DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
Ergaatu jira.
Walgahiitu jira guyyaa alhada asdeemu kana.
Ajandaan walgahii arjooma majliisaatiif bifa duulaatiin sassaabuuf ta'a.
1. Dirredawaa tti warra dirredawaa fi naannawa ishee jiru hundaaf
2. Calanqotti jiraattota zoonii oborraa jiran hundaaf
3. Jijjigatti jiraattota zoonii bahaa jiran hundaaf
Amiirri waltajjii gaggeessu
1.dirredawaatti mohammad kheyre
2. Calanqootti hassan abdullaah
3. Jijjigatti abbaas mohammad abdii
Iddoon waltajjii iddoo amiirrootiin filatan ta'a.
Hanga boru galgalaatti ifoomsuu qaban.
Sochiin nuuraddiin abdurahmaan yuuyyaa saarkamatti godhaa jiru nu hinaafsisu qabdi kheyriirratti waan ta'eef
Guyyuu isaatu oduu sinbirtuu nuuf gabaasaa jira.
Nutihoo maalijirraa ?
Ofgaafachu qabana ree
Kanaaf waltajjiin hatattamaa guyyaa ja'ame kanatti barbaachise
Kan hin dhagahiniis kan dhagahe wal dhageessisaa wal yaamaa karaa kheyrii irratti
Kanaaf yaa obboleeyyaan muslimaa wanni hojjachuuf deemnu majliisa akka baha harargeetti sadarkaa isaa eeggate ijaaruuf deemna.
Ijaarsi isaa phase I fi phase II qabaachuu danda'a ja'eetiin yaada. Miliyoona hedduu nugaafachuu danda'a.
Kanaaf amma yoo xiqqaate miliyoona 1.5 phase I n xummuramuu danda'a BOQ (Bill of quantities) isaa yeroo gabaabaa keessatti kan isin beeysifnu ta'a.
Waan dadarree akka ijaaruuf deemnu isinitti hin fakkaatiin.
Waanuma ayaa qabaati dhaloota hegeree saarkamaa dhaalchifnee deemna.
Kanaaf dubbiin jabduu mudhii hidhadhaa
Itti beelooynee itti dheebonnee itti rakkannee majliisa ayaa qabu kana ashaaraa teenya dhiifannee addunyaa tana irraa yeroo deemnullee sheenaa hin qabnu.
Baankii rahmaan dhalli isii 700 hanga bikheeyri isaab(lakkoofsaan maletti) rabbiin wal siif dhalchiisa
Oduu sinbirtuu
Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
Oduu ajaa'ibaa
Obboleessi keenya abbaa sabriitiin kan beekkamu obbo mohammad kheeyree fi haati mana isaa qarshii kum 6000
1. Xahaa Ibraahimiif 2000
2. Adam muummee aliitiif 2000
3. Abdurahmaan muummee aliitiif 2000
Walii galatti qarshii 12,000 majliisa saarkamaan baankii rahmaan account rahmaan irratti ergateeti jira.
hanga ammaatti rikardii hojjattootaa saqqaleeti jira. Diyaaspooraa fi warra biyyaa malee tokko isatti hin dhihaanne.
Obboleessi kheenya kun majliisa kanaaf isaatu dhagaa bu'uraa kaa'e.
Akka yaada kooti namni ani hanga ammaati waan takka hin gumaachine jedhee if sodaatu yoo jiraate akka if sodaachuu dhiisee karaa rabbiin isaaf laafiseen hojii kheeyrii tana keessaatt akka hirmaatu ergaan qabu dabarsuu barbaada.
Hojiin kyeeyrii xiqqoo fi guddoo hin qabdu rabbiin waan ati hin dandeenye sirratti dirqama hin goone garuu yoo dandeeytii qabaate qofa dirqamni kan sirra jiru.
Warri miseensa DHS taatan hundi karaa rabbiin nuuf laafise hundaan akka irratti hirmaanuun jedha.
Kun yaada kooti yoon dogogorees dhiifama.

Abdi Mohammed usmail
Forwarded from DHS Channel (Aman Kasim)
Akka yaada kooti namni ani hanga ammaati waan takka hin gumaachine jedhee if sodaatu yoo jiraate akka if sodaachuu dhiisee karaa rabbiin isaaf laafiseen hojii kheeyrii tana keessaatt akka hirmaatu ergaan qabu dabarsuu barbaada.
Hojiin kyeeyrii xiqqoo fi guddoo hin qabdu rabbiin waan ati hin dandeenye sirratti dirqama hin goone garuu yoo dandeeytii qabaate qofa dirqamni kan sirra jiru.
Warri miseensa DHS taatan hundi karaa rabbiin nuuf laafise hundaan akka irratti hirmaanuun jedha.
Kun yaada kooti yoon dogogorees dhiifama.

Abdi Mohammed usmail
An huma takka hin kenene jete rakachu jirta?

Rabbin akka ilma namatimi sababa ati share goten ka arke wa kenatu hin dhabamu namu dhamsa kana kara social media qabdan hundan share godhu hin dagatina sanuma keysa keyrii rabbirra kajela share ha gonuu
Jzk
Walgahii ariifachiisaa
Galgala boruu guyyaa 14/5/2014 galgala sa'aa 2:30 hanga 4:00 tti walgahii ariifachiisaa online n waan qabnuuf koreen dhimma islaamaa fi koreen bulchiinsaa hundi harcaatii tokko malee akka argamtan maqaa rabbiitiin waamicha dabarsina.
Hub-1: rakkoo humnaa olii yoo ta'ee malee hafuun hin danda'amu.
Hub-2 : yoo rakkoon humnaa olii isaan mudate malee ustaaz anwarsadat fi ruumiya hafuu hin qaban
AWW
Yaa obboleeyyan aakhiraa fedha rabbiitiin ar'a baallamadheetiin ture ammaas fedhuma rabbiitiin baallamni keenya guyyaa biraatitti waan nujalaa dabree jiruuf obsaan hanga guyyaa lamaa takka nuuf obsaa
Kheeyrii malee hamtuun isin hin arkin
Horaa bulaa
Jirtuuu?
Jirtuuu?

Jira jedhaka yaa dhaloota qube kan wal jalatee sheytana gara gube
Sheytanii kales dina kenya
Harhas dina kenya
Borulee dina kenya
"شهر رمضان، شهر الصيام والقيام وتلاوة القرآن، شهر العتق والغفران، شهر الصدقات والإحسان، شهر تفتح فيه أبواب الجنات، وتضاعف فيه الحسنات، وتقال فيه العثرات، شهر تجاب فيه الدعوات، وترفع فيه الدرجات، وتغفر فيه السيئات"
"Baati Ramadaanaa:

- Baati Soommanaa

- Yaa baati taraawiih

- Yaa baati Quraana Kheysatti qara'an

- Yaa baati isii kheeysa Rabbi ibiddirra najaa nama baasu

- Yaa baati Araaramaa

- Yaa baati Sadaqaa tan tola oolinaa
- Yaa baati hulaaleen jannata itti banamtu

-Yaa baati rabbin kheyrii xiqqo baayyise nama katabu

- Yaa baati zikrii

-yaa baati du'aayi

-Yaa baati darajaa itti rabbiin namaa ol fuudhu

~~Ahlan bika Yaa ramadaan!!!
Forwarded from Riyad Jemal
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM