Obboleeyyan kiyya hojii hanga ammaa dalagaa turtaniif galanni keessan galma gayinsa jaarmaya keenya haatahu jechaa gara waan amma dhaabbatuutti as haadeebinu ja'a yoon jarjare dhiifama. Ammaa yeroon nujala geesse maal godhuu qabna yoo jennee
1ffaa waan amiirri keenya dhaammate hojiirra oolchuu
2ffaa namuu ergama itti kenname bahachuudha keessaafuu kantibaan waan ja'ame san daddaafee adda baasee nuun gayuu qaba akka godhuus abdiin qaba
3ffaa qajeelfama maxxansame namuu ilaalee yaada isaa itti kennachuu qaba gama keessaatiin yoo tahee gaariidha asirratti namoonni gama keessaatiin yaada laattan asumaanuu galatoomaan ulfaadhaan jedhaan kaassaafu anwarsadat baayyee ulfaadhu.
4ffaa namoonni ergama nutti kenname dudhannee Obboleeyyan keenya biraan ergaa geenye harkifnee finne arjooma isaani dafanii akka nuun gayan gochisiisu qabna. kana gochuuf guyyaa lama qofa keessatti yoo tahe gaariidha. An kanaan jedhaa isin maal jettan?
Kab. Obbo Hassan abdula
Barressa irra

Keessattu obboleettiin teenya ruumiya abdallaah khabiiraa yeroo hedduu irra daddeebitee shamarran biyya tiyya eessa kutan maaliif hirmaachisuu dhabdan jattee baayyee yaaddawaa turte shamarran keenya waamicha harmee dhagahanii owwaataniif baayyee baayyee galata onneerraa madde galatoomaa jannaan
Eng:jemal md musa
Eng:jemal md musa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaan saftii fi guyyaan alhadaa guyyaa torbee waamicha harmee haa owwaannu jedhuun kabajamuu qaba
Jammaa wadaaja keenya kana guyyatti deebisa halku namni qaaxiraa bulaa ooluun hojiirratti dhiibbaa akka hin fidne maaliif yoottan ijoolleen teenya hojiidhaaniis adda duree tahuu qabna kanaaf aalii tiyya akkam jettan?
Dabalatan guya sabti fi alhadaan alattii dhimmo ijoo fi yada bareda nuf kayun baha
Hubachisa : mirga fi fedhi gare DHS dangeysuf akka hin tanne hubatamu qaba nuttii fedhii teysanif bitamodha
Namuu guya irraftii san sennu wal boharsu kan biyyaa keysa issa biya alatti waliin kofle taphate wan dabare yadachu mirga gutu qaba
Galatooma
Hassan abdula
Barressa

Mee namu wanta kana dubbissa hassof yada irra kana
Kaleysa fi kana sirna malaqa wali qabu irra wan turef namonni bayeen oso hin lalin birra dabartan
Harha gharu hogantotni kenya guya dabalata wan nuf kenanif dubbisa yada kesaan gumachaf
Gargarsa kesaanis guyan alhada akka dabaren itti fufa hegere tenyas rabbiin ha tolchuu

Qajeelfama Walgargaarsa DHS.doc
108.5 KB
Mee hiriyootakoo qajeelfama DHS ja'ee waa barreesseen jiraa ilaalaati bakka hir'atte guutaa
Forwarded from DHS Channel (JEMAL Ibrahim)
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM

Telegram
DHS Channel

Waldaya gargarsa gare DHALOOTA HEGEREE SARKAMA
****
Gosoota gargarsa garagara qabatee dhufa kan jiru #gareen DHALOOTA HEGEREE SARKAMA gargarsa dabtara fi qalama walii qabu erga jalqabe bubule jira.
Kayyoon isaa uummata sarkama kan osoo hin baratiin nu barsisan ijjooleen hafan baratanni argu kan barbaadu gare tolaa oltuma DHALOOTA HEGEREE SARKAMA hundesun kayyo issani nama galman gahef ha tannu
#odeeffannoo dabalataf👇
https://t.me/DHSIM

любитель

Hogana kenya
+251920920946 eng jamal md musa
Itti ana waldaya
+251953522332 abdurahman /abdii musa
Barressa
+251983142415 hassan abdula

Kayyoon isaa uummata sarkama kan osoo hin baratiin nu barsisan ijjooleen hafan baratanni argu kan barbaadu gare tolaa oltuma DHALOOTA HEGEREE SARKAMA hundesun kayyo issani nama galman gahef ha tannu.

