﷽
╔══════🔹🔹🔹🔹🔹══════╗
Martabaa(sadarkaan) islaamaa sadihi(3)⚖️
╚══════🔹🔹🔹🔹🔹══════╝
📖🖋️مراتب الإسلام ثلاثة
↺ الإسلام
↺ الإيمان
↺ الإحسان
↻Islaamummaa
↻ Iimaanaa fi
↻ Ihsaana jedhama
╔══════🔹🔹🔹🔹🔹══════╗
⚖️Arkaanni Iimaanaa jaha (6)⚖️
╚══════🔹🔹🔹🔹🔹══════╝
📖🖋️أركان الإيمان ستة
↺أن تؤمن باللـــــــہ
↺ وملائكتــــــــــــــــہ
↺ وكتبــــــــــــــــــــــہ
↺ ورسلـــــــــــــــــــــہ
↺ واليوم الآخــــــــــــــــر
↺ وبالقدر خيره وشره من اللــــــہ تعالى
↻Rabbitti amanuu,
↻Malaa'ikoota isaatti amanuu,
↻Kitaabota isaattis amanuu,
↻Ergamtoota isaattis amanuu,
↻Guyyaaoodaattis amanuu fi
↻Qadarattis amanuudha toltuu tahuu hamtuu tahuu Rabbuma olta'e irraa natti dhufe jedhanii.
╔══════🔹🔹🔹🔹🔹══════╗
⚖️Arkaana Islaamaa shanan(5)⚖️
╚══════🔹🔹🔹🔹🔹══════╝
📖🖋️أركان الإسلام خمسة
↺أن تشهد أن لا إلــــــہ إلا اللــــــہ وأن محمد رسول اللــــہ 💝ﷺ💝
↺ وتقيم الصلاة
↺ وتؤتي الزكاة
↺ وتصوم رمضان
↺ وتحج البيت الحرام إن استطعت إليـــــہ سبيلاً🕋
↻Ragaa bahuudha Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru Muhammad ergamaa Rabbiiti jedhanii,
↻Salaata Salaatuu,
↻Zakaa kennuu,
↻Baatii Ramadaanaa soomanuu fi
↻Yoo danda'an Hajjii dhaquudha.
╔══════🔹🔹══════╗
Islaamummaa jechuun maal jechuudha?⚖
╚══════🔹🔹══════╝
📖🖋️الإســـــــــــــــــــــــــــــلام:
↺ هو الإستسلام لله بالتوحيد
↺ والإنقياد لــــــــــــــــہ بالطاعة،
↺ والبراءة من الشرك وأهلــــــــــــــہ
Islaamummaa jechuun :
↻Rabbiif masakamuudha tawhiida\tokkochummaa isaatiin,
↻akkasuma Rabbiif if gadi qabuu ykn isaaf buluudha,
↻ ammas Shirkii fi warra Shirkii irraas qulqullaa'uu dha.
╔══════🔹🔹══════╗
⚖️ Al-Ihsaan jechuun maal jechuudha?⚖️
╚══════🔹🔹══════╝
📖🖋️الإحســـــــــــــــــــــــــــان:
↺أَنْ تَعْبُدَ اللهَ كَأَنَّكَ تَرَاهُ؛
↺ فَإِنْ لَمْ تَكُنْ تَرَاهُ
↺فَإِنَّـــــــــــــــــہُ يَرَاكَ ☝️
Ihsaana jechuun:
↻ Ati Rabbiin gabbaru akka waan isa argituutti,
↻ Yoo isa arguuyyuu baatte,
↻ Innuu(Rabbiinuu) si'arga! 🔐
╔══════🔹🔹🔹══════╗
👉🔹-by-iskuu🔹beyan 🔹👈
╚══════🔹🔹🔹══════╝
Qomatti qabadhaa📖❤️💚❤️

❤2👏1
Hijaaba.....
Maaliif yakka godhan
Hijaaba uffachuu
Maaliif dhoorkan laata
Hijaabaan barachuu
An wanti naan galle
Mataa na dhukkubse
Shamara qulla oofun
Maaliif barbaachise
Maaliif heerri baha
Kan dhoorku hijaaba
Hijaaba baasuun kun
Biyyaaf bu'aa qabaa ?
