Forwarded from The Horn Times (OROTIMES)
Jimmaanis Filmaanni Ni barbaachisa - Umar Tahir - https://orotimes.com/2020/02/03/jimmaanis-filmaanni-ni-barbaachisa-umar-tahir/
Kabajamtoota Hiriyyoota Kiyyaatiif, Ummata Oromootiif, Ummata Jimmaatiif; #Obsaan Dubbisaa - waliif dabarsaa
---
Akkam jirtu kabajamtoota hiriyyoota Interneetarraa, Kabajamaa Ummata Oromoo, Kabajamaa Ummata Jimmaa;
Dhimma Marsaalee Hawaasaa irratti ajandaa tahee yeroo dheeraaf ture, 'Jimmaa Lafa Malee Nama hin qabnu.' jedhu akka Prof.Mararaan dubbatetti, Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo jedhee Bara 2017tti yeroo QBO finiinte sanatti hojjadherratti baheen walqabatee, Komii ka'aa jiruuf; Dhugaa beeku isiniif ibsuu barbaada:
-----
Ijoon Dubbii: Komiin Jecha eeramee dura Prof.Mararaa irratti dhiyaachaa ture, Prof.Mararaan akka hin jedhin erga VOAdhaan mirkaneessanii, Abdiisaan eessaa fiddee Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo irra galchite jedhamee Gaaffiin hedduu ka'aa jira, Namoota Eenyummaan Gandummaan, Siyaasaaf itti dhimma bahaa jiran argaa jira, Hiriyyootni kiyya hedduu bilbilaan, Keessoon naa barreessaa/nagaafachaa waan jiraniif Dhugaa jiru ibsuudhaaf dirqama natti waan fakkaateef, Kunooti Deebiin kiyya:
Jechamni kan argame:
Hiriyyootni hedduun ni yaadattu, yeroo Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo kana hojjanne, Jechoota Hayyoota Oromoo nuuf ergaa jennee Online walitti qabaa turre, akkuma hundi keenya beeknu wanti Oromoo hedduun qophaayee lafa jiru waan hin jirreef Tooftaa Interneetaan bifa Gaaffiitiin funaanuu fayyadamne, kanumaan Jechoota 1800 ol walitti qabne.
Jechi amma komiin itti ka'e kunis haaluma kanaan kan argameedha.
-----
Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo jedhurratti jecha akkasii akkamitti baaftanree kan jedhu ammoo; Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo kana yeroo jalqabaaf gadi lakkifnu, Yaaliidhaaf Gadi lakkise, Jechootni kan Online funaanaman waan taheef, Kanneen sirrii tahee fi Sirrii hin taane adda nuuf baasaa, kan Dogoggora qabu nuuf sirreessaa, Kan waljala darbe nuqajeelchaa, kan hin jirre nuuf ergaa jenneeti Gadi lakkifne.
Gaafuma jalqabaa yeroo App n hojjatamee gadi lakkifame, Gammachuudhaan hedduu beeksifamee waan tureef Obboleeyyan kiyya hedduu bira gahee ture. Haaluma kanaan Yerotti Hayyootni, Aktiivistootni, Ilmaan Oromoo hedduun Arsii, Jimma, Wallagga, Harargee, Shawaa osoo hin jedhin natti lolanii jechoota dogoggoraa akkasii akka baasu duubdeebii naa barreessaa turan.
Jecha kana qofa miti, Jechoota Qabsaa'ota Wareegamanii heddu kan App irratti Maqaa namoota amma jiraniin galmaayee ture akka sirraayu, Jechoota Hayyoota durii hedduu akka dabalamu, hedduun ammoo akka kaan akka sirraayu, kaan kan dogoggora tahe akka badu, Inumayyuu Suuraalee Hayyootaa waljala miliqan akka sirreeffamu, suuraa dogoggoraa akka sirraayu gorsa hedduu naaf kennaa turan.
-----
Haaluma kanaan Anis kannen madda qabatamaa qaban mirkaneeffachaa kan dogoggora ta'uu shakke baaseera. Haala kanaan Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo jedhu kana yeroo yerootti yeroo 5f haaromseera(Updated 5 times), Amma Guutumatti Interneetarraa kaasee, bifa haaraan hojjachaan jira. Jecha Komiin irratti dhiyaachaa jiru kan 'Jimmaa Lafa Malee Nama hin qabnu.' jedhu kanas bifumma kanaan Haaromsa Jalqabaarratti turtii ji'a 1 fi bulii 10tti, haqeera.
Hiriyyoota kiyya Toorarraa komii kaasanillee dhuguma kana ibseefii araarfadhe.
----
Akkuma hedduun keessan beektan waan Oromoo kana fedhii kootiin hojjachaa ture, keessaahuu baroota darban yeroo QBO finiinaa turte sanatti hanga Aarsaa itti-aanee dhufullee fudhachuuf ofqopheessuudhaan kan hojjachaa turreedha, Kanumaanis Fayyadamaa(App) Jechoota Hayyoota Oromoo hojjadhe kuniyyuu komaandpost irratti na qorachiiseera.
-----
Haatahuu malee, Yeroo Ammaa Gareen dhimma kana Ajandaa Godhatee: Abdiisaan Basaasaadha, Abdiisaan Hojii Oromoo qoodu hojjachaa ture/Jira, Mucaan Miseensa KFO fi hojjataa OMN kan ta'e Abdiisaan Jimmaan arrabse kkf jedhanii olola ji'a darbe maqa balleessii dhuunfaatiif natti fayyadamaa turan, ammas tanaan walitti hidhanii irra deebiidhaan olola Maqa balleessii/ Olola Gandummaa fi PaartiiSiyaasatti hirkatu narratti oofaa jiran HUNDUMTUU SOBA tahuu mirakeessuun barbaada, Miseensa Paartii kamiiyyuu miti, Hojjataa hojii dhuunfaatiin jireenya gaggeeffatu

tahuu kiyya asumaan ummata Oromootiif mirkaneessaa akka ogeessatti ammoo Dhaaba/Dhaabbata kamiifuu hojii Ogummaa kootii bifa seera qabeessaan kan hojjadhuu fi jireenya kiyya ittiin gaggeeffadhu tahuu ibsaa, kan kanarraa hafe, Ummata Oromoo Godina Jimmaatiif Addatti Jibbi ani qabu hin jiru, hin jiraatus, Sababa Arrabsuufillee tokkooyyuu akka hin qabneefi Akkuma Kutaalee Oromiyaa kamiittuu Biyya tiyya, Qaama Oromiyaa jaaladhutti akka jaaladhu Mirkaneessuu barbaada.
------
Yoo Dogoggora Qabaadhe, Nahoffolchaa!
HORAA BULAA DEEBANAA!
Ilma keessan Abdiisaa Bancaa Jaarraa!
------
Yoo Dogoggora Qabaadhe, Nahoffolchaa!
HORAA BULAA DEEBANAA!
Ilma keessan Abdiisaa Bancaa Jaarraa!
#Jimmaa
#Gamtaa!!
____^^^^^^^^^^^^_______
Sabboonaaf Sabboontuun!!
Qeerroof Qarreen Jimmaan keessa jirtu marti.
Bor ganama irraa Waajjira ABO tti wol agaree waamicha Waajjirri ABO Eebba waajjiraatiif ilmaan oromoo Jimma keessa jirtu maraaf godheen Wolitti baanee #Jirra Haa Jennu!
Inni borii Kan deeggaraaf Miseensa ABO qofa Miti kan Sabboontota hundaati waan taheef irratti argamnee jirra haa jennu!
Wol bira dhaabannee Oromummaa kabachiifna!
Ergaan kun Ana Umar Xaahir
Bakka bu'aa KFO Godina jimmaa irraati!!
Nagaan oolaa wol argaan Ganda Aweetuu Mandaraa Waajjira ABO tti!!!

Waajjira KFO Godina Jimmaa irraa!!
Wol Gahii Miseensota KFO waajjiratti
Guyyaa 10/6/2012 EC
bor ganama sa'atii 4 irraa kaafnee haala yeroo irratti waan mariyannuuf Miseensonni KFO akka argamtan kabajaan isin waamna!
Miseensonni woliif dabarsaa!!
Hubachiisa:-
Miseensonni miseensummaa keessan addaan kuttan woltajjii irra taahuu keessaniin dura worra waajjiraa dubbisaa!!!

#Hamiltan_TV
Tv n Hamiltan Magaalaa jimmaatti Ifatti eebbifamee banamuuf guyyoota muraasatu hafe.
Sirni Eebba TV Hamiltan
gaafa 06/06/2012 ALH tti
bakka Aalimoonniifi Daa'iwwan Gurguddaan argamanitti bifa Ho'aa taheen ni gaggeeffama.
Qophii Sirna Eennaa Magaalaa Jimmaa Istaadiyamii Jimmaatti Gaggeeffamu kanaatiif #T_shirt, #Kobbee(Qaaxee) fi #Saanaa Mallatoo Hamiltan Of irraa qabu qophaa'uun bifa Bittaatiin TV kanaaf Gargaarsa Akka goonu magaala jimmaa keessatti gurguramaa jira. kanaaf namni Rabbiin isiniif laaffise bitadhaa Hamiltaniin TV Keessaan deeggaraa!!!

