📡TRUE INFORMATION 🇵🇸
109 subscribers
149 photos
6 videos
1 file
13 links
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِن جَاءَكُمْ فَاسِقٌ بِنَبَإٍ فَتَبَيَّنُوا أَن تُصِيبُوا قَوْمًا بِجَهَالَةٍ فَتُصْبِحُوا عَلَىٰ مَا فَعَلْتُمْ نَادِمِينَ
Download Telegram
As wr wb akkami ngy qabdanii Ahabaabi fillah
Me dubbisaa isin fayyaduu hin ooltuu


Kurnan boodaa Ramadaanaa


❒ قال الإمام ابن كثير رحمه الله :

( والمستحب : الإكثار من الدعاء في جميع الأوقات ، وفي شهر رمضان أكثر، وفي العشر الأخير منه ؛ ثم في أوتاره أكثر )

«Yeroo hunda du'aa'ii baay'isuun jaallatamaa dha, Ji'a Ramadaana keessa immoo irra caalaa , guyyoota kurnan boodaa immoo daran irra caalaa ta'a , guyyoota qeenxee immoo hunda caalaa jaallatamaa ta'a»

🔦انظر : تفسير ابن كثير :(٤٥١/٨)

⚠️ Du'aa'ii kan guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa baay'inaan gochuun barbaachisaa ta'e keessaa tokko kunoo kana.

عن عائشة -رضِيَ اللَّهُ عَنْهَا - قالت:
قلت : يا رسول الله ! أرأيت إن علمت أي ليلة ليلة القدر ما أقول فيها ؟

A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا akkana jettee Ergamaa Rabbii gaafatte:- «Mee yoo Rabbiin Laylatul-Qadii na qunnamsiise maal jedheen du'aa'ii godhadhaa?»

قال : قولي :
«اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني»

«Yaa Allahuu kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naa darbi» jedhi jedheen.

📔[صحيح الترمذي:3513]

⚠️ Akkuma beekamu guyyootni kurnan boodaa Ramadaanaa hunda irra adda dha.

عَنْ عَائِشَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا قَالَتْ: كَانَ النَّبِيُّ ﷺ إِذَا دَخَلَ الْعَشْرُ شَدَّ مِئْزَرَهُ، وَأَحْيَا لَيْلَهُ، وَأَيْقَظَ أَهْلَهُ. رواه البخاري (٢٠٣٤)، ومسلم (١١٧٤).

A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا irraa akka dabarfameetti:- «Nabiyyiin ﷺ guyyoonni kurnan boodaa Ramadaanaa yeroo jalqabu marxoo/mudhii isaanii jabeeffachuun, halkan ammoo "ibaadaa" dhaan jireessan. maatiwwan isaaniitis ibaadaa dhaaf hirribaa kaasan»

⚠️ Laylatul-Qadiin Guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa keessatti argamti

Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu Laylatul-Qadii yaaduun ibaadaa dhaan namni dabarsee shakki tokko malee fedhii Rabbiin Laylatul-Qadriin ni argata.

قال الإمام ابن باز رحمه الله:-
«فمن قامها جميعاً أدرك ليلة القدر»[ الفتاوى ١٥/٤٣٠]

«Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu kan dhaabbatte Laylatul-Qadii ni argata»

قال الإمام ابن العثيمين رحمه الله:-

👈 "من قام العشر الأواخر من رمضان كلها إيماناً واحتساباً فإننا نجزم بأنه أصاب ليلة القدر) فتاوى أركان الإسلام (٤٢٩)
"Namni Ramadaana keessaa kurnan dhumaa hunda isaa dhaabbate Laylatul-Qadrii argata jenne mirkaneesinaaf"

❉ قال الإمام ابن رجب رحمه الله -:

« يُستحبّ في الليالي التي تُرجى فيها ليلة القدر التنظّفُ ، والتطيّب ، والتزيّن بالغُسل والطيب ، واللباس الحسن » .لطائفُ المعارف(١٧٩)

« Halkan Laylatul-Qadriin taati jedhamee kajeelamu keessatti shittoo dibachuun, babbareeduun akkasumas uffata gaarii dhufachuun jaalataamaa dha.»