Forwarded from The legend 9ne$$
NAMA GARGARUF NAMA QOFA TAHUN GAHA
KAN HIMANE KAN DUBANNE KAN JOLLEE ISSATIF DABTARA QALAMA BITU DHADHABE HEDDU JOLEE TENYAF QALAMAF DABTARA HA GUMACHINUU
KORE DHALOOTA HEGEREE SARKAMA /DHS IRRA

Hubachisaf : namni maqa fb issa hayyu jarra saba jechun qabu kun ajaanda mata issa akka issinif hin umne wly billahii ni tufatan yoo aghartan yoo hubbatanis
Kaleysa kessan natti bareysa ture hanga amma takka wal dubbifne hin beynu
Data issa gutus guranne jirra barbachisa tanan hogantota wajji irratti hasofna issiin wantii kun ajanda issiinif hin tahin.
Galatoma

Aww wallaahi wabillaahi rabbii guyyaa qiyaamaatiin isiniif kakadhaa osoo lubbuu takkitti tiyya qofa haftee wareegama barbaachisuun kafala malee ifduuba hindeebi'u.
Jaarmaya kana rabbumaatu gubbaa gadi lallabe malee waan nami guyyaa muraasa keessatti obboleeyyaan waggaa dheeraa waliif dheebotee waliif beelawe yaadaan gargar faca'e kana eenyuyyuu walitti fidee tokko godhuu hin danda'u ture
Ani kan baayyee nagammachiisee imimmaan narra dhangalaase .....
Hayyoottan ciccimoo beekkumsi isaanii addunyaa kana bulchuu danda'u kan quuqama dhala namaa qaban kanaa wajjiin akkamitti nasrii rabbii dhabna.
Yaadni akka dhaamsaatti qabu rabbiin nuwajji jiraa waatakka hinyaadina.
Obboleeyyan keenya tokko tokko yaada keenyaan faallaatiin yoo dhufaniis suutumatti kaayyoo keenya ibsaaf yoo dide itti dhiisaa yeroo nuti phase I xummurre booda eenyuyyuu aduu baate kana hin arku jedhuu hin danda'u.
Yeroof garaagarummaa keenya silent godhaa
Goonkumaa dhukkubsataa gubbaa dhaabbannee garaagarummaa keenya kaasuu hinqabnu
Eng:jemal md

Obboleettiin teenya Ruumiyaa Abdallaah Khabiiraa qarshii 10,000 nuuf galchiteeti jirti. Ganama yoo rabbi ja'e gara account teenyaatti garagalcha
Rabbiin guyyaa qiyaamaa maqaa isii yaamee naaf jecha hiyyeessa kiyya gargaarte hoodhu badhaasa kee rabbi naaf haa jedhuun
Obboleessa keenya ahmad aliyyii hisaabaan maletti rabbi bira haa guutu milkii addunyaa fi aakhiraa rabbiin walittti haaqabuuf
Eng:jemal md mussa

Hubachisa:yerodhaf namotta garee tanarrati addmin tatan sababa tokkof jecha hunda irra kasu yana tiqo boda irratti debifna
Bekumsa irra madee osso hin tanne osso hin bekkin namotan addmin tahaan kan setting tutuqa jiranitu jirra issaan kana kessaa adda bafachu wan hin dandahinif kana gona
Dabalatan kesson yada dhufa jirra namotni bayeen akka baressu dhadhabanifi kanis second 15,20 fa itti lakkawu male hin baresuuf erga issaanii
Kanaf hnga kana adda bafnutti addmin hunda kasuf yana sirressine dachafna