Godina Jimmaa aanaa sigimmootti gaafa guyyaa 21/6/2012 barataan kutaa 11ffaa Ahmaddin Xayyib waraanni mootummaa fi milishoota ganda baadiyyaa axargadaa jedhamu keessa jiraniin ajjeefame. Barataan kun hidhata namoota bosona keessa jiran waliin qabda jechuuni kan ajjefame. Reeffa barataa kanaa gaafa 22/6/2012 waajjira poolisii aanaa sigimoo fiduun shanee fi Abbaa torbee hundeessuuf deemaa jirtu jechuun deggertoota ABO fi paartilee birooti jedhanii namoota shakkan Ajaja mana murtii tokko malee bakka hojii isaanii irra deemuun reebichaa fi dhiittaa mirga dhala namaa irraan ga'aa guyyaa tokkotti namoota 70 ol ta'an wajjira poolisiitti hidhuun reeffaa Waliin bulchan. Gaafa guyyaa 23/6/2012 reeffi maatiif kennamee sirna awwaalchaa irratti namoota hirmaatan irraatti poolisiin oromiyaa fi kora bittinneessa oromiyaa reebicha hamaa raawwachuun addaan erga bittinneessanii booda namoota kaan garaa mana hidhatti fidan. Namoota hidhaman kana keessaa Maqaa guutuu hanga ammaatti argachuun kan danda'ame bakka Hojii isaanii waliin
1 Abdul'aziiz Fadiluu /Wra Daandii
2. Abdee Badruu Og /faarmasii liinaa
3. Rakaaib Tamaam Walitti qabaa Qeerroo
4.Abdee siraaj Daldalaa
5.Aamiluu Abbaa leencaa /jiraataa /
6. Abdulhayyii Saadannuur Jiraataa
7.Amiinuu badiruu /Barataa/
8.Fu'aad Taajuu /Wra Qonnaa )
9 Dassaaleny Dhugumaa Abba M.nyaataa
10 . Bilisummaa Oljirraa (Barsiisaa)
11. Caalaa Iddoosaa (inj. Wra bishaanii)
12. Galataa Caalaa (og. Wra beeyladaa)
13. Abarraa Dhaangiyaa(Og Wra ATGalii)
14. Sanbataa Dirribaa ( og fayyaa)
15. Hundee Malaakuu ( Og. Wra Beeyldaa)
16. Diggee Kadir (Og. Wra lafaa)
17. Awwol Abduu ( Og wra Barnootaa)
18. B/sa Shimallis M/B Subaa
19. B/s Balaay Baqqalaa M/B Sigimoo
20. Rashaad Shaafii (M/Qoph.Bu. M.sig.)
21. Mulgeetaa Yaadaasaa ( M/ B Bilillee)
22. B/sa Margaa M/B Subaa
23. B/sa Magarsaa MB Subaa
24. Mohaammadsaali Mahammud (
Wra ABO Kireesse )
25. Hawwii Jamaal Jiraataa fi kanan maqaa isaanii argachuu hin danadeenyee Hojjettoota mootummaafi jirattoota keessattuu ganda mucaa ajjeefameeti namoota qabamanii mana hidhaa Qajeelcha poolisii aanaa sigimootti daramaa jiran amma danda 'ametti sagalee isaanii uummata oromoo biraan gayaa. bilbilaan qulqulleeffchuu dandeessan !!
____^^
Naannoo fi ollaa barataa wareegameti namoota hidhaman #Abbaa fi ilmoon 1. Fu'aad A/Fiixaa B/taa kutaa11, 2. Abbaa Fiixaa A/Dhaasaa #Obbolessa keessantu Meeshaa fudhatee badee bosona gale jechuun Maatii mana hidhatti dararamaa jiran 1. Awwol Abbaa Gosaa fi Haadha manaa 2. Fu'aad Awwol A/Gosaa,B/taa kutaa12 3 Abdii Awwol B/taa Kutaa q ffaa 4 Obboleettii isaanii kan maqaan hin caqafamne. 3. Bukaarii (maqaa abbaa hin beeku.) .... Barataa kutaa 8ffaa, Haadha isaa wajjin.

Xalayaa Banaa Bulchiinsa Godinaa fi Magaalaa Jimmaatiif!!!!
_______________////////////_______________
Dhimmi isaa:-Ummata Buqqa'ee EDDC Jimmaa Qubatee jiruuf furmaanni akka kaahamu gaafachuudha.
__________________________________
Akkuma Beekamu Ummanni Harargee irraa Hoongeen buqqisee jennaan Mootummaadhaan Buunnoo Baddallee qubsiifamanii turan, Lafti quabatan dhiphachuu fi midhaan baasuu diduu isaatiin woggaa lama dura Gara Oromiyaa Deemnee waan BMNOromiya nu godhe taana jedhanii Lukaan deemanii magaalaa jimmaa qaxxaamuruuf lafa soomaatiin dhufnaan Ummanni Jimmaa namoonni kun afaan soomaatiin Lukaan deemanii Finfinnee gahuu hin dandahan, akkasumas immoo haalli siyaasaa yeroo sanaa gaarii waan hin turreef alagaan ajandaa godhatee akka Oromoo maqaa hin balleessineef jecha Qindeessummaa Qeerroo Jimmaatiin ummanni Magaalaa wolitti bahee bulchiinsa Magaalaa woliin tahuun Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa woliin tahuun Mana Duraan ESEX n itti fayyadamaa ture EDDC keessa qubsiise. Guyyaa sana irraa kaasuun ummanni Mgaalaa jimmaa achitti itti birmatee Ummata kana nyaachisee obaasaa ture. Adeemsa keessa Mootummaan Ummata kanaaf Reeshina Ji'aan midhaan (qamadii ykn Boqqolloo) 15kg ramadeefii mi'eessituu male dhiheessaafii jira.
Buqqaatonni kun gaaffiin isaanii lafa qonnaa irra qubatanii Qotatanii bulan akka tahe irra deddeebihanii qaama dhimmi ilaallatuuf ibsaa turan. Haa tahu male hanga Ammaatti qubsiifamuu hin dandeenye.
Dhimma qubannaa Ummata kanaatiif koreen Ummata kana keessaa bahan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatii fi Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa Akkasumas Bulchiinsa Godina Jimmaa bira deddeebihanii iyyataa kan turan tahus hanga ammaatti furmaata hin arganne.
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godinaaf Magaalaa Jimmaatiin Xumura akka itti godhan dirqama gadi buusuu isaanii erga dhageenyee kan bubbuleera garuu hanga ammaatti sochii godhamaa jiru hin agarre.
Kun kanaan utuu jiruu Dhukkubni daddarbaan (Shifteen) ummata kana qabee ture lubbuu namootaa galaafatee akka ture kan yaadatamu yammuu tahu, Rakkoon gaafa sana Ummata kana mudatee fi waajjirri Fayyaa dhiphina hamaa keessa akka darbe ni yaadatama...
__
Haala addunyaan yeroo ammaa keessa jirtu kanaan Dhukkubni Vaayirasii Koroonaa COVID_19 n Magaalaa kana Seennaan Ummata kana baraaruun kan hin dandahamnee fi Jiraattota Magaalattii kanaatiifis Tahee Ummata rakkina keessa jiru kanaaf Baayyee sodaachisaadha. waan taheef Furmaanni hatattamaa akka itti kennamu Jabeesseen dhaammachuu barbaadaa.
Ummata kana akka kunuunsaniif Namoota Ramadaman keessaa kan itti dhimmamuun Hojjataa turte dhukkuba Shiftee Ummata kana miidhaa tureen qabamtee achi irraa fagaachuun isii ni yaadatama.
Kanaaf yoo rakkoon mudate tohachuuf baayyee ulfaachuu akka malu gamanumaan tilmaamuun dursanii itti yaadanii Ummata kana qubsiisuun baayyee barbaachisaadha.
Dhimmi Ummata kanaa furmaata akka argatuuf waywaannee dadhabneerra. kan beekamuu qabu balaa mudatuuf itti Gaafatama Jalaa bahuun kan hin dandahamne tahuu isaati.
Dubbii kana qaamni dhimmi na ilaallata jedhu marti woliif dabarsuun akka fumaanni akka itti godhamu waan dandeessaniin gahee keessan bahadhaa.
Ilmaan Oromoo Utuu Ijji keenya arguu Jireenya Gadadoo jiraachuun isaanii hanqannaan Hanga Dhukkubaan dhumanitti teenyee ilaaluu waan hin qabneef Ummata sagalee dhabe kanaaf sagalee ha taanuuf!!!
Ummata lakkoofsaan 2000 tti siqatu mana tokko keessa jiraataa jiru gidduu dhukkubni COVID_19 Jedhamu kun seennaan Jara qofa osoo hin taanee Godina Jimmaa guutuudhaaf Rakkoo hamaa akka tahu Namni Hundi beekuu qaba.
Waan hardha dalaguu qabnu yoo bulchine bor balaa biraa dhalcha.
Dubbiin kun hatattamaan furmaata argachuu qaba.
Umar Xaahir
GG
BMNOromiyaa tii fi
Ummata Oromoo baldhaadhaaf!!!

Dhukkuba COVID_19 (koronaa) Of irraa ittisuun Gahee nama hundaati.
Yaa Ummataa Manaa hin bahinaa,
Gabaa hin dhaqinaa,
Bakka argitanii nyaattanii hin dhuginaa,
Harka wol hin fuudhinaa,
Ammaaf bittanii hin gurgurinaa,
Salaata mana keessanitti salaataa,
konkolaataa hin yaabinaa,
Yoo maaluu tuqxan harka keessan dhiqadha,
Sanitaayizarii barbaadaa itti fayyadamaa,
wolitti siqxanii hin dhaabatinaas hin taa'inaas,
Gaafa funyaan keessan tuqxan erbee qulqulluu harkatti qabadhaatii itti fayyadamaa,
Harka dhiqattan male abadan funyaaniif afaan keessan hin tuqinaa,
Dammaqinaan ofii keessanii fi naannoo jirtan Sochii hin barbaachifnee fi Tuttuqaa hin barbaachifnerraa ittisaa,
Namni hundinuu ofii isaatii fi maatii isaa sirriitti to'achuun dhukkuba kana of irraa eeguu qaba.
