📡TRUE INFORMATION 🇵🇸
109 subscribers
158 photos
6 videos
1 file
13 links
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِن جَاءَكُمْ فَاسِقٌ بِنَبَإٍ فَتَبَيَّنُوا أَن تُصِيبُوا قَوْمًا بِجَهَالَةٍ فَتُصْبِحُوا عَلَىٰ مَا فَعَلْتُمْ نَادِمِينَ
Download Telegram
𝗚𝗨𝗬𝗬𝗔𝗔 𝗧𝗢𝗞𝗞𝗢❗❗❗

➊.  𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖡𝖺𝗅𝖻𝖺𝗅𝖺 𝖬𝖺𝗇𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗍𝗂𝗂 𝖢𝗎𝖿𝖺𝗍𝗍𝖾𝖾 𝖱𝖺𝖿𝗍𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖠𝗍𝗂 𝖪𝖺𝖺𝗍𝖾𝖾 𝖧𝗂𝗇 𝖡𝖺𝗇𝗍𝗎.

➋. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖴𝖿𝖿𝖺𝗍a 𝖪𝖺𝗇𝗄𝖾𝖾 𝖳𝗈𝗅𝖼𝗁𝗂𝗍𝖾𝖾 𝖬𝗂𝗂𝖼𝖺𝗍𝗍𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖠𝖻𝖺𝖽𝖺𝗇 𝖣𝖾𝖾𝖻𝗂𝗍𝖾𝖾 𝖧𝗂𝗇 𝖦𝗈𝖽𝗁𝖺𝗍𝗍𝗎.

➌.𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖣𝗁𝖺𝗇𝗀𝖺𝖺𝗇 𝖠𝗍𝗂 𝖲𝗈𝗈𝗋𝖺𝗍𝗍𝗎 𝖲𝗂𝗂𝖿 𝖰𝗈𝗉𝗁𝖾𝖾𝖿𝖿𝖺𝗆𝖾𝖾 𝖲𝗂 𝖤𝖾𝗀𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖠𝗍𝗂 𝖧𝗂𝗇 𝖭𝗒𝖺𝖺𝗍𝗍𝗎.

➍. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖠𝗍𝗂 𝖩𝖺𝖺𝗅𝖺𝗍𝗍𝗎 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖭𝖺𝗀𝖺𝗁𝖺 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝗁𝖺𝖺𝗆𝖺𝗍𝖺.

➎.𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖠𝖽𝖽𝗎𝗇𝗒𝖺𝖺 𝖳𝖺𝗇𝖺𝖺 𝖲𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝖡𝗈𝗊𝗈𝗇𝗇𝖺𝖺 𝖥𝗎𝖽𝗁𝖺𝗍𝖺 𝖳𝖺𝗁𝖺.

➏.𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝗁𝗂𝗁𝗈𝗈 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝗁𝗂𝗁𝖺𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝖲𝗈𝖽𝖺𝖺𝗍𝖺.

➐. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖬𝖺𝗊𝖺𝖺 𝖩𝖺𝗇𝖺𝖺𝗓𝖺 𝖩𝖾𝖽𝗁𝖺𝗆𝗎𝗎𝗇 𝖸𝖺𝖺𝗆𝖺𝗆𝗍𝖺

➑. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖪𝗈𝗉𝗁𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖬𝖺𝗇𝖺 𝖣𝗎𝗄𝗄𝖺𝗇𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺 𝖳𝖾𝖾𝗍𝗍𝖺.

➒. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖰𝖺𝖻𝖾𝖾𝗇𝗒𝖺𝖺 𝖥𝗂 𝖡𝗎𝗅𝗍𝗂𝗂𝗇 𝖪𝖾𝖾 𝖪𝗈𝗉𝗁𝖺𝖺 𝖧𝖺𝖿𝖺𝗇 𝖸𝗈𝗈𝗄𝗂𝗂𝗇 𝖱𝖺𝖻𝖻𝗂𝗂𝗇 𝖠𝖻𝖻𝖺𝖺 𝖥𝖾𝖽𝗁𝖾 𝖣𝗁𝖺𝖺𝗅𝖼𝗁𝗂𝗌𝖺. 𝖳𝖺𝗋𝗂𝗂𝗍𝗂𝗂 𝖪𝖺𝗇 𝖲𝗂 𝖣𝗁𝖺𝖺𝗅𝗎 𝖭𝖺𝗆𝖺 𝖠𝗍𝗂 𝖩𝗂𝖻𝖻𝗂𝗍𝗎 𝖳𝖺’𝗎𝗎𝗇 𝖬𝖺𝗅𝖺.

➊⓿.  𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖬𝗂𝗑𝗂𝗂𝗇 𝖰𝖺𝖺𝗆𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖭𝗒𝖺𝖺𝗍𝗍𝗂, 𝖮𝖿𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝖣𝗁𝗈𝗈𝗋𝗀𝗎𝗎 𝖧𝗂𝗇 𝖣𝖺𝗇𝖽𝖾𝖾𝗍𝗍𝗎.

➊➊. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖧𝗈𝗃𝗂𝗂𝗇 𝖪𝖾𝖾 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂  𝖵𝗂𝗂𝖽𝗂𝗒𝗈𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺𝗇 𝖲𝗂𝗂𝖿 𝖣𝗁𝗂𝗁𝖺𝖺𝗍𝖾𝖾 𝖣𝖺𝖺𝗐𝗐𝖺𝗍𝗍𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖣𝗎𝖻𝖻𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝖧𝗂𝗇 𝖣𝖺𝗇𝖽𝖾𝖾𝗍𝗍𝗎

➊➋.  𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖲𝗂𝗂𝖿 𝖡𝗂𝗅𝖻𝗂𝗅𝖺𝗇, 𝖬𝖺𝗊𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖭𝗂 𝖸𝖺𝖺𝗆𝖺𝗇, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖧𝗂𝗇 𝖪𝖺𝖺𝖿𝗍𝗎, 𝖧𝗂𝗇 𝖣𝗎𝖻𝖻𝖺𝗍𝗍𝗎.

➊➌. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖡𝖺𝗋𝖾𝖾𝖽𝗂𝗇𝗇𝗂 𝖪𝖾𝖾 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖡𝖺𝖽𝖾𝖾 𝖴𝗎𝗆𝖺𝗆𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖡𝗂𝗒𝗒𝖾𝗍𝗍𝗂 𝖣𝖾𝖾𝖻𝗂𝗍𝖺.

➊➍.  𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖳𝖾𝖾𝗌𝗌𝗈𝗈𝗇 𝖪𝖾𝖾 𝖣𝗁𝗎𝗆𝖺𝖺 𝖭𝗂 𝖡𝖾𝖾𝗄𝗄𝖺𝗆𝖺. 𝖩𝖺𝗇𝗇𝖺𝗍𝖺 𝖸𝗄𝗇 𝖠𝗓𝖺𝖺𝖻𝖺.
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
❤4👏1
Naaf galatooma
As wr wb jaallawwan kiyya qaali ngy naaf qabdanii isin
❤2👏1
As jalatti inshaa Allah galgala jumma jummaadha marihanna inshaa Allah mariifi marahabbaan jiraachuu qabdi waan taheef namni yaroo walitti dhufe
1 yaada walii ni baha
2 hojjii namuu irra jirutti walja
3. Barnoota walirraa argata
4.wal iyyaafata
5 hamtuu irraa wal dhoorgeeti gaaritti wal ajaja
Inshaa Allah rabbiin nuuf haa laaffisu
❤2
وَهُوَ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ فِي سِتَّةِ أَيَّامٍ وَكَانَ عَرْشُهُ عَلَى الْمَاءِ لِيَبْلُوَكُمْ أَيُّكُمْ أَحْسَنُ عَمَلًا ۗ وَلَئِن قُلْتَ إِنَّكُم مَّبْعُوثُونَ مِن بَعْدِ الْمَوْتِ لَيَقُولَنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ

Inni (Rabbiin) Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumeedhaArshiin Isaas bishaan gubbaa tureEenyuu keessantu dalagaan isaa irra gaarii ta’uu isin qormaatuuf (isaan uume)Yoo ati “Dhugumatti isin du’a booda kaafamoodha” jetteen, isaan kafaran “kun sihrii ifa ta’e malee waan biraatii miti” jedhu
🫴As wr wb jaallawwan kiyya mee inuma dubbisaa dawaa waa nuuf hin dhabuu

🤜⁃ Ati garaa dhiifamaa qabdaa?
🤜⁃ Nama si miidheef garaa kee guutuu dhiifama gootee?
🤜⁃ Garaa dhiifamaa qabaachuun balbala nagaa, balbala eebbaa banachuu akkasumas boqonnaa fi gammachuu sammuu ofiitiif argachuu, dhukkuba irraa fayyuus akka ta'e beektaa???

