Shanan Gibee Project
92 subscribers
258 photos
8 videos
4 files
10 links
This Chanel provide updated information and Historical ,cultural ,natural resources of Jimma Zone
Download Telegram
#Warraaqsa_Barnootaa
#Magaalaa_Jimmaa
#Gamtaa_Barattoota_Shanan_Gibee
Miseensonni Gamtaa Barattoota Shanan Gibee hojii boonsaa hojjetaa jiru. Miseensonni gamtaa kanaa damee magaalaa Jimmaa haala nama gammachiisuun barattoota kutaa 9 - 12 baratan barsiisaa jiru. Ijoolleen kun hojii kana hamileedhaan akka hojjetan jajjabeessuun barbaachisaadha. Abbootiin qabeenyaa magaalaa Jimmaafi qaamni dhimmi kun ilaallatu ijoollee kana deeggaruun dirqama Oromummaa haa bahannu kunillee yoo hafe, ofirra darbuun namaafis jiraachuudhaan gammachuu argamu haa dhandhamnu.
#Galma_Gadaa_Odaa_Hullee
#Tokkummaan_Humna
#Magaalaa_Jimmaa tti Marii Haala Adeemsa Irrecha Hora Finfinneetii fi Tokkummaa Keessoo Keenyaa Cimsachuu Irratti Guyyaa Hardhaa Wolitti Dhufamee Afuura Tokkummaatiin Qaamni Hawaasaa Magaalaa Jimmaa Keessatti Argamu Kan Oromummaan Wolitti Isaan Hidhu Marti Wolitti Dhufuun kan Quurrama Wol Irraa Qabu Afootu Woliif Jedhee Jaalala Oromummaa Woliif Kennuun Wol Harkaa Fudhataa Oolle!!
Akka Oromootti Kaleessa Hacuuccaa Jalaa Bahuuf Iddoo Sadii Turre.
1.Qabsaa'ota Oromoo Oromummaa Isaaniitiif Of Kennanii Akka Diinni Isaan Miidhu Beekaa Diina Duranii Dhaabatanii Abbaan Carraan Isa Gahe Miidhaa Dhandhamee Kan Rabbiin Isa Hambise Jala Bahee Injifannoo Kana Argamsiisee As Gahe.
2.Qabsaa'ota Oromoo Utuu Qabsaahuuf Fedhaa fi Amantaa Qabanii Roorroo Diinaa Sodaaf Riphanii Iddoo Jiranitti Waan Dandahaniin Qabsoo Sabaa Iccitiidhaan Gargaaraa Gaafa Agoobarri Sodaa Tarsa'u Ifatti Qabsootti Bobba'ani!!
3.Ilmaan Oromoo Haalli Hubannoo Isaanii Sirrii Hin Turin Kan Roorroo Oromoo irra Jiru Kana Akka Bilisummaatti Fudhachuun Daboo OPDO tahanii Oromoo irratti Kan Hojjataa Turan kan Gaafa #OPDOn Dhugaa Jiru Amantu Dogoggora Keessa Turan Arganii Hardha Gariin Of Argatanii Qabsootti yeroo Dabalaman Gariin Immoo Ammayyuu Of Dhokatanii Jireenya Hirdhuu Jiraataa Jiru..
Kun Adeemsuma Qabsoo Saba Kamiyyuuti inni Guddaan Hardha Saba Kanaaf maal Buusuu dandeenyaadha!!
An Maalin Saba kanaaf Gochuu dandaha?
Abalu kunoo maal Saba Kanaaf Buusuu Dandaha? jedhanii dantaa Sabaa Irratti Ofis Wolis bobbaasuun Dirqama Oromummaati Jedheen Amana!!!
Egaa Qabsoon Oromoo Kooluun Isaa Baldhaadha Waan Taheef Hundi Keenya Qixa Jirruun Oromoodhaaf Ni Barbaachifna Waan Taheef Rakkoo Xixinnoo Nu Gidduutti Uumamtu Cinaatti Dhiifnee Borii Saba Keenyaatiif Waan Dandeenyu Yeroo Barbaachisaa Tahetti Gummaachinee Darbuun Dirqama Oromoo Hundati!!!
= Wol tajjiin Guyyaa Hardhaa Galma Gadaa Odaa Hulleetti Godhame Wol Gahii Seena Qabeessa.
Wol Gahii Kana Kan Godhanne Injifannoo Guddaa Shira Diinaa Fashaleessuun Torban darbe kana Galmeessineef Qeerroo fi Qaama Shoora Isaa bahate hunda Galateeffannee Injifannoo Dabalataatiif Tokkummaadhaan Hojjachuuf Harka Wol Qabannee Irbuu Haaromfannee Jaalalaan Irrecha Iftaanii Dhaquuf Dhaamsa Oromummaa Wolitti Dhaammannee Galle Kunis Injifannoo Tokko!!!
GGI ti!!