Bu'aa haa qabaatu
Haa qabaach baatu
Khadijaan Wallahi
Haannaf Beetin taatu
Hijaaba uffattee
Barattee barsiisti
Waan qaroominni ta'e
Diina agarsiisti
Sababa isaas
Hijaabni nagaya
Hijaabni naamusa
Qaama dubarti dha
Hamtuu irra tiiysa !!
Mee dubbisi kalaama
Rabbii kiyya
يا أيها النبي قل لأزواجك وبناتك ونساء المؤمنين يدنين عليهن من جلابيبهن ذلك أدنى أن يعرفن فلا يؤذين وكان الله غفورا رحيما (٥٩)
Yaa nabiyyichaa! “Niitolii keetiin, shamarran keetiifi dubartoota mu’uminootatiinis, jilbaaba (hijaaba) isaanii (qaama) isaanii irratti gadi buusaa” jedhiinAkka beekamanii hin rakkifamneefis kanatu irra dhihoodhaRabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta’eera.
[الأحزاب : 59]

👏2
Fedhii duniyaatiifu
Oliif gadi fiignaa
Kan yeroo nuuf kenneef
Maaliif yeroo dhabna
Booda ni sheenoofnaa
Nutti dhuftu duuti
Salaata shananuu
Mee guunnee ha salaannu
Quraanas qaraanee
Mee haa wal qaraasifnuu
Oliif gadi fiignaa
Kan yeroo nuuf kenneef
Maaliif yeroo dhabna
Booda ni sheenoofnaa
Nutti dhuftu duuti
Salaata shananuu
Mee guunnee ha salaannu
Quraanas qaraanee
Mee haa wal qaraasifnuu
Akhii wa ukhtii 😘
Boru guyyaan jumu'aadha. ibaadaalee halkan kanaa fii guyyaa boruutiif qophaa'uu qophaa'i. Rasuula ﷺ irratti Salaawaata buusuu heddummeeyfadhu. Daqiiqaalee fii sekondiilee halkanii fii guyyaa kanaa carraa jireenyaa lammaffaa hin deebineedha. Sababa ati salawaata buusuu keetiitiin cinqii fii yaaddoon mataa si oowwisaa turtee fii si jeeqaa jirtu siif of ga'amtee diliin mudhii si kuttee kheeyrii hedduu dhoorkamuuf sababa sitti taate siif dhiifamuu waadaan siif seenamee jira.»ღ
Jumadal Ula 29,1447H
By sheikh shaafi mohammed
Jumadal Ula 29,1447H
By sheikh shaafi mohammed
𝗚𝗨𝗬𝗬𝗔𝗔 𝗧𝗢𝗞𝗞𝗢❗❗❗
➊. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖡𝖺𝗅𝖻𝖺𝗅𝖺 𝖬𝖺𝗇𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗍𝗂𝗂 𝖢𝗎𝖿𝖺𝗍𝗍𝖾𝖾 𝖱𝖺𝖿𝗍𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖠𝗍𝗂 𝖪𝖺𝖺𝗍𝖾𝖾 𝖧𝗂𝗇 𝖡𝖺𝗇𝗍𝗎.
➋. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖴𝖿𝖿𝖺𝗍a 𝖪𝖺𝗇𝗄𝖾𝖾 𝖳𝗈𝗅𝖼𝗁𝗂𝗍𝖾𝖾 𝖬𝗂𝗂𝖼𝖺𝗍𝗍𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖠𝖻𝖺𝖽𝖺𝗇 𝖣𝖾𝖾𝖻𝗂𝗍𝖾𝖾 𝖧𝗂𝗇 𝖦𝗈𝖽𝗁𝖺𝗍𝗍𝗎.
➌.𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖣𝗁𝖺𝗇𝗀𝖺𝖺𝗇 𝖠𝗍𝗂 𝖲𝗈𝗈𝗋𝖺𝗍𝗍𝗎 𝖲𝗂𝗂𝖿 𝖰𝗈𝗉𝗁𝖾𝖾𝖿𝖿𝖺𝗆𝖾𝖾 𝖲𝗂 𝖤𝖾𝗀𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖠𝗍𝗂 𝖧𝗂𝗇 𝖭𝗒𝖺𝖺𝗍𝗍𝗎.
➍. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖠𝗍𝗂 𝖩𝖺𝖺𝗅𝖺𝗍𝗍𝗎 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖭𝖺𝗀𝖺𝗁𝖺 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝗁𝖺𝖺𝗆𝖺𝗍𝖺.