____
Furmaanni Guddaan dhibee kana of irraa ittisuuf of harkaa qabnu:-
Asii fi achi deddeemuu dhiisuu,
Harka keenya Amma Ammaa Qulqulleeffachuu fi Harka keenya Afaanii fi Funyaanittiin deemuu dhiisuudha.
____
Dhaamsa:-
Jiraattotaa fi Fayyadamtoota Magaalaaleetiif.
Wanti fayyaa keenya nuuf caalu hin jiru waan taheef Hardha irraa kaafnee
Daldalli garagaraa waan nyaatamuu irraa kan hafe utuu dhaabatee gaariidha.
Akka yaada kiyyaatti.
1.Suuqii Shaqaxa Nyaataa male Suuqiin Hundi utuu cufamee?!
2.Mana Shaayii Miskiinni laaqana isaa nyaatu male Hoteellii fi Kaaffeen hundi utuu cufamee?!
3.Geejjibni Nama Deddeebisu yoo konkolaataa biiroof Manaa taate male hunduu utuu dhaabatee.?!
4.Manneen hojii Mootummaa Waajjiraalee Fayya,Waajjira Poolisiitii fi Waajjira Nageenyaa male hunduu Utuu cufamee?!
5.Gabaan Baadiyyaadhaa gara Magaalaa seenuunii fi Daldaltoonni Magaalaa irraa Baadiyyaa seenuun Utuu hafee?!
Kan jedhun qaba.
Mee namni hundi kana itti yaadee, Irratti mariyatee utuu Mootummaan humnaan hin godhin dursee Hawaasni keenya utuu kana godhee bayyee gaarii taha jedheen yaada.
Yoo kana gochuu baanne Hawaasni wolitti gobbatee Jiraatu kun miidhama hamaa miidhamuu mala sodaa jedhun qaba.
Mootummaanis kana itti yaadee itti adeemuu qaba.
Hamma dandeenyu Of Haa eegnu!!
RABBIIN GUDDAAN AKKA OFII BEEKUUNNU HAA EEGU!!

Forwarded from Ahmedin Jebel - แ แแแฒแ แแ แ
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Tokko tokkoon kessaan waan qabadanun TV hamiltan bira dhaabbachun Ajiri guddaa argaadhaa."(Ahmaddin Jabal)
Forwarded from Ahmedin Jebel - แ แแแฒแ แแ แ
๐ แจแขแต แฐแแต แ แคแณแฝแ แแแ แฅแแดแต แฅแแตแแต?
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐ แฐแแฐแ-แแต แจแฐแแฐแ แแแแแต แแดแณ แแ แฒแ แแแฝ แฐแแ แฑแแ แแ แฅแแแแข
๐ แจแแต แฐแแต แฑแแแ แญแแ แแดแณ แจแฐแปแ แฐแฐแฃแตแฆ แซแแฐแปแแ แแจแฅแป แแตแแฑ แฐแแขแ แ แตแแแ แฅแแฒแแ แจแฒแ แแแแซ แแแข
๐ แ แแฐแจแฑ แแต แจแแฐแแฐแ แแแตแแแแต แ แฐแแแ แแแฃแ แแฃ แฃแ แฆแณ แฒแแ แฅแแฐแแแณแแฝ แแตแแต แแตแฅแ แญแฐแแณแแข
๐ แ แฐแแซแฉ แแญแแซแถแฝ แแณ แแถ แแญแ แแตแแต แแตแแต แซแแปแ แฐแ แคแฑ แแตแฅ แ แแแแ แญแแ แแฅแปแ แฐแแฐแ-แแตแ แแตแแต แฅแแฐแแฝแ แขแแ-แฝแปแแแญแ แจแแฎ แจแฐแแซแฉ แจแฒแ แแแแแต แแแธแแแข
แจแแต แฐแแต แแแต แจแญแ แฅแป แฒแแ แ แแแ แญแแ แขแแ แฅแแฒแแ แจแแตแ แญแแ แจแแ แจแแฐแแต แฑแแ แจแแแแข
๐แ แแปแธแ แฅแแฐแแจแฐแแ แแ:-
แจแฐแแแฐแ แแฑแฅแ แแฐแ แจแฐแแต แแแ แต แจแฐแ แแแ แ แแ แ แแฅ แจแแต แฐแแต แแแแ แซแแแ แแแตแแตแ แจแแฐแ (แจแแจแฑ) แ แแ แแฐ แแฅแ แ แแแญ :- แแแต แฅแแฝแ แแฐ แแฎ แตแญแฉ แ แแแณแต "แ แแ แ แญแ แญ" แญแฃแแแข
แจแแ แจแปแแ แจแแแ แจแแญแแป แฑแแฅ แฐแฐแญแ แจแแ แ แฐแจแณแณแญ แฅแ แ แฅแซแแฑแ แฅแจแแแฑ แฐแฃแต แแ "แ แแ แ แญแ แญ" แญแฃแแแขแ แจแฐแญแขแฉ แแแ แแ แแแตแแฃ
ุณุจุญุงู ุงูููุ ูุงูุญู ุฏ ูููุ ููุง ุฅูู ุฅูุง ุงูููุ ูุงููู ุฃูุจุฑ.
ุงูููู ุตู ูุณูู ุนูู ู ุญู ุฏ ูุนูู ุขู ู ุญู ุฏ.
๐ "แฑแฅแแแแ แแแแแฑ แแแ แแ แขแแ แขแแแ แแแ แ แญแ แญแข
แ แแแ แฐแ แแฐแแ แแ แแแแฒแ แแแ แ แ แแแแต" แแแตแ แญแปแแแข
๐ แจแ แแฒแแ แฑแจแฑแ แ แแ (แฐแขแ แขแตแ แจแขแจแ-แ แแ) แแญแ แจแปแแตแ แฑแซแ แตแแฝแ แจแ แ แแตแจแ แญแแซแแข
แแแฐแแ แจแญแ แแญ แจแฑแแต แฒแแฑ แจแแฃแแ แฐแญแขแญ แแช แจแแแแชแซแ แจแญแ แฐแญแขแญ แแญ แฐแแณแณแญ แ แแ แแแฉ แ แแตแต แแ แฐแญแขแญ แญแฐแจแแ แแฒแ แจแแ แฑแจแฑแ-แแบแจแ แแญแ แจแแฝแแต แฑแซแ แญแแซแแข
๐ แ แแ แแแฉ แฐแแฑ แจแฐแ แแแ แ แแ แคแณแธแ แแตแฅ แจแแฐแแฑ แฐแแฝแ แขแแ แจแปแ แ แ แญ แซแ แนแฅแฃแ แจแปแ แ แแจแฅแ แซแแปแแ แ แซแต แแแ แญแฐแจแแแข
๐ แจแนแฅแฃ แแ แ แแแ แญแแแฃ แ แแ แ แแแตแแแฃ แแขแฉ ๏ทบ แแญ แฐแแแต แแแจแตแฃ แจแปแแตแ แขแซแแต แ แแต แ แแแฝ แแญแฃแ แแ แซแตแ แจแแ แฑ แแญ แฐแซแซแฅ แจแแ แ แญแญ แแญแญ แแแแต แแแข
๐ แฅแแ แ แแแ-แฎแฎแ แ แแ แแแฉ แแแ แ แจแคแฑ แแ แคแฐแฐแกแ แ แแฐแฅแฐแฅ แจแแตแ แฐแแต แแตแแต แญแฝแแแข
๐ แคแต แแตแฅ แจแแตแแต แญแแ แแแฝแแ แแแแธแ แฐแ แแข แแตแฅ แ แแฅแ แแตแแตแ แญแปแแแขแญแ แจแฐแปแแ แฐแแซแญแ แแแ แญแฝแแแข
แจแฐแแฐแ แแต แแ แฑ แแญ แฅแแฐ แฐแแต แ แฑแ แแแข แธแแญ แแฅแณ แจแ แฅแ แจแณแจแฝแ แต แแ แต แแแฎ แแแ แญ 20 แฐแแ แ แซแฃแข แฅแตแชแแจแ แตแจแต แฃแแ แแ แแแ แแแข
แ แแ แแฅแ แแตแแฑ แฐแแซแญ แแแข
๐ แญแ แ แฅแแฒแ แฅแแณแ แแแต แ แฒแต แแญแ แแนแ แแฅแต แแแ แตแฃ แแ แแณแ แฅแฃ แฝแถ แแ แแแ แ แแต แแฐแฐแต แฐแแณแ แ แ แ แญแ แจแแซแตแแ แฐแแฃแญ แแแข
๐ แฐแแฐแ-แแต แจแแฐแแฑ แ แแต แแซแฐแ-แแฅแญแ แแตแ แต แแดแณ แฒแแ แจแแต 2 แแ แ แตแแตแ แแตแ แตแ แญแปแแแข
โช๏ธแ แแ แแแซแ แตแซแฝแแ แญแแ แแ
โช๏ธแจแแฃแแแ แ แฝแณ แ แแ แญแ แแแ
แ แแ
แแแญ:โแกแตแณแ แ แ แแต แธแญแฝ แ แฐแ

Forwarded from Jimma Gibe channel
#Karchallee_Jimmaa
_---------____--------
#Jimmaa fi Hidhamtoota #Siyaasaa
Murtii Siyaasaa Hidhamtoota Siyaasaa Sababa Ajjeefamu Artiist Hacaaluu Hundeessaatiif Gadda bahuun isaanii yakka tahee irratti murtahe, kanneen Mana Sirreessaa Jimmaatti idhamanii jiran.
