📡TRUE INFORMATION 🇵🇸
109 subscribers
149 photos
6 videos
1 file
13 links
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِن جَاءَكُمْ فَاسِقٌ بِنَبَإٍ فَتَبَيَّنُوا أَن تُصِيبُوا قَوْمًا بِجَهَالَةٍ فَتُصْبِحُوا عَلَىٰ مَا فَعَلْتُمْ نَادِمِينَ
Download Telegram
Dhugaa jireenyaa 5
1.Nama hunda gammachiisuu hin dandeessu
2.wanti gurguddoon akka salphaatti hin dhufan
3.Wantoota tokko tokko kan nuuf kennamanii nurraa fudhatamantu jira waan ta'eef rakkoo hin qabu sababni isaa gaariif ykn ka caalu nuuf kennamuuf ta'a
4.Kufaatii fi rakkina hunda keesa carraatu jira
5.Wanti hundi ni danda'ama
Galatooma 🙏
By Iskuu beyan
As wr wb yaa jaallawwan kiyya qaali
🫴 Mee dubbisi
Sodaa fayyaatiif gosoota nyaataa heddu dhiifnee sodaa rabbiitiif ammo dilii dhiisuu dhadhabne🥹
Mee Rahmaan Rahmatuma isaatiin Sodaa isaa nuuf haa kannu wallahi

#By Iskuu beyan
Qalbii keessan iimaanan, kiisha keessan rizqiin, qaama keessan fayaadhaan isiniif haa guutu Rahmaan 🤲
Yaa Gooytee 🤲
ALHAMDULILLAH

Rabbii yoon dilaawu
Hamtuu na sattaru
Ammaas yoon toowbadhe
Minda naaf jijjiiru

Akka kiyya laalee
Narra hin fagaanne
An irraa fagaadhuus
Kophaa too nan dhiisne

Rabbii yeroon kufe
Lafaa ol na qabu
Rabbii dhukkubsadhu
Fayyise na dhaabu

Rabbii Nabi Aadam
Rabbii Nabi Iisaa
Yaa Rabbi Ibraahim
Rabbii Nabi Muusaa

Alhamdulillah galata ke
Yaa rabbii kiyya gaarii
Ati najalaa hin hafne
Kuno na gargaarte Si'oosi
Yaa ilaahi koo eeeeeee
Ammaas duniyaa aakirattiis
Atumaatu rabbii kooti
Bagumaan si qabaadhe
Tokkicha koo ilaahi
Galata keen galcha
Ammaas Alhamdulillahi
❤2
Forwarded from Iskander Beyan
As wr wb 🙏🙏🙏
Ramadaan Kariim! Baga Ji’a kabajamaa fi Jaalatamaa Ramadaanaa kanaan isiniin gahe. Ji’a rahamataa, araaramaa fi kan gammachuu isiniif haa tauu kan bara hegeree jennee jirra!👌❤️
❤5
Forwarded from Iskander Beyan
t.me/Quran_Mp3_Collection

1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9  Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36  Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 Jazza_Alswaileh
40 Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44  Zaki_Dagistan
45 Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48  Nabil_Al_Rifai
49  Salah_Al_Hashem
50  Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52  Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54  Ali_Yakupov
55 Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58  Hassen_Saleh
59  Moeedh_Al_Harthi
60  Ahmed_Naina
61  Waleed_Al_Naehi
62 Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 Salah_Al_Budair
66  Akram_Alalaqimy
67  Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71  Yahya_Hawwa
72 @Hasanxon_Yahyo_Abdulmajid
73 Khalid_Al_Jaleel
74 @Noreen_Muhammad_Siddique
75 @Ahmad_Al_Shalabii
76 @Alzain_Muhammad_Ahmad
77 @Abdulmohsin_Al_Obeikan
78 @Ibrahim_AlAkhdar
79 @Rahmatulloh_qori_Obidov
80 @Muhammadloiq_qori_Aminov
81 @Shayx_Alijon_qori_Haydarov
82 @sheikh_badr_alturki