⚠️ Obbolleewwan Aakhiraa Laylatul-Qadii jechuun waan salphaa miti quba qabaadhaa.

قال الإمام ابن القيم رحمه الله-:
«لو كانت ليلة القدر بالسنة ليلة واحدةً لقمتُ السنة حتى أدركها، فما بالك بعشر ليال» [ ‏بدائع الفوائد(٥٥/١)]

« Guyyoota kurnan (halkan isaanii) dhiisii, osoo Laylatul Qadiin waggaa keessaatti halkan tokko taatee waggaa guutuun dhaabbadha hamman argadhutti »
By Iskuu beyan
GUYYAA JAHAN GAMMACHUU NAMA MUSLIMAA !!!
1: Guyyaa Osoo Dilii Hin Dalagin oole

2: Guyyaa Tokkichummaa Rabbii Ragaa Bahee Khaatimaa Bareedduun Addunyaa Tanarraa Deeme

3: Guyyaa Qabrii Keessatti Gaafii Nakiirii fii Munkar Deebise

4: Guyyaa Qiyaamaa Yeroo Kitaaba Galmee Hujii Isaa Harka Mirgaatiin Fudhatu

5: Guyyaa Siraaxirra Dabree Nagayaan Jannata Seene

6: Guyyaa Fuula Rabbii Isaa Arke

🤲Yaa Rabbi Warra wantoota kana hunda arkatu Nu taasisi.

#Iskuu beyan
❥︎ Share❦︎
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE🥰 GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛
👏2
اللهم إنا نسألك:
‏زيادة في الدين،
‏وبركة في العمر،
‏وصحة في الجسد،
‏وسعة في الرزق،
‏وتوبة قبل الموت،
‏وشهادة عند الموت،
‏ومغفرة بعد الموت،
‏وعفوًا عند الحساب،
‏وأمانًا من العذاب،
‏ونصيبًا من الجنة،
‏والنظر إلى وجهك الكريم.
❤1
قَالَ مَا مَنَعَكَ أَلَّا تَسْجُدَ إِذْ أَمَرْتُكَ ۖ قَالَ أَنَا۠ خَيْرٌ مِّنْهُ خَلَقْتَنِى مِن نَّارٍ وَخَلَقْتَهُۥ مِن طِينٍ

(Rabbis) "Yeroo ani si ajaju, sujuuduu irraa maaltu si dhorge?" jedhe. (Ibliis) "Anatu isa caala; Ibidda irraa na uumteetiin isa dhoqqee (biyyee) irraa uumte" jedhe.

Rabbiin ibliisiin jiilchuuf jecha 'maaltu Aadamiif sujuuduu Ani si ajaje irraa si dhorge?' jedhe. Ibliis Rabbiif deebisuu keessatti 'ani isarra caaluutu na dhorge; ana ibidda irraa na uumtee isa immoo dhoqqee irraa uumte. Ibiddi dhoqqeerra ni caala' jedhe.

Surah 7, Ayah 12
قَالَ فَٱهْبِطْ مِنْهَا فَمَا يَكُونُ لَكَ أَن تَتَكَبَّرَ فِيهَا فَٱخْرُجْ إِنَّكَ مِنَ ٱلصَّـٰغِرِينَ

(Rabbiinis) "ishee irraa bu’i; Ishee keessatti boonuun siif hin taane; ba’i ati warra salphattoota irraayi" jedheen.

Rabbiin isaan ni jedhe: 'jannata irraa bu'i; ishee keessatti boonuun siif hin jiru. Isheen ganda warra gaggaarii qulqulluu waan taateef. Ati ishee keessa jiraachuun siif hin ta'u. Ati yaa Ibliisaa odoma Aadam irran caala jetteeyis warra salphataa tuffatamaa irraayi. '

Surah 7, Ayah 13
وَلَقَدْ خَلَقْنَـٰكُمْ ثُمَّ صَوَّرْنَـٰكُمْ ثُمَّ قُلْنَا لِلْمَلَـٰٓئِكَةِ ٱسْجُدُوا۟ لِـَٔادَمَ فَسَجَدُوٓا۟ إِلَّآ إِبْلِيسَ لَمْ يَكُن مِّنَ ٱلسَّـٰجِدِينَ

Dhugumatti, isin uumneerra. Ergasiis isin bocne. Ergasiis maleykotaan "Aadamiif sujuudaa" jenne. Achumaan sujuudani; Ibliis malee. Inni warra sujuudan irraa hin taane.

Yaa namootaa! Abbaa keessan Aadamiin uumnee ergasii boca gaariidhaan isa bocne. Ergasii kabajaa isaatiif sujuuduu maleykota ajajne. Ajajamanii sujuudan. Garuu ibliisa boona irraa kan ka'e ni dide.  Waan keeyyattoota darban irraa fudhatamu - Kaayyoo buufamiinsa Qur'aanaa irraa tokko kaafiroota dinniinuufi Mu'uminoota gorsuudha. - Rabbiin Qur'aana akka isaan hordofaniifi ittiin hojjataniif buuse. Yoo kana hojjataniif guddisa guutuu argatanii hojiifi haala gaariitti qajeelaniiru. - Madaalli hojii namaa Guyyaa Qiyaamaa haqa isa zulmiin keessa hin jirreedha. - Rabbiin dachii akka namoonni irra jiraachuu mijaa'u: ishee irratti ijaarrachuu, qotachuufi waan keessa ishee baafatanuuf uume.

Surah 7, Ayah 11
وَلَا تَمْشِ فِى ٱلْأَرْضِ مَرَحًا ۖ إِنَّكَ لَن تَخْرِقَ ٱلْأَرْضَ وَلَن تَبْلُغَ ٱلْجِبَالَ طُولًا

Dachii keessas boonaa hin deemin. Dhugumatti, ati dachii hin urtu; dheerinnaanis gaara hin geessu.

Haala boontuun lafa irra hindeemin. Of guddisaa lafarra deemtus deemsa keetiin lafa kutuu hin dandeessu; dhaabiin keetis dheerinaan bakka tulluun geese gahuu hin dandeessu; kanaafuu of guddisuun maaliif barbaachise ree?

Surah 17, Ayah 37
Halkan leeylatul qadrii milkaawuuf kudhanan keeysa jabaachuu qabna.

Zikrii
Quraana
Salaata
Sadaqaa
Duaaii
Socail midiyaa dhiisuu
يَـٰدَاوُۥدُ إِنَّا جَعَلْنَـٰكَ خَلِيفَةً فِى ٱلْأَرْضِ فَٱحْكُم بَيْنَ ٱلنَّاسِ بِٱلْحَقِّ وَلَا تَتَّبِعِ ٱلْهَوَىٰ فَيُضِلَّكَ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِ ۚ إِنَّ ٱلَّذِينَ يَضِلُّونَ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِ لَهُمْ عَذَابٌ شَدِيدٌۢ بِمَا نَسُوا۟ يَوْمَ ٱلْحِسَابِ

Yaa Daawuud! Nuti dachii keessatti bakka bu’aa si taasifnee jirra. Kanaaf gidduu namootaatti dhugaan murteessi. Karaa Rabbii irraa si jallisaa fedha lubbuu hin hordofin. Dhugumatti, isaan karaa Rabbii irraa jallatan, waan guyyaa herregaa dagataniif isaaniif adabbii cimaa ta’etu jira.

