SENNAA UMATAA OROMO
1.99K subscribers
98 photos
4 videos
305 links
Fedhii fii hawwiin channali kennyaa seenaa,aaddaa,duudhaafi,safuu ummata oromoo dhalootara dhalootati dabarsudha
Oromoon ummata aadaa, duudhaa, seenaafi ooltee bultee gabbataa qabuudha.
Download Telegram
Powered by @Manybot
Oromoon walloo orommotaa baarentu keessaa isaan tokkodhaa oromoonni kunis kaabaa shaawa irra hanga naannoo tigraayii ti faaca'ani argamuu oromoon wallo akkumma oromoota kaanii qotee bulaa fi horsiisee bultootaa.oromoon wallo daangaa ummata amaraa fi affaar giddu jiraatu saboota kananiis waallitti bu'insaa yeroo isaan walakatti ta'u wanuma baramaadha. Oromoon wallo naannoo amaaraa godinaa adda oromiyaa kamisee kan jedhamu gaaffii guddaadhaan akka afaan isaatin baraatuuf seenaa fi dudhaa isaa afaan ofiittin akka baratuuf gaaffii irraa deddeebin kasuun murtreffate jira. Oromoon wallo keessaa muraasni: kamisee,baati,warra illu,warra qaalluu, warra baabbofi raayyaa, kannen haafaanis baayyedha. Oromoon walloo akkumma afaan oromoo beekkan afaan saaba birootis nii hasa'u.inumma kan afaan abbaa isaatu hin beeknes hin dhabamuu. Oromoon wallo jaarra kaanan "saaddacha" jedhaan hikaan isaas oromoo afaan isaa hin beekne jechuudha.oromoon walloo goosota hedduu qaba.isaan keessas murasni jille, arxumaa,qoori,duguuguru fi kkfaan isaan murasaa
Caffee gadaa odaa bultum keessatti sadarkaa gadaa keessa takka maxxariidha.Daa’iman umriin isaani 0-8 keessa jiruun maxxarii jedhuun.
@sennaasa
Caffee gadaa odaa bultum keessatti sadarkaa gadaa keessa takka maxxariidha.Daa'iman umriin isaani 0-8 keessa jiruun maxxaarii jedhuun.
Daa'iman sadarkaa kana keessa jiru rifeensi isaa hin haadamu. Daa'imni tokko yeroo sadarkaa kana hulluqu rifeensi irraa haadamee
Maqaa arkata.
Sirna gadaa odaa bultum keessatti daa'imni sadarkaa maxxaarii keessa jiru hamma sadarkaa Ruubaa (9-16) gahu jiddu -gala fooduu keessatti qaalluu irra Aadaafi seenaa akaakkayyuu fi abaabiyee isaa bifa hibboo fi sheekkootiin irra barata.
Shanyii warra kush keessatti jibrii irbuun ykn jibrii dhahuun aadaadha. Keessattuu warra kush bahaa biratti jibrii irbuun ykn jibrii dhahuun hojjii gahee warra dhiiraati.ILmi dhiiraa tokko Yeroo umriin isaa 9-16 gahee jibrii irbuu barachuun dirqama isaatti.
Barreddu Oromo
Harargee keessatti bara 1888s keessa bifa kanaan jibrii dhawaa turan.
Channel photo updated
Jalqaba hiika jachoota ykn galmee jachoota
Afaan Oromoo kan barreesee
Liban Bultum ja'aama.
Best Channel of the week in oromia that u must join

🥇 @oromomusic
To get New, oldeis, hip hop Oromo music

🥈 @orosarcasm
Channel guddicha afan oromoo Koflaaf, kakisuuf, seequuf fi bashanana garagaratiif

🥉 @afranqallo
Seena fi Adaa ummata oromoo beekuuf.
@beekumsaaf
Hunda iddoo tokkotti argachuuf

@humnagaariiyaduu
Gorsaa fi imala milkii jireenya

@orotech
Information about technology in Afan oromo



@sabkoofan
join best Afan oromo poetry channel

@lammiif
Asoosama gagabaaboo argachuuf
@oromocul
All in one
@sennaasa
Fast growing channel

If need to promote ur channel contact me via @oromiapromobot
Jalqaba hiika jachoota ykn galmee jachoota
Afaan Oromoo kan barreesee
Liban Bultum ja'aama. Kitaabni isaattis
Bara 1913 Cambridge presstti maxxansame.
Liban bultum nama jollumaa isaattin
Warraa Abissiniyattin gabrummaaf gurgurame. Garuu bara 1888
namni Charles E. Gissing ja'aamuu loltuun British tokko
bitachuudhaan ega walaba baase booda mana amantaa"lovedate
missionary " ja'aamuuf laate.
Bara 1900 liban bultum Abbaa heeraa tahuun magaala port Elizabeth
keessa
Hojjachaa akka ture dubbatama.
Injifannoon lola Adwaa oromootani !!!
Injifannoon lola Adwaa oromootani !!!
Lola bara 1896 xaaliyaniifi minilik jidduutti gageefameratti kan shoora
guddaa tabatee lolttoota oromoo warreen fardootti.
Suura kana daawwadha .
*Oromo Calvary.
Photo credit combridge university
htts:// www.repository, cam uk/discover
Oromoofi qophii Lola Adwa. finfinnee bara 1896 G.C
Qeerroon teenya akkana turtee.