Forwarded from Jimma Gibe channel
#Karchallee_Jimmaa
_---------____--------
#Jimmaa fi Hidhamtoota #Siyaasaa
Murtii Siyaasaa Hidhamtoota Siyaasaa Sababa Ajjeefamu Artiist Hacaaluu Hundeessaatiif Gadda bahuun isaanii yakka tahee irratti murtahe, kanneen Mana Sirreessaa Jimmaatti idhamanii jiran.
&&&&&&&&&&----
#Jimmaa,Oromiyaa
#Magaalaa_Jimmaa irraa
1.Redwaan Jamaal A/Foggii woggaa afur (4)
2. Hamzaa Naasir Mahammad woggaa afur (4)
3. Aalimoo Abdurrahiim A/firaa woggaa afur (4)
4. Fu'aad Abdallaa Mahammad. Woggaa afur (4)
5.Musxafaa Amad A/jihaad woggaa 2 fi qr 500
6.Kaalid Habiib A/diggaa woggaa Afur(4)
___
#Saqqaa_Coqorsaa
1.Qamar Mahammad Haji Huseen woggaa 4 fi ji'a shan(5)
2.Ibraahim A/Garoo Faqiih woggaa afur(4)
3.keeraddiin Kadir A/bulguu woggaa afur(4)
4.Abdoo Faaris A/foggii woggaa afur (4)
5.Umar A/Dilbii A/diggaa woggaa afur (4)
6.Kaamil Awwol A/milkii woggaa afur (4)
7.Anwaar Awwol A/joobir woggaa afur (4)
8.Mansuur A/Giddii She m.saanii woggaa afur (4)
9.Haafiz A/Moggaa A/fiixaa woggaa afur(4)
10.Abbabee A/jabal A/maccaa wogaa afur (4)
11.Alaamuddiin Awwol A/bulguu wogaa afur(4)
12.Faatii She Jamaal. Murtii Woggaa sadii(3) fi Ji'a
Jahaa(6)
13.Fu'aad A/Jihaad murtii woggaa lamaa(2( fi Ji'a
Shan(5) adabbii maallaqaa qr 500

#Aanaa_Maannaa irraa
1.Faaxumaa she Imaam A/foggii - woggaa 2 fi ji'a 5 fi Qr 500
2.Abdoo Haafiz A/Garoo -woggaa
2 fi ji'a 5 fi Qr 1000
3.Mu'aaz Naasir A/Tamaam. woggaan 3
4.Faayiz Zinaab A/foggii woggaan 3
5.Roozaa Maammadamiin woggaa afur(4).

#Daalattii
Namoonni Jimmarraa geeffamanii himataaf murtii tokko male Daalattiitti hidhamanii jiran.
1.Tokkummaa Margaa
2.Yooseef Katamaa
3.Mubaarik Abbaamoggaa
4.Kaalid(Zinaabuu) Mahammannuur
5.Mahammad Jamaal Lammaa
6.Hasan Yooseef
7.Misgaanaaw(Daadhii) Qajeelchaa

#Jimmaa
Liistii hidhamtoota Hiriira gaddaa Ajjeefamuu Artiist Hacaaluu Hundeessaatiin wol qabatee Manneen murtii Aanaaleetti itti murtaahe kanneen yakka gogaa raawwattan jedhamanii itti murtaahe
keessaa kanneen ammayyuu hidhaa jiran.
#Magaalaa_Jimmaa irraa
1.Awwol A/foggii murtii hidhaa woggaa 3
2.Abdii Abdallaa murtii hidhaa woggaa 2 fi ji'a 6
#Aaanaa_Maannaa irraa
@kanneen murtiin woggaa sadii(3) itti murtaahe
1.Ridaahuu A/Nagaa A/duraa.
2.Naazimuu Naasir A/luleessaa
3.Xaahaa M/saanii
4.Najiib Zaakir A/dura
5.Hawwii Naasir A/Maccaa
6.Faadil Gaalii A/gissaa
7.Miiftaa Naasir
8.Isaaq A/fiixaa
9.Na'iim Naasir
10.Rashaad A/nagaa
11.Naziif A/maccaa
13.Saahib Siraaj
14.Musayid A/nagaa
15.Toofiq Gaalii
16.Ridaa Maamud
17.Umar Maammadamiin
18.Xayyib A/maccaa
19.Muriidaa A/jihaad