Forwarded from Entrance Exam Information
Oduu simbirtuu
Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii harโaa jalqabanii baruu dandaโu jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
๐https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All kan jedhu tuqaa
Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/EntranceExamInfo
๐ @EntranceExamInfo

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ethio Education Center
Our Mission:-
Ensuring effective, quality and equitable education and training system through building the implementation capacity of the education sector at all levels, designing and regulating standards of efficiency, expanding standardized education throughout the country, as well as complementing and leveraging education sector development interventions with strategic communications and public awareness.
Our Vision:-
Sustainably building an education and training system that ensures quality and equitable education for all citizens and that continuously produces a competent and competitive workforce fueling the countryโs economic development.
https://t.me/BultiiAddaaFederal

Forwarded from Ifa Boru Boarding School
Hidha Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa Eebbifame!!
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahimad ibsituu sabaaf sablammoota Itoophiyaa kan ta'e hidha haaromsaa guyyaa har'aa eebbisaniiru.
Gaabbii Barootaa Lammiilee Itiyoophiyaa kan ture Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa ijaarsi isaa xumuramee sirni eebbaa Gubbatti adeemsifamaa jira.
Sirna eebbaa kanarrattis af-yaaโiin mana mare bakka buโoota ummataa Taaggasee Caafoo, Af-yaaโiin mana mare federeeshinii Itiyoophiyaa Aaganyaw Tashaagar, Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgen Xuruneeh faโa argamaniiru.
Sadarkaa ministira muummee ittaanaatti qindeessaa jiddugala ijaarsa sirna dimokiraasiifi ittaanaa pirezdaantii Paartii Badhaadhinaa Aadam Faaraah, Ministira Muummee duraanii Hayilamaariyaam Dassaaleny, Ministira muummee ittaanaa duraanii Dammaqee Makonnin, Pirezdaantota Naannoleef keessummooti biyya keessaaf alaatis argamaniiru.
Baga Gammaddan!!
#GERD
https://t.me/IfaBoruBoardingss

Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Waa'ee Barnoota fi Qormaataa ilaalchisee yeroo hundumaa odeeffanoo Qabatamaa fi Dhugaa ta'e as irraa ni argattu. Akkasumas Gaaffiilee adda addaa fi kitaabilee hedduu isiniif dhiheessuu irratti argamna.
Nu hordofaa!
https://t.me/QormaataKutaa12
Nu hordofaa!
https://t.me/QormaataKutaa12
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Oduu Sobaatin hin burjaaja'inaa:-
Odeeffannoo sobaa qabxiin Barattoota Kutaa 12ffaa gadhiifameera jechuun miidiyaa hawaasaarra naannawaa jiruun barattootni tokko tokko nu gaafachaa jiru. Kanaaf odeeffannoon kun oduu sobaa tahuu hubattanii burjaajiirraa akka of eegdan ibsina. Odeeffannoo qulqulluu dhimma qormaataa fi barnoota waliin walqabatu argachuuf๐
https://t.me/QormaataKutaa12
Qormaata Kutaa12โ
Ifa Boru Boarding schoolโญ๏ธ
Odeeffannoo sobaa qabxiin Barattoota Kutaa 12ffaa gadhiifameera jechuun miidiyaa hawaasaarra naannawaa jiruun barattootni tokko tokko nu gaafachaa jiru. Kanaaf odeeffannoon kun oduu sobaa tahuu hubattanii burjaajiirraa akka of eegdan ibsina. Odeeffannoo qulqulluu dhimma qormaataa fi barnoota waliin walqabatu argachuuf
https://t.me/QormaataKutaa12
Qormaata Kutaa12
Ifa Boru Boarding school
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Entrance Exam Information
Oduu simbirtuu
Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii harโaa jalqabanii baruu dandaโu jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
๐https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All kan jedhu tuqaa
Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/EntranceExamInfo
๐ @EntranceExamInfo
Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii harโaa jalqabanii baruu dandaโu jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
๐https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All kan jedhu tuqaa
Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.
https://t.me/EntranceExamInfo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Waa'ee Barnoota fi Qormaataa ilaalchisee yeroo hundumaa odeeffanoo Qabatamaa fi Dhugaa ta'e as irraa ni argattu. Akkasumas Gaaffiilee adda addaa fi kitaabilee hedduu isiniif dhiheessuu irratti argamna.
Nu hordofaa!
https://t.me/QormaataKutaa12
Nu hordofaa!
https://t.me/QormaataKutaa12
Forwarded from Entrance Exam Information
Oduu ammee
Qabxiin kutaa 12ffaa ifoome.
Bara kana barattoonni online qoroman qabxii gaarii galmeesisuun dhagahame. Ministeerri Barnoota barattoonni bara kana darban kan bara darbee irra 5.4% akka caalu ibse. Guutummaa Oduu kana argachuu iddoo see more jedhu tuqaa

Forwarded from Edukey
Ilillii Birraa๐ป ๐ป ๐ป
Baga gammaddan๐
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Baga gammaddan
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from AMU TECH (Amu)
Baga Geessan
#Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga!
Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi Milkaa'inaa Akka Ta'u Hawwa!
#Bara_Gaarii!
แแขแตแฎแตแซ แแแฅ แ แแ แฅแแณแ แแ แฒแฑ แแแต 2018 แ แฐแแ แ แฐแจแณแฝแ/แ แฐแจแฐแ แฅแซแแค แ แฒแฑ แแแต แจแฐแแแฃ แจแฐแตแณแฃ แจแคแแฃ แจแฅแแ แแแ แจแตแฌแต แแแต แฅแแตแแแแ แฐแแแทแ!
#แแแซแ_แ แฒแต_แแแต!
Please Click Me ๐ Bara 2018
https://t.me/AmuTechn

๐1
Forwarded from Entrance Exam Information
#Oduu ammee
qaamme 4 kan jedhamee ture
Firii Qormaata kutaa 12ffaa Bara 2017 gadii dhiifamuun ifoomeera
Yeroo amma irraa kaasee barataan kamiyyuu karaa website Ministeera Barnootaa liinkii armaan gadiin ilaalachuu danda'a
๐
๐ https://result.neaea.gov.et
๐ https://result.neaea.gov.et
qaamme 4 kan jedhamee ture
Firii Qormaata kutaa 12ffaa Bara 2017 gadii dhiifamuun ifoomeera
Yeroo amma irraa kaasee barataan kamiyyuu karaa website Ministeera Barnootaa liinkii armaan gadiin ilaalachuu danda'a
๐
๐ https://result.neaea.gov.et
๐ https://result.neaea.gov.et
Forwarded from Edukey
Ilillii Birraa๐ป ๐ป ๐ป
Baga gammaddan๐
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Baga gammaddan
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
#Kutaa 12ffaa
Haga amma Ministeerri barnoota waa'ee bu'aa qormaata kutaa 12, ibsa tokko illee hin kennine.
Kanaaf haga ministeerri barnoota ibsa kennutti obsaan akka eegdan isiniin jechaa odeeffannoon 'social media' irratti bu'aan qormaata kutaa 12ffaa gadii dhiifameera jedhu oduu sobaa akka ta'e isin hubachiifna.
Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen oduu isaa isiniin geenya kanaaf
Chaanaalii keenya join gochuun odeeffannoo sirrii argachuu dandessu.
https://t.me/QormaataKutaa12
https://t.me/QormaataKutaa12ffaa