Software
4.57K subscribers
43 photos
1 video
3 files
183 links
Stay alert. Stay updated. Stay secure. A community for cybersecurity enthusiasts to share tips, news, and learn daily hacks (the good kind!).
Download Telegram
Forwarded from Ifa Boru Boarding School
Hidha Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa Eebbifame!!

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahimad ibsituu sabaaf sablammoota Itoophiyaa kan ta'e hidha haaromsaa guyyaa har'aa eebbisaniiru.

Gaabbii Barootaa Lammiilee Itiyoophiyaa kan ture Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa ijaarsi isaa xumuramee sirni eebbaa Gubbatti adeemsifamaa jira.

Sirna eebbaa kanarrattis af-yaa’iin mana mare bakka bu’oota ummataa Taaggasee Caafoo, Af-yaa’iin mana mare federeeshinii Itiyoophiyaa Aaganyaw Tashaagar, Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgen Xuruneeh fa’a argamaniiru.

Sadarkaa ministira muummee ittaanaatti qindeessaa jiddugala ijaarsa sirna dimokiraasiifi ittaanaa pirezdaantii Paartii Badhaadhinaa Aadam Faaraah, Ministira Muummee duraanii Hayilamaariyaam Dassaaleny, Ministira muummee ittaanaa duraanii Dammaqee Makonnin, Pirezdaantota Naannoleef keessummooti biyya keessaaf alaatis argamaniiru.

Baga Gammaddan!!
#GERD
https://t.me/IfaBoruBoardingss
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Waa'ee Barnoota fi Qormaataa ilaalchisee yeroo hundumaa odeeffanoo Qabatamaa fi Dhugaa ta'e as irraa ni argattu. Akkasumas Gaaffiilee adda addaa fi kitaabilee hedduu isiniif dhiheessuu irratti argamna.
Nu hordofaa!

https://t.me/QormaataKutaa12
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Oduu Sobaatin hin burjaaja'inaa:-
Odeeffannoo sobaa qabxiin Barattoota Kutaa 12ffaa gadhiifameera jechuun miidiyaa hawaasaarra naannawaa jiruun barattootni tokko tokko nu gaafachaa jiru.  Kanaaf odeeffannoon kun oduu sobaa tahuu hubattanii burjaajiirraa akka of eegdan ibsina. Odeeffannoo qulqulluu dhimma qormaataa fi barnoota waliin walqabatu argachuuf👇
https://t.me/QormaataKutaa12

Qormaata Kutaa12 ✅

Ifa Boru Boarding school⭐️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu simbirtuu

Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii har’aa jalqabanii baruu danda’u jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
👉https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun  https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All  kan jedhu tuqaa

Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.

💎💎💎💎💎💎💎💎
https://t.me/EntranceExamInfo
📎 @EntranceExamInfo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Waa'ee Barnoota fi Qormaataa ilaalchisee yeroo hundumaa odeeffanoo Qabatamaa fi Dhugaa ta'e as irraa ni argattu. Akkasumas Gaaffiilee adda addaa fi kitaabilee hedduu isiniif dhiheessuu irratti argamna.
Nu hordofaa!

https://t.me/QormaataKutaa12
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Something new is coming🔵

Stay Tuned 🟣

🔜

https://t.me/QormaataKutaa12
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu ammee
Qabxiin kutaa 12ffaa ifoome.
Bara kana barattoonni online qoroman qabxii gaarii galmeesisuun dhagahame. Ministeerri Barnoota barattoonni bara kana darban kan bara darbee irra 5.4% akka caalu ibse. Guutummaa Oduu kana argachuu iddoo see more jedhu tuqaa
Forwarded from Edukey
Ilillii Birraa🌻🌻🌻
Baga gammaddan 😍
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from AMU TECH (Amu)
Baga Geessan

#Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga!

Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi Milkaa'inaa Akka Ta'u Hawwa!
#Bara_Gaarii!

ለኢትዮጵያ ሕዝብ በሙሉ እንኳን ለአዲሱ ዓመት 2018 በሰላም አደረሳችሁ/አደረሰን እያለ፤ አዲሱ ዓመት የሰላም፣ የደስታ፣ የጤና፣ የብልፅግናና የስኬት ዓመት እንድሆንልን ተመኝቷል!

#መልካም_አዲስ_ዓመት!

Please Click Me 😎 Bara 2018


https://t.me/AmuTechn
👍1
#Oduu ammee
qaamme 4 kan jedhamee ture
Firii Qormaata kutaa 12ffaa Bara 2017 gadii dhiifamuun ifoomeera
Yeroo amma irraa kaasee barataan kamiyyuu karaa website Ministeera Barnootaa liinkii armaan gadiin ilaalachuu danda'a
👇
👉 https://result.neaea.gov.et
👉 https://result.neaea.gov.et
Forwarded from Edukey
Ilillii Birraa🌻🌻🌻
Baga gammaddan 😍
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
#Kutaa 12ffaa

Haga amma Ministeerri barnoota waa'ee bu'aa qormaata kutaa 12, ibsa tokko illee hin kennine.

Kanaaf haga ministeerri barnoota ibsa kennutti obsaan akka eegdan isiniin jechaa odeeffannoon 'social media' irratti bu'aan qormaata kutaa 12ffaa gadii dhiifameera jedhu oduu sobaa akka ta'e isin hubachiifna.


Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen oduu isaa isiniin geenya kanaaf
Chaanaalii keenya join gochuun odeeffannoo sirrii argachuu dandessu.

https://t.me/QormaataKutaa12

https://t.me/QormaataKutaa12ffaa
#Oduu ammee
qaamme 4 kan jedhamee ture
Firii Qormaata kutaa 12ffaa Bara 2017 gadii dhiifamuun ifoomeera
Yeroo amma irraa kaasee barataan kamiyyuu karaa website Ministeera Barnootaa liinkii armaan gadiin ilaalachuu danda'a
👇
👉 https://result.neaea.gov.et
👉 https://result.neaea.gov.et
Forwarded from Edukey
Ilillii Birraa🌻🌻🌻
Baga gammaddan 😍
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM