DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
Forwarded from Abas M
🌹BEEYSISA JIRATTOOTA,DHALOOTA MUSLIMA SARKAMAA FI NAANNAWA SARKAMAATTI ARGAMTAN, MISEENSA DHS MARAAF!!🌹

INSHA ALLAHA MUHAADARAAN TENYA INSHA ALLAHA OCTOBER 24/10/2021 SAGANTAA ADDAA QABANNEE ISINIIF DHIHAACHAA JIRRA !!

وَلْتَكُنْ مِنْكُمْ أُمَّةٌ يَدْعُونَ إِلَى الْخَيْرِ وَيَأْمُرُونَ
بِالْمَعْرُوفِ وَيَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنْكَرِ وَأُولَئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ ﴾ [آل عمران

Haa Argamtu isinirraa Tuutni YKN Jamaa'aan Keeyrirratti Nama yaaman kan ajajan gama keeyriitti Kan dhoorkan Hamtuuurra ormi sun isaan warra milkiiti !!

(وَذَكِّرۡ فَإِنَّ ٱلذِّكۡرَىٰ تَنفَعُ ٱلۡمُؤۡمِنِینَ)

YAADACHISI YAA ERGAMA kIYYA MUHAMMAD WAL YAADACHISUN NAMA MUMINA NI FAYYADA !!

MUHADARAAN KUN ULAMAA'OOTA BEBBEEKKAMO Akka:
1. SH.AMIIN IBRO
2. SH. USMAN DIRREE XAYYAARA
3. SH. JAMAAL ORDA
4. SH. JAMAAL HAAJI
5. SH. ZIYAD
FI MUNASHIDOOTNI BEBBEEKKAMON AKKA:
1. NAJJAASH
3. ABDOOSH
4. ABDALLA FI KAN IRRATTI HIRMAATAN TAHA!!

︎MAAF KANA QOFA SAGANTAALEE BIROLLEE NI QABNA !!

꧁GORSA ISLAAMUMMAA
꧁DUAA’II
꧁WALALOO
꧁GOOFATA
꧁ OBBOLUMMA ISLAAMA
꧁QISAA
꧁DIRAAMA FI,K,K,F QABANNEE ISINIF DHIHAACHA JIRRA !!



GUYYAAN :- ALHADA

YEROON:- 3:00 Ganama

IDDOON: SARKAMA

Oʙʙᴀʟᴇʏʏᴀɴ KHEENYA ɪʀʀᴀᴛᴛɪ ɴᴜ ᴀғᴇʀᴀᴀɴ ɪsɪɴɪɪs ɪʀʀᴀᴛᴛɪ ɴᴜᴜғ ᴅʜɪʜᴀᴀᴅʜᴀᴀɴ ᴅʜᴀᴀᴍsᴀ MAQAA DHS KOREE ɪsʟᴀᴀᴍᴀᴀᴛɪ Bᴀᴀʀᴀᴋᴀʟʟᴀᴀʜᴜ ғɪɪᴋᴜᴍ ᴡᴀᴊᴀᴢᴀᴀᴋᴜᴍᴜʟʟᴀᴀʜᴜ ᴋʜᴇᴇʏʀᴀɴ
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
🌹BEEYSISA JIRATTOOTA,DHALOOTA MUSLIMA SARKAMAA FI NAANNAWA SARKAMAATTI ARGAMTAN, MISEENSA DHS MARAAF!!🌹
INSHA ALLAHA MUHAADARAAN TENYA INSHA ALLAHA OCTOBER 24/10/2021 SAGANTAA ADDAA QABANNEE ISINIIF DHIHAACHAA JIRRA !!

MUHADARAAN KUN ULAMAA'OOTA BEBBEEKKAMO Akka:
1. SH.AMIIN IBRO
2. SH. USMAN DIRREE XAYYAARA
3. SH. JAMAAL ORDA
4. SH. JAMAAL HAAJI
5. SH. ZIYAD
FI MUNASHIDOOTNI BEBBEEKKAMON AKKA:
1. NAJJAASH
3. ABDOOSH
4. ABDALLA FI KAN IRRATTI HIRMAATAN TAHA!!

︎MAAF KANA QOFA SAGANTAALEE BIROLLEE NI QABNA !!

꧁GORSA ISLAAMUMMAA
꧁DUAA’II
꧁WALALOO
꧁GOOFATA
꧁ OBBOLUMMA ISLAAMA
꧁QISAA
꧁DIRAAMA FI,K,K,F QABANNEE ISINIF DHIHAACHA JIRRA !!
GUYYAAN :- ALHADA

YEROON:- 3:00 Ganama

IDDOON: SARKAMA
https://www.facebook.com/100011785382227/posts/1308026686266832/?sfnsn=mo

Ustaaz Abbaastu FB irra goonuu jedhee mariyannee irratti waliif gallee akka nuttin mufanne FB keeysaniin waliif qoodaa liinkii kana banaa
Video arman olii ku Video confrance amman dura dabarefi muhadara harhaa irra live wanta dabara ture hunda warabbi issattii qulqulina sura qabachu batus sagaleen sirritti adda bati wan tahef namotni irradebitani dhagefachu barbadan dhagefadha
Ittii ansun video qulqulina qabu ta muhadara harha hamiltan tv irraa ni fudha issanis gad lakkisan youtuberi nam lama ture youtube shek abdosh jalatis gad lakkifama namu arkachu dandaha galatoma
Muhadara harha namu wan 100% keyaanif fakkataa masha allah namu iraahis gamadan garu shek kenya shek abdufatah akkii jahe

"Warana gisee inii lolaf bahu hin farsan gisee inni galu ykn mohatee irra anne gale farsan male"

Duba jechi kun gamachu tiya *0 na dura bayisee namu akkuma harha jabadha mudhii teysan hidha dha islamuma, diin rabbii gad dhabuf katan galman gaha rabbin nu ha garagaruu.
as wr wb

Dear leaders of DHS and all
Dear members of DHS
I wish you and your loved ones happy and mercy new year.

We look forward to enjoy you and working together in the new year.
Koreen dhimma islaamaa fi manajmantii bulchiinsa irraa gara saarkamaa imalan haala namtakka hin eeginitti milkii guddoon, walgahii guddoo marii abbootii Amantaa, jaarsoolii biyyaa dargaggoo fi abbootii gandaa dabalatee marii bal'aa gaggeefameen majliisaaf lubbuu isaanii akka irraa hin qusannee fi qabeenya isaanii maallaaqqaa , horii fi kataaraa jimaa dabalatee ka'umsaaf kan ta'u maallaaqa armaan gadii kana argoomaniiti jiran.
Gareen biyyaa waan nama ajaa'ibsiisu daqiiqaa 30 keessatti cash maallaqaa harkarratti qarshii 100,000 ol argoomanii jiru
Gareen biyyaa
1. Ahmaddiin husseen 10,000
2. Abdallaah haamid 10,000
3. Ahmad muummee 10,000
4. Abdallaah Abdurahmaan 10,000
5. Mohammad yuusuf 10,000
6. Shekabdurahman yuyyaa via nuuraddin(his son) 2000
7. Sakhiir abdusalaam Toomaaleessa
8. Juhaad aliyyii ahmad via tofiq aliyyii 2000
9. Muraad aliyi ahmad kataaraa jimaa takka argoomeeti jira.

Gareen diyaaspooraa
1.maliyaa abdallaah ali odaa kuwet irraa 20,000
2. Kimiyaa mahammad(my family) 10,000

Garee hojjattottaa
1. Mohammed kheyre 10,000
2. Abdulaziiz abdurahmaan 2000
3. Tofiq aliyyi ahmad 3000
Oduu ispoortii
Sagantaa baniinsa shampiyoonaa saarkamaa hawwii guddaan eeggamaa ture guyyaa ar'a magaalaa saarkamaa masgiida magaalaa keessatti haala oowwaan banameeti jira.
Baniinsa isaa irrattiis keessummoonni kabajaa hedduun hirmaataniiti jiru.

* Qabxii guyyaa ar'aatiin
Gareen biyyaa tokkoffaadhaan dursaa yoo jiran

gareen diyaaspooraa lammaffaa irratti argaman

Gareen hojjattootas oolmaa guyyaa ar'aatiin sadaffaa ykn dhumarratti argama


HUNDII KEYSAANU NUF GALATOOMA

JKZ
Oduu sinbirtuu
Tapha guyyaa arrantanaa keessatti guyyaa falmii jabduun gaggeefamteedha.
Akka leenjisaan garichaa nuurri dukkana ibsu himanitti taphattoonni isaa gahumsaa olaanaa kan itti agarsiisan fi cichi isaan diin gadi dhaabuuf qaban kan isaan ajaa'ibsiisee ta'uu ibsaniiru

Kimiyaa Ahmad Aliyyii gootittiin islaamaa tan seenaa abbaa ishii haarayoomsite qarshii 5000 abbaa isiitiif bakka jirutti ergiteef. Yaa rabbi bakka jirutti gahiiniif,wasiyyaa isii.
Obboleettiin teenyaas kabajamtuun aadde Nasraa Abdulkariim qarshii 1000 majliisaaf kennuudhaan ifdura dabarfatteeti jirti. Yaa rabbi addunyaa fi aakhirattiis hamtuun takka isii hin tuqin.
Dargaggeessi shabaaba Muslimaa salhaddiin khawaajaa majlisaaf qarshii kum sadi, 3000 yaa rabbi koo dargaggeessa kana haajaa isaa tan addunyaatii fi aakhiraatiis guutiif yaadaa muraada isaa milkeessiif.
Obboleessi keenyaas obbo mahamad Abdurazaaq qarshii kum lama majlisaaf argoomeeti jiraa 2000 allaahu akbar Allaahu akbar yaa rabbii koo addunyaa fi aakhirattiis milkeessii
Obboleessi keenya kan biraas obbo Mahamad Ammee Haamid qarshii 500 arjoomeeti jira. Yaa rabbii koo addunyaa fi aakhirattiis ganda lamaanittu naaf milkeessi.
Obboleessi keenya gameessi diinagdee amanamaan namaa obbo Jamaal mahamad yuusuf qarshii kum 5000 majlisaaf baankii rahmaan keessa kaawwatee jiraa. Yaa rabbi koo dargaggeessa kanaas isaa fi maatii isaatiis jaalala tee naa kenniif.
Obboleessi keenya obbo khaamil Ahmad Gabiiboo qarshii kum kudhan 10,000 Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
haadhaa fi abbaa isaatiif...hadiyyaa bakka isaan jiranitti kennaa ilma isaanii yaa rabbi koo amaanaa tee haadhaa fi abbaa isaanii biraan gahiif

....
Oduu sinbirtuu
Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
Allaaaaaaaaaaaaaahu akbar
Dargaggeessi shabaabni qaadhimaan dubra jannataa Jaafar Abdurahmaan 🇳🇱 Holland irraa qarshii kum kudha sadii 13,000 majliisa saarkamaatiif maaharii dubra jannataa rabbiif kenneeti jira
Yaaboo rabbumaatu fedheen
Yaa rabbii koo dargaggeessa kana siif kennetee nuural eeynii dubra jannataa san kenniif irratti walficcisiisi