DHS Channel
50 subscribers
106 photos
11 videos
1 file
6 links
Dhaloota Hegeree Sarkamaa(Serkama Future Generation/SFG/) ijaaruun Dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu!
Videochat group https://t.me/DHSVideochat
Channel https://t.me/SeFuGe
Comminication group https://t.me/DHSIM
Download Telegram
As wr wb

Akkam jirtu misensii DHS hundi kesanu mee photo arman oli tana lala akkam akka bareduu kan nutti barbanu jalala kan nuttii barbanu tokkuma kanaf jecha namu jarjartani yada hin kasina yada kaftan bilchina wajiin dubadha ittii ansun ammas yada namatis akka bira wal jala hin fudhina walifis hubadha yoo wal hubachu dhadhabdan kesan wal gafadha wal hubachisa.

DHS hogantota qaba wanta tahamu qabu hogantoni karora karoran kan lafa kahu taha issiin group teysan gubbatti taphadha kofla wanta dabare wal yadachisa yada qabdan kara sera qabesan ibsadha.

Takka tan beku qabdan hundi matiin DHS parsanti 80 % ol abotti warattii namotaan bilchatan jechu kiya wal mormura walif hubachun garidha.

Naf galatoma DHS hundi walis naf kabaja,wal jaladha, rabbumaf jecha,wajji dhalotaf jecha,lafa takka dhalachu kenyaf jecha.
As wr wb
Akkam jirtan matiin DHS hundii kesanu dhimma dhunfatif harha sarkama dhaqetin ture achumman akkaa tasa gargarsa dabtara fi qalama phase 1 kessatii godhame koren harha lacha jirachu arke achuman gore dawadhen ture hala gariin kena jiran alhamdulialah