Seenaa.Bareentumaa.๐Ÿฅฐ
200 subscribers
80 photos
10 videos
9 files
152 links
Walaloo Ergaa Sabaa uf.keessa.qabdu
Argachuuf gama Channel SeenaaBareentuma kotta Linki Armaan Gadi kana Tuqachun
@SeenaaBareentuma
Download Telegram
Favorite channels that u must join and Enjoy.

Powered by @Oromiapromobot

If you need to promote your channels Click hare
Favorite channels that u must join and Enjoy.

Powered by @Oromiapromobot

If you need to promote your channels Click hare
Forwarded from Sochii Qeerro fi Qarree (Kooket Saba)
Lammiin lammiif
Forward godhun sirqama lammumma baha
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
kanneen lammiilee keenya naannoo Beenishagul Gumuz
irra buqqa'aan deggaruu barbaadan biyyaa keessaafi alaa
hundaaf:- Baankii sadiitii account baaname jira.
lakk-Acc-
1. 937719 OIB
2. 1000259030138 CBE
3. 1000072131111 OCB
Uummata keenya qahee isaa irraa buqqa'ee harkaa nama
ilaalu hin qabu, Qeerroon Oromoo abbootin qabeenyaa
deeggarsa gochuu qabdu. Uummanni cina dhabbachuu
nurraa eeggaama.
@Qeerroohaaromsaaharmee
@Qeerroohaaromsaaharmee
Forwarded from Sochii Qeerro fi Qarree (Kooket Saba)
Uummata 72,000 qahee isaanii irraa buqqa'anii jiru,
namnii 23tu ajjeefame , Miidiyaalen gaafa Buurraayyuu
suun har'a eessaa dhaqani.
@Qeerroohaaromsaaharmee
@Qeerroohaaromsaaharmee
Forwarded from Sochii Qeerro fi Qarree (Kooket Saba)
Hoggansi ODP KHR ODPtti filamuu galma xumuraa
seetanii warri gaafa lammiin daangaa irraa buqqahuu fi
dhumu callisuu filattan eenyuuf akka dhaabbattan mee
xiqqoo yaadaa.Nuun suusiin haasaa nu qabnaan miti kan
iyyaa jirru.So yerga kabaja wallaaltanii isiniinis saaxiluuf
jirra.Akka Dr.Abiy fi Lammaatti osoo yaaddanii isinii
wayya.
@Qeerroohaaromsaaharmee
@Qeerroohaaromsaaharmee
Forwarded from Odaa Electronics
Walaloo gabaabduu. #HOJII_DHALA_NAMAA. Waan tokkon hubadhee bara koo keessattii. Hojiin dhala namaa mee akka maaliitii?. Ijaajjiif taaumsaa fiigichaaf utaalchoo demsaaf dhaabbii hin qabu kan qabu wallaansoo. Yaa jireenya nama kaan dafqee galfata. Kaan gubboo gaafata. Isa tokko hojjetes harkaa saassaabbata ayii dhala namaa maalumaaf sii gamaa. Isa tokko hojjetee dafqee xuruurfatee. Guyyaa itti hojjetee. Halkanis galfatee mana ijaarratee. Konkolaataa bitee. Hojiisaatti boqotee qabeenyaa goonfatee. Doroomina qabu tokko jalaa fuuchuuf tasa hirriba hin qabu. Ayi dhala namaa
Qoonqoo tokkoof jecha sabasaa gurgura
Isa nyaate nyaatee kaan ittiin unkura
Waggaa 80 f jedhee dhaloota balleessa kan ormaallee ha hafuu zarii keef maal keessa
Kannisni bineensa
Garuu nama boonsa
Gaagura bor tolfatuuf jedhe
Lubbuu meeqa kennee
Tokkummaan jabaatee woliifis dhaabbatee
