SOF UMAR MEDIA
7.27K subscribers
430 photos
11 videos
54 files
1.37K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
👉Haala Password Wfi Barbaadanii Argachuu Itti Dandeessan | How To hack Wfi Password | Guutuu Isaa Link Kana Tuquun Dawadhaa⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/QY8MgfVPgSE

👉Appicha As Tuquun Bufadhaa👉https://bbcko.com/wifi-passwords-instabridge
👉Akkaataa Account Telegraama Keesan Osoo Hin Gubatin Lakkoofsa Bilbilaa Itti Jijjiiruu Dandeessan
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/sue4IdkcsLQ
◀️ Akkaataa Lakkoofsa  Bilbilaa Email  Kessanii Itti Jijjiratan ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/fhVdCZkyu_o
Sirni gaggeessaa reeffa Artistii Alii Birraa boruu raawwata

Onkololeessa 28, SOF UMAR APP(Leenca Baada Baalee)- Sirni gaggeessaa reeffa Artisti Alii Birraa guyyaa boruu kan raawwatu ta’uu Koreen Waloo Biyyaalessaa beeksise.

Sirni gaggeessaa kunis Finfinnee Addabaabayii Michummaatti kan raawwatamu ta’uu eereera.

Boruu sa’aa 2:00 irraa eegalee reeffi mana jireenyaa isaa Bishooftuurraa gara Finfinnee dhufuun sirni gaggeessaa gootaa fi kabajaa kan raawwatamuuf ta’uu korechi ibsa kenneen himeera.

Sirni awwaalchaa isaas bakka dhaloota isaa Dirree Dawaatti kan raawwatu ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama Irratti : https://t.me/Sofumarapp

Yuutyuubii Sof umar app: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

Feesbook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100004484266748

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Iraan 2 fi 0 Weelsin mo'atee

Iraanoonni injifannoo tokkoo ol injifataniiru. Weels michuu biyyoota dhihaa kan taate yoo ta'u,, lammiileen Iraaniin haleelamtee mo'amte. Kubbaan ergaa hedduu of keessaa qaba. Garuu ciminni bu'uura. Iraan immoo qabxii hiika qabu kaasuun warra dhihaa aarsite.
Sof Umar App
Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4

Instagram: https://www.instagram.com/@moheone

▶️ Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZMLHLufD6/

◀️◀️◀️ For more Info Subsscribe and Follow my social Media▶️▶️▶️
Dubbisaa❗️❗️Like,share godha!

Dhiironni baay'een dubaroota fuudhaaf yeroo gaafatan akka waan oolmaa guddaa oolaniifii fakkeeffamee yaadama; ilaalamas. Garuu wantota armaan gadii kana yaaddanii beektuu⁉️

✍️Mana ishee gattee si bira dhufti.
✍️Siif jettee maatii ishee dhiistee fagaatti.
Siif ulfoofti/garaatti baatti.Ilmoo siif deessi.
✍️Yeroo ulfooftu namummaan ishee ni jijjiirama.
✍️Yeroo da'umsaaf miixattu dhukkubbii hamaatu itti dhagahama. Darbee darbees carraan du'aa ishee mudata.
✍️Mucaa siif deesse amma inni of danda'utti
dararama heddu wajjin agarti.
✍️mucaan isheen deesse amma gaafa du'uutti
maqaa keetiin waamama. Kan isheetiin hin waamamu.
✍️Kanaafuu eenyutu eenyuuf oolmaa ooleree?

Yaa firakoo haadha manaa keetiifi haadha ijoollee keetiif kabaja malu kenniif; dubartii ta'uun waan salphaa mitiitii!!!!
Halkaan Gaarii🛌
👉Haala Password Wfi Barbaadanii Argachuu Itti Dandeessan | How To hack Wfi Password | Guutuu Isaa Link Kana Tuquun Dawadhaa⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/QY8MgfVPgSE

👉Appicha As Tuquun Bufadhaa👉https://bbcko.com/wifi-passwords-instabridge
America 0 vs England 0
Amerikaa fi Ingilizii galchii tokko malee qixaa bahan
Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4

Instagram: https://www.instagram.com/@moheone

▶️ Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZMLHLufD6/

◀️◀️◀️ For more Info Subsscribe and Follow my social Media▶️▶️▶️
🔴 🇦🇷Argentina Vs 🇲🇽Mexico
🔴 Shaampiyoonaa addunyaa yeroo lamaa Arjentiinaa tapha du'aa Mexico waliin har'a galgalaa kessa sa'aati 4ti ni taphaati. taphattoonni Arjeentina fi mexico Qaxar keessa turuuf waan hunda kennuun dirqama itti ta'e jira. Sa'udiin Arjentiinaa fi Meksikoo injifattee Qaxar keessa turtii?!
Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4

Instagram: https://www.instagram.com/@moheone

▶️ Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZMLHLufD6/

◀️◀️◀️ For more Info Subsscribe and Follow my social Media▶️▶️▶️
Faransaay biyya jalqabaa Gebbaa adunyaa gara marsaa itti anutti dabarte tatee jirti.Taphaa Waancaa Addunyaa Qaxar 22ffaa Faransaayii fi Deenmaark tapha garee isaanii lammaffaa taphataniiru. Faransaay Deenmaark 2 fi 1n injifachuun qabxii ishee gara 6tti ol guddiste jirti. Bu'aa kana hordofuun Faransaay biyya jalqabaa uggura kana keessatti makamte. Daqiiqaa 61ffaa fi 86ffaa irratti Kiiliyaan Mbaapeen goolii injifannoo Faransaay galcheera. Daqiiqaa 68ffaa irratti goolii tokkicha Deenmaark mo'amuu irraa hin baraare Andreas Christensen galche.