© @Quran_Mp3_Collection
❤2
Forwarded from Iskander Beyan
Sagalee barbaaddan as keessa arkachu dandeessan salaamtaas hin daganne as wr wb akkami ngy qabdanii jaallawwan kiyya qaalii soommana waliin akkami
Dhaabbanni halkanii hoo maal fakkaata
Obsaafi iimaanaan
Keeyrii soomana kana keessaa rabbiin nuuf haa murteessu jabaadha jaallawwan kiyya warra amata hedduu soomu nu haa godhuu Allaahaani
اليَومَ يَومٌ مِن رَمَضَان، وَنَحْنُ فِي مَوْسِمِ الرَّحْمَاتِ وَانْكِسَارِ القُلُوبِ بَيْنَ يَدَيِ الله 🤍

أَيُّهَا الصَّائِمُون… ضُمُّونَا فِي دُعَائِكُم، فَلَعَلَّ أَحَدَكُمْ أَقْرَبُ إِلَى اللهِ مِنَّا، وَلَعَلَّ فِيكُمْ قَلْبًا إِذَا دَعَا أُجِيب، وَلَعَلَّ مِنْ بَيْنِكُمْ مَنْ لَوْ قَالَ: «يَا رَبّ» فُتِحَتْ لَهُ أَبْوَابُ السَّمَاءِ.

ادْعُوا لَنَا دُعَاءً صَادِقًا، فَرُبَّ دَعْوَةٍ فِي لَحْظَةِ خُشُوعٍ تُغَيِّرُ أَقْدَارًا، وَتَمْسَحُ أَحْزَانًا، وَتَفْتَحُ أَبْوَابًا لَمْ نَكُنْ نَظُنُّهَا تُفْتَح.

لَعَلَّ مِنْكُمْ مَنْ بِدُعَائِهِ تَتَبَدَّلُ حَيَاتُنَا، وَيُكْتَبُ لَنَا فَرَجٌ لَمْ نَكُنْ نَرَاهُ قَرِيبًا.

جَعَلَ اللهُ لَنَا وَلَكُمْ فِي رَمَضَانَ دَعْوَةً لَا تُرَدّ، وَقَلْبًا لَا يَقْسُو، وَقَدَرًا أَجْمَلَ مِمَّا نَرْجُو 🌙
💡Hoggantoota biyyaa fi namoota bebbeekkamoo addunyaa sababa Ameerikaa faalleessan qofaaf,
Amerikaadhaan ajjee'fam-anii fi booji'aman!

Maqaa isaanii fi bara itti ajjee-fa-man (booji'aman)

1. ​Ayaatollaah Alii Khamenei –Iraan (kaleessa)
2. ​Saadaam Husseen (Iraaq) –bara 2003
3. ​Muammar Gaadaafi (Liibiyaa) –bara 2011
4. ​Nicolaas Maduuroo (Veenezuweelaa) –bara 2026
5. ​Manu'eel Noriega (Paanaamaa) –(1989)
6. ​Ngo Dinh Diem (Veetnaam) –(1963)

​Ajajoota Waraanaa

7. ​Isoroku Yaamamoto (Jaappaan) –bara 1943
8. ​Abu Mahdi al-Muhandis (Iraaq) –bara 2020)

​Namoota bebbeekamoo Shororkeessitootaa jedhamanii ajje,efa-man

9. ​Osaamaa Biin Laadin (Sa'ud Arabiyaa) –bara 2011
10. ​Abu Musaab Al-Zarqawi (Joordaan) –bara 2006
11. ​Mullaah Akhtar Mansuur (Afgaanistaan) –bara 2016
12. ​Abu Bakir al-Baghdadi (Iraaq) –bara 2019
13. ​Abdul Hasiib (Afgaanistaan) –bara 2017
14. ​Qarii Yaasin (Paakistaan) –bara 2017
15. ​Ayman al-Zawahiri (Masrii) –bara 2022
16. ​Anwaar Al-Awlaki (Ameerikaa) –
👍3
Amiiiin Amiiiin jedha jaallawwan
As wr wb akkami ngy qabdanii Ahabaabi fillah
Me dubbisaa isin fayyaduu hin ooltuu


Kurnan boodaa Ramadaanaa


❒ قال الإمام ابن كثير رحمه الله :

( والمستحب : الإكثار من الدعاء في جميع الأوقات ، وفي شهر رمضان أكثر، وفي العشر الأخير منه ؛ ثم في أوتاره أكثر )

«Yeroo hunda du'aa'ii baay'isuun jaallatamaa dha, Ji'a Ramadaana keessa immoo irra caalaa , guyyoota kurnan boodaa immoo daran irra caalaa ta'a , guyyoota qeenxee immoo hunda caalaa jaallatamaa ta'a»

🔦انظر : تفسير ابن كثير :(٤٥١/٨)

⚠️ Du'aa'ii kan guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa baay'inaan gochuun barbaachisaa ta'e keessaa tokko kunoo kana.

