SOF UMAR MEDIA
7.2K subscribers
398 photos
9 videos
54 files
1.28K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
β–ΆοΈπŸ’Έ Guys Mimoon App Irraa Dollar Hojjataan Haala Kanan Bafaatuu.Guutuu video dawwadha.dollar hojjatan bafachuu dandessuu.
  Warronnii hangaa amma hin egaaliin egaluu dandessuu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ ID:  99053211

▢️ App LinkπŸ‘‰ Become a Star Host on Mimoon and enjoy daily rewards of up to $35! Rigister through my invite,go live, interact, and get rewareded every day. Click the link to download. Click the link to download
https://u.nk1.me/3ck5p8k
βœ…πŸ’Έ Guys App Kana irraa $10-$150 Hojjachuu dandessuu.app haarawadha dursuun egaaluun irraa fayyadama.
Akkata,itti hojjatan:
1.Deebii deebisuu
2.Beeksisaa ilaaluu
3.Game taphachu
4.spin godhuu
5.website adda adda dawwachuu
6.Namoota affdrruu fi.k.k.f

Guutuu akkata ittin hojjatan Galgaala vidhyoon naa egaa.

Eegaluuf:

Invitation Code fayyadamuun Coin 1000(0.1) Argatuu

βœ…Invitation Code: FAK4PK

▢️ App LinkπŸ‘‰ Use code FAK4PK to get 500 coins on Watch & Earn Real Money!

Download: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.earnmoneydaily.earnmoneyadsplay
‎As Wr Wb
‎Baga Ayyaana eidal Fixir waggaa 1447ttiin Nagahaan maatii, Firoottani fi Hiriyoottan keessan wajjiin Nagahaan geettan jechaa..
‎ Ayyaanni kun
‎ = Kan Araaramaa
‎ = kan Gammachuu
‎ = Kan jaalalaa
‎ = Kan Tokkummaa
‎ =Kan Quufaa
‎ = Kan milkii fi kan Waan yaaddan hunda itti milkooftan isinif haa ta'uu
πŸ’˜πŸ’˜Ayyaana Gaarii πŸ’˜πŸ’˜
‎ Eid-mubarak!!!!!!!!!
‎Mohammed Mozayen Jarsoo

@sofumarapp
βœ… Baga Ayyaana Bara 1447ffaf Kabajamuu Ayyaana Eid Al Fatriin Isiin Gahe.Diamond Adduunya Nageenya Tahu Meeqatuu Beekaa Guutuu Isa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/GFMrD3ziHBE
β–ΆοΈπŸ’ΈπŸ’» Platform Laman Kannennitti Fayyadamuun Milliyeenara tahu dandessuu.Platform βž‹ Jiruu Fi Jireenya Namoota Bay'ee Jijjirraan.namonni of jijjirruu barbaddaan itti fayyadama.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/9lkmIr_hado
β–ΆοΈπŸ’Έ Warronnii Bilbilaa Fi Yeroo Gaha Qabdaan Hojii Guyyaan $2-$20 Irraa Hojjachuu Dandessaan isiniif Fideera.Referral Code Kanan yoo Galmooftan Coin 1,000 argatuu.
Guutuu video gad isiniif lakkisaa jabadhaa hojjadha.

▢️ Referral Code:πŸ‘‰ FAK4PK

▢️ Link AppichaπŸ‘‰ Join Watch & Earn Real Money and start earning! Use my referral code: FAK4PK

Download: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.earnmoneydaily.earnmoneyadsplay
β–ΆοΈπŸ’Έ App kana fayyadamuun Guyyaan Qarshii Hangaa 1,000 Ykn Dollar $2-$20 hojjachuu dandessu.
Guutu Video kunno Dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/HELrQxxyMaA
πŸ’»πŸ’Έ Guys Badhaasa Telegram Wallet Qophessee Dollar $210 Ykn Qarshii 20,000 Ol Irratti Hirmaadha Mo'adhaa fudhaa.
Seera Badhaasa kana irratti itti hirmachuu dandessani fi yoom akka xumuramu guutuu Video kessaa ni argatuu dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/gMjxoBavjaw
πŸ’»πŸ’Έ Guys Marsaa Lammaffaa Challenge Akkata Ji'an $100 Ol Karaa Ittin Hojjachuu Dandessaan Galmee Egaaluuf Qophiidha.kotta Galmaa'a baasii tokko malee free nuu wajjiin hojjadha.ibsaa guutuu video kana kessaa argatuu.
Karaa ittin galmooftan boruu Isiniif maxxansaa irratti hirmaadha.
Guutuu video dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/bVquEzmLh4I
▢️ πŸ’Έ Badhaasa Telegram Wallet Qophesse Kan $300,000 Kennawwan100,000 ol of kessaa qaban irratti hirmachuun irra fayyadama.
Kannewwan as kessatti argaman:
βœ… Dollar
βœ… Telegram star
βœ… Gift
βœ… IPhone
βœ… Apple fi k k fakkatan ni argatuu.

Eefaluuf Link kana tuqaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ LinkπŸ‘‰ https://t.me/giftfest2_bot/app?startapp=UkM9MDAwMDA2UGJ6Tm4mUlM9aW52aXRlX2ZyaWVuZA%3D%3D
▢️ Dhabbataa Qarshii Ummaata Billion 1.7 Konkoolata Isiniif Fidnaa Jechuun Samee Fintech Investment Group.Tiktoker Mansur Jamal fi Artistootni baay'een to'annoo seera jaala olaan.
Dabbalaatan dhimmaa Million Diribaas Ni ilaala guutuu isaa dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

βœ… https://youtu.be/Ej_a2f0Dfoo
βœ…πŸ’Έ Guys Badhaasni Telegram Wallet $300,000 Irratti Hirmaadha.Badhaasa Gift Fest Season 2 Eegalameraa egaluun irraa fayyadama.
Dabaalatan warronni Challenge Ji'aa Tokkof turu telegram wallet irratti hirmachuu barbadaan karaa ittin galmooftani Code galmee fudhataan isinitti agarsiisa.guutuu video dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/Z3RyP6MoDQ4
β–ΆοΈπŸ’»πŸ’Έ Warronni Challenge $100 Ji'a Tokkof turu irratti Hirmachuu Barbada Kara Kannen lamaniin Galma'uu Dandessuu.

1.Karaa Group Telegram armaan gadittiinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ… https://t.me/oromo24

2.Karaa Group WhatsApp Arman gadiitiin
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ… https://chat.whatsapp.com/ETczVTECQpQ3puGaX1raub

βœ…Wantoota,Isinii irra barbachisaan
1.Link kannen kessa tokko tuqun maqaa kessan guutuu barressuun Code Fudha.
2.Ergawwaan Darban dhaggefadha.
3.Sa'aati hojiif murta'ee kabajaa
4.Bay'inna namoota barbadnuu namoota 50 Qofa.
5.Kafaltii tokko malee deggarsa gaha argachuuf mirga qabduu.

Balleessaa Challenge Kana kessaa nama gaggeessu
1.Garaa group kanneni warronnii join gotan maqaa kessan qofa barressun Code fudha.Link fi ergaa hin tanee barressuu Group kessa block nama taasisa.
2.Sa'aati murtaa'een alaa namni karaa bilbilaa fi social median kessummesinuu hin jiruu
3.Yeroo hojii kabajuu namonni dandettan qofti galmaa'a.

Galmeen Hanga April 01/2026 Qofa tura.

βœ…Guyyan Challenge Eegaluu Isiin Beeksifnaa,galma'uun nuu egaa.

πŸ’Έ$100 Challenge
@sofumarapp
β–ΆοΈπŸ’ΈAkkata Challenge Ji'aa Tokkof Turuu $100 Itti Eegaluu Fi Hojjatamuu Ibsaa Guutuu.
Warronni Galmooftan Qophii gochuu qabdan akkasummas warronni carra kana dhabdan akkamitti akka hojjatan video kessa argatuu.guutuu dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
▢️ https://youtu.be/-EO7YaINzvc
πŸ’»Qophii Teknoolojii Kenyaa Har'aatiin Argannoo Haraawa Dhabbatni Orbit Reflector Ifoomsee,Namni Kamiyyuu bilbilaa isatii fayyadamuu Halkaa ifaa aduu argachuu akka danda'uu ifoomsee ilaala.
Halkaan ifaa aduu Company fi namonni dhunfaa barbadaan,Order gochuun kafaaltii kafaluun ifaa aduu halkaan argachuu ni danda'uu jedhuu,ni ilaala.Arganno kun hangam dhugaadha? Dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/Nj8BkuURzkg
πŸ’»πŸ’ΈGuys Har'aa Guyyaa itti challenge kenyaa $100 ji'aa tokkof turuu itti egalchifnuudha.
Sa'aatii muraasa booda live kenyaa ni egalaa.
Karaa Youtube,tiktok fi telegramatiin Live irratti wal haa arginuu.
Galgaala kessaa sa'aatii 3:00Pm Irratti wal haa agaruu.
Link social media kenyaa:
▢️ YouTube: Mohe OnlineπŸ‘‰ https://youtube.com/@amirmedia1081?si=bU_gZhhkv2PeKMSV
βœ…TiktokπŸ‘‰ https://www.tiktok.com/@moheone?_r=1&_t=ZS-95GGfJQfko8
βœ…TelegramπŸ‘‰ Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
https://t.me/Sofumarapp

For all information Please join my social media platform.thnks
▢️ Day 1 $100 Challenge: Akkata Toloka ai account Banatanii fi Verified godhataan.Kutaa 2ffaa kessatti immoo akkata hojii dollar irra argataan ni ilaala.Warronni Egaluu Barbadan Link armaan gaditti tuquun egaala.Guutu video isiniif gad lakkisaa
Egaluuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

βœ…LinkπŸ‘‰ https://toloka.ai/toloker
▢️ Day 1 $100 Challenge: Akkata Toloka ai Account banatani fi verified godhatan Ni ilaala.
Hojii kanarra dollar gudda fi hojii bay'ee argachuu dandessuu step jiru hunda hordoffaa.
Akkeekkachisa: Karaa sirri fi step sirri yoo hin hordofnnee hojii muraasa qofa argatuu.

Guutu video dawadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/NyfS78rc0wM
▢️ Guys Challenge Kenyaa Ilalchisee Gaffii fi deebii ni qabna Har'aa sa'aatii 3:00Pm Irratti.Obsan nuu egaa.

Warronni Toloka ai Account banatanii verified tasiftaan task hojjachuu akka hin egalee video kutaa 2ffaa osoo hin ilaaliin.
Hojiin guyya 2ffaa har'aa isinif gad lakkifamaa obsan nu egaa.
Hojiin kun hedduu salphadha.jabatanii yoo hojjatan qarshii garii hojjachu dandessuu.obsa nuu egaa.

One Month $100 Challenge