Software
4.56K subscribers
43 photos
1 video
3 files
183 links
Stay alert. Stay updated. Stay secure. A community for cybersecurity enthusiasts to share tips, news, and learn daily hacks (the good kind!).
Download Telegram
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
#MoE
#Grade_12
#Remedial

Bara kanaas sagantaan barnootaa Foyyaa'insaa ykn remedial akka jiru prof Birhaanuu Naggaa dubbatan.

Kan bara darbee caalaa qabxii darbiinsaa olkaasuun remedial akka kennamuus ibsan.

Barattoota hangam takkaatu remedial dhaaf dhiyaata kan jedhu hin murtoofne jedhan.

"Bara kana barattootni carraan remedial kennamuuf hin murtoofne. Dhibbarraa 40-50  kan jedhu irratti marii irra jirra" jedhan.

Bara darbe qabxiin seensa akka olka'uufii hanging barattoota fudhatamuu akka xiqqaatu himamee ture.

https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. moeresult.com
4. SMS 6284
5, @EAESbot
6, @ETGrade12bot

Gaafa Qormaanni gadhifamu filannoo kana fayyadamaa check godhaa

https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
Forwarded from Bultii Addaa Dodolaa
RAAJIIDHAπŸ’₯
Akka biyyatti, Dodalaa Ifa Boruu irraa, qabxii addaa galmeesse! 591/600. Qabxii biyya kanatti galmaa’e hin beekne, yeroo jalqabaaf OROMIYAA irraa galmaaye.

Barataa Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa Kaalid Bashiir qormaata Seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591 galmeesse.

https://t.me/BultiiAddaaDodolaa
Forwarded from CryptoBrain Quizzes
Milkaa'ina #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa!
--------------------
BBO- Fulbaana 04/2018 MBIBBA Barattootni Isaanii Qabxii Bara Kanaa Olaanaa Galmeessisuun Barattoota Isaanii 100% Dabarsuun Milkaa'aniiru.

Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsaniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa;
- Amboo
- Beddellee
- Dodolaa
-Haramayaa
-Nageellee
-Najjoo
-Yaaballoofi
- WMO- Adaamaa dabalatee #barattoota_isaanii_100% kan dabarsan yoo ta'u, #qabxiin_olaanaan_bara_kana_akka_biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa #Ifa_Boruu_Bultii_Addaa_Sad_2ffaa keessatti ta'uun beekameera.
Isaanis:
#Barnoota_Saayinsii_Uumamaan MBIBBA #Dodolaa keessatti 591/600 kan galmaa'e yoo ta'u,
#Barnoota__Saayinsii_Hawaasaan immoo, MBIBBA #Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru.
Walumaagalatti , Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisanfi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru.

Hubachiisa:- Qabxii Manneen Barnootaa Addaa ilaalchisee sagantaa itti aanutti kan dhiheessinu ta'a.

https://t.me/QoraasumaMedia
❀1
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
#kutaa_12ffaa

GABAASA GUUTUU

Bu'aa qormaataa Isa kana eegaa turre - Pr Birhaanuu Naggaa.

Kaanan booda barataan of danda'ee qormaata biyyoolessaa darbu bayyaachaa jiraan jecha Pr Birhaanuu Naggaan wayita ibsa Kennan dubbatanidha.

"Bara kana qabxii bareedaatu galmaa'e haa ta'u malee gahadha jechuu hin dandeenyu, baroota itti aanan sadanittii qabxii fooyya'aa kan eegnu ta'a."jedhan.

Itti dabaluuniis bu'aan qormaataa hanga boru saatii 6tti kan gadi lakkifamu ta'as jedhan.
Kunis dogooggorri tokkoyyuu Akka hin uumamneef Akka ta'es himaniiru.

Bara kanaas sagantaan barnootaa Foyyaa'insaa ykn remedial akka jiru prof Birhaanuu Naggaa kan dubbatan yoo ta'u qabxiin seensa isaa kan baroota darbaaniirra olkaasuudhaan kan kennamu ta'uusaa himan.

Barattota meeqatu remidiyaali gala jedhamanii gaaffii gaafatamaniif ammoo "hin murteessine maarii irra jirras" jechuun deebisan

Kan bara darbee caalaa qabxii darbiinsaa olkaasuun remedial akka kennamuus ibsan.

"Bara kana barattootni carraan remedial kennamuuf hin murtoofne. Dhibbarraa 40-50  kan jedhu irratti marii irra jirra" jedhanHaa ta'u malee qabxiin seensa isaa kan bara darbeerra kan ol ka'uu fi baayyinni Barattota galaniis  Akka hir'atu ibsan.

Bara kana barattoonnii karaa online qormaaticha fudhatan caalatti qabxii fooyya'aa fiduu isaanis himan.

Akka biyyattiittii barattoonnii dhibbeentaan 8.4 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii dhibbentaa 50 ol galmeessuun darbaniiru.

Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa kan waamsisan yoo ta'u Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa yoo ta'u Mana barnootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan kan galmaa’ee ta'u isaa himameera.

Walumaa galatti Oromiyaatti barattoonni 11,651 qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa milkaa’aniiru.

Haaluma kaanan Manneen Barnootaa Ifa Boruu fi Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsuun Milkaa'aniiru.

Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa;
Amboo ,Beddellee, Dodolaa, Haramayaa, Nageellee, Najjoo, Yaaballoofi WMO Adaamaa dabalatee barattoota isaanii 100% kan dabarsan yoo ta'u, qabxiin olaanaan bara kana akka biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad 2ffaa keessatti ta'uun daran gammachuu guddaadha. Isaanis:

Barnoota Saayinsii Uumamaan MBIBBA Dodolaa  keessatti barataa Khaalid Bashiirin 591/600  kan galmaa'e yoo ta'u, Barnoota Saayinsii Hawaasaan immoo, MBIBBA Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru. Walumaagalatti, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisaniifi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru. BBO

https://t.me/IfaBoruBoardingss
Ifa Boru Boarding school⭐️

πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘‡πŸ’―
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
  β—€β—’β—€β—’β—€β—’β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯
  β–ˆ       Add All           β–ˆ
  β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯β—€β—’β—€β—’β—€β—’
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

πŸ”·πŸ”Ή πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘†πŸ”
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
#Heart_Warming_News
=======================
Congratulations to Ambo University and #Ambo_Ifa_Boru_Boarding_School Communities!
========================================
All our students (100%) from both #Ambo_University_Special_School and  #Ambo_Ifa_Boru_Boarding_School have successfully passed Grade 12th national examination. All the credits for this achivment goes to our both schools administration and teachers. Your dedication and hardwork has really paid off as always. You have clearly set standard to our school and we have a lot to do to sustain the success. Thank you so very much and congratulations once again to our students and families. Via Bayissa leta

Ifa Boru Boarding school⭐️

https://t.me/IfaBoruBoardingss


πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘‡πŸ’―
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
  β—€β—’β—€β—’β—€β—’β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯
  β–ˆ       Add All           β–ˆ
  β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯β—€β—’β—€β—’β—€β—’
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

πŸ”·πŸ”Ή πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘†πŸ”
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoonni Kutaa 12ffaa Qabxii keessan ilaalachuuf jettanii garuu sababa Network isin dide Koodii fi maqaa keessan yoo nuuf ergitan group armaan gadii irratti isiniif laaluuf qophii xumurree jirra.
Barattoota Network isin dide hundaafπŸ‘‡
https://t.me/QormaataKutaa12

Maqaa fi koodii keessan qofa nuuf erguun qabxii keessan laaladhaa

https://t.me/QormaataKutaa12


πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘‡πŸ’―
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
  β—€β—’β—€β—’β—€β—’β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯
  β–ˆ       Add All           β–ˆ
  β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯β—€β—’β—€β—’β—€β—’
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

πŸ”·πŸ”Ή πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘†πŸ”
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
Marsariitii bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu!
= = =
https://t.me/QabxiiKutaa12ffa

Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera.

Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitiifi Teeleegiraama armaan gaditti eeramaniin bu’aa qabxii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu Tajaajilli Barnootaa fi maddaallii Qormaatilee ifoomseera.

Haaluma kanaan;
πŸ”” Jalqabaa link result.eaes.et πŸ’  banun OK kan jedhuu irrattii tuqaa.

