SUCCESS๐ŸŽ–
1.71K subscribers
15 photos
1 video
12 links
๐Ÿชด๐—•๐—ฒ๐—น๐—ถ๐—ฒ๐˜ƒ๐—ฒ๐—ฑ ๐˜๐—ต๐—ฎ๐˜ ๐˜๐—ผ๐—บ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ผ๐˜„ ๐˜„๐—ถ๐—น๐—น ๐—ฏ๐—ฒ ๐—ฏ๐—ฒ๐˜๐˜๐—ฒ๐—ฟ ๐˜๐—ต๐—ฎ๐—ป ๐˜๐—ผ๐—ฑ๐—ฎ๐˜†.
๐—–๐—˜๐—ข โ†’ @beinstein_6
๐Ÿ™๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป
https://t.me/Success_win1
Download Telegram
Channel photo updated
#Beektonni yoo callisan gowwoonni ni baay'atu.

- Nelson Mandela


Like ๐Ÿ‘ ๐Ÿ”ฅโค๏ธ

๐™น๐š˜๐š’๐š—โ†“โ†“
@Success_win1
๐Ÿ‘24โค10๐Ÿ’ฏ5
Jireenya keessatti Guyyaan hundii gammachu miti obsii jiraadhu, sababni isas obsite yoo jiraate milkahu dandeessa Wan Tefii ๐ŸŒŸ๐Ÿ™Œ
โ™ฅ๐ฟ๐‘–๐‘˜๐‘’ โค๏ธโค๏ธ

๐™น๐š˜๐š’๐š—โ†“โ†“
@Success_win1
๐Ÿ‘25โค2
โ†ฌLafarraa waanti bara baraaf turu tokkollee hin jiru. 'Simbirri๐Ÿฆœ utuu lubbuun jirtuu raammoo nyaatti; yeroo simbirri duutu immoo raammoon deebitee simbiricha nyaatti.' Yeroo fi haalli yeroo kamiyyuu jijjiiramuu danda'u. ๐ŸŒ๐Ÿ”„

โ† Jireenya keessatti eenyullee hin miidhin ykn hin gaddisiisin.
๐Ÿ‘‰Har'a jabaa ta'uu dandeessa ta'a, garuu yeroon si caalaa jabaa ta'uu isaa hin dagatin!๐Ÿคž
๐Ÿ’ช Mukti tokko kibriitii miiliyoona tokko uuma, mukni kibriitii xiqqaan tokko immoo mukkeen miiliyoona tokko gubee balleessuu danda'a.
๐Ÿ”ฅ Kanaafuu, waanti hamaan (gadheen) tokko jireenya kee keessatti waan gaarii miiliyoonaan lakkaawwaman irratti dhiibbaa akka hin uumne eeggadhu... ๐ŸŒฑ๐Ÿ›ก๏ธ

๐ŸซถLafarraa, gaarii ta'i, gaariis hojjedhu... โœจ

Like ๐Ÿ‘ ๐Ÿ”ฅโค๏ธ
๐™น๐š˜๐š’๐š—โ†“โ†“
@Success_win1
๐Ÿ‘16โค8๐Ÿ’”3
Falaasama Muka Baamboo (The Bamboo Philosophy) ๐ŸŽ‹โœจ

โ†’Yeroo bubbee fi obonleettiin jabaan dhufee bubbisu, mukkeen gurguddoo, dhedheeroo fi jajjaboo ta'an of-tuulummaadhaan bubbisuuf yaalu. Garuu bubbichi humnaan waan caaluuf, mukkeen jajjaboo dhedheeroo sana giddutti dhoosuun ykn buqqisuun lafaan dhaha ๐Ÿ’ฅ๐ŸŒณ.

๐Ÿ‘‰Muki baamboo (bamboo) saphalli sun garuu, yeroo bubbeen jabaan dhufe gadi jedha, bubbichas hin mormu ๐Ÿƒ.
...Bubbeen
sun humna isaa fixatee erga darbe baada, baamboon sun deebi'ee qajeelee dachee irratti jabaatee dhaabbata ๐ŸŒฑ๐Ÿ’ช.

๐Ÿ‘‰Jireenya keessattis, of-tuulummaan fi haala wajjin wal simachuu dhabuun si cabsa.
๐Ÿ‘‰Gaafa dhiphuun fi haalli rakkisaan jireenya keetti dhufe, bubbee sana mormitee of hin cabsin. Akka baamboo ta'ii obsan gadi jedhi, haala sana dabarsi ๐ŸŒช๏ธโžก๏ธ๐ŸŒฟ. Obsuun fi gadi jechuun kufuun miti; deebi'anii jabaatanii dhaabbachuuf humna kuufachuu dha ๐Ÿ”„โœจ.

Like ๐Ÿ‘ โค๏ธ

๐™น๐š˜inโ†“โ†“
@Success_win1
โค11๐Ÿ‘3
Yeroo ofii keetii salphaatti gammaddee fi namaan wal hin madaalle ykn hin dorgomne, namni hundi si kabaja. ๐Ÿคโœจ
โค25๐Ÿ”ฅ2
โœ…๏ธAkkam jirtu family SUCCESS ๐Ÿซฐ๐ŸŒŸ

Jireenya koo keessatti gaabbii HIN qabu. WAAN HUNDI sababa qaba jedheen yaada. Yeroon rakkisaan ati keessa darbitu amala ijaara, nama baayyee cimaa si taasisa ๐Ÿ’ชโœจ#Success_win1โœ๏ธ
โค20๐Ÿ‘2๐Ÿ”ฅ2
#SUCCESS๐Ÿ˜Š
Qormaata si muudatuuf cimina, rakkoo keetif furmaata argachuuf beekumsa, akkasumas waan hojjetamuu qabu hunda galmaan gaสผuuf dandeettii ni qabda. ๐Ÿ’ชโœจ

๐Ÿ‘‡share ๐Ÿ‘‡
https://t.me/Success_win1
โค20๐Ÿ‘3๐Ÿ”ฅ1
ยฐAti jiraattee, Ofiin of bulchuu dandeenyaan waa'ee nama biraa maaltu si yaaddeessa?๐Ÿ™„ Hin yaadda'in, kan kee qofa ta'etu kan keeti. Of wajjiin walii gali sana booda jireenya keetis hooggani.๐Ÿคœ๐Ÿค›

๐ŸฅนPls ๐ฟ๐‘–๐‘˜๐‘’ โค๏ธโค๏ธ
๐™น๐š˜๐š’๐š—โ†“โ†“
@Success_win1
โค20๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘‰Milkaa'innii Fi humni kee...
.
.
.
๐Ÿฅ‡Yeroo namni sin amannetti ati ifitti amanuudha.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Success_win1
๐Ÿ‘8โค4
๐Ÿ‘‰Small progress is still progress.๐Ÿ˜Ž
๐Ÿ‘‰Start where you are, use what you have, and keep moving forward. โœจ

#GrowthMindset
#Consistency

โœ…๏ธ Like ๐Ÿ‘ โค๏ธ
โœ…๏ธJoin ๐Ÿ‘‡
@Success_win1
๐Ÿ‘6โค3
Akkam jirtu family #SUCCESS๐ŸŽ–
๐Ÿ‘‰ยซJireenya koo namni jiraate hin jiru,
โœ…๏ธImimmaan koo namni naaf booโ€™e hin jiru,

โœ…๏ธDhukkubbiin koo namatti dhagahamee hin beeku.


๐Ÿ”ฐKanaaf, namni kamiyyuu Jireenya koo irratti
Murteessuuf mirga hin qabu!ยป๐Ÿ˜
โค3๐Ÿ’ฏ1