➮ ''Namni tokko gaafa si jaallatu filannoo dhabee oso hin taane, filatee si jaalata. kanaaf itti hin boonin''! ❤️
❤4
«لا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لا شَرِيكَ له، له المُلْكُ وَلَهُ الحَمْدُ، وَهو علَى كُلِّ شيءٍ قَدِيرٌ» .
🌹﷽🌹
●✿⊱Innummaan duniyaa tanarratti.....itti bal'attee,kan fedhe nyaatee ,dhugee uffatee, kolfee,taphatee, gammadee,......qananii keessa jiraate Kun.....An takkaa qananii waan jedhamu argeee hin beeku jedha👇
🥹Laalaa/gubaa ibiddaa gaafa argu.....!!!
😥Jahannam qananii duniyaa hunda Isa dagachiiftee.....!😔
••●✿⊱Yaa Allaah ibiddaa Fi waan isitti nama geesuu hundaarra sitti managafanna.....!!!

«القرآن في الدنيا نافع، وفي القبر شافع، وفي الجنة رافع»
اللهم اجعلنا من اهل القرآن
اللهم اجعلنا من أهلك وخاصتك.💚❤️
.
اللهم اجعلنا من اهل القرآن
اللهم اجعلنا من أهلك وخاصتك.💚❤️
.
As wr wb jaallawwan kiyya qaali me numa dubbisaa obsaan
🫴Dubartii gosa kudhan hin fudhin.
1. Dubartii boyfriendii qabdu ykn jaalallee dhooysaa qabdu
2. Dubartii sahiba dhiiraa heddummattu sahiba dhalatirra akka afaan zamanatti bestfriendi bayyinaan qabdu.
3. Dubartii shubbisa jaalattu ykn dansii taphattuu bifa itti fufaa taheen.
4. Dubartii uffata qaamatti nama maxxanuu fi kan qaama nama mullisu uffachuu akka mirgaattii laaltu.
5. Dubartii waan dachiirraa jiru lafarra jirurra social midiyaaf gatii kennitu.
6. Dubartii nama birootii wajjiin si madaltu yeroo cufa.
7. Dubartii kijibdu tan waa sirra dhooysitu irraa deddeebite amma ammatti.
8. Dubartii kabajaa hadhaa fi abbaa isiidhaa hanqistu ykn xiqqeysitee laaltu fi tan nama guddaa hin kabajne.
9. Dubartii haddooddii hin qabne jaalalaaf tan jaalala hin beeyne.
10. Dubartii gandaa keeysa deemtu tan kophee nabi suleeymaan uffatte.
Akkana jedhe #
sheek abdulrazak hassan,!

❤1
#Ilmi_Namaa wantoota kana hin quufu:
Beekkomsa
Nageenya
Fayyaa
💰 Horii
👑 Aangoo
Tasgabbi'i
Faaruu
Beekkomtii
Dubbii
Daawwii
❤️ Jaalalaa
🏆 Milkaahina
Garuu mu’uminni:
Qur'aana,
Zikrii,
📚 Ilmii,
Salaata,
Du'aaii fi
Waan kheeyrii hojjatuu hin quufu.
🤲Cufaahuu Rabbiin nuuf haa kennu.
Beekkomsa
Nageenya
Fayyaa
💰 Horii
👑 Aangoo
Tasgabbi'i
Faaruu
Beekkomtii
Dubbii
Daawwii
❤️ Jaalalaa
🏆 Milkaahina
Garuu mu’uminni:
Qur'aana,
Zikrii,
📚 Ilmii,
Salaata,
Du'aaii fi
Waan kheeyrii hojjatuu hin quufu.
🤲Cufaahuu Rabbiin nuuf haa kennu.
👏3❤1
🌹Yaa Rabbi rakkoo teenya nu caala siitu beekha Waan nuuf malu nuuf khanni Yaa Allaah!🌹
Yaa Rabbi obboloota Koo Kan dhiiraatis kan Shamarranittis kan asi keessa waliin jirru hunda kaayyoo isaanii guutiifii nuuf milkeessi.✍️🤲
Yaa Rabbi obboloota Koo Kan dhiiraatis kan Shamarranittis kan asi keessa waliin jirru hunda kaayyoo isaanii guutiifii nuuf milkeessi.✍️🤲
As wr wb jaallawwan kiyya qaalii
Carraa isin firraa quba hin qabneen sihaagammachiisu ilaahin!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Carraa isin firraa quba hin qabneen sihaagammachiisu ilaahin!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲
👍1👏1
مطرنا بفضل الله ورحمته
Alhamdu Lillaah
akkam namatti tola!
Rabbiin akkuma lafa goggodduu rooba itti buusuudhaan jiisetti:
#Qalbii keenya iimaana fi taqwaan, kiisha keenya rizqii halaali fi barakaa qabduun haa jiisu!
Aamiin Aamiin Yaa Rabbal Aalamiin.

❤1👏1
As wr wb akkami ngy naaf qabdanii family tiyya qaali jiruu tee keesatti tana naaf hubadhu
🫴Argattus Dhabdus ,hiyyoomattus ,duroomtus,fayyitus,dhukkubsattus,xiqqeeffamtus,guddifamtus,arrabsamtus ,faarafamtus,jibbamtus,jaalatamtus,jaalattus,jibbutus,
Martuu fatanaadha.!!! Haga lafa duniyaa tanarratti jirtu.
🫰Gaari duniyaa rabbiin nuuf haa
Murteessuu🤲🤲🤲🤲
Dunyaa isin Tanuma

Fira koo 😍
Abbaa ko yaa baaba
Uummaa to yaa maama
An isiniin jaaladha
Halkaniifi guyyaa
Umrii naaf dheeradha
Naafiis barakadhaa.
💟fira koo💋
Gama abbaa kiyyaaf
Gama haadharaahii
Fira hudduun qaba
Alhamdulillaahii
Haboo fi eeysumni
Adaadaaf adeerri
Tokko lama miti
Haa dheeratan umrii
Wallah an hedduun
Isin mararfadha
Lubbuu tiyya ol
Isiniin jaaladha
Waa'e keessan yaadu
Takkaan beekhu dhiise
Naaf mujatuu didee
Bilbiluus yoon dhiise
Muraa qaama kiyyaa
Dhiiga kiyya qaalii
Dhufeetin isin laala
Inshaa Allah yoo rabbi
Naaf mijjeesse
Siin jaaladha yaa baaba
Atiis harmee to yaa gudee
Abbaa ko yaa baaba
Uummaa to yaa maama
An isiniin jaaladha
Halkaniifi guyyaa
Umrii naaf dheeradha
Naafiis barakadhaa.
💟fira koo💋
Gama abbaa kiyyaaf
Gama haadharaahii
Fira hudduun qaba
Alhamdulillaahii
Haboo fi eeysumni
Adaadaaf adeerri
Tokko lama miti
Haa dheeratan umrii
Wallah an hedduun
Isin mararfadha
Lubbuu tiyya ol
Isiniin jaaladha
Waa'e keessan yaadu
Takkaan beekhu dhiise
Naaf mujatuu didee
Bilbiluus yoon dhiise
Muraa qaama kiyyaa
Dhiiga kiyya qaalii
Dhufeetin isin laala
Inshaa Allah yoo rabbi
Naaf mijjeesse
Siin jaaladha yaa baaba
Atiis harmee to yaa gudee
❤2👏1
Lakkuma ati hirkoon kee Rabbi ta'uu amantuun, Rabbiin kee bakkuma ati hin eeynerraa si gammachiisa 🥰
Rabbiin isin haa gammachiisu
Rabbiin isin haa gammachiisu
❤4👏1
✍️ إِنَّ الْحَسَنَاتِ يُذْهِبْنَ السَّيِّئَاتِ ۚ ذَٰلِكَ ذِكْرَىٰ لِلذَّاكِرِينَ
✍️ Toltuun Hamtuu Ni balleeysiti. Kuni ammoo warra gorfamuuf gorsa.
Yoo halkan salaatuu dadhabde,
Yoo guyyaa soommanuu dadhabde,
Yoo Qabeenya kennatuu dadhabde,
Subhaanallaah سبحان الله
ALHMADULILLAH الحمد لله
لا إله إلا الله La Ilaha Illalla
الله اكبر ALLAHU AKBAR
Jechuu hin dadhabin!
Jechoonni kunniin Hamtuu namarraa buusan. Akkasumas Toltuun namaaf heddummeeysan. Sadarkaallee namaaf guddisan!

Yaa Rabbii koo gaarii
Uumee jiraachisu
Nuuf guuti ammuma
Waan nu barbaachisu
Yaa Mootii Mootoota
Turu Zalaalamii
Hunda dilii teenya
Mee nuuf araaramii
Uumee jiraachisu
Nuuf guuti ammuma
Waan nu barbaachisu
Yaa Mootii Mootoota
Turu Zalaalamii
Hunda dilii teenya
Mee nuuf araaramii
❤3
➤Matuma keetifi!
┈➤Ati masjidarraa fagaattus, nama biraattu dhufee itti salaata.
إنْ تركتَ المسجدَ
سيأتيه غيرُكَ
┈➤ Ati qur'aanaan ooddus, namuma biraattu dhufee qur'aana kana sammutti haffaza.
إنْ هجرتَ القرآنَ
سيحفظُه غيرُكَ
┈➤ Ati Rabbii kankee irraa fagaattus, nama si caalu kan biraattu gara Rabbiitti dhihaata/kalaaha.
إنْ ابتعدتَ عن اللهِ
سيقتربُ منه غيرُكَ
┈➤ Xumurarratti namni hoongoo fi kasaaraa keessa jiru si malee akka hin jirre, guyyaa wahii siif galuun isaa waan hin oolle.
وستعلمُ أنه لا خاسر غيرُكَ
┈➤ Aayata kana xiinxallaa
فتأمل قول ربك:
" Yoo isin diddanii aayata kiyyarraa fuula garagaltan, isin asirraa oofee, ummata biroo bakka keessan buusa,..."
وَإِن تَتَولَّوْا يَستبدِلْ قَومًا غَيرَكُمْ ثُمَّ لَا يَكُونُوا أَمثَالَكم"

Heddummina haajaa tiyyaa laaleetin rifadhee, Guddinaa fi dandeeytii Rabbii kiyyaa laalee Seeqadhe
Tan sitti jabaattu hin jirtu yaa Rahmaan ko🤲🤲
Tan sitti jabaattu hin jirtu yaa Rahmaan ko🤲🤲
👏1
Osoo cufti dubartii duniyaa irra jirtu qullaa yaatee gurbaan ija gad hin qabatin hundi ija gad qabachuu dhabuu isaa irratti Rabbiin isa gaafachuuf jiraata.!
Osoo cufti Dhiira dachii irra jirtu ija gad qabataniis dubartiin huccuu shari’an jatteeni ala uffattee deemte hundi Rabbi biratti gaafatamuuf jiraatti.!
Kuni Shari’a Rabbiiti fi Diin isaati..namni fadhe akka ifii fadhetti hiikkatuus hin jijjiiramtu.!
Rabbiin ol tahe akkana ja’a ;
وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ
{ (Lubbuun) badii hojjattu (tokkos) badii lubbuu biraa hin baadhattu }

صَلَّ عَليكَ اللهُ يا مَن ذِكرهُ
شرحَ الصُّدورَ وطيَّبَ الآفاقَا
إنْ لم نكنْ ممّن رآكَ فإنَّنا
تَوقًا إليكَ نُعانـقُ الأشْـواقَا 🤍
﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾
اللهم صل على سيدنا محمد ﷺ وآله وصحبه وسلم
تفسير الآية هنا 👇💚

❤2
🤲 Rabbiin amalaa fi dalagaa teenya nuuf haa tolchu.
اللهم حسِّن أخلاقَنا وأفعالَنا
اللهم حسِّن أخلاقَنا وأفعالَنا
❤1