DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
Guyaa dabalata hogantota irra kename xumuramuf boru qofatu hafa namu hanguma dandahu yero sa'aa bayee dhipo tate irra DHS qodun akka nuf galchitan wamicha obboluma issin wamna
Galatooma

Hubachisaa : namonni marsa jalqaba irratti hala jiru irra kannkahe nuf hin dhaqabiin DHS hegeredha itti fuftan akkuma namoni bayen amma hangana kane ji'a ji'atti hangana nin guchama jahe qabatanitii issinis hanga waliin adunya tana irra jiru waldaya DHS waliin jira hin yadawina yada baredaa qofa issinira barbadi DHS galatoma issiin jalana
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Halkan Khun Halkan Jimmataati !!
=~~~~~~=

Namni tokko tokko rasuula rabbiirratti salawaata buusun guyya fi halkan jimmata qofa akka tahe seha. SUN dogongora.
RASUULA RABBIRRATTI SALAWAATA BUUSUUN GUYYA HUNDA SA'AA HUNDA AKKA SALAWAATA BUUFNU KHAN AJAJAMNEE FI IBAAADA Guddoo SAWAABA GUDDA ARGAMSIIFTU!


Ha tahuu male Salawatni Halkaniif guyya jimmata buusan Akkaan jaalatamaadha.

﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾

«اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ»

Msc abas m abdii
Qiphoftanitu DHS

You are ready DHS
Hogantotni DHS garee finansi fi logistikii waliin tahun hojjii bonsa harha hojjatan

Gabasa saa gutuf nu egha
Forwarded from Ahmed_J Aliyi
DHS galatoma issiinin jedha kun hujjii bonsadha

Thanks all logistic committee for this fruitful job DHS says thank you so much
Wonderful and hard examine dear college !!
Forwarded from DHS Channel (Aman Kasim)
DHS galatoma issiinin jedha kun hujjii bonsadha

Thanks all logistic committee for this fruitful job DHS says thank you so much
As wr wb Kabajamtootaa miseensa DHS hundaaf, baga guyyaa kana geessan, baga waliin geenye

hojii hanga arraantana hojjatamtee fi haala itti gara biyyaa itti deemnu isinii ibsuu barbaanne galatooma. Hojiin eegalle akkuma itti fufetti jira

1 - deeggarsi keenya kan account irratti gale gara qr 77,800 gahee jira Obbo Hassan bira bira kan gahee account irratti hin galin qr 500 jira walitti yoo idaane 78,300 tahaa jachuudha

2- koreen logistikii ragaalee calallii xumurtee gara meeshaalle bitamuu qabaniitti cehanii isaas adda baasanii naamunaa iddoo afurirraa fuudhanii koree manajimenti dhiheesaanii irratti marihatamee isa irratti wali galle fudhannee akka bitamuu ajaja dabarsinee jirra

3- bajatni kanaaf oolu qr 60,220 kunis ida'ama dabtaraa fi qalamaa qofa

4- banari konkolaata irratti hidhamee deemu tokko amaan kasim qopheessee jira , konkolaataa lama qabna waan taheef baanarri tokko boru akka qophaahu irratti walii gallee jirra

5- logo dhaabatichaa kan tishart irratti dhahamuus akka qophaahu irratti walii gallee jirra

6- akka kallattiitti guyyaan deemamu isniina ganama sababni amiirri keenya eng jamal mahammad hojiif iddoo biraa waan deemeef guyyaa sanitti dhaqaba waan taheefi.

7- meeshaaleen asiin olitti eeraman kunneen boru guyyaa sabtii bitamee qophaa'ee xumuramuu qaba.

8- baasiin kanaaf oolu yeroo bahu qaboo yaa'ii qabamee mallatteefamee akka tahu irratti walii galamee jira. Asumaanu obboleessi keenya itti aanaa hogganaa keenyaariis konkolaata lama nuuf qopheessee jira kan biraa dabtaraa darzana 10 fi qalama paakkaa 5 nuuf arjoomee jira waan tahee baarakhallu nuuf jedhaan

dhaamsa koree manajimentiiti. Ws wr wb.