Yaa Daawuud! Nuti dachii keessatti bakka bu‟aa murtee diiniifi addunyas geggessitu waan si gooneef haqaan jidduu nmootaa murteessi. Jidduu namootaa murteessuu kee keessatti firummaaf yookiin hiriyummaaf gara tokkootti dabuun yookiin diinummaaf tokko irraa dabuun fedhii hin hordofin. Sababa kanaan fedhiin karaa Rabbii sirrii irraa siin maqa. Warra karaa Rabbii irraa maqan sababa guyyaa qormaataa irraan fataniif adabbii jabaatu isaaniif jira. Odoo isa yaadatanii isa irraa sodaatanii fedhii isaanii waliin hin jallatan. •Waan keeyyattoota darban iraa fudhatamu - Sadarkaa Nabiyyii Rabbii Daawuudiifi raajiiwwan Rabbiin isaan adda godhe ibsuudha. - Nabiyyoonni waan Rabbiin rraa fidan keessatti dogongoruu irraa tikfamoodha. Kaayyoon kanaan malee hin argamu. Garuu irraanfiin yookiin hukmii irraa dagatuun gariin uumamatti dhufuu irraa ni argama. Haa ta‟uu malee Rabbiin yeruma san rahmata isaatiin dhaqqaba. - Garii beektotaa jecha Rabbii kan: “Irra hedduun namoota waliin hojjatanii gariin isaanii garii irratti ni roorrisa” jedhu namni lamaafi baay‟eenis waliin hojjatuun karaa godhamaa ta‟uu irratti ragaa godhatan. - Warra caalmaafi sadarkaa qaban irratti ol seenuu keessatti naamusa qabaatuun barbaachisaadha.

Surah 38, Ayah 26
ما حكم صلاة الجمعة إذا وافقت يوم العيد ؟ وهل يجوز لمن صلى العيد أن يترخص في ترك الجمعة ؟ وكيف يصليها ؟

#الجواب :

✍️ أقول وبالله التوفيق ، 👈

✍️ ■ #أولا : ذهب جمهور الفقهاء من الحنفية والمالكية والشافعية ، وهو اختيار ابن المنذر وابن حزم وابن عبد البر ، إلى أنه لا تسقط صلاة الجمعة ، لمن حضر صلاة العيد ، وحضور صلاة العيد ، لا يغني عن حضور صلاة الجمعة ، إلَّا إذا وُجد عذر شرعيٌّ كمرضٍ أو سفرٍ أو غير ذلك ؛ وذلك لقول الله تعالى : ( يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا نُودِيَ لِلصَّلَاةِ مِن يَوْمِ الْجُمُعَةِ فَاسْعَوْا إِلَىٰ ذِكْرِ اللَّهِ وَذَرُوا الْبَيْعَ ۚ ذَٰلِكُمْ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ ) .

👈 ولأن صلاة الجمعة فرض ، وصلاة العيد سُنَّة مُؤَكَّدة على المختار للفتوى من أقوال الفقهاء من المالكية والشافعية وهو قول عند الحنفية ، ورواية عن الإمام أحمد ، والفرض لا يسقط بالسنة .

قال الإمام الزيلعي الحنفي في تبيين الحقائق شرح كنز الدقائق : وفي " الجامع الصغير " عيدان اجتمعا في يوم واحد ، فالأول : سنة ، والثاني : فرض : ولا يُتْرَكُ واحد منهم . اهـ .

وقال القاضي عبد الوهاب المالكي في المعونة على مذهب عالم المدينة : إذا اتفق عيد وجمعة لم يسقط أحدهما الآخر ، خلافًا لمن قال : إن حضور العيد يكفي عن الجمعة ، لقوله تعالى : ( إِذَا نُودِيَ لِلصَّلَاةِ مِنْ يَوْمِ الْجُمُعَةِ فَاسْعَوْا إِلَى ذِكْرِ اللَّهِ ) ، وقوله صلى الله عليه وسلم : الجمعة على كل مسلم . ولأن شرائط الجمعة موجودة فلزم أداؤها ، أصله إذا لم يكن يوم عيد ؛ لأن صلاة العيد سُنَّة فلم تسقط فرضًا أصله الكسوف ، ولأن الجمعة آكد من العيد ؛ لأنها فرض ، فإذا لم يسقط الأضعف كان الأضعف أولى بأن لا يسقط الأكبر . اهـ .

وقال الإمام النووي الشافعي في المجموع : قال الشافعي والأصحاب : إذا اتفق يوم جمعة يوم عيد وحضر أهل القرى الذين تلزمهم الجمعة لبلوغ نداء البلد فصلوا العيد لم تسقط الجمعة بلا خلاف عن أهل البلد ، وفي أهل القرى وجهان : الصحيح المنصوص للشافعي في " الأم " والقديم أنها تسقط . ( والثاني ) : لا تسقط . اهـ .

وقال الإمام النوويُّ في المجموع : مذهبنا وجوبُ الجمعة على أهل البلد ، وسقوطُها عن أهل القرى ، وبه قال عثمانُ بنُ عفَّان ، وعمرُ بن عبد العزيز ، وجمهورُ العلماء . اهـ .

وقال الإمام ابنُ المنذر رحمه الله تعالى : أجمَعَ أهلُ العلم على وجوبِ صلاة الجُمُعة ، ودلَّتِ الأخبارُ الثابتة عن رسولِ الله صلَّى اللهُ عليه وسلَّم على أنَّ فرائض الصلوات خمسٌ ، وصلاة العيدين ليست من الخَمس ، وإذا دلَّ الكتاب والسُّنة والاتِّفاق على وجوبِ صلاة الجمعة ، ودلَّت الأخبار عن رسولِ الله صلَّى اللهُ عليه وسلَّم على أنَّ فرائض الصلواتِ الخمسُ ، وصلاة العيدين ليست من الخَمس ، وإذا دلَّ الكتاب والسُّنة والاتِّفاق على وجوبِ صلاة الجمعة ، ودلَّت الأخبار عن رسول الله صلَّى اللهُ عليه وسلَّم على أنَّ صلاةَ العيدِ تطوُّع ، لم يَجُزْ تركُ فرضٍ بتطوُّع .

وقال الإمام ابنُ حزم رحمه الله تعالى : إذا اجتمَع عيدٌ في يوم جُمُعة : صُلِّي للعيد ، ثم للجمعة ، ولا بدَّ ، ولا يصحُّ أثرٌ بخلاف ذلك .

وقال الإمام ابنُ عبد البَرِّ رحمه الله تعالى : إذا احتمَلَتْ هذه الآثار من التأويل ما ذكَرنا لم يَجُز لمسلمٍ أن يذهب إلى سقوطِ فرض الجمعة عمَّن وجبَتْ عليه ؛ لأنَّ الله عزَّ وجلَّ يقول : ( يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا نُودِيَ لِلصَّلَاةِ مِنْ يَوْمِ الْجُمُعَةِ فَاسْعَوْا إِلَى ذِكْرِ اللَّهِ ) ، ولم يخصَّ اللهُ ورسوله يومَ عيدٍ من غيره من وجهٍ تجب حُجَّته ؛ فكيف بمن ذهب إلى سقوطِ الجمعةِ والظهرِ المجتمَع عليهما في الكتاب والسُّنَّة والإجماعِ بأحاديثَ ليس منها حديثٌ إلَّا وفيه مطعنٌ لأهل العلمِ بالحديثِ ؟! ... وإنْ كان الإجماعُ في فرضها يُغني عمَّا سواه ، والحمد لله .

👈 وأضاف السادة الشافعية في المعتمد وهو رواية عن الإمام مالك ، وهو قول سيدنا عثمان بن عفان وسيدنا عمر بن عبد العزيز إلى أن الجمعة تسقط عن أهل الأماكن التي لا تقام فيها الجُمْعة كالبوادي والنجوع البعيدة عن المدن والقرى فقط دون غيرهم الذين حضروا صلاة العيد ، وبشرط أن تُصلَّى ظهرًا بدلاً من الجمعة في أماكنهم ، فيجوز لهؤلاء التخلف عن الجمعة ، بسبب وجود المشقة ، لأن المشقة تجلب التيسير .