&&&&&&&&&&----
#Jimmaa,Oromiyaa
#Magaalaa_Jimmaa irraa
1.Redwaan Jamaal A/Foggii woggaa afur (4)
2. Hamzaa Naasir Mahammad woggaa afur (4)
3. Aalimoo Abdurrahiim A/firaa woggaa afur (4)
4. Fu'aad Abdallaa Mahammad. Woggaa afur (4)
5.Musxafaa Amad A/jihaad woggaa 2 fi qr 500
6.Kaalid Habiib A/diggaa woggaa Afur(4)
___
#Saqqaa_Coqorsaa
1.Qamar Mahammad Haji Huseen woggaa 4 fi ji'a shan(5)
2.Ibraahim A/Garoo Faqiih woggaa afur(4)
3.keeraddiin Kadir A/bulguu woggaa afur(4)
4.Abdoo Faaris A/foggii woggaa afur (4)
5.Umar A/Dilbii A/diggaa woggaa afur (4)
6.Kaamil Awwol A/milkii woggaa afur (4)
7.Anwaar Awwol A/joobir woggaa afur (4)
8.Mansuur A/Giddii She m.saanii woggaa afur (4)
9.Haafiz A/Moggaa A/fiixaa woggaa afur(4)
10.Abbabee A/jabal A/maccaa wogaa afur (4)
11.Alaamuddiin Awwol A/bulguu wogaa afur(4)
12.Faatii She Jamaal. Murtii Woggaa sadii(3) fi Ji'a
Jahaa(6)
13.Fu'aad A/Jihaad murtii woggaa lamaa(2( fi Ji'a
Shan(5) adabbii maallaqaa qr 500
#Aanaa_Maannaa irraa
1.Faaxumaa she Imaam A/foggii - woggaa 2 fi ji'a 5 fi Qr 500
2.Abdoo Haafiz A/Garoo -woggaa
2 fi ji'a 5 fi Qr 1000
3.Mu'aaz Naasir A/Tamaam. woggaan 3
4.Faayiz Zinaab A/foggii woggaan 3
5.Roozaa Maammadamiin woggaa afur(4).
#Daalattii
Namoonni Jimmarraa geeffamanii himataaf murtii tokko male Daalattiitti hidhamanii jiran.
1.Tokkummaa Margaa
2.Yooseef Katamaa
3.Mubaarik Abbaamoggaa
4.Kaalid(Zinaabuu) Mahammannuur
5.Mahammad Jamaal Lammaa
6.Hasan Yooseef
7.Misgaanaaw(Daadhii) Qajeelchaa
#Jimmaa
Liistii hidhamtoota Hiriira gaddaa Ajjeefamuu Artiist Hacaaluu Hundeessaatiin wol qabatee Manneen murtii Aanaaleetti itti murtaahe kanneen yakka gogaa raawwattan jedhamanii itti murtaahe
keessaa kanneen ammayyuu hidhaa jiran.
#Magaalaa_Jimmaa irraa
1.Awwol A/foggii murtii hidhaa woggaa 3
2.Abdii Abdallaa murtii hidhaa woggaa 2 fi ji'a 6
#Aaanaa_Maannaa irraa
@kanneen murtiin woggaa sadii(3) itti murtaahe
1.Ridaahuu A/Nagaa A/duraa.
2.Naazimuu Naasir A/luleessaa
3.Xaahaa M/saanii
4.Najiib Zaakir A/dura
5.Hawwii Naasir A/Maccaa
6.Faadil Gaalii A/gissaa
7.Miiftaa Naasir
8.Isaaq A/fiixaa
9.Na'iim Naasir
10.Rashaad A/nagaa
11.Naziif A/maccaa
13.Saahib Siraaj
14.Musayid A/nagaa
15.Toofiq Gaalii
16.Ridaa Maamud
17.Umar Maammadamiin
18.Xayyib A/maccaa
19.Muriidaa A/jihaad

Forwarded from Oromo Political Prisoners Defense Team
Hidhaa Irraa Hiikkamuu Miseensotaafi Hogganoota KFO Ilaalchisee Ibsa Kenname
Hidhaa baatii 18tiitiin booda Amajjii 7/2022 hidhaadhaa bahuu keenya isiniif mirkaneessuu barbaanna. Ajjeechaa Artistii keenya qaalii Haacaaluu Hundeessaatti aansee hidhaan nurratti raawwatame guutumaan guututti buโuura siyaasaa irraa kan madde akka tahe beekamaadha. Qaamoleen nu hidhanis nuti yakka kamirraayyuu bilisa akka taane wallaalanii osoo hin tahin dirree siyaasaa nu keessa jirrutti haqaan nu falmanii moohuun ulfaataa akka itti tahu waan beekaniifi. Egereen siyaasa isaaniis waan isaan yaaddessuufi. Dirree siyaasaa irraa nu dhabamsiisuufii hidhaan siyaasaa kan nurratti raawwataniif sochiin siyaasaa nuti gaggeessaa turre aangoo isaaniitii garmalee sodaachisaa waan taheefi.
Erga nuti humnaan dirree siyaasaa irraa dhiibamnee gara mana hidhaatti galfamnee booda waan hedduutu tahe. Sodaan guddaan nuti siyaasa biyya keenyaa keessatti dhalachuun ni mala jennee tilmaamaa turres ni dhalate. Abdiin Ummanni Itiyoophiyaa ceehumsa siyaasaa baroota dabran uumamerraa eegaa tures guutumaan guututti fashalaaye. Biyyattiinis haala baayโee nama gaddisiisuun wal waraansa suukaneessaa keessa galte. Gaagaโama siyaasaa dhalate, rakkoo hamaa Ummanni nagahaa Miiliyoonotaan lakkaawamu keessatti kufeefii rakkoo wal waraansa kanaan dhalate hunda miira gaddaa guddaadhaan hordofaa turre. Hariiroon Ummatoota biyyattii jidduu jiru burkutaawee, biyyattiinis saffisa olโaanaadhaan gadi konkolaattee yeroo arginu mana hidhaa keessa teenyee wanti godhuu dandeenyu gadduufii guyyaan fooyyaโaan akka dhufuuf hawwuufii Rabbi kadhachuu qofa ture. Keessattuummoo yakkoota suukaneessoo Sabaaf Sablammootaf Nannolee biyyattii kanneen akka Oromiyaa, Tigraay, Beenishaanguul Gumuz, Affaarifii Amaara keessa jiraatan irratti raawwatamaniin gadda guddaatu nutti dhagahame.
Gaagaโama siyaasaa biyyattii keessatti Uumamefii balaa hamaa baatiiwwan 13n dabran keessa mudatee of duuba deebiโanii sirreessuuf yeroon isaa baayโee barfatuun isaa waan wal nama gaafachiisu hin qabu. Haa taโu malee, hammamuu dhiphatus, badiin biraa akka hin uumamne hambisuu, nagahaaf tasgabbii deebisanii dhugoomsuu, hawaasaf Ummatoota walitti araarsuufii biyyattii deebisanii ijaaruudhaaf carraan ni jira jennee amanna. Kana godhuudhaaf garuu qaama hundaa bira fedhii dhugaa buโuura godhate, hirmaannaa onneef qalbii guutuun taasifamuufii murannoof kutannoo waan kana dhugoomsuu qabaachuu gaafata.
Buโuuruma Kanaan, akka dhaaba keenyaatti
- Jijjiirraa Adeemsaa gama Mootummaatiin mulโataa jiru, kan waraana leellisuu baroota lamaa oliif ture irraa gara rakkoo Uumame nagahaan furuu irratti fuulleffataa jiru akka tarkaanfii gaariitti fudhanna. Yaadni kunis qabatamaan gara hojii mulโataafii irra deebii hin qabnetti geeddaramuu qaba jennees ammanna.
- Qaamotni lola kana keessatti hirmaannaa taasisaa jiran hundi rakkoo dhalateef furmaatni nagahaa akka argamuuf mariidhaaf carraa akka kennan waamicha goona. Hamma gama hundaa dhukaasni guutumaan guututti dhaabbatuttis qaamni hunduu nageenya Ummataa, Qabeenya akkasumas dhaabbilee tajaajila Ummataa kennan akka tiksan dhaamsa keenya dabarsuu barbaanna;
- Qaamonni alaa kamiyyuu lola biyyattii keessatti uumame furuudhaan biyyattiin nagahaaf tasgabbii yeroo kamiyyuu caalaa isii barbaachisu akka argattu shoora gaarii/ buโa qabeessa/ akka taphatan dhaamsa keenya dabarsuu barbaanna. Qaama kamiifuu deeggarsa siyaasaas tahee meeshaa kennuudhaan waraanni biyyattii keessatti akka babalโatu qaamoleen taasisan gocha akkanaa irraa akka of qusatanis dhaamsa keenya dabarsuu barbaanna. Qaama tokko cinaa hiriiruudhaan deeggarsa laachuudhaan balaaf gaagaโama biyyattii keessatti deemaa jiru hammeessuu irra balaa dhalate kana mariidhaan akka furan dhiibbaa akka taasisan dhaamuu barbaanna.
- Sabaaf sablammoonni biyyattii waamicha waraanaaf qaama kamiinuu godhamu akka balaaleffataniifii haasaaf duula jibbiinsaa gaggaffamuu kamiifuu gurra akka hin kennine dhaamuu barbaanna.