DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
Forwarded from Jemal Mohammed
Kaniin dagadhe
Torbee kana keessa addaan walfuunee gariin keenya dambii fi karoorri keenya mirkanaa'eeti jira waan ta'eef document goonee maxxansuu qofa.
Inni lammaffaa
Hayyama qaama seerummaa fi chaaphaa dabalatee nagahee adda addaa qopheeffachuu ta'a
Forwarded from Abdulkadir Hamid
Obboleeyyan kiyya qophii muhaadaraa keeysummaan jajjabduun irratti afeeramte tanarratti yaadonni babbareedaan ka'anii jiru garuu yaada xiqqaa tokkoon isinii dabaluu barbaade, sagantaan muhaadaraa tun sochii jaroora waliigalaa Diinii fii Diinagdee DHS fuuladuraatiif haalaan murteeysaadha. Kanaafuu Muhaadaraan tun seenaadhaaf documented taatee kaayamuu qabdi waantaheef Miidiyaaleen Islaaamaa kanneen akka TV Hamilton(karaa Sh jamaal Aliyiitiin) akkanuuf dhufan Amiira keenya Eng.Jemal , Uztaaz Abdufatah Mohammed Husseen, Jamaal sheek Ibraahim, irratti hoojjachuu qabdan
Forwarded from JEMAL Ibrahim
As wr wb
Hundi matii DHS saganta keysumoni gurgudon irratti arkamuf tahan tana hala akkamin wan jedhu irratti marihacha jiran obbolowwan kenya issinis hirmadhaf
As wr wb
Hundi matii DHS baga gamadan baga gamane namutu gamachutu irraa mul'ata.
Muahadara jalqaba tana hala baredan qebalu qabna namu jajabadha wal jajjabeysa
This is a great job galatatu issinif mala kore mohammed keyretin durfamutii hujji bonsa hojatanif rabbiin jaza issiinif ha kafalu.
Haala Olmaa keenya ganamaa irraa hanga ammaantanaa Abooti fi dargagoota keenyaa waliini kana fakkaataa

Mohammed keyre irraa
Forwarded from Mohamed Keyre Mume
Gabasa walii gala kooree sarkamarratii ergamte tan mohammed keyretin durfaamtu irraa

Miseensa kooree dargageeysa diinislaama
Miseensa Kooree dargageeysa Diin Islaama Sarkamatti ijaaraman

1.Ahmed Mohammed Amiin-Ammira
2.Xahir Adam Umaro-K/Naamusaa
3.Guled Abdallaa Hamid fi Sultaan Sheekha-K/keessumeeysitu
4.Abduqani Ahmednur Issoo fi Feesal Abdi Alii-K/Haala mijeeysitu
5.Fattahadiin Ussoo Qannawwee,
6.Ammee Nuuree Habibee fi
7.Ayube Abrahim Haaji-K/qulquleeysituu
8.Abdi Umarii,
9.Abdii Jersaafi
10.Juwaadee-K/to,annoo fi hordoffii

Kooree waligalaa jalatti kooreelee xixiqqoo afurtu ijaarame.
1. Kooree Naamuusaa
2.Kooree Keeysumeeysituu
3. Kooree Haala Mijjeeysitu
4.Kooree Qulquleeysituu
5.Kooree to,annoo fi hordoffii jedhamuun haala qindoominaa fi gahee hojii ofii beekani guyyaa isniinaa irraa hojii isaani eegaalanitti ijaaramanii jiru.
Forwarded from Mohamed Keyre Mume
Gaabaasa waligalaa kooree diin islaam hundeeysuf ergama itti kenname fudhatte gara Sarkamaa bobaate:-
Akkuma qajeelfama fi kallatti Amiira keenyaan Eng.Jamal Mmd nuuf kaayameetin kooreen teenya bakka jirru irraa mana Mmd Keyreti walitti dhufne du,aayii godhannee imala keenya miila karaa keenyen, gufuu fi gufaata tokko malee galgalarraa sa,a tokkoti Sarkama seennee mana mana Aaalimaa keenyaa abbaa kantibaa keenya Miyad Ibrahimiti kishif jennee waa jala buufneen gara Masgidaa qajeelle. Waan nama gammachiisu yeroo nuti seene irra eega aboo nagyaan dhuftani maashaallah baga ngyan nuuf dhuftan eega nama je,uu fi akka keeysumma addaati nusimatu fi fuula gammachuu keeysoon isaani abdiin guutamee qabu malee wly hin agarre tokkollee. Akkuma masgida dheeynee waan nama gammachiisu SheekhNuuree darasaa ifiin marsee keeysa kan nu isa gubbaa dhaabbatee maashaallah je,u kana hin agarre yeroo arginuu heedduu gammanne dhugaa rabbii haalan harkaa qaba. Erga ishaa,ii salaanne booda Eeysuma Ahmadini, fi sheeknure waliin kaayyoo dhufneef ibsuudhaan maarii ballaa goone booda haala ganamaaf namootni barbaachisu kun dhaamsi bira gahu irratti Eeysumni Ahmadin Rabbiin jannataan isahaa qananiisu anaatu hunda biraan gaha arraas jimmaarrati waan dabarsineef namu quba qaba je,ee nu abdachiisen nutiis gara mana kantibaa Miyaad Ibrahim deebine.Obboleeysi keenya Mmd Yusuf dhufaati akkuma dhagayeen bilbilan nu iyyaafachaa nuti dhufee waan bal,aa sa,aa dheertuuf waliin mari,anne ganama sa,a 2ti nama isin barbaachisu hunda nutu fidaa abshiira nuje,ee gargar baane.Ganama akkuma saganta teenyaati maangoo masgidaa jalatti walitti dhufnee nama dhima jabaaf gandatti argamu hindayin kan akka ShekMusaa Ahmade fi Abdalla Hamid malee yeroo je,amet argamu danada,u isaani heddu nugammachiise. Akkuma tartiba sagantaa teenyaatin Abbaa keenya Sheekh Abrahim Amadootif Carraan du,aayi godhuu mana irraa kennameefitin du,aayii Oowituu nuf godhee, sagantaa teenya jalqabne. Dhimma dhufneef irradeebi,in miseensa kooree tanaaf qaadhimamani dhufanif Gama Amiira Koore DHS irraa dhufteenin wal duraa dubaan ibsineef booda wly hedduu gammadanii Rabbiif galata galchani,Du,aayii jajjabdu nuhundaaf godhanii jiran bakkuma jirtani Aamiiiiiiiiin je,a isiniin je,an jiran.Yaada mana keeysa keeysa ka,an hedduu ta,anille kan nama gaddisiisu je,an yeroo ammaa maagada kanarratti yeroo dhiqatan hanga dhiraa fi dhalaan saabuna naaf gadarbi, oldarbii irra gayanii jirra jedhan... Dafnee ifdhaqabuu qabna tuni muziibaadha je,ani jiran. Yeroof namuu gaddisifteeti dubbiin...... gara hogantota koree filachuu seenne
1.Mohammed shekh Mubaarak- Amiira
2. Mohamad Yusuf -itti aana
3.Nuradiin Abduraman-barreeysa ta,uun miseensaan filatamanii jiru. Waaree booda dargoota afeerachuun akkumatti isaaniif hamilee guutun akka ijaaraman tahanii kooreen shan:
Kor. Naamusa
Kor.keeysumeesitu
Kor.qulqulleysitu
Kor.haala mijjeusitu
Kor.to,anno fi hordafi je,amuun haala hojiin itti salphachuu dandeeysutti ijaaramanii jiru.
Gama haawwaniti fi shamarranitis haaluma kanaan akka ijaaran kallatti kooree lachuutifu kaayuun sagantaa teenye xumurree jirraa. Galatoomaa obsaan dubbisaa yoon dogongore naaf sirreeysaa.Jkml keeyran.
Forwarded from Abas M
🌹BEEYSISA JIRATTOOTA,DHALOOTA MUSLIMA SARKAMAA FI NAANNAWA SARKAMAATTI ARGAMTAN, MISEENSA DHS MARAAF!!🌹

INSHA ALLAHA MUHAADARAAN TENYA INSHA ALLAHA OCTOBER 24/10/2021 SAGANTAA ADDAA QABANNEE ISINIIF DHIHAACHAA JIRRA !!

