DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
Hubachisaf : namni maqa fb issa hayyu jarra saba jechun qabu kun ajaanda mata issa akka issinif hin umne wly billahii ni tufatan yoo aghartan yoo hubbatanis

Kaleysa kessan natti bareysa ture hanga amma takka wal dubbifne hin beynu

Data issa gutus guranne jirra barbachisa tanan hogantota wajji irratti hasofna issiin wantii kun ajanda issiinif hin tahin.
Galatoma
Aww wallaahi wabillaahi rabbii guyyaa qiyaamaatiin isiniif kakadhaa osoo lubbuu takkitti tiyya qofa haftee wareegama barbaachisuun kafala malee ifduuba hindeebi'u.
Jaarmaya kana rabbumaatu gubbaa gadi lallabe malee waan nami guyyaa muraasa keessatti obboleeyyaan waggaa dheeraa waliif dheebotee waliif beelawe yaadaan gargar faca'e kana eenyuyyuu walitti fidee tokko godhuu hin danda'u ture
Ani kan baayyee nagammachiisee imimmaan narra dhangalaase .....
Hayyoottan ciccimoo beekkumsi isaanii addunyaa kana bulchuu danda'u kan quuqama dhala namaa qaban kanaa wajjiin akkamitti nasrii rabbii dhabna.
Yaadni akka dhaamsaatti qabu rabbiin nuwajji jiraa waatakka hinyaadina.
Obboleeyyan keenya tokko tokko yaada keenyaan faallaatiin yoo dhufaniis suutumatti kaayyoo keenya ibsaaf yoo dide itti dhiisaa yeroo nuti phase I xummurre booda eenyuyyuu aduu baate kana hin arku jedhuu hin danda'u.
Yeroof garaagarummaa keenya silent godhaa
Goonkumaa dhukkubsataa gubbaa dhaabbannee garaagarummaa keenya kaasuu hinqabnu
Eng:jemal md
Obboleettiin teenya Ruumiyaa Abdallaah Khabiiraa qarshii 10,000 nuuf galchiteeti jirti. Ganama yoo rabbi ja'e gara account teenyaatti garagalcha
Rabbiin guyyaa qiyaamaa maqaa isii yaamee naaf jecha hiyyeessa kiyya gargaarte hoodhu badhaasa kee rabbi naaf haa jedhuun

Obboleessa keenya ahmad aliyyii hisaabaan maletti rabbi bira haa guutu milkii addunyaa fi aakhiraa rabbiin walittti haaqabuuf

Eng:jemal md mussa
Inni biraa miseensi keenya hundi maqaa gabaajee fi maqaa itti waliin hin beeyne gonkumaa hin fayyadaminaa. Tasa yoo isinii jijjiiramuu dide ogeessa Technology keenya Enj. Amaan qaasin keessan qunnamaa

Eng : jemal md mussa
Hubachisa:yerodhaf namotta garee tanarrati addmin tatan sababa tokkof jecha hunda irra kasu yana tiqo boda irratti debifna

Bekumsa irra madee osso hin tanne osso hin bekkin namotan addmin tahaan kan setting tutuqa jiranitu jirra issaan kana kessaa adda bafachu wan hin dandahinif kana gona


Dabalatan kesson yada dhufa jirra namotni bayeen akka baressu dhadhabanifi kanis second 15,20 fa itti lakkawu male hin baresuuf erga issaanii

Kanaf hnga kana adda bafnutti addmin hunda kasuf yana sirressine dachafna
Dhiifama yaa obboleysa akhira "eega toltu dalayanee khan sharri yaaduu nu hin yaachisin"

wlh afaan oromottin deebise malee ayaat quraanati !

sheyxaanni lama kan insiifi jinni
Gareen Logistic yeroon teysaan gaha jirti

Qophaftanitu ree
Rumiya abdala dubartii jalqaba irra eghalte nu wajjin jirtu galatomi jazan kes janata

You are first lady of DHS thank you so much allah give you more much and allah give you janat,we women hero.