عن عائشة -رضِيَ اللَّهُ عَنْهَا - قالت:
قلت : يا رسول الله ! أرأيت إن علمت أي ليلة ليلة القدر ما أقول فيها ؟

A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا akkana jettee Ergamaa Rabbii gaafatte:- «Mee yoo Rabbiin Laylatul-Qadii na qunnamsiise maal jedheen du'aa'ii godhadhaa?»

قال : قولي :
«اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني»

«Yaa Allahuu kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naa darbi» jedhi jedheen.

📔[صحيح الترمذي:3513]

⚠️ Akkuma beekamu guyyootni kurnan boodaa Ramadaanaa hunda irra adda dha.

عَنْ عَائِشَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا قَالَتْ: كَانَ النَّبِيُّ ﷺ إِذَا دَخَلَ الْعَشْرُ شَدَّ مِئْزَرَهُ، وَأَحْيَا لَيْلَهُ، وَأَيْقَظَ أَهْلَهُ. رواه البخاري (٢٠٣٤)، ومسلم (١١٧٤).

A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا irraa akka dabarfameetti:- «Nabiyyiin ﷺ guyyoonni kurnan boodaa Ramadaanaa yeroo jalqabu marxoo/mudhii isaanii jabeeffachuun, halkan ammoo "ibaadaa" dhaan jireessan. maatiwwan isaaniitis ibaadaa dhaaf hirribaa kaasan»

⚠️ Laylatul-Qadiin Guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa keessatti argamti

Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu Laylatul-Qadii yaaduun ibaadaa dhaan namni dabarsee shakki tokko malee fedhii Rabbiin Laylatul-Qadriin ni argata.

قال الإمام ابن باز رحمه الله:-
«فمن قامها جميعاً أدرك ليلة القدر»[ الفتاوى ١٥/٤٣٠]

«Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu kan dhaabbatte Laylatul-Qadii ni argata»

قال الإمام ابن العثيمين رحمه الله:-

👈 "من قام العشر الأواخر من رمضان كلها إيماناً واحتساباً فإننا نجزم بأنه أصاب ليلة القدر) فتاوى أركان الإسلام (٤٢٩)
"Namni Ramadaana keessaa kurnan dhumaa hunda isaa dhaabbate Laylatul-Qadrii argata jenne mirkaneesinaaf"

❉ قال الإمام ابن رجب رحمه الله -:

« يُستحبّ في الليالي التي تُرجى فيها ليلة القدر التنظّفُ ، والتطيّب ، والتزيّن بالغُسل والطيب ، واللباس الحسن » .لطائفُ المعارف(١٧٩)

« Halkan Laylatul-Qadriin taati jedhamee kajeelamu keessatti shittoo dibachuun, babbareeduun akkasumas uffata gaarii dhufachuun jaalataamaa dha.»

⚠️ Obbolleewwan Aakhiraa Laylatul-Qadii jechuun waan salphaa miti quba qabaadhaa.

قال الإمام ابن القيم رحمه الله-:
«لو كانت ليلة القدر بالسنة ليلة واحدةً لقمتُ السنة حتى أدركها، فما بالك بعشر ليال» [ ‏بدائع الفوائد(٥٥/١)]

« Guyyoota kurnan (halkan isaanii) dhiisii, osoo Laylatul Qadiin waggaa keessaatti halkan tokko taatee waggaa guutuun dhaabbadha hamman argadhutti »
By Iskuu beyan
GUYYAA JAHAN GAMMACHUU NAMA MUSLIMAA !!!
1: Guyyaa Osoo Dilii Hin Dalagin oole

2: Guyyaa Tokkichummaa Rabbii Ragaa Bahee Khaatimaa Bareedduun Addunyaa Tanarraa Deeme

3: Guyyaa Qabrii Keessatti Gaafii Nakiirii fii Munkar Deebise

4: Guyyaa Qiyaamaa Yeroo Kitaaba Galmee Hujii Isaa Harka Mirgaatiin Fudhatu

5: Guyyaa Siraaxirra Dabree Nagayaan Jannata Seene

6: Guyyaa Fuula Rabbii Isaa Arke

🤲Yaa Rabbi Warra wantoota kana hunda arkatu Nu taasisi.