➎.𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖠𝖽𝖽𝗎𝗇𝗒𝖺𝖺 𝖳𝖺𝗇𝖺𝖺 𝖲𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝖡𝗈𝗊𝗈𝗇𝗇𝖺𝖺 𝖥𝗎𝖽𝗁𝖺𝗍𝖺 𝖳𝖺𝗁𝖺.
➏.𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝗁𝗂𝗁𝗈𝗈 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝗁𝗂𝗁𝖺𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝖲𝗈𝖽𝖺𝖺𝗍𝖺.
➐. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖬𝖺𝗊𝖺𝖺 𝖩𝖺𝗇𝖺𝖺𝗓𝖺 𝖩𝖾𝖽𝗁𝖺𝗆𝗎𝗎𝗇 𝖸𝖺𝖺𝗆𝖺𝗆𝗍𝖺
➑. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖪𝗈𝗉𝗁𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖬𝖺𝗇𝖺 𝖣𝗎𝗄𝗄𝖺𝗇𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺 𝖳𝖾𝖾𝗍𝗍𝖺.
➒. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖰𝖺𝖻𝖾𝖾𝗇𝗒𝖺𝖺 𝖥𝗂 𝖡𝗎𝗅𝗍𝗂𝗂𝗇 𝖪𝖾𝖾 𝖪𝗈𝗉𝗁𝖺𝖺 𝖧𝖺𝖿𝖺𝗇 𝖸𝗈𝗈𝗄𝗂𝗂𝗇 𝖱𝖺𝖻𝖻𝗂𝗂𝗇 𝖠𝖻𝖻𝖺𝖺 𝖥𝖾𝖽𝗁𝖾 𝖣𝗁𝖺𝖺𝗅𝖼𝗁𝗂𝗌𝖺. 𝖳𝖺𝗋𝗂𝗂𝗍𝗂𝗂 𝖪𝖺𝗇 𝖲𝗂 𝖣𝗁𝖺𝖺𝗅𝗎 𝖭𝖺𝗆𝖺 𝖠𝗍𝗂 𝖩𝗂𝖻𝖻𝗂𝗍𝗎 𝖳𝖺’𝗎𝗎𝗇 𝖬𝖺𝗅𝖺.
➊⓿. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖬𝗂𝗑𝗂𝗂𝗇 𝖰𝖺𝖺𝗆𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖭𝗒𝖺𝖺𝗍𝗍𝗂, 𝖮𝖿𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝖣𝗁𝗈𝗈𝗋𝗀𝗎𝗎 𝖧𝗂𝗇 𝖣𝖺𝗇𝖽𝖾𝖾𝗍𝗍𝗎.
➊➊. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖧𝗈𝗃𝗂𝗂𝗇 𝖪𝖾𝖾 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖵𝗂𝗂𝖽𝗂𝗒𝗈𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺𝗇 𝖲𝗂𝗂𝖿 𝖣𝗁𝗂𝗁𝖺𝖺𝗍𝖾𝖾 𝖣𝖺𝖺𝗐𝗐𝖺𝗍𝗍𝖺, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖣𝗎𝖻𝖻𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝖧𝗂𝗇 𝖣𝖺𝗇𝖽𝖾𝖾𝗍𝗍𝗎
➊➋. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖲𝗂𝗂𝖿 𝖡𝗂𝗅𝖻𝗂𝗅𝖺𝗇, 𝖬𝖺𝗊𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖭𝗂 𝖸𝖺𝖺𝗆𝖺𝗇, 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖧𝗂𝗇 𝖪𝖺𝖺𝖿𝗍𝗎, 𝖧𝗂𝗇 𝖣𝗎𝖻𝖻𝖺𝗍𝗍𝗎.
➊➌. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖡𝖺𝗋𝖾𝖾𝖽𝗂𝗇𝗇𝗂 𝖪𝖾𝖾 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗂 𝖡𝖺𝖽𝖾𝖾 𝖴𝗎𝗆𝖺𝗆𝖺 𝖪𝖾𝖾 𝖡𝗂𝗒𝗒𝖾𝗍𝗍𝗂 𝖣𝖾𝖾𝖻𝗂𝗍𝖺.
➊➍. 𝖦𝗎𝗒𝗒𝖺𝖺 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖳𝖾𝖾𝗌𝗌𝗈𝗈𝗇 𝖪𝖾𝖾 𝖣𝗁𝗎𝗆𝖺𝖺 𝖭𝗂 𝖡𝖾𝖾𝗄𝗄𝖺𝗆𝖺. 𝖩𝖺𝗇𝗇𝖺𝗍𝖺 𝖸𝗄𝗇 𝖠𝗓𝖺𝖺𝖻𝖺.
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚

❤4👏1
As jalatti inshaa Allah galgala jumma jummaadha marihanna inshaa Allah mariifi marahabbaan jiraachuu qabdi waan taheef namni yaroo walitti dhufe
1 yaada walii ni baha
2 hojjii namuu irra jirutti walja
3. Barnoota walirraa argata
4.wal iyyaafata
5 hamtuu irraa wal dhoorgeeti gaaritti wal ajaja
Inshaa Allah rabbiin nuuf haa laaffisu
1 yaada walii ni baha
2 hojjii namuu irra jirutti walja
3. Barnoota walirraa argata
4.wal iyyaafata
5 hamtuu irraa wal dhoorgeeti gaaritti wal ajaja
Inshaa Allah rabbiin nuuf haa laaffisu
❤2
وَهُوَ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ فِي سِتَّةِ أَيَّامٍ وَكَانَ عَرْشُهُ عَلَى الْمَاءِ لِيَبْلُوَكُمْ أَيُّكُمْ أَحْسَنُ عَمَلًا ۗ وَلَئِن قُلْتَ إِنَّكُم مَّبْعُوثُونَ مِن بَعْدِ الْمَوْتِ لَيَقُولَنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
Inni (Rabbiin) Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumeedhaArshiin Isaas bishaan gubbaa tureEenyuu keessantu dalagaan isaa irra gaarii ta’uu isin qormaatuuf (isaan uume)Yoo ati “Dhugumatti isin du’a booda kaafamoodha” jetteen, isaan kafaran “kun sihrii ifa ta’e malee waan biraatii miti” jedhu

🫴As wr wb jaallawwan kiyya mee inuma dubbisaa dawaa waa nuuf hin dhabuu
🤜⁃ Ati garaa dhiifamaa qabdaa?
🤜⁃ Nama si miidheef garaa kee guutuu dhiifama gootee?
🤜⁃ Garaa dhiifamaa qabaachuun balbala nagaa, balbala eebbaa banachuu akkasumas boqonnaa fi gammachuu sammuu ofiitiif argachuu, dhukkuba irraa fayyuus akka ta'e beektaa???
Mee ergaalee jahan kanaa gadii dubbisii hiriyaa kee jaalattu 5f #share godhi! Itti eebbifami!
Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ 🫶Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!
❍ 👌Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.
❍ 🙏Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.
❍ ☝️Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.
❍👍 Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.
❍🫶 Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.
Dhiifama Waliif Haa Goonu!!!
🫱GARAA DHIIFAMAA NAMNI QABU:
1. Bara isaa keessatti nagaa guutuu qaba.
2. Nama hundumaa waliin walii galee jiraata.
3. Rakkina isa mudachuu danda'u keessaa salphumatti ba'uu danda'a!
4. Abbaa furmaataa ta'a.
5. Tokkummaa uumuu fi Qabaachutti cimaadha!
6. Fakkeenya Gaarii ta'a.
» Gorsuudhaan
» Barsiisudhaan
» Hojjechuudhaan
» Ija godhachuudhaan
» Galma gahuudhaan Fakkeenya Gaarii ta'a!
🤝Garaa Dhiifamaa Qabaadhu Khalaas 🙏Dubbiftan galatooma👏

➮ ''Namni tokko gaafa si jaallatu filannoo dhabee oso hin taane, filatee si jaalata. kanaaf itti hin boonin''! ❤️
❤4
«لا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لا شَرِيكَ له، له المُلْكُ وَلَهُ الحَمْدُ، وَهو علَى كُلِّ شيءٍ قَدِيرٌ» .
🌹﷽🌹
●✿⊱Innummaan duniyaa tanarratti.....itti bal'attee,kan fedhe nyaatee ,dhugee uffatee, kolfee,taphatee, gammadee,......qananii keessa jiraate Kun.....An takkaa qananii waan jedhamu argeee hin beeku jedha👇
🥹Laalaa/gubaa ibiddaa gaafa argu.....!!!