Hubachisa : inni guba sanis data garee logistikii irra nu dhaqabedha

Galatooma
Shek abdi
Anas sheka
Abas m abdi

Hunda cala yadaan nu wajji jirtan gumachii issiin kumatan DHS sif harha gotanifis maqa DHS ttiin galatoma

Achumani guyaa isnina guya belamattii hunda cala namotaa galani maluf kan roba fi camsa dhaba fi rakko kessatti xiqa kenya hanga guddatti harfii qurna irra kase barsisa turan abba kenya sheka kenya kabajama fi jalatama hajjii mikael fi aba kenya jalatama shek ahmed kabira ttis akkuma saganta kenya fixanen ziyara gonefii debina

Mee namni hajji mikael fi shek ahmed kabira irratti qurna hin qarahiin ni jirraa?

Akka kotittii hin jirujedha issinis akkuma koti jedhen yada

GALATOMA
Issaan arman olii kun koree maqawaan ergaman addan basani calalani nuf erganidha

Hubachisa :hogansa qabna kore qabna kore tenya wantotaan issaan dalagana itti amana waan ta'eef dabalatan ammas kominikeshinis ni qabna wan maxxanfamu qabu addan bafne maxxansa jirra wan tahef namu wanta agartan kara issini dhufen maxansu dhisaa

Maqawan ergaman wanti hin maxansinef qabna namu atii miskina takka ammoo harka qaleysa jehamu hin barbadu wan tahef maqawaan isaani maxansun hin barbachisuu galatoma

HD wanta gama kee dhufe gama komunikrshini ykn hogantota dabarsii

Galatoma
Aw wr wb kabajamtoota ilmaan biyyaa maatii DHS alaa fii keeysa jirtan hundi baga gammaddan baga waliin gammanne .mee sochiin DHS hanga ammaa maalfakkaata gabaabsinee haailaallu.

1.September gara jalqabaa marii oowwaa fii duula gara DHS walafeeruu jalqabne,chaptarri kun haala ajaaibaatti nuumilkaawee miseensikeenyaas baayyate.

2.September 12,2021 walgahii jalqabaa kan obboleeyyan keenya biyya keeysaa qaamaan fi kan biyya laatiis video conference hirmaatan Dire Dawatti gageeyfanne.

3. September 13,2021 Account bannee duula hirmaannaa qabeenya waliqqabuu jalqabneen yeroo gabaabaa keeysatti haala hedduu nama gammachiisuun gara qarshii kuma 80 olii waliqabuu dandeenye.

4. September 26,2021 meeshaalee barnootaa Dabtaraa fii qalama garaagaraa harka qalleeyyii keenyaa calalfamanii addabaafamaniif nigaya jadhame binnee qopheeysine

5. September 27,2021 guyyaa arraa haala buaa bahii ulfaataa keeysa dabruun hawaasa keenya hawwiin nueegaa ture harkaan geenyee jirra.
Yadanoo xumura phase 1 kenya fi kabaja isaan nuf qaban kana nutis akkumaa issaani poto arman oli tana profile

Imo
Telgram
Fb kenya sa'a 24 godhun ha ibsinu

Galatoma

DHS ittii fufa kanaf ragaan hayyota fi shekota kenya galatatuu issiinin mala jzk keyrii
Shek abdii
Jamal m musa
Mohammed keyre
Abdulaziz abdukerim
Abdulaziz ahmed
Abdukedir hamid
HD fuad hasen
DHS ittii fufa phase 1 xumure hanga phase 2 eghalutti obsaan nu egha

Obbolessa kenya kabajama fi jalatama mohamed ahmed sali galatommi bakka xiqon irra bate gudin ha sentu

12000 nuf gumache namuttu gargarsa kesaaan addan hindhabina itti fufa

Obboletiin tenya chaltu alishotis 6000 nuf ergite nubira gahe boru ni naqama

Issiin laman kanaf mee du'aii godhaf

Mohamed ahmed sali thank you so much allah give you more much and tomorrow give you janatul firdowsii