Software
4.57K subscribers
43 photos
1 video
3 files
183 links
Stay alert. Stay updated. Stay secure. A community for cybersecurity enthusiasts to share tips, news, and learn daily hacks (the good kind!).
Download Telegram
Barattoonni Bultii Addaa Dorgomtanii Carraa argattan baga Gammaddan jechaa yeroo bakka ramaddii keessan deemtan ulaagaa maalii akka guutuu qabdanii fi maaltu akka isin barbaachisu hunduma isinif qabannee dhufneerra. Akkasumas guyyaan galmee baruuf Group kana yoo hordoftan ni argattu.๐Ÿ‘‡
BultiiAddaaBishooftuu โค๏ธ

https://t.me/BultiiAddaaBishooftuu

Nu waliin turaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu simbirtuu

Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii harโ€™aa jalqabanii baruu dandaโ€™u jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
๐Ÿ‘‰https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun  https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All  kan jedhu tuqaa

Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.

๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
https://t.me/EntranceExamInfo
๐Ÿ“Ž @EntranceExamInfo

Forwarded from AMU TECH
๐Ÿ”ฅToday's Old GP price

โžก๏ธ2023 birr 1000
โžก๏ธ2016/22 birr 1200

โžก๏ธJanuary 2024 birr 800
โžก๏ธFebruary 2024 birr 800
โžก๏ธMarch 2024 birr 500

โžก๏ธApril/May birr 150

โžก๏ธJune_Dec 50 birr

๐Ÿ’ฌInbox  @MAABABID

๐Ÿช™๐Ÿช™๐Ÿช™๐Ÿช™๐Ÿช™๐Ÿช™

#Crypto #airdrop #makemoney
#onlinejob #Trading #marketing

๐Ÿ“Ž  @AmuTechn โœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Abjuu Egeree
Wow fayyadamtoota Telegram hundaaf Internet daangaa tokkoo malee amma barbaaddan tola karaan fayyadamtan gadhiifame jira.

Amma yoomitti mallaqa baastaanii internet fayyaamtu?

Maarree application kana namoonni fayyadamuu barbaaddan maqaan isaa Ethio Socksip jedhama
Kanas fayyadamuuf tartiiba armaan gadii hordofaa

Step 1 application buufachuuf as tuqi ๐Ÿ‘‰Ethio Socksip

Step 2 erga app kana buufattee fila isa channel kana irraa buufadhu Free Internet

Step 3 file buufatte san irratti tuquun Open with Ethio Socksip isa jedhu irratti tuqi kana booda  Data kee banuun daangaa tokkoo malee tola fayyadamta.
Hubachiisa SIM keessan qarshii qabaachuu hin qabu.
Oduu simbirtuu

Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii harโ€™aa jalqabanii baruu dandaโ€™u jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
๐Ÿ‘‰https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun  https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All  kan jedhu tuqaa

Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.

๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
https://t.me/EntranceExamInfo
๐Ÿ“Ž @EntranceExamInfo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ethio Education Center
Our Mission:-
Ensuring effective, quality and equitable education and training system through building the implementation capacity of the education sector at all levels, designing and regulating standards of efficiency, expanding standardized education throughout the country, as well as complementing and leveraging education sector development interventions with strategic communications and public awareness.

Our Vision:-
Sustainably building an education and training system that ensures quality and equitable education for all citizens and that continuously produces a competent and competitive workforce fueling the countryโ€™s economic development.

https://t.me/BultiiAddaaFederal
Forwarded from Ifa Boru Boarding School
Hidha Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa Eebbifame!!

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahimad ibsituu sabaaf sablammoota Itoophiyaa kan ta'e hidha haaromsaa guyyaa har'aa eebbisaniiru.

Gaabbii Barootaa Lammiilee Itiyoophiyaa kan ture Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa ijaarsi isaa xumuramee sirni eebbaa Gubbatti adeemsifamaa jira.

Sirna eebbaa kanarrattis af-yaaโ€™iin mana mare bakka buโ€™oota ummataa Taaggasee Caafoo, Af-yaaโ€™iin mana mare federeeshinii Itiyoophiyaa Aaganyaw Tashaagar, Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgen Xuruneeh faโ€™a argamaniiru.

Sadarkaa ministira muummee ittaanaatti qindeessaa jiddugala ijaarsa sirna dimokiraasiifi ittaanaa pirezdaantii Paartii Badhaadhinaa Aadam Faaraah, Ministira Muummee duraanii Hayilamaariyaam Dassaaleny, Ministira muummee ittaanaa duraanii Dammaqee Makonnin, Pirezdaantota Naannoleef keessummooti biyya keessaaf alaatis argamaniiru.

Baga Gammaddan!!
#GERD
https://t.me/IfaBoruBoardingss
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Waa'ee Barnoota fi Qormaataa ilaalchisee yeroo hundumaa odeeffanoo Qabatamaa fi Dhugaa ta'e as irraa ni argattu. Akkasumas Gaaffiilee adda addaa fi kitaabilee hedduu isiniif dhiheessuu irratti argamna.
Nu hordofaa!

https://t.me/QormaataKutaa12
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Oduu Sobaatin hin burjaaja'inaa:-
Odeeffannoo sobaa qabxiin Barattoota Kutaa 12ffaa gadhiifameera jechuun miidiyaa hawaasaarra naannawaa jiruun barattootni tokko tokko nu gaafachaa jiru.  Kanaaf odeeffannoon kun oduu sobaa tahuu hubattanii burjaajiirraa akka of eegdan ibsina. Odeeffannoo qulqulluu dhimma qormaataa fi barnoota waliin walqabatu argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/QormaataKutaa12

Qormaata Kutaa12 โœ…

Ifa Boru Boarding schoolโญ๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu simbirtuu

Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii harโ€™aa jalqabanii baruu dandaโ€™u jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
๐Ÿ‘‰https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun yookan karaa Telegram Link kana tuquun start gochuun  https://t.me/EAESbot ilaaluu dandeessu
Sababa Network isin dida yoo ta'e Add All  kan jedhu tuqaa

Pro. Biraanuu Naggaan akka jedhanitti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kana online kan...See more.

๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
https://t.me/EntranceExamInfo
๐Ÿ“Ž @EntranceExamInfo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Waa'ee Barnoota fi Qormaataa ilaalchisee yeroo hundumaa odeeffanoo Qabatamaa fi Dhugaa ta'e as irraa ni argattu. Akkasumas Gaaffiilee adda addaa fi kitaabilee hedduu isiniif dhiheessuu irratti argamna.
Nu hordofaa!

https://t.me/QormaataKutaa12
Forwarded from Qormaata Kutaa 12ffaa
Something new is coming๐Ÿ”ต

Stay Tuned ๐ŸŸฃ

๐Ÿ”œ

https://t.me/QormaataKutaa12
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu ammee
Qabxiin kutaa 12ffaa ifoome.
Bara kana barattoonni online qoroman qabxii gaarii galmeesisuun dhagahame. Ministeerri Barnoota barattoonni bara kana darban kan bara darbee irra 5.4% akka caalu ibse. Guutummaa Oduu kana argachuu iddoo see more jedhu tuqaa
Forwarded from Edukey
Ilillii Birraa๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
Baga gammaddan ๐Ÿ˜
Ethio telecom bara haaraa sababeeffachuun kennaa addaa qopheessera. Maarree atis hirmaataa kennaa kana ta'uu dandeessa. Kennaa kana aragchuuf iddoo Gift judhu tuquun jalqabaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from AMU TECH (Amu)
Baga Geessan

#Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga!

Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi Milkaa'inaa Akka Ta'u Hawwa!
#Bara_Gaarii!

แˆˆแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แˆ•แ‹แ‰ฅ แ‰ แˆ™แˆ‰ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแŠ แ‹ฒแˆฑ แ‹“แˆ˜แ‰ต 2018 แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ แŠ แ‹ฐแˆจแˆณแ‰ฝแˆ/แŠ แ‹ฐแˆจแˆฐแŠ• แŠฅแ‹ซแˆˆแค แŠ แ‹ฒแˆฑ แ‹“แˆ˜แ‰ต แ‹จแˆฐแˆ‹แˆแฃ แ‹จแ‹ฐแˆตแ‰ณแฃ แ‹จแŒคแŠ“แฃ แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“แŠ“ แ‹จแˆตแŠฌแ‰ต แ‹“แˆ˜แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ตแˆ†แŠ•แˆแŠ• แ‰ฐแˆ˜แŠแ‰ทแˆ!

#แˆ˜แˆแŠซแˆ_แŠ แ‹ฒแˆต_แ‹“แˆ˜แ‰ต!

Please Click Me ๐Ÿ˜Ž Bara 2018

https://t.me/AmuTechn
๐Ÿ‘1
#Oduu ammee
qaamme 4 kan jedhamee ture
Firii Qormaata kutaa 12ffaa Bara 2017 gadii dhiifamuun ifoomeera
Yeroo amma irraa kaasee barataan kamiyyuu karaa website Ministeera Barnootaa liinkii armaan gadiin ilaalachuu danda'a
๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ https://result.neaea.gov.et
๐Ÿ‘‰ https://result.neaea.gov.et