#Iskuu beyan
❥︎ Share❦︎
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE🥰 GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛
👏2
اللهم إنا نسألك:
‏زيادة في الدين،
‏وبركة في العمر،
‏وصحة في الجسد،
‏وسعة في الرزق،
‏وتوبة قبل الموت،
‏وشهادة عند الموت،
‏ومغفرة بعد الموت،
‏وعفوًا عند الحساب،
‏وأمانًا من العذاب،
‏ونصيبًا من الجنة،
‏والنظر إلى وجهك الكريم.
❤1
قَالَ مَا مَنَعَكَ أَلَّا تَسْجُدَ إِذْ أَمَرْتُكَ ۖ قَالَ أَنَا۠ خَيْرٌ مِّنْهُ خَلَقْتَنِى مِن نَّارٍ وَخَلَقْتَهُۥ مِن طِينٍ

(Rabbis) "Yeroo ani si ajaju, sujuuduu irraa maaltu si dhorge?" jedhe. (Ibliis) "Anatu isa caala; Ibidda irraa na uumteetiin isa dhoqqee (biyyee) irraa uumte" jedhe.

Rabbiin ibliisiin jiilchuuf jecha 'maaltu Aadamiif sujuuduu Ani si ajaje irraa si dhorge?' jedhe. Ibliis Rabbiif deebisuu keessatti 'ani isarra caaluutu na dhorge; ana ibidda irraa na uumtee isa immoo dhoqqee irraa uumte. Ibiddi dhoqqeerra ni caala' jedhe.

Surah 7, Ayah 12
قَالَ فَٱهْبِطْ مِنْهَا فَمَا يَكُونُ لَكَ أَن تَتَكَبَّرَ فِيهَا فَٱخْرُجْ إِنَّكَ مِنَ ٱلصَّـٰغِرِينَ

(Rabbiinis) "ishee irraa bu’i; Ishee keessatti boonuun siif hin taane; ba’i ati warra salphattoota irraayi" jedheen.

Rabbiin isaan ni jedhe: 'jannata irraa bu'i; ishee keessatti boonuun siif hin jiru. Isheen ganda warra gaggaarii qulqulluu waan taateef. Ati ishee keessa jiraachuun siif hin ta'u. Ati yaa Ibliisaa odoma Aadam irran caala jetteeyis warra salphataa tuffatamaa irraayi. '

Surah 7, Ayah 13
وَلَقَدْ خَلَقْنَـٰكُمْ ثُمَّ صَوَّرْنَـٰكُمْ ثُمَّ قُلْنَا لِلْمَلَـٰٓئِكَةِ ٱسْجُدُوا۟ لِـَٔادَمَ فَسَجَدُوٓا۟ إِلَّآ إِبْلِيسَ لَمْ يَكُن مِّنَ ٱلسَّـٰجِدِينَ

Dhugumatti, isin uumneerra. Ergasiis isin bocne. Ergasiis maleykotaan "Aadamiif sujuudaa" jenne. Achumaan sujuudani; Ibliis malee. Inni warra sujuudan irraa hin taane.

Yaa namootaa! Abbaa keessan Aadamiin uumnee ergasii boca gaariidhaan isa bocne. Ergasii kabajaa isaatiif sujuuduu maleykota ajajne. Ajajamanii sujuudan. Garuu ibliisa boona irraa kan ka'e ni dide.  Waan keeyyattoota darban irraa fudhatamu - Kaayyoo buufamiinsa Qur'aanaa irraa tokko kaafiroota dinniinuufi Mu'uminoota gorsuudha. - Rabbiin Qur'aana akka isaan hordofaniifi ittiin hojjataniif buuse. Yoo kana hojjataniif guddisa guutuu argatanii hojiifi haala gaariitti qajeelaniiru. - Madaalli hojii namaa Guyyaa Qiyaamaa haqa isa zulmiin keessa hin jirreedha. - Rabbiin dachii akka namoonni irra jiraachuu mijaa'u: ishee irratti ijaarrachuu, qotachuufi waan keessa ishee baafatanuuf uume.

Surah 7, Ayah 11