muusaan (AS) galata Rabbiin Isaan tiksee Isaaan Moosiseef jechuun soomn.
Nabiin keenya Nabi Muhammad (S.A.W) illee Soomanii Akka Soomnu nu ajajan.
Isaan Gaafa Guyyaa 10ffaa Soomanii Yahuudaa Faallessuuf Waggaa Dhufu Yoo gaheef Gaafa 9ffaas itti Dabaladha Jedhan.
๐น #Sadarkaa_isaa:
Sooma guyyaa 9ffaa fi 10ffaa walitti aansuun soomuun irra caalaa fi Jaalatamaadha.
Yoo hin dandeennee guyyaa 10ffaa qofa soomuun ni danda'ama.
Namni sooma Aashuuraa soome cubbuun waggaa darbee isaaf irra darbama jechuun hadiisni ibsa.
"Soomni guyyaa Aashuuraa cubbuu waggaa darbe irraa araarama argamsiisa."
Rabbiin nu haa milkeessu. Aamiin.
By #Iskuu beyan

โค2
Carraa kana itti fayyadamaa...
โญ๏ธ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira
โ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
๐ต Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
๐ฑFageenyarraa taaโanii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
๐ณโโ๏ธ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa taโe kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
๐Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.
๐ Warra milkaaโaniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
๐ Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar
โณ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.
Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata :
Kitaabaan (PDF).
Viidiyoodhaan.
Sagaleedhaan.
Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu.
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Carraa addaati, itti fayyadamaa.
Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.

Telegram
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.