وَلْتَكُنْ مِنْكُمْ أُمَّةٌ يَدْعُونَ إِلَى الْخَيْرِ وَيَأْمُرُونَ
بِالْمَعْرُوفِ وَيَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنْكَرِ وَأُولَئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ ﴾ [آل عمران

Haa Argamtu isinirraa Tuutni YKN Jamaa'aan Keeyrirratti Nama yaaman kan ajajan gama keeyriitti Kan dhoorkan Hamtuuurra ormi sun isaan warra milkiiti !!

(وَذَكِّرۡ فَإِنَّ ٱلذِّكۡرَىٰ تَنفَعُ ٱلۡمُؤۡمِنِینَ)

YAADACHISI YAA ERGAMA kIYYA MUHAMMAD WAL YAADACHISUN NAMA MUMINA NI FAYYADA !!

MUHADARAAN KUN ULAMAA'OOTA BEBBEEKKAMO Akka:
1. SH.AMIIN IBRO
2. SH. USMAN DIRREE XAYYAARA
3. SH. JAMAAL ORDA
4. SH. JAMAAL HAAJI
5. SH. ZIYAD
FI MUNASHIDOOTNI BEBBEEKKAMON AKKA:
1. NAJJAASH
3. ABDOOSH
4. ABDALLA FI KAN IRRATTI HIRMAATAN TAHA!!

︎MAAF KANA QOFA SAGANTAALEE BIROLLEE NI QABNA !!

꧁GORSA ISLAAMUMMAA
꧁DUAA’II
꧁WALALOO
꧁GOOFATA
꧁ OBBOLUMMA ISLAAMA
꧁QISAA
꧁DIRAAMA FI,K,K,F QABANNEE ISINIF DHIHAACHA JIRRA !!



GUYYAAN :- ALHADA

YEROON:- 3:00 Ganama

IDDOON: SARKAMA

Oʙʙᴀʟᴇʏʏᴀɴ KHEENYA ɪʀʀᴀᴛᴛɪ ɴᴜ ᴀғᴇʀᴀᴀɴ ɪsɪɴɪɪs ɪʀʀᴀᴛᴛɪ ɴᴜᴜғ ᴅʜɪʜᴀᴀᴅʜᴀᴀɴ ᴅʜᴀᴀᴍsᴀ MAQAA DHS KOREE ɪsʟᴀᴀᴍᴀᴀᴛɪ Bᴀᴀʀᴀᴋᴀʟʟᴀᴀʜᴜ ғɪɪᴋᴜᴍ ᴡᴀᴊᴀᴢᴀᴀᴋᴜᴍᴜʟʟᴀᴀʜᴜ ᴋʜᴇᴇʏʀᴀɴ
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
🌹BEEYSISA JIRATTOOTA,DHALOOTA MUSLIMA SARKAMAA FI NAANNAWA SARKAMAATTI ARGAMTAN, MISEENSA DHS MARAAF!!🌹
INSHA ALLAHA MUHAADARAAN TENYA INSHA ALLAHA OCTOBER 24/10/2021 SAGANTAA ADDAA QABANNEE ISINIIF DHIHAACHAA JIRRA !!

MUHADARAAN KUN ULAMAA'OOTA BEBBEEKKAMO Akka:
1. SH.AMIIN IBRO
2. SH. USMAN DIRREE XAYYAARA
3. SH. JAMAAL ORDA
4. SH. JAMAAL HAAJI
5. SH. ZIYAD
FI MUNASHIDOOTNI BEBBEEKKAMON AKKA:
1. NAJJAASH
3. ABDOOSH
4. ABDALLA FI KAN IRRATTI HIRMAATAN TAHA!!

︎MAAF KANA QOFA SAGANTAALEE BIROLLEE NI QABNA !!

꧁GORSA ISLAAMUMMAA
꧁DUAA’II
꧁WALALOO
꧁GOOFATA
꧁ OBBOLUMMA ISLAAMA
꧁QISAA
꧁DIRAAMA FI,K,K,F QABANNEE ISINIF DHIHAACHA JIRRA !!
GUYYAAN :- ALHADA

YEROON:- 3:00 Ganama

IDDOON: SARKAMA
https://www.facebook.com/100011785382227/posts/1308026686266832/?sfnsn=mo

Ustaaz Abbaastu FB irra goonuu jedhee mariyannee irratti waliif gallee akka nuttin mufanne FB keeysaniin waliif qoodaa liinkii kana banaa