Thanks rumiya tenya
Kadra abdulahi

Galatommi kadra jazan kes janata bakka xiqon irra bate gudon ha sentu

Obbolewwan ke gargaruf rumiyatti ante nuf birmatee galatommii
Data kun data kore logisti birra nubira gahe hogantotni fi kore logisti waliin tahanni cunfa fi yada issa dhuma issiin biran gahan taha

Galatoma waliqaba kore logistikii fi marti koreen logistikii
Walii qaba kore logistikii kun hujji bareda galatommi galata sin mala HD kenyaaaa
Data kun data kore logisti birra nubira gahe hogantotni fi kore logisti waliin tahanni cunfa fi yada issa dhuma issiin biran gahan taha

Galatoma waliqaba kore logistikii fi marti koreen logistikii

Galatomma gareen logistiki martii

Mattiin gare namu yada itti kenaf wanta hir'ate yoo jirate issaan hogantota wajji kan furan taha
Asalamu aleykum obaleyen khiya qalii
Yaada guyan dhuma degarsi khenya hanga alhadatti xumuramu qaba yada ja'aun qaba .khana waji walqabate .yada dabalatan isinif dheysu qabu tokko jira yani khun na kheysa ture dhima wahitifin gara fin fine ture aliin hundinu Allamagan .namani yo waldhageyfate tokkuma fi obaluma jabeyse .biya jarun akkanumati egalamti .gana wan guddo hojana .yada balla hedu qabna yero gababa keysati itti debina hedun isin jaladha naaf galatoma .๐Ÿ™๐Ÿ™
#Dhamsa gababa tokon qaba
Obaleyen khenya khan degarsa godhu barbadu khan .hali jiru isaaf hin hayamne jira sanifu namu wandandayu aka gumachu dandayu
Fkn .namni
1.dabtara 5
2.qalama 5
3.qarshinis tatu birri 50 gumachu nidandaya saniifu amara egalle
#khore logistic fi finance .namayu akka dandeyti isatti akka degarsa dandayu aka irra qebaltan dhamsa khiya isiniif dabrsa .(obaleyen khenya tokko degarsi khenu barbade qaanfachu wan maluf )dhifama isinin jacha hordafatin jira sochi cufaa rabin adunya akhirati rahamata nuf godha inshallah
Yerodhaf
#dabtara darazana10 fi qalama darzanaa 5
Ama dhufe wanin jiruf khore logistics qebalchise .gama qarshitin khore financ reporti nin godha boro galatoma
Naaf galatoma !!
Mattii DHS maraf
Garee telgrama kana irrati ergawaan bayeen wan issiniti dhuftuf yero mara ergawan barbachisa pinmessage gubara jiru kana tuqun dawadha

Galatoma

For all DHS member

sent to you a lot of message from many telgram group always see pin mesaage from the above to get best information of this group

Thanks all
Guyaa dabalata hogantota irra kename xumuramuf boru qofatu hafa namu hanguma dandahu yero sa'aa bayee dhipo tate irra DHS qodun akka nuf galchitan wamicha obboluma issin wamna
Galatooma

Hubachisaa : namonni marsa jalqaba irratti hala jiru irra kannkahe nuf hin dhaqabiin DHS hegeredha itti fuftan akkuma namoni bayen amma hangana kane ji'a ji'atti hangana nin guchama jahe qabatanitii issinis hanga waliin adunya tana irra jiru waldaya DHS waliin jira hin yadawina yada baredaa qofa issinira barbadi DHS galatoma issiin jalana
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โœ… Halkan Khun Halkan Jimmataati !!
=~~~~~~=

Namni tokko tokko rasuula rabbiirratti salawaata buusun guyya fi halkan jimmata qofa akka tahe seha. SUN dogongora.
RASUULA RABBIRRATTI SALAWAATA BUUSUUN GUYYA HUNDA SA'AA HUNDA AKKA SALAWAATA BUUFNU KHAN AJAJAMNEE FI IBAAADA Guddoo SAWAABA GUDDA ARGAMSIIFTU!


Ha tahuu male Salawatni Halkaniif guyya jimmata buusan Akkaan jaalatamaadha.

๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ูŽู‘ุจููŠูู‘ ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ุตูŽู„ูู‘ูˆุง ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง๏ดพ

ยซุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ูˆูŽุณูŽู„ู‘ูู…ู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠู‘ูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏูยป

Msc abas m abdii
Qiphoftanitu DHS

You are ready DHS