DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
Forwarded from DHS Channel (Aman Kasim)
DHS galatoma issiinin jedha kun hujjii bonsadha

Thanks all logistic committee for this fruitful job DHS says thank you so much
As wr wb Kabajamtootaa miseensa DHS hundaaf, baga guyyaa kana geessan, baga waliin geenye

hojii hanga arraantana hojjatamtee fi haala itti gara biyyaa itti deemnu isinii ibsuu barbaanne galatooma. Hojiin eegalle akkuma itti fufetti jira

1 - deeggarsi keenya kan account irratti gale gara qr 77,800 gahee jira Obbo Hassan bira bira kan gahee account irratti hin galin qr 500 jira walitti yoo idaane 78,300 tahaa jachuudha

2- koreen logistikii ragaalee calallii xumurtee gara meeshaalle bitamuu qabaniitti cehanii isaas adda baasanii naamunaa iddoo afurirraa fuudhanii koree manajimenti dhiheesaanii irratti marihatamee isa irratti wali galle fudhannee akka bitamuu ajaja dabarsinee jirra

3- bajatni kanaaf oolu qr 60,220 kunis ida'ama dabtaraa fi qalamaa qofa

4- banari konkolaata irratti hidhamee deemu tokko amaan kasim qopheessee jira , konkolaataa lama qabna waan taheef baanarri tokko boru akka qophaahu irratti walii gallee jirra

5- logo dhaabatichaa kan tishart irratti dhahamuus akka qophaahu irratti walii gallee jirra

6- akka kallattiitti guyyaan deemamu isniina ganama sababni amiirri keenya eng jamal mahammad hojiif iddoo biraa waan deemeef guyyaa sanitti dhaqaba waan taheefi.

7- meeshaaleen asiin olitti eeraman kunneen boru guyyaa sabtii bitamee qophaa'ee xumuramuu qaba.

8- baasiin kanaaf oolu yeroo bahu qaboo yaa'ii qabamee mallatteefamee akka tahu irratti walii galamee jira. Asumaanu obboleessi keenya itti aanaa hogganaa keenyaariis konkolaata lama nuuf qopheessee jira kan biraa dabtaraa darzana 10 fi qalama paakkaa 5 nuuf arjoomee jira waan tahee baarakhallu nuuf jedhaan

dhaamsa koree manajimentiiti. Ws wr wb.

Hubachisa : inni guba sanis data garee logistikii irra nu dhaqabedha

Galatooma
Shek abdi
Anas sheka
Abas m abdi

Hunda cala yadaan nu wajji jirtan gumachii issiin kumatan DHS sif harha gotanifis maqa DHS ttiin galatoma

Achumani guyaa isnina guya belamattii hunda cala namotaa galani maluf kan roba fi camsa dhaba fi rakko kessatti xiqa kenya hanga guddatti harfii qurna irra kase barsisa turan abba kenya sheka kenya kabajama fi jalatama hajjii mikael fi aba kenya jalatama shek ahmed kabira ttis akkuma saganta kenya fixanen ziyara gonefii debina

Mee namni hajji mikael fi shek ahmed kabira irratti qurna hin qarahiin ni jirraa?

Akka kotittii hin jirujedha issinis akkuma koti jedhen yada

GALATOMA
Issaan arman olii kun koree maqawaan ergaman addan basani calalani nuf erganidha

Hubachisa :hogansa qabna kore qabna kore tenya wantotaan issaan dalagana itti amana waan ta'eef dabalatan ammas kominikeshinis ni qabna wan maxxanfamu qabu addan bafne maxxansa jirra wan tahef namu wanta agartan kara issini dhufen maxansu dhisaa

Maqawan ergaman wanti hin maxansinef qabna namu atii miskina takka ammoo harka qaleysa jehamu hin barbadu wan tahef maqawaan isaani maxansun hin barbachisuu galatoma

HD wanta gama kee dhufe gama komunikrshini ykn hogantota dabarsii

Galatoma
Aw wr wb kabajamtoota ilmaan biyyaa maatii DHS alaa fii keeysa jirtan hundi baga gammaddan baga waliin gammanne .mee sochiin DHS hanga ammaa maalfakkaata gabaabsinee haailaallu.

1.September gara jalqabaa marii oowwaa fii duula gara DHS walafeeruu jalqabne,chaptarri kun haala ajaaibaatti nuumilkaawee miseensikeenyaas baayyate.

2.September 12,2021 walgahii jalqabaa kan obboleeyyan keenya biyya keeysaa qaamaan fi kan biyya laatiis video conference hirmaatan Dire Dawatti gageeyfanne.

3. September 13,2021 Account bannee duula hirmaannaa qabeenya waliqqabuu jalqabneen yeroo gabaabaa keeysatti haala hedduu nama gammachiisuun gara qarshii kuma 80 olii waliqabuu dandeenye.

4. September 26,2021 meeshaalee barnootaa Dabtaraa fii qalama garaagaraa harka qalleeyyii keenyaa calalfamanii addabaafamaniif nigaya jadhame binnee qopheeysine

5. September 27,2021 guyyaa arraa haala buaa bahii ulfaataa keeysa dabruun hawaasa keenya hawwiin nueegaa ture harkaan geenyee jirra.
Yadanoo xumura phase 1 kenya fi kabaja isaan nuf qaban kana nutis akkumaa issaani poto arman oli tana profile

Imo
Telgram
Fb kenya sa'a 24 godhun ha ibsinu

Galatoma

DHS ittii fufa kanaf ragaan hayyota fi shekota kenya galatatuu issiinin mala jzk keyrii
Shek abdii
Jamal m musa
Mohammed keyre
Abdulaziz abdukerim
Abdulaziz ahmed
Abdukedir hamid
HD fuad hasen
DHS ittii fufa phase 1 xumure hanga phase 2 eghalutti obsaan nu egha