Mee ergaalee jahan kanaa gadii dubbisii hiriyaa kee jaalattu 5f #share godhi! Itti eebbifami!

Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ 🫶Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!

❍ 👌Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.

❍ 🙏Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.

❍ ☝️Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.

❍👍 Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.

❍🫶 Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.
Dhiifama Waliif Haa Goonu!!!

🫱GARAA DHIIFAMAA NAMNI QABU:

1. Bara isaa keessatti nagaa guutuu qaba.
2. Nama hundumaa waliin walii galee jiraata.
3. Rakkina isa mudachuu danda'u keessaa salphumatti ba'uu danda'a!
4. Abbaa furmaataa ta'a.
5. Tokkummaa uumuu fi Qabaachutti cimaadha!
6. Fakkeenya Gaarii ta'a.
    » Gorsuudhaan
    » Barsiisudhaan
    » Hojjechuudhaan
    » Ija godhachuudhaan
    » Galma gahuudhaan Fakkeenya Gaarii ta'a!

🤝Garaa Dhiifamaa Qabaadhu Khalaas 🙏Dubbiftan galatooma👏
➮ ''Namni tokko gaafa si jaallatu filannoo dhabee oso hin taane, filatee si jaalata. kanaaf itti hin boonin''! ❤️
❤4
«لا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لا شَرِيكَ له، له المُلْكُ وَلَهُ الحَمْدُ، وَهو علَى كُلِّ شيءٍ قَدِيرٌ» .
🌹﷽🌹
●✿⊱Innummaan duniyaa tanarratti.....itti bal'attee,kan fedhe nyaatee ,dhugee uffatee, kolfee,taphatee, gammadee,......qananii keessa jiraate Kun.....An takkaa qananii waan jedhamu argeee hin beeku jedha👇

     🥹Laalaa/gubaa ibiddaa gaafa argu.....!!!
😥Jahannam qananii duniyaa hunda Isa dagachiiftee.....!😔

••●✿⊱Yaa Allaah ibiddaa Fi waan isitti nama geesuu hundaarra  sitti managafanna.....!!!
‏«القرآن في الدنيا نافع، وفي القبر شافع، وفي الجنة رافع»
اللهم اجعلنا من اهل القرآن
اللهم اجعلنا من أهلك وخاصتك.💚❤️
.
As wr wb jaallawwan kiyya qaali me numa dubbisaa obsaan
🫴Dubartii gosa kudhan hin fudhin.
1. Dubartii boyfriendii qabdu ykn jaalallee dhooysaa qabdu
2. Dubartii sahiba dhiiraa heddummattu sahiba dhalatirra akka afaan zamanatti bestfriendi bayyinaan qabdu.
3. Dubartii shubbisa jaalattu ykn dansii taphattuu bifa itti fufaa taheen.
4. Dubartii uffata qaamatti nama maxxanuu fi kan qaama nama mullisu uffachuu akka mirgaattii laaltu.
5. Dubartii waan dachiirraa jiru lafarra jirurra social midiyaaf gatii kennitu.
6. Dubartii nama birootii wajjiin si madaltu yeroo cufa.
7. Dubartii kijibdu tan waa sirra dhooysitu irraa deddeebite amma ammatti.
8. Dubartii kabajaa hadhaa fi abbaa isiidhaa hanqistu ykn xiqqeysitee laaltu fi tan nama guddaa hin kabajne.
9. Dubartii haddooddii hin qabne jaalalaaf tan jaalala hin beeyne.
10. Dubartii gandaa keeysa deemtu tan kophee nabi suleeymaan uffatte.
Akkana jedhe #
sheek abdulrazak hassan,!
❤1
#Ilmi_Namaa wantoota kana hin quufu:

Beekkomsa
Nageenya
Fayyaa
💰 Horii
👑 Aangoo
Tasgabbi'i
Faaruu
Beekkomtii
Dubbii
Daawwii
❤️ Jaalalaa
🏆 Milkaahina

Garuu mu’uminni:
Qur'aana,
Zikrii,
📚 Ilmii,
Salaata,
Du'aaii fi
Waan kheeyrii hojjatuu hin quufu.

