Kabajamtoota Hordoftoota Facebook koo jala jirtan hundaaf. Facebook'n amma itti fayyadama jiru kun akeekkachiisa dhumaa naaf kenne diimaa natti garsiisee jira. Kanaaf ni gubata ni hafa isaa hin beeku. Garuu iyyata galche jira, eessumoon keenya Waashiin waan nu godhu hin beekne. Kun dandamate deebi'u taate, yoo kuteef ammoo Facebook Temam G Genemo ykn liinkii armaan gadi kanaan firoomfadha. Hiriyyoota keessanis invite fi share gochuun itti affeera. Galatooma!
https://www.facebook.com/share/1Bij6mC6Mk/
https://www.facebook.com/share/1Bij6mC6Mk/
በሳውዲ አረቢያ ውስጥ ሰዎችን ስለሚገድሉ ልጆቻ::
Jawar Mohttps://www.facebook.com/share/v/19E5nfmLL1/hammed
Jawar Mohttps://www.facebook.com/share/v/19E5nfmLL1/hammed
Jawar nama jechaan qofa osoo hin taane gochaan Oromoo biratti beekkamu ta'uu ragaan kunooti.
Dhiibbaa hanga inni uumu namni hundu amma ni hubata. Kan jibbaansa isaan qalbiin cufamte malee.
Eega Rabbiin sababni waan kana Jawaar akka ta'e hundu ni beeka. Eeruun ummata keenyas gaheen isaanii gahee leencati. Baay'ee galatooma!
Eeruun itti haa fufu.
Jaras seeratti dhiheessun itti fufa.
Rabbiin takka jara hin baasin.
Temam G Genemo hiriyoomfadha
https://www.facebook.com/share/p/199FTtwhPZ/

👍1
Dallaalli ijoollee biyya alaa isin ergina jedha maallaqa nyaattan, salphinna keessaa jirtu. Jawar miti anuma xiqqaa kana bira ragaa baay'eetu natti ergama jira. Yeroo isaa eegne tartiiban akka Haajin isin maxxansan, nutis waan dandeenyu ni tolchina. Akkuma Jawar isiniin maallaqa ummata galcha akka gorsatti, osoo hin saaxilamin galcha. Kana miti jettan garri itti dhokattanii baatan hin jiru. Ragaan Baankii maallaqa irra buufattan nu bira gahee jira.
Warri dallaalli sobe isin saame ammas ragaa Baankii, suur-sagalee fi video yoo qabaattan nuuf erga. Kan hattuu, bulguu fi maafiyaa baranuma!
Facebook tun dhibamte jirti tana Firooomfadha Temam G Genemo
https://www.facebook.com/share/p/1G8j1A9Vgs/

❤1
Obboleessa koo, jaala qabsoo Dr Turist Tura imala dheeraa fi obsa fixachiisa san keessaa darbite baga milkoofte. Imala kee xumurte bakka deemtuuf baga nagaa geesse. Bakki deemte qilleensi fi jireenyi akkuma haadha fi abbaa keetitti siif haa taatu.
Baga Gammadde!
https://www.facebook.com/share/p/1S4q7yhszp/
Baga Gammadde!
https://www.facebook.com/share/p/1S4q7yhszp/
Haala Bulguwwaan Gaara Saa'ud Arabiyaa fi Dubai itti jirtu.
https://www.facebook.com/share/r/1GeHpLfkQx/
https://www.facebook.com/share/r/1GeHpLfkQx/
Namtichi Xaahir Abduu jedhamu kan Saamu'eel Wandimmuu Dambii Doollootti ajjee*se warra WBO Shawaa Bahaa keessaa socho'uun ajjeef*ame jira.
Hanga fedhe bubbulus dhiigni nama lafa hin badu. Amaanu'eel Wandimmuu akkuma beekkamu gocha isaan maleetti shug*uxii mormatti hidhanii Abbaa Torbee jedhaniin erga reebanii caccabsanii booda Marfata Dambii Doolloo irratti baasanii ajjee*san. Kan ajjees*e Xaahir Abduu kana.
Tokko tokkoon warra nama haala maleen ajjeef*tu siif hin ooltu.
https://www.facebook.com/share/p/14pU82LWBB2/

Dallaalonni namuu nu hin argu jettanii namatti taphata turtan amma Rabbiin isin qabee jira fakkaata. Akkuma jedhame hiree lamaan isiniif kenname lamaanitti fayyadama. Lamaan san bira dabartu ammoo Haaji Jawar Waaroo salphinna isinitti uwwisee isin salphise, namooma keessaa isin baase, san qofatti hin dhaabbattani Shabbee seentu. Filannoon keechan.
https://www.facebook.com/share/p/1JsUHiMZwi/
https://www.facebook.com/share/p/1JsUHiMZwi/
Dallaalota!
Dallaalonni Dubai fi Saudi Arabiyaa keessaa teessan visa soba hojjata maallaqni nama irra nyaattan, daftanii maallaqa nama galchitan moo Visa dhugaa hojjataniif? Kana lamaan hin gootan taanan salphinnaan maallaqa nama galchuuf teessu. San qofatti hin dhaabattan Shabbee seentu. Ragaan baay'een keessan dhufa jira.
Warri biros nama isin saame, ragaa maallaqa isin saame, suuraa isaa waliin erga.
https://www.facebook.com/share/p/19scVy4LWL/

Qabsoo Oromoo wanti sakaale waan akkana kanneen kunoo. Warruma kaleessa Sabni kun fira taasifate garaa itti himata turetu binee*nsa ta'e Saba kana nyaata. Yaayyaa Bashiir maaltu akkana ta'a jedhee eege? 🫠
https://www.facebook.com/share/p/1BiPmb4wKf/
https://www.facebook.com/share/p/1BiPmb4wKf/