😥Jahannam qananii duniyaa hunda Isa dagachiiftee.....!😔
••●✿⊱Yaa Allaah ibiddaa Fi waan isitti nama geesuu hundaarra sitti managafanna.....!!!

«القرآن في الدنيا نافع، وفي القبر شافع، وفي الجنة رافع»
اللهم اجعلنا من اهل القرآن
اللهم اجعلنا من أهلك وخاصتك.💚❤️
.
اللهم اجعلنا من اهل القرآن
اللهم اجعلنا من أهلك وخاصتك.💚❤️
.
As wr wb jaallawwan kiyya qaali me numa dubbisaa obsaan
🫴Dubartii gosa kudhan hin fudhin.
1. Dubartii boyfriendii qabdu ykn jaalallee dhooysaa qabdu
2. Dubartii sahiba dhiiraa heddummattu sahiba dhalatirra akka afaan zamanatti bestfriendi bayyinaan qabdu.
3. Dubartii shubbisa jaalattu ykn dansii taphattuu bifa itti fufaa taheen.
4. Dubartii uffata qaamatti nama maxxanuu fi kan qaama nama mullisu uffachuu akka mirgaattii laaltu.
5. Dubartii waan dachiirraa jiru lafarra jirurra social midiyaaf gatii kennitu.
6. Dubartii nama birootii wajjiin si madaltu yeroo cufa.
7. Dubartii kijibdu tan waa sirra dhooysitu irraa deddeebite amma ammatti.
8. Dubartii kabajaa hadhaa fi abbaa isiidhaa hanqistu ykn xiqqeysitee laaltu fi tan nama guddaa hin kabajne.
9. Dubartii haddooddii hin qabne jaalalaaf tan jaalala hin beeyne.
10. Dubartii gandaa keeysa deemtu tan kophee nabi suleeymaan uffatte.
Akkana jedhe #
sheek abdulrazak hassan,!

❤1
#Ilmi_Namaa wantoota kana hin quufu:
Beekkomsa
Nageenya
Fayyaa
💰 Horii
👑 Aangoo
Tasgabbi'i
Faaruu
Beekkomtii
Dubbii
Daawwii
❤️ Jaalalaa
🏆 Milkaahina
Garuu mu’uminni:
Qur'aana,
Zikrii,
📚 Ilmii,
Salaata,
Du'aaii fi
Waan kheeyrii hojjatuu hin quufu.
🤲Cufaahuu Rabbiin nuuf haa kennu.
Beekkomsa
Nageenya
Fayyaa
💰 Horii
👑 Aangoo
Tasgabbi'i
Faaruu
Beekkomtii
Dubbii
Daawwii
❤️ Jaalalaa
🏆 Milkaahina
Garuu mu’uminni:
Qur'aana,
Zikrii,
📚 Ilmii,
Salaata,
Du'aaii fi
Waan kheeyrii hojjatuu hin quufu.
🤲Cufaahuu Rabbiin nuuf haa kennu.
👏3❤1
🌹Yaa Rabbi rakkoo teenya nu caala siitu beekha Waan nuuf malu nuuf khanni Yaa Allaah!🌹
Yaa Rabbi obboloota Koo Kan dhiiraatis kan Shamarranittis kan asi keessa waliin jirru hunda kaayyoo isaanii guutiifii nuuf milkeessi.✍️🤲
Yaa Rabbi obboloota Koo Kan dhiiraatis kan Shamarranittis kan asi keessa waliin jirru hunda kaayyoo isaanii guutiifii nuuf milkeessi.✍️🤲
As wr wb jaallawwan kiyya qaalii
Carraa isin firraa quba hin qabneen sihaagammachiisu ilaahin!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Carraa isin firraa quba hin qabneen sihaagammachiisu ilaahin!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲
👍1👏1
مطرنا بفضل الله ورحمته
Alhamdu Lillaah
akkam namatti tola!
Rabbiin akkuma lafa goggodduu rooba itti buusuudhaan jiisetti:
#Qalbii keenya iimaana fi taqwaan, kiisha keenya rizqii halaali fi barakaa qabduun haa jiisu!
Aamiin Aamiin Yaa Rabbal Aalamiin.

❤1👏1