Obbolessa kenya kabajama fi jalatama mohamed ahmed sali galatommi bakka xiqon irra bate gudin ha sentu

12000 nuf gumache namuttu gargarsa kesaaan addan hindhabina itti fufa

Obboletiin tenya chaltu alishotis 6000 nuf ergite nubira gahe boru ni naqama

Issiin laman kanaf mee du'aii godhaf

Mohamed ahmed sali thank you so much allah give you more much and tomorrow give you janatul firdowsii
Wanni hojjachaa jirruu fi yaadaa jirru waan hedduudha.
Hayyoota keenya hedduu isaanii keessaan walqunnamuun yaada waljijjiiruun lafa jalatti hojjatamaa jira waan ta'ef hanga waan qabanneen as baanuu obsaan nu eegaa jenna
Fkn atileetiin 100m fiiguu fi Atileetiin maarraatoonii 42km fiigu wahi tokkoo, tokkoo miti
Kanaafuu hojii bifa bilchina qabuun hunda haammataa kan ta'e irratti hojjachaa jiraachuu keenya isinii ibsuu barbaada

Eng : jemal md musa
AWW
Yoo rabbi ja'e guyyaa alhadaa 23/1/2014 tti walgahii ariifachiisaa waamuun ajandaan armaan gadii kan raawwatamu ta'a
1. Dambiin ittiin bulmaataa erga dhihaate booda ni mirkanaa'a
2. Karoorri ka'umsaa bara 2014 bifa caccabeen waggaa, kurmaanaa fi ji'an erga dhihaatee mirkanaa'e booda document ta'ee kan qophaa'u ta'a
Iddoon walgahii DD ta'ee eessatti kan jedhu galgala boruu kan isin beeysifnu ta'a.
Sa'aa walgahii 3:00
Hubachiisa
Karoorri keenya karoora haammataa yaada miseensota keenya hundaatiin deeggaramuu qaba waan ta'eef warreen hirmaachuu hin dandeenyeef haala mijjeessineeti jirra.
Karoora keessaa kuni hafuu hin qabu kan jettan fagoo jiraattaniis bilbila bilisaa yeroo murtaa'eef qopheessuun yaada keessan akka nuuf laattan hundi keessanuu afeeramtaniiti jirtan.
Mixiin walqabatteeti laga ceeti akkuma jedhan hanga guyyaa saniitti yaada nu ceesisuu danda'a jattanii yaaddan walitti qindeessuun akka itti qophooftan waamicha dabarsina.

Ittii fufaa... ..
Sa'aa 4 hanga 6 yeroo yaada keessan sassaabbannu ta'a. Kana booda yaadoowwan dhihaatan koreen walitti sassaabuun karoora nuti qopheessineen walitti dabalamee gulaalamee erga mirkanaa'e booda karoorri dhumaa kan document ta’ee kan dhihaatu ta'a
Obboletti tenya chaltu alisho galatomii bakka xiqon irraa bate gudon bakka sif ha busu

DHS duaii godhaf
As wr wb obboleeyyan biyyaa tiyyaa bakka jirtanitti nagayaa fi rahmanni isinirraa haajiraatu jechaa guyyaa boru alhada mariin teenya nijirti inniis namoonni magaala dire dawa jiraattan qaamaan hirmaachuu nidandeessan namoonni halaala ykn lafa fagoo jirtan online hirmaattu malee dhufuun ykn qaamaan argamuun dirqamaa miti namoonni miseensa koree taatan immoo rakkoo addaa yoo taheen ala arkamuun dirqama. Iddoo marii teenyaa mana Abdukadir Hamid ,yeroon sa'aa booda 7 irraa walitti shufna 8:30 ni eegalla nagaatti bulaa
As wr wb
Hunda hundesitota fi missensa DHS hundaf
tiqo sababa robaatiin wan tuturef wal agaref salata boda kan eghalamu taha
Galatoma
Akkuma itti fufe jiraa
Dhihadha namuu
Jzk keyrii
Misensoni video chat hirmacha jirtan gafii qabdan qophefachun
Yero carran issinif kenamu ni dhihefatu
Misensa mana irra gafii dhihacha jiraaa
Gafii dhihacha jiruu telgram mohammed abdulbasix jala demun hordofa
As wr wb

Akkam jirtu misensii DHS hundi kesanu mee photo arman oli tana lala akkam akka bareduu kan nutti barbanu jalala kan nuttii barbanu tokkuma kanaf jecha namu jarjartani yada hin kasina yada kaftan bilchina wajiin dubadha ittii ansun ammas yada namatis akka bira wal jala hin fudhina walifis hubadha yoo wal hubachu dhadhabdan kesan wal gafadha wal hubachisa.

DHS hogantota qaba wanta tahamu qabu hogantoni karora karoran kan lafa kahu taha issiin group teysan gubbatti taphadha kofla wanta dabare wal yadachisa yada qabdan kara sera qabesan ibsadha.

Takka tan beku qabdan hundi matiin DHS parsanti 80 % ol abotti warattii namotaan bilchatan jechu kiya wal mormura walif hubachun garidha.

Naf galatoma DHS hundi walis naf kabaja,wal jaladha, rabbumaf jecha,wajji dhalotaf jecha,lafa takka dhalachu kenyaf jecha.
As wr wb
Akkam jirtan matiin DHS hundii kesanu dhimma dhunfatif harha sarkama dhaqetin ture achumman akkaa tasa gargarsa dabtara fi qalama phase 1 kessatii godhame koren harha lacha jirachu arke achuman gore dawadhen ture hala gariin kena jiran alhamdulialah jazan keysaan janata ha tahu galatoma