Rakkoo obbaafatee tokkummaan jabaatee. Jireenyasaa keessaa waanti nama dhibu isa hojii hin qabne baasuun isa hin dhibu waabee jechudhaani maqaa itti baasee kan isa hin fayyanne of keessaa fageessee tokkummaan dhaabbatee. Diina isaa moate. Mee taa'aati ilaalaa jaallan koo yaa firaa ayii namaa. Inni tokko dhabee bututtuu uffataa. Inni tokkommoo irraa hafee kam uffadhu jedhee ofisaa gaafata. Inni tokko nyaatee hafaa sareef laata. Inni tokki dhabee haftee barbbaaddata inni tokko biinee gammadee jiraata tokkommoo uumamuusa jibbee dua iyyaafata. Kaanimmoo fayyaadha qabeenyaaf maraata kaanimmoo nagaa dhabee maaf akkas na goota. Biyyoodhaaf na goota. Akka nama tokko anis uumameera. Nagaan dhabe malee silaa duroomeera bara jireenyakoo kadhattuu na gootee jireenya ko hundaa aewaaraan massaktee borii koof maal keessa maaluman abdadhaa bor maaluman nyaadhaa duan eegaa jennaan ofin dhufuu dide nan hojjedha jennaan nagaadhaan na dhibe passwordi hin hiikamneen jireenya qollofee akkan godhus dhabee olii gadi oofee yoo maaltae woyya jechuun gaaffi deebii hin qabne kan barbaadanuu hin argamne "inni qabu qabatee fincaa'a" inni jedhan amma reef naa gale jechuun waaqa komata inni nagaa qabu kanatu nan geenyee yooman dabaladhaa. Jireenyaakoo hundaan quxxaadhaan jiraadhaa?. Yaa jireenya kootii mana sirrii hin qabu. Kanan it boqodhu. Jiruuf jireenya miti jireenyan jiraadhu. Ba'aa utuun baadhuu qaatanuu hubamee ergi kana tahee maalojiin uumame. Ani maalan godhe abbaaf haadha kooti hiyyummaa keessatti kan nadhaleyooti..... @bashannanaafibeekumsa
Forwarded from IJOOLLEE OROMOO
Obbo Dammaqaa Mokonen godina amaaraa namni saba oromoorraa dhalate maaf bulcha? Jedhee Gaafii ummanni amaaraa hedduun
kaasuu tureefi isattis quba laachuu turan
irraa mufachuudhaan paartii amaaraa san
keessaa bahuuf akka gaafii dhiheessetu
shakkama.Osoo inni amanamummaadhaan
ummatichaaf hojjatuu sanyiin oromoo waan
ta'eef qofa alaaf keessaa irratti duulamuun
waanuma eenyumallee aarsuudha.Komiin
isaanii woyta hedduu dhageenyus Dr Abiyyiif
gaafa angootti dhufu san carraa laachuudha.
Itti dhiisee biraa deemus saba boonsaa qaba.
Ummata isaa oromoo biraallee kabaja qaba.
@linkIjoolleOromoo
@linkIjoolleOromoo
Forwarded from IJOOLLEE OROMOO
Ali Birras
โค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’š๐Ÿ’šโค๏ธ
New Afaan oromo
*Ushururuu 2018โค๏ธ
@linkIjoolleOromoo
@linkIjoolleOromoo
Walaloo Ergaa Sabaa uf.keessa.qabdu
Argachuuf gama Channel Kenya koottahttps://t.me/joinchat/AAAAAE0crFnFwJ4-UEbybw
@SeenaaBareetumaa Join Number one Oromo Telegram Channels 2018
โœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจ
ยฎ Presented By @Oromiapromobot
๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ
๐Ÿ˜‚ Chaynaali Afan Oromoo Guddicha fi Hangafa kan tahe-Koflaaf, Dhugaa Dinqisiisoo, iccitii Jaalalaa, filannaa sirbaa...
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ

๐ŸŽต Sirboota Afaan Oromoo Harawa Owitutti Argachuuf
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ

โค๏ธ Ergaa Jaalalaa, ergaa Guyyaa Dhaloota, suura Torbaani, Tateewwan torbaani argachuuf
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ

๐ŸŽง Sirboota Mimi'awaa Waggoota 30 dura fi Booda akkasumaas Sirba Harawa yeroo bahetti
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ
___________________________
If you need to promote your channels click hare
Join Number one Oromo Telegram Channels 2018
โœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจ
ยฎ Presented By @Oromiapromobot
๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ
๐Ÿ˜‚ Chaynaali Afan Oromoo Guddicha fi Hangafa kan tahe-Koflaaf, Dhugaa Dinqisiisoo, iccitii Jaalalaa, filannaa sirbaa...
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ

๐ŸŽต Sirboota Afaan Oromoo Harawa Owitutti Argachuuf
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ

โค๏ธ Ergaa Jaalalaa, ergaa Guyyaa Dhaloota, suura Torbaani, Tateewwan torbaani argachuuf
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ

๐ŸŽง Sirboota Mimi'awaa Waggoota 30 dura fi Booda akkasumaas Sirba Harawa yeroo bahetti
โ–ˆโ–“โ–’ โ–บ๐Ÿ”JOIN ๐Ÿ”โ—„โ–’โ–“โ–ˆ
_______________________________
If you need to promote your channels click hare
Walaloo Ergaa Sabaa uf.keessa.qabdu
Argachuuf gama Channel Kenya koottahttps://t.me/joinchat/AAAAAE0crFnFwJ4-UEbybw
@SeenaaBareetumaa
Forwarded from IJOOLLEE OROMOO
Waamicha ariifachiisaa
===================
Ummata keenya daangaa B/Sh/G irraa buqqa'anii magaalaa Naqamateefi naannoo ishee qubatan keessaa kanneen dhiigni isaanii dhangala'uun Hospitaala Naqamteetti yaalii irra jiraniif dhiigni barbaachiseera.Haa ta'u malee yeroo ammaa kana hanqinni dhiigaa Baankii Dhiigaa Naqamteefi Hospitaalota waan quunnameef
1.Marfata Abdiisaa Aagaa
2.Marfata Hayilee Fidaa biratti buufatni banamee waan jiruuf jiraataan,Qeerroof qarreen,kara deemaan itti goruun dhiiga keessan lammii keessaniif akka arjoomtan isiniif dhaamna.Ulfaadhaa!!
@linkIjoolleOromoo
@linkIjoolleOromoo
Forwarded from Gadaa Post via @BestApps1bot
โ˜˜โ“ƒโ“˜ โ’ฟโ“โ“โ“›โ“โ“ฃโ“คโ“ค โ’ฟโ“”โ“โ“”โ“” โ’ธโ“—โ“โ“โ“โ“โ“›โ“žโ“žโ“ฃโ“ โ’ถโ“•โ“โ“โ“ โ“„โ“กโ“žโ“œโ“žโ“ž โ’ฟโ“โ“โ“›โ“โ“ฃโ“โ“œโ“žโ“ž โ“€โ“คโ“โ“žโ“ž โ’ฟโ“”โ“โ“”โ“”โ“กโ“!!

ฯัั”ั•ั”ะธั‚ั”โˆ‚ ะฒัƒ^ @Abpromotin
Gorsa fi Hikkaa Jaalalaa
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli isin haa bituu malee.
Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoon kee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta'uu qaba.
sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta'ee isa lammaffaa onneen kee hin keessumsiisu ture.

โ˜…Jaalala jechuun:-

โœ”๏ธBareedina barbaaduu miti
โœ”๏ธFaayidaa barbaaduu miti.
โœ”๏ธEjjaa(fedhii foonii) barbaaduu miti.
โœ”๏ธYeroo fayyaa qabaniif yeroo gammachuu qofa wal haammachuu miti.
โœ”๏ธWaan jaallatamteef jaallachuu miti.
โœ”๏ธNamnumti wal jaallataaf jaallachu miti.
โœ”๏ธWaan sibiteef atis guyyaa eegdee liqii deebisuu miti.
โœ”๏ธBifa nama sanaa ilaaluu miti.
โœ”๏ธQabeenya bor badu ilaaluu miti.