قال الإمام الشيرازي الشافعي في المهذب : وإن اتفق يوم عيد ويوم جمعة فحضر أهل السواد فصلوا العيد فجاز أن ينصرفوا ويتركوا الجمعة ؛ لما روي أن عثمان رضي الله عنه قال في خطبته : أيها الناس ، قد اجتمع عيدان في يومكم هذا ، فمن أراد من أهل العالية أن يصلي معنا الجمعة فليصل ، ومن أراد أن ينصرف فلينصرف . ولم ينكر عليه أحد ؛ ولأنهم إذا قعدوا في البلد لم يتهيأوا بالعيد فإن خرجوا ثم رجعوا للجمعة كان عليهم في ذلك مشقة والجمعة تسقط بالمشقة ...
ومن لا جمعة عليه مخيرٌ بين الظهر والجمعة ، فإن صلى الجمعة أجزأه عن الظهر ؛ لأن الجمعة إنما سقطت عنه لعذرٍ . اهـ .

وقال الإمام القرافي المالكي في الذخيرة : أما الخارج عن المصر ففي " الكتاب " لا يتخلفون ، وروي عنه يتخلفون ؛ لإذن عثمان رضي الله عنه لأهل العوالي ، ولما في انتظارهم رجوعهم من المشقة . اهـ .

✍️ ■ #ثانيا : ذهب السادة الحنابلة إلى أنه يسقط وجوب حضور صلاة الجمعة ، لمن حضر صلاة العيد ، باستثناء الإمام الذي يجب عليه إقامة الصلاتين ، بشرط أن يصلوها ظهرًا .

👈 #فالحنابلة رخصوا في عدم حضور صلاة الجمعة ، لمن حضر صلاة العيد ، من غير تفريق بين من كان قريباً أو بعيداً عن المسجد ، مع وجوب صلاة الظهر بدلاً من الجمعة لمن تخلف عن الجمعة .

👈 قال الإمام ابنُ قُدامَة رحمه الله تعالى : وإنِ اتّفق عيد في يوم جمعة ، سقَط حضورُ الجمعة عمَّن صلَّى العيد ، إلا الإمام ؛ فإنَّها لا تسقط عنه إلَّا أن لا يجتمع له مَن يُصلِّي به الجمعة . وقيل : في وجوبها على الإمام رِوايتان ، وممَّن قال بسقوطها : الشَّعْبيُّ ، والنَّخَعي ، والأوزاعي . وقيل : هذا مذهبُ عُمر ، وعثمان ، وعلي ، وسعيد ، وابن عمر ، وابن عبَّاس ، وابن الزبير . اهـ .

وقال الإمام البهوتي الحنبلي في كشاف القناع : ( وإذا وقع عيد يوم جمعة فصلوا العيد والظهر جاز ) ذلك ( وسقطت الجمعة عمن حضر العيد ) مع الإمام ... وحينئذٍ : فتسقط الجمعة ( إسقاط حضورٍ ، لا ) إسقاط ( وجوب ) فيكون حكمه ( كمريضٍ ونحوه ) ممن له عذرٌ أو شغلٌ يُبيح ترك الجمعة . اهـ .

👈 عن إياسِ بنِ أبي رَملةَ الشاميِّ ، قال : شهدتُ معاويةَ بنَ أبي سُفيانَ وهو يَسألُ زيدَ بن أرقمَ ، قال : أشهدتَ مع رسولِ اللهِ صلَّى اللهُ عليه وسلَّم عِيدَينِ اجتمعَا في يوم ؟ قال : نعمْ ، قال : فكيفَ صنَعَز؟ قال : صلَّى العِيدَ ثمَّ رخَّصَ في الجُمُعةِ ، فقال : مَن شاءَ أنْ يُصلِّيَ ، فليصلِّ .

✍️ ■ #ثالثا : المختار للفتوى : هو قول السادة الشافعية ، إلى أنه إذا وافق يوم العيد يومَ الجمعة فلا تسقط صلاة الجمعة ، لمن حضر صلاة العيد ، وحضور صلاة العيد ، لا يغني عن حضور صلاة الجمعة ، إلا إذا كان الإنسان بينه وبين المسجد مسافة بعيدة ، يتعذر معها الحضور للصلاتين ، كأهل البادية والقرى البعيدة عن المسجد ، فيجوز لهؤلاء التخلف عن الجمعة ، بسبب وجود المشقة ، لأن المشقة تجلب التيسير ، وعليهم أن يصلوا ظهرا بدلاً من الجمعة في أماكنهم .

وتقام الجمعة في المساجد ، عملًا بالأصل والأحوط .

👈 تنبيه : من وجد مشقة في الخروج لأداء صلاة الجمعة بعد صلاة العيد جماعة ؛ بسبب سفر أو مرض ، أو بُعد مكان ، أو فوات مصلحة مُعتبرة ، فله أن يُقلِّد من أجاز ترك الجمعة لمن صلى العيد في جماعة ، مع صلاتها ظهرًا أربع ركعات في مكانه .

👈 #مع_العلم أنه قد اجتمعت صلاة العيد ، مع صلاة الجمعة في يوم واحد ، في زمن سيدنا رسول الله صلى الله عليه وسلم 👈 فصلى سيدنا رسول الله صلى الله عليه وسلم الصلاتين وخطب الخطبتين ، ولم يترك الرسول الجمعة ولا العيد ، 👈 ومن باب التيسير على أصحابه رخص في ترك الجمعة ، لأهل العوالي الذين بعدت منازلهم عن المسجد النبوي ، وشق عليهم الذهاب والإياب مرتين للصلاة ، فرخص لهم أن يصلوا الظهر في أماكنهم ، لأن المشقة تجلب التيسير .

👈 قال سيدنا رسول الله صلى الله عليه وسلم : ( قدِ اجتمعَ في يومِكم هذا عيدانِ فمن شاءَ أجزأَهُ منَ الجمعةِ وإنَّا مُجَمِّعُونَ ) أي سنصلي الجمعة إن شاء الله .

👈 #تنبيه : هذا الخلاف في حق من حضر صلاة العيد فقط وصلاها مع الإمام ، أما من لم يصل صلاة العيد ، فيجب عليه أن يصلي صلاة الجمعة .

هذا ما أعلم ، والله تعالى أعلى وأعلم .

الشيخ / السيد مرعي زاهر .
واعظ عام ، وعضو لجنة الفتوى بالأزهر الشريف .

#صوت_الأزهريين
عيدكم مبارك كل عام وأنتم بخير 🌙✨

Eid Mubarek!
ዒድ ሙባረክ!
تقبل الله منا ومنكم الصيام والقيام، وجعلنا وإياكم من المقبولين.

أسأل الله أن يعيده علينا وعليكم بالخير واليمن والبركات، وأن يملأ قلوبنا سعادةً وطمأنينة، ويجمعنا بأحبابنا على الخير دائمًا.

عيد فطر سعيد 🌸🤍

أخوكم اسكو بيان
#KUTAA CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.

▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.

▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.

▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.

▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .

▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.

◈Asirratti waantti hubatamu
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna. Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a.

Galatoomaa!!
✍️Ergamaan Rabbii Akkana jedhe(SAW)
✍️Waa shan waa shan duraa
saammadhu;

1-dargaggummaa duluma duraa
2-Jiruu dua duraa
3-durummaa hiyyumaa duraa
4 -boqannaa shakala duraa
5-fayyaa tee dhukkuba duraa
Tanaafii yaa obboleeysa yaa obboleetiitoo yeroo teenyatti haa fayyadamnu. Hujii arraa boruuf olhinkaahin ammuma hojjadhu
Osoo humna qabduu waan boruuf siif tolu carraaqadhu
If madaali xiinxali hiriyynni kee nama meeqaatu aakiraa sibiraa deeme atihoo maal qopheeyfatte yaaa Allaahu fuula kee duratti nun salphisin nuuf mijjeeysi
Aammmiiin
👍1
Ramadaanni Dabree
Nus Dafteen Dabarsin
Akka Ramadaanaatti
Umurii Nun Gabaabsin

Ajab Numa Fiigee
Hanga Libsuu Ijaa
Umurii Gabaabina
Mee Nu Baasi Najaa

Dheebuu Ji'a Meeqaa
Osoon Bahin Dharraa
Seenuuf Bahuu Isaa
Wajjumaan Agarraa

Yaa Rabbii Dandahaa
Dandeeytiitee Guddoon
Nageya Nu Baasii
Nun Arkatin Yaaddoon

🩵🌸
#Yaa_Rabbi..💔

Siin Ala Haajamee
Makhluuqan Gaafadhu
Qalbii Too Siif Khennee
Uumaas Hin Abdadhu

Guyyaa Addeeysitee
Kha Aduun Bareeche
Halkaniis Dukkanaan
Ji'aan Samii Tolche

Kaartaa Addunyaadhaa
Khan Torbatti Qoodde
Insiif Jinniis Uumtee
Takka Yoom Si Dhibde

Rabbiin Yoo Khadhatan
Dafee Namaaf Khennu
Tokkichi Gaafannaan
Hulaa Namaaf Banu

Simalee Waa Jiraa
Mootiin Nun Tuffanne
Hunda Osoo Bulchuu
Khan Rakkataan Dhibne

Yaa Rabbi Ni Jiraa
Simalee Bareechaan
Yaa Rabbi Si Malee
Jiraa Hunda Tolchaan

Simalee Hoogganaan
Aangoo Guddaa Jiraa
Simalee Dandahaan
Yoo Jiraate Dharaa

Akka Ilma Namaa
Tokkichin Hifanne
Wahi Na Gaafataaf
Rabbiin Nan Jibbine

Simalee Waa Jiraa
Arhama Raahimiin
Gara Laafaan Hundaa
Yaa Rabbal Aalamiin

Hin Jiru Simalee
Tolchaan Jiruu Tiyyaa
Simalee Waa Jiraa
Arjaan Guutu Niyyaa

https://t.me/True3Information

Galatoomi Rahmaan..🤲❤️‍🩹
👍2❤1
https://t.me/+mE5TaZIJcQwwYWM0

#Dubartiin💯

Deessu hayyuuf gootaa
Tan taatu waan mara
Biyyaaf gumaachituu
Ulamaa fi dooktoraa

Nagaya jaalattiif
Nagaya faarsitee
Jaalala raabsitii
Jaalala barsiistee

Si'eessituu jiruu
Miidhagsituu maatii
Dubartiin ulfina
Kabajaa biyyaatii

Bakka isiin hin jirre
Homaatu hin jiruu
Yoo isaan jiraatan garuu
Waanni kamuu kan toltu

Xaliila yoomillee
Garaansii adiidhaa
Bar dubartii jechuun
Guddiftuufi barsiiftuudha
Deessu teenya haadhaa

heddu takkaan si jaaladha
Ati yaa harmee too haadha
Tanaafiin akkaan  jaaladha
Deeyisuu Ulamaa fi anbiyaadha
Isiitu Dubartiidha
Uuuupha Uuuupha
  #By Iskuu beyan
❤️❤️❤️❤️😘



https://t.me/True3Information
Share🏆

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+mE5TaZIJcQwwYWM0
👏1
#ALHAMDULILLAH🙏

Passed COC
🤲Yaa Rabbi Ni Beeyta
Tokko Sin Dhokhatuu
Rabbiin Yeroo Gaddaa
Gammachuun Jijjiirtu

Simalee Waa Jiraa..?
Mootiin Mootummaansaa
Rakkataa Gargaaru

Simalee Waa Jiraa..?
Rabbiin Gabroottansaa
Rakkoorraa Baraaru

Fakkaataan Si Gahu
Simalee Waa Jiraa...?
Rabbiin Naman Miine
Addunyaaf Aakhiraa

Subhaanaka Rahmaan
Qulqullooyte Mootii
Jiraadhee Yoon Du'ees
Sittiin Haajamaatii

Guddatte Yaa Rabbi
Duriis Guddaa Turtee
Fakkii Takkan Qabdu
Arshiirra Ol Aantee
Namni sirra of kaaye
Yoom takka kasaare
Yaa rabbii koo eeee
An sirra of kaaye
#By Iskuu Beyan
👏2