🤲Cufaahuu Rabbiin nuuf haa kennu.
👏3❤1
🌹Yaa Rabbi rakkoo teenya nu caala siitu beekha Waan nuuf malu nuuf khanni Yaa Allaah!🌹

Yaa Rabbi obboloota Koo Kan dhiiraatis kan Shamarranittis kan asi keessa waliin jirru hunda kaayyoo isaanii guutiifii nuuf milkeessi.✍️🤲
Live stream finished (23 days)
As wr wb jaallawwan kiyya qaalii

Carraa isin firraa quba hin qabneen sihaagammachiisu ilaahin!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲
👍1👏1
مطرنا بفضل الله ورحمته
Alhamdu Lillaah
akkam namatti tola!
Rabbiin akkuma lafa goggodduu rooba itti buusuudhaan jiisetti:
#Qalbii keenya iimaana fi taqwaan, kiisha keenya rizqii halaali fi barakaa qabduun haa jiisu!
Aamiin Aamiin Yaa Rabbal Aalamiin.
❤1👏1
Live stream started
As wr wb akkami ngy naaf qabdanii family tiyya qaali jiruu tee keesatti tana naaf hubadhu
🫴Argattus Dhabdus ,hiyyoomattus ,duroomtus,fayyitus,dhukkubsattus,xiqqeeffamtus,guddifamtus,arrabsamtus ,faarafamtus,jibbamtus,jaalatamtus,jaalattus,jibbutus,
Martuu fatanaadha.!!! Haga lafa duniyaa tanarratti jirtu.
🫰Gaari duniyaa rabbiin nuuf haa
Murteessuu🤲🤲🤲🤲


Dunyaa isin Tanuma
Fira koo 😍
Abbaa ko yaa baaba
Uummaa to yaa maama
An isiniin jaaladha
Halkaniifi guyyaa
Umrii naaf dheeradha
Naafiis barakadhaa.
💟fira koo💋
Gama abbaa kiyyaaf
Gama haadharaahii
Fira hudduun qaba
Alhamdulillaahii

Haboo fi eeysumni
Adaadaaf adeerri
Tokko lama miti
Haa dheeratan umrii

Wallah an hedduun
Isin mararfadha
Lubbuu tiyya ol
Isiniin jaaladha

Waa'e keessan yaadu
Takkaan beekhu dhiise
Naaf mujatuu didee
Bilbiluus yoon dhiise

Muraa qaama kiyyaa
Dhiiga kiyya qaalii
Dhufeetin isin laala
Inshaa Allah yoo rabbi
Naaf mijjeesse
Siin jaaladha yaa baaba
Atiis harmee to yaa gudee
❤2👏1
Lakkuma ati hirkoon kee Rabbi ta'uu amantuun, Rabbiin kee bakkuma ati hin eeynerraa si gammachiisa 🥰

Rabbiin isin haa gammachiisu
❤4👏1
✍️ إِنَّ الْحَسَنَاتِ يُذْهِبْنَ السَّيِّئَاتِ ۚ ذَٰلِكَ ذِكْرَىٰ لِلذَّاكِرِينَ

✍️ Toltuun Hamtuu Ni balleeysiti. Kuni ammoo warra gorfamuuf gorsa.


Yoo halkan salaatuu dadhabde,
Yoo guyyaa soommanuu dadhabde,
Yoo Qabeenya kennatuu dadhabde,
  Subhaanallaah سبحان الله
ALHMADULILLAH الحمد لله
           لا إله إلا الله La Ilaha Illalla
          الله اكبر   ALLAHU AKBAR
Jechuu hin dadhabin!
Jechoonni kunniin Hamtuu namarraa buusan. Akkasumas Toltuun namaaf heddummeeysan. Sadarkaallee namaaf guddisan!