โ˜…Jaalala dhugaa jechuun

โ˜‘๏ธWaan hundarraa qulqulluu kan ta'e
โ˜‘๏ธFakkeessu osoo hin taane dhugaa.
โ˜‘๏ธDhugaa jaalalaatiif jecha hiyyeessa jaallachuu bor wajjin horatu.
โ˜‘๏ธYeroo gaddaa, gammachuu ,rakkinaa wal bira
dhaabbachuu.
โ˜‘๏ธKan ofiif hin arganne nama sanaaf hawwuu.
โ˜‘๏ธObboleessa keetiif dabarsitee lubbuu kee kennuu.
โ˜‘๏ธRakkinni har'a obboleessa ke(jaalallee) irra ga'e bor akka sirra gu beekte har'a rakkina isaa hirmaachuu.
โ˜‘๏ธNama jaallatteef kabaja,iftoomina kennuu dha.

๐Ÿ”˜Kana hunda cabsitee jaalalatti deemta taanaan
jaalalichi hundee hin qabu bor buqqa'a.
๐Ÿ’–๐Ÿ’—๐Ÿ’–๐Ÿ’—๐Ÿ’˜๐Ÿ’–๐Ÿ’—๐Ÿ’“๐Ÿ’—๐Ÿ’“๐Ÿ’—๐Ÿ’–๐Ÿ’—
Share and forward
@humnagaariiyaduu
Amaloota Namoota Gammachuu qabanii
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
1: Hedduu Hin Hasawaan

2: Guyyaarraa Wa Baratu

3: Carraa Xiqqaa Hundatti fayadamu
4: Bayyee Koflu

5: wan Faydaa hin qabne ni dhisu

6: Tuffii Hin qaban ykn namtti hin boonan

7: Gargaarsa namaa hin Abdatan

@Humnagaariiyaduu
Forwarded from Oromia Education Bureau via @vote
OROMIA PROMOTION AWARD ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† CHANALII OROMOO WARREEN TOP TA'AAN KEESSA KAMTU HUNDA CAALAA SITTI TOLA?
public poll

DAMBALII JAALALAA โ€“ 10
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 29%

OROMO SARCASM โ€“ 9
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 26%

OROMO MUSIC โ€“ 8
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 24%

OROMO COMEDY โ€“ 4
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 12%

OROMO DJ โ€“ 3
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 9%

๐Ÿ‘ฅ 34 people voted so far.
Forwarded from Oromia Education Bureau via @vote
OROMIA PROMOTION AWARD ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† CHANALII OROMOO WARREEN TOP TA'AAN KEESSA KAMTU HUNDA CAALAA SITTI TOLA?
public poll

DAMBALII JAALALAA โ€“ 10
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 29%

OROMO SARCASM โ€“ 9
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 26%

OROMO MUSIC โ€“ 8
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 24%

OROMO COMEDY โ€“ 4
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 12%

OROMO DJ โ€“ 3
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 9%

๐Ÿ‘ฅ 34 people voted so far.
Forwarded from Oromia Education Bureau via @vote
OROMIA PROMOTION AWARD ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† CHANALII OROMOO WARREEN TOP TA'AAN KEESSA KAMTU HUNDA CAALAA SITTI TOLA?
public poll

DAMBALII JAALALAA โ€“ 10
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 29%

OROMO SARCASM โ€“ 9
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 26%

OROMO MUSIC โ€“ 8
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 24%

OROMO COMEDY โ€“ 4
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 12%

OROMO DJ โ€“ 3
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 9%

๐Ÿ‘ฅ 34 people voted so far.
Seenaa.Bareentumaa.๐Ÿฅฐ pinned ยซOROMIA PROMOTION AWARD ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† CHANALII OROMOO WARREEN TOP TA'AAN KEESSA KAMTU HUNDA CAALAA SITTI TOLA? public poll DAMBALII JAALALAA โ€“ 10 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 29% OROMO SARCASM โ€“ 9 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 26% OROMO MUSIC โ€“ 8 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 24% OROMO COMEDY โ€“ 4 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 12% OROMO DJ โ€“ 3 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘โ€ฆยป