Forwarded from Entrance Exam Information
#Oduu ammee
qaamme 4 kan jedhamee ture
Firii Qormaata kutaa 12ffaa Bara 2017 gadii dhiifamuun ifoomeera
Yeroo amma irraa kaasee barataan kamiyyuu karaa website Ministeera Barnootaa liinkii armaan gadiin ilaalachuu danda'a
π
π https://result.neaea.gov.et

Forwarded from Edukey
Ilillii Birraaπ» π» π»
Baga gammaddanπ
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Baga gammaddan

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma.
Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen himeera.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti kennamuun kan yaadatamuudha.
Waliigalaan barattoonni kumni 600 fi kumni 8 fi 742 qormaaticha onlaayinii fi waraqaan fudhataniiru.
#Oromia #Ethiopia
https://t.me/QormaataKutaa12

Qabxiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Ifoome.
-------------------------
BBO- 04/01/2018 Qabxiin Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 ifoomeera.
Akka Oromiyaatti Barattootni Qabxii 50%fi ol fidan 5.2% yoo ta'an, kan bara darbee 3.5% turuun ni yaadatama. qabxii olaanaa 500fi ol barattootni galmeessisan 794 yoo ta'an kan bara darbeen walcinaa qabamee yoo ilaalamu 305 kan ture irra dachaan dabaluu agarsiisa.
#Barataan_Qabxii_olaanaa galmeessise (591/600) Mana
Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa Dodolaa irraa ta'unis beekameera.
Akka biyyaatti barataa qabxii 50%fi ol fidan Finfinneetti aansee Oromiyaa ta'uun hubatameera.
#Walumaagalatti bara baraan jijjiiramni mul'achsa dhufuu agarsiisa.
Bal'ina odeeffannoo kanaa booda dhiheessinaa, nu hordofaa!

Pro. Biraanuu Naggaa Qormaata kutaa 12 ilaalchisee Ibsa π kennaa jira namoonni daawachuu barbaaddan iddoo Live jedhu tuquun ilaalaa.
Barattoota kutaa 12f carraa gaarii hawwina.
Barattoota kutaa 12f carraa gaarii hawwina.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from CryptoBrain Quizzes
Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban.
Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru.
Bifuma kanaanis:
Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.
Mana barnootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii hawaasaan galmaaβeera.
https://t.me/QoraasumaMedia

Telegram
CryptoBrain Quizzes
CryptoBrain Quizzes is a crypto-focused Telegram channel featuring blockchain quizzes, Bitcoin and Ethereum trivia, DeFi and NFT knowledge tests, and educational content about tokens, wallets, exchanges, and market trends.
Forwarded from Bultii Addaa Dodolaa
π Congratulations to Kalid Bashir! π
We are proud to announce that Kalid Bashir, a brilliant student from DODOLA IFA BORU SPECIAL BOARDING SECONDARY SCHOOL, has achieved an extraordinary milestone by scoring 591 out of 600 in the Ethiopian University Entrance Examination β the highest score! ππ
This remarkable success is a reflection of his hard work, discipline, and determination, as well as the unwavering support of his teachers, family, and school community.
Kalidβs achievement not only brings honor to himself and his family but also shines a bright light on our school and serves as an inspiration for students across Ethiopia. πβ¨
π Let us all celebrate Kalid Bashirβs outstanding success and wish him the very best as he continues his journey of excellence!
https://t.me/BultiiAddaaDodolaa

Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
#MoE
#Grade_12
#Remedial
Bara kanaas sagantaan barnootaa Foyyaa'insaa ykn remedial akka jiru prof Birhaanuu Naggaa dubbatan.
Kan bara darbee caalaa qabxii darbiinsaa olkaasuun remedial akka kennamuus ibsan.
Barattoota hangam takkaatu remedial dhaaf dhiyaata kan jedhu hin murtoofne jedhan.
"Bara kana barattootni carraan remedial kennamuuf hin murtoofne. Dhibbarraa 40-50 kan jedhu irratti marii irra jirra" jedhan.
Bara darbe qabxiin seensa akka olka'uufii hanging barattoota fudhatamuu akka xiqqaatu himamee ture.
https://t.me/QabxiiKutaa12ffa

1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. moeresult.com
4. SMS 6284
5, @EAESbot
6, @ETGrade12bot
Gaafa Qormaanni gadhifamu filannoo kana fayyadamaa check godhaa
https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
2. result.neaea.gov.et
3. moeresult.com
4. SMS 6284
5, @EAESbot
6, @ETGrade12bot
Gaafa Qormaanni gadhifamu filannoo kana fayyadamaa check godhaa
https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
Forwarded from Bultii Addaa Dodolaa
RAAJIIDHAπ₯
Akka biyyatti, Dodalaa Ifa Boruu irraa, qabxii addaa galmeesse! 591/600. Qabxii biyya kanatti galmaaβe hin beekne, yeroo jalqabaaf OROMIYAA irraa galmaaye.
Barataa Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa Kaalid Bashiir qormaata Seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591 galmeesse.
https://t.me/BultiiAddaaDodolaa
Akka biyyatti, Dodalaa Ifa Boruu irraa, qabxii addaa galmeesse! 591/600. Qabxii biyya kanatti galmaaβe hin beekne, yeroo jalqabaaf OROMIYAA irraa galmaaye.
Barataa Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa Kaalid Bashiir qormaata Seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591 galmeesse.
https://t.me/BultiiAddaaDodolaa
Forwarded from CryptoBrain Quizzes
Milkaa'ina #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa!
--------------------
BBO- Fulbaana 04/2018 MBIBBA Barattootni Isaanii Qabxii Bara Kanaa Olaanaa Galmeessisuun Barattoota Isaanii 100% Dabarsuun Milkaa'aniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsaniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa;
- Amboo
- Beddellee
- Dodolaa
-Haramayaa
-Nageellee
-Najjoo
-Yaaballoofi
- WMO- Adaamaa dabalatee #barattoota_isaanii_100% kan dabarsan yoo ta'u, #qabxiin_olaanaan_bara_kana_akka_biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa #Ifa_Boruu_Bultii_Addaa_Sad_2ffaa keessatti ta'uun beekameera.
Isaanis:
#Barnoota_Saayinsii_Uumamaan MBIBBA #Dodolaa keessatti 591/600 kan galmaa'e yoo ta'u,
#Barnoota__Saayinsii_Hawaasaan immoo, MBIBBA #Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru.
Walumaagalatti , Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisanfi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru.
Hubachiisa:- Qabxii Manneen Barnootaa Addaa ilaalchisee sagantaa itti aanutti kan dhiheessinu ta'a.
https://t.me/QoraasumaMedia
--------------------
BBO- Fulbaana 04/2018 MBIBBA Barattootni Isaanii Qabxii Bara Kanaa Olaanaa Galmeessisuun Barattoota Isaanii 100% Dabarsuun Milkaa'aniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsaniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa;
- Amboo
- Beddellee
- Dodolaa
-Haramayaa
-Nageellee
-Najjoo
-Yaaballoofi
- WMO- Adaamaa dabalatee #barattoota_isaanii_100% kan dabarsan yoo ta'u, #qabxiin_olaanaan_bara_kana_akka_biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa #Ifa_Boruu_Bultii_Addaa_Sad_2ffaa keessatti ta'uun beekameera.
Isaanis:
#Barnoota_Saayinsii_Uumamaan MBIBBA #Dodolaa keessatti 591/600 kan galmaa'e yoo ta'u,
#Barnoota__Saayinsii_Hawaasaan immoo, MBIBBA #Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru.
Walumaagalatti , Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisanfi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru.
Hubachiisa:- Qabxii Manneen Barnootaa Addaa ilaalchisee sagantaa itti aanutti kan dhiheessinu ta'a.
https://t.me/QoraasumaMedia
Telegram
CryptoBrain Quizzes
CryptoBrain Quizzes is a crypto-focused Telegram channel featuring blockchain quizzes, Bitcoin and Ethereum trivia, DeFi and NFT knowledge tests, and educational content about tokens, wallets, exchanges, and market trends.
β€1
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
#kutaa_12ffaa
GABAASA GUUTUU
Bu'aa qormaataa Isa kana eegaa turre - Pr Birhaanuu Naggaa.
Kaanan booda barataan of danda'ee qormaata biyyoolessaa darbu bayyaachaa jiraan jecha Pr Birhaanuu Naggaan wayita ibsa Kennan dubbatanidha.
"Bara kana qabxii bareedaatu galmaa'e haa ta'u malee gahadha jechuu hin dandeenyu, baroota itti aanan sadanittii qabxii fooyya'aa kan eegnu ta'a."jedhan.
Itti dabaluuniis bu'aan qormaataa hanga boru saatii 6tti kan gadi lakkifamu ta'as jedhan.
Kunis dogooggorri tokkoyyuu Akka hin uumamneef Akka ta'es himaniiru.
Bara kanaas sagantaan barnootaa Foyyaa'insaa ykn remedial akka jiru prof Birhaanuu Naggaa kan dubbatan yoo ta'u qabxiin seensa isaa kan baroota darbaaniirra olkaasuudhaan kan kennamu ta'uusaa himan.
Barattota meeqatu remidiyaali gala jedhamanii gaaffii gaafatamaniif ammoo "hin murteessine maarii irra jirras" jechuun deebisan
Kan bara darbee caalaa qabxii darbiinsaa olkaasuun remedial akka kennamuus ibsan.
"Bara kana barattootni carraan remedial kennamuuf hin murtoofne. Dhibbarraa 40-50 kan jedhu irratti marii irra jirra" jedhanHaa ta'u malee qabxiin seensa isaa kan bara darbeerra kan ol ka'uu fi baayyinni Barattota galaniis Akka hir'atu ibsan.
Bara kana barattoonnii karaa online qormaaticha fudhatan caalatti qabxii fooyya'aa fiduu isaanis himan.
Akka biyyattiittii barattoonnii dhibbeentaan 8.4 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii dhibbentaa 50 ol galmeessuun darbaniiru.
Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa kan waamsisan yoo ta'u Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa yoo ta'u Mana barnootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan kan galmaaβee ta'u isaa himameera.
Walumaa galatti Oromiyaatti barattoonni 11,651 qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa milkaaβaniiru.
Haaluma kaanan Manneen Barnootaa Ifa Boruu fi Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsuun Milkaa'aniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa;
Amboo ,Beddellee, Dodolaa, Haramayaa, Nageellee, Najjoo, Yaaballoofi WMO Adaamaa dabalatee barattoota isaanii 100% kan dabarsan yoo ta'u, qabxiin olaanaan bara kana akka biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad 2ffaa keessatti ta'uun daran gammachuu guddaadha. Isaanis:
Barnoota Saayinsii Uumamaan MBIBBA Dodolaa keessatti barataa Khaalid Bashiirin 591/600 kan galmaa'e yoo ta'u, Barnoota Saayinsii Hawaasaan immoo, MBIBBA Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru. Walumaagalatti, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisaniifi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru. BBO
https://t.me/IfaBoruBoardingss
Ifa Boru Boarding schoolβοΈ
π·πΉπ·πΉπ·ππ―
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€β’β€β’β€β’β£β₯β£β₯β£β₯
β Add All β
β£β₯β£β₯β£β₯β€β’β€β’β€β’
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π·πΉ π·πΉπ·ππ

Ifa Boru Boarding school
π·πΉπ·πΉπ·ππ―
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€β’β€β’β€β’β£β₯β£β₯β£β₯
β Add All β
β£β₯β£β₯β£β₯β€β’β€β’β€β’
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π·πΉ π·πΉπ·ππ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Telegram
Ifa Boru Boarding School
Our motto is make star students!
π°Ambo
π°Bedele
π°Dodola
π°Haramaya
π°Nedjo
π°Negelle
π°Yabelo
π°ODA Adama
π°ODA Bishoftu
Buy Adsπ
https://telega.io/c/IfaBoruBoardingss
π°Ambo
π°Bedele
π°Dodola
π°Haramaya
π°Nedjo
π°Negelle
π°Yabelo
π°ODA Adama
π°ODA Bishoftu
Buy Adsπ
https://telega.io/c/IfaBoruBoardingss
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
#Heart_Warming_News
=======================
Congratulations to Ambo University and #Ambo_Ifa_Boru_Boarding_School Communities!
========================================
All our students (100%) from both #Ambo_University_Special_School and #Ambo_Ifa_Boru_Boarding_School have successfully passed Grade 12th national examination. All the credits for this achivment goes to our both schools administration and teachers. Your dedication and hardwork has really paid off as always. You have clearly set standard to our school and we have a lot to do to sustain the success. Thank you so very much and congratulations once again to our students and families. Via Bayissa leta

Barattoonni Kutaa 12ffaa Qabxii keessan ilaalachuuf jettanii garuu sababa Network isin dide Koodii fi maqaa keessan yoo nuuf ergitan group armaan gadii irratti isiniif laaluuf qophii xumurree jirra.
Barattoota Network isin dide hundaafπ
https://t.me/QormaataKutaa12
Maqaa fi koodii keessan qofa nuuf erguun qabxii keessan laaladhaa
https://t.me/QormaataKutaa12
π·πΉπ·πΉπ·ππ―
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€β’β€β’β€β’β£β₯β£β₯β£β₯
β Add All β
β£β₯β£β₯β£β₯β€β’β€β’β€β’
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π·πΉ π·πΉπ·ππ
Barattoota Network isin dide hundaafπ
https://t.me/QormaataKutaa12
Maqaa fi koodii keessan qofa nuuf erguun qabxii keessan laaladhaa
https://t.me/QormaataKutaa12
π·πΉπ·πΉπ·ππ―
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€β’β€β’β€β’β£β₯β£β₯β£β₯
β Add All β
β£β₯β£β₯β£β₯β€β’β€β’β€β’
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π·πΉ π·πΉπ·ππ
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
Marsariitii buβaan qormaataa ittiin ilaallamu!
= = =
https://t.me/QabxiiKutaa12ffa
Marsariitii buβaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera.
Barattoonni harβa waaree boodaa eegalanii marsariitiifi Teeleegiraama armaan gaditti eeramaniin buβaa qabxii isaanii ilaallachuu kan dandaβan taβuu Tajaajilli Barnootaa fi maddaallii Qormaatilee ifoomseera.
Haaluma kanaan;
π Jalqabaa link result.eaes.et π banun OK kan jedhuu irrattii tuqaa.
1.Marsariitii https://result.eaes.et
2.Teeleegiraamii:-https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa α‘ 6284 Fayyadamuun ilaallachuun ni danda'ama!

Wow baga gammaddan Qabxii ilaalachuun jalqabameera.
Garuu sababa namoonni baay'een yaalaa jiraniif busy ta'ee jira kanaaf saffisaan hin hojjetu. Namoonni laalachuun barbaaddan maqaa fi koodii keessan group armaan gadii irratti nuuf ergaa.π
https://t.me/QormaataKutaa12
Carraa Gaarii!
Garuu sababa namoonni baay'een yaalaa jiraniif busy ta'ee jira kanaaf saffisaan hin hojjetu. Namoonni laalachuun barbaaddan maqaa fi koodii keessan group armaan gadii irratti nuuf ergaa.π
https://t.me/QormaataKutaa12
Carraa Gaarii!
Forwarded from Ifa Boru Boarding School (Amu)
Barataa Saayinsii Hawaasaan Qabxii Olaanaa galmeesse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)-Barataa Caalaa Garramaa Ejjetaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii 562 galmeessuun seenaa hojjate.
Caalaa Garramaa Ejjetaan Barataa Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboo yoo taβuu, Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 damee Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatii qabxii olaanaa galmeessuu Daayrektarri Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Amboo obbo Xannaa Fayyisaan Faanaa Diijitaaliif ibsaniiru.
Akka biyyaatti Qabxiin Olaanaa Saayinsii Hawaasaan galmaa'ee Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboorraa ta'uu Ministeerri Barnootaa kaleessa Ifoomsuun ni yaadatama.
Ifa Boru Boarding schoolβοΈ
https://t.me/IfaBoruBoardingss
π·πΉπ·πΉπ·ππ―
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€β’β€β’β€β’β£β₯β£β₯β£β₯
β Add All β
β£β₯β£β₯β£β₯β€β’β€β’β€β’
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π·πΉ π·πΉπ·ππ
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)-Barataa Caalaa Garramaa Ejjetaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii 562 galmeessuun seenaa hojjate.
Caalaa Garramaa Ejjetaan Barataa Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboo yoo taβuu, Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 damee Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatii qabxii olaanaa galmeessuu Daayrektarri Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Amboo obbo Xannaa Fayyisaan Faanaa Diijitaaliif ibsaniiru.
Akka biyyaatti Qabxiin Olaanaa Saayinsii Hawaasaan galmaa'ee Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboorraa ta'uu Ministeerri Barnootaa kaleessa Ifoomsuun ni yaadatama.
Ifa Boru Boarding school
https://t.me/IfaBoruBoardingss
π·πΉπ·πΉπ·ππ―
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β€β’β€β’β€β’β£β₯β£β₯β£β₯
β Add All β
β£β₯β£β₯β£β₯β€β’β€β’β€β’
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π·πΉ π·πΉπ·ππ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qabxii Kutaa 12ffaa
Wow baga gammaddan Qabxii ilaalachuun jalqabameera. Barattoonni baay'een qabxii isaanii ilaalachuuf yaalaa turaniis garuu ilaalachuu hin dandeenye. Garuu amma sirriitti hojjechuu jalqabeera. Barattoonni laalachuu barbaaddan link armaan gadii fayyadamaa.
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All kan jedhu tuqaa
1. Marsariitii https://result.eaes.et
2. Telegram :- https://t.me/EAESbot