1.Marsariitii https://result.eaes.et

2.Teeleegiraamii:-https://t.me/EAESbot

3. Ergaa gabaabaa ፑ 6284 Fayyadamuun ilaallachuun ni danda'ama!

https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Wow baga gammaddan Qabxii ilaalachuun jalqabameera.
Garuu sababa namoonni baay'een yaalaa jiraniif busy ta'ee jira kanaaf saffisaan hin hojjetu. Namoonni laalachuun barbaaddan maqaa fi koodii keessan group armaan gadii irratti nuuf ergaa.πŸ‘‡

https://t.me/QormaataKutaa12

Carraa Gaarii!
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
Barataa Saayinsii Hawaasaan Qabxii Olaanaa galmeesse

Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)-Barataa Caalaa Garramaa Ejjetaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii 562 galmeessuun seenaa hojjate.

Caalaa Garramaa Ejjetaan Barataa Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboo yoo ta’uu, Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 damee Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatii qabxii olaanaa galmeessuu Daayrektarri Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Amboo obbo Xannaa Fayyisaan Faanaa Diijitaaliif ibsaniiru.

Akka biyyaatti Qabxiin Olaanaa Saayinsii Hawaasaan galmaa'ee Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboorraa ta'uu Ministeerri Barnootaa kaleessa Ifoomsuun ni yaadatama.


Ifa Boru Boarding school⭐️

https://t.me/IfaBoruBoardingss


πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘‡πŸ’―
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
  β—€β—’β—€β—’β—€β—’β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯
  β–ˆ       Add All           β–ˆ
  β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯β—€β—’β—€β—’β—€β—’
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

πŸ”·πŸ”Ή πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘†πŸ”
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
Wow baga gammaddan Qabxii ilaalachuun jalqabameera. Barattoonni baay'een qabxii isaanii ilaalachuuf yaalaa turaniis garuu ilaalachuu hin dandeenye. Garuu amma sirriitti hojjechuu jalqabeera. Barattoonni laalachuu barbaaddan link armaan gadii fayyadamaa.
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All  kan jedhu tuqaa
1. Marsariitii  https://result.eaes.et

2. Telegram :- https://t.me/EAESbot

https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Wow baga gammaddan Qabxii ilaalachuun jalqabameera.
Garuu sababa namoonni baay'een yaalaa jiraniif busy ta'ee jira kanaaf saffisaan hin hojjetu. Namoonni laalachuun barbaaddan maqaa fi koodii keessan group armaan gadii irratti nuuf ergaa.πŸ‘‡

https://t.me/QormaataKutaa12

Carraa Gaarii!
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
Barattoonni kutaa 12 Qabxii keessan amma yoonaa hin laalatin jirtuu?
Koodii fi maqaa keessan yoo nuuf ergitan group armaan gadii irratti isiniif laaluuf qophii xumurree jirra. πŸ‘‡
https://t.me/QabxiiKutaa12ffa

Maqaa fi koodii keessan qofa nuuf erguun qabxii keessan laaladhaa

https://t.me/QabxiiKutaa12ffa

Carraa Gaarii!
Forwarded from CryptoBrain Quizzes
#Beeksisa_Hatattamaa
---------------------
Barattoota Maneen Barnootaa Bultii Addaa Federaalaa Galuuf Galmooftan Hundaaf

BBO- Fulbaana 06/2018 Barattootni bara barnootaa 2017 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun gara kutaa 9ffaa dabartaniifi Manneen Barnootaa Bultii Addaa dorgomtanii galuuf galmooftan, akkasumas calallii xumuraa dabartan maqaa keessan chaanaalii telegraamii keenyaa https://t.me/QoraasumaMedia/777 irra ilaallachuun qajeelfama asii gadii akka raawwattan isin beeksifna!

Qajeelfama
Akka Odeeffannoo Ministeera Barnootaatti,
1- Qormaatni kan qophaa'e Gosa #barnootaa/dandeettii_Afaan_Ingilizii irraaa waan ta'eef gamanumaa akka qophooftan,
2- #Iddoon_Qormaataa:- Yunivarsiitii dhiheenyatti argamu keessatti yoo ta'u, bakka itti dhihaatu barataan filachuu danda'a.
3- Qormaanni '#Online' marsariitiin kennama.
4- Barattootni '#online' qoramuu akka danda'an Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Waajjirri Barnootaa Gadinaaleefi Bul. Magaalotaa haala ni mijeessu.
7- #Guyyaan_Qormaataa Fulbaana 12/2018 waan ta'eef qophaa'aa.
Maatiin barattootaas barattoota keenya jajjabeessuu qabdu!

#Barattoota_Qormaataaf_Filataman_Maqaa_Isaanii Chaanaalii Telegraama keenyaa ilaalaa https://t.me/QoraasumaMedia/777

#Hubachiisa:- Odeeffannoo walirraa hincinne waan isiniif keenninuuf nu hordofaa!!

#Carraa_Gaarii !!

https://t.me/QoraasumaMedia
Forwarded from CryptoBrain Quizzes
#Mana Barumsaa WMO
#Waamicha

===== Fulbaana 07/2017 ======
Waamicha barattootaa
Barattootni kutaa 11ffaa fi 12ffaa bara barnootaa 2018 mana Barnootaa Bultii Addaa WMO Damee Adaamaa muummee saayinsii uumamaa (kutaa 12ffaa qofa) fi Damee Bishooftuu (kutaa 11ffaa fi 12ffaa) muummee saayinsii hawaasaa taatan guyyaan galmee 10/01/2018 waan ta'eef guyyaa ibsame kanatti mooraa mana barnootaatti argamuun akka gabaastan cimsinee isin beeksisna.
Tokkummaan Misoomaaf!

https://t.me/QoraasumaMedia


πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘‡πŸ’―
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
  β—€β—’β—€β—’β—€β—’β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯
  β–ˆ       Add All           β–ˆ
  β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯β—€β—’β—€β—’β—€β—’
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

πŸ”·πŸ”Ή πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘†πŸ”
Forwarded from AMU TECH (Amu)
πŸ”ΌGatii old group guyyaa har'aaf πŸ”₯πŸ”₯
➿➿➿➿➿➿➿➿➿➿➿

βœ…2016-2022 😬1200 birr
βœ…2023😬1000 birr

⏬2024

βœ…January 😬750birr
βœ…February😬750 birr
βœ…March😬500 birr
βœ…April 😬200 birr
βœ…May😬150 birr
βœ…June 😬100 birr
βœ…July 😬100 birr
➿➿➿➿➿➿➿➿➿➿➿

πŸ‘‘ Reseller

πŸ“§ @MAABABID
πŸ’¬ @MAABABID

https://t.me/AmuTechn
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
#Beeksisa
Yunivarsiitiifi Damee Barnoota Barachuu Barbaaddanii Filadhaa!

Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 fudhattanii Qabxii Darbiinsaa Argattan Hundaaf
-----------
BBO- Fulbaana 12/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 qoramanii qabxii Yunivarsiitii isaan galchu/darban
hanga #Fulbaana_14/2018tti Yunivarsiitii itti barachuu barbaaddaniifi damee barnootaa barachuu barbaaddan #manneen_barnootaa_keessanitti argamuun #barsiisaa_isiniif ramadame biratti filannoo keessan akka guuttan(akka filattan) Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Hubachiisa :-
1-  Yunivarsiitii Siviil Sarviisii Itoophiyaa bara 2018 irraa jalqabee damee barnootaa adda addaa waan barsiisuuf filannoo keessan keessa galchuu ni dandeessu.

2- Ynivarsiitiin Finfinnee(Addisa Ababa University), Yunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Finfinnee (AASTU) fi Yunivarsiitiin Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa (ASTU)
Filannoo keessa hin galan. Akka hin filanne!

Ifa Boru Boarding school⭐️

https://t.me/IfaBoruBoardingss


πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘‡πŸ’―
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
  β—€β—’β—€β—’β—€β—’β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯
  β–ˆ       Add All           β–ˆ
  β—£β—₯β—£β—₯β—£β—₯β—€β—’β—€β—’β—€β—’
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

πŸ”·πŸ”Ή πŸ”·πŸ”ΉπŸ”·πŸ‘†πŸ”
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Channel Help
Shamarree suurri ishee armaan oliitti argitan kuni Video Safuu cabsu osoo hojjechaa jirtuu qabamte. Video kana laaluuf iddoo watch jedhu tuqaa
Forwarded from AMU TECH (Amu)
βœ”οΈNamoonni telegram channel✈️ member isaa 800 ol tahee similar channel(akka suura irraa mullatutti) kan qabu yoo jiraate isin irraa nan bitaπŸ’΅ inbox kottaa.

πŸ’¬@MAABABID

Payment method:

Telebirr
🌟
CBE
🌟
Any bank
βœ… &
Crypto
4️⃣


πŸ’¬@MAABABID
πŸ’¬@MAABABID
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from AMU TECH (Amu)
βœ”οΈ2016-2022 groups at highest price

πŸ’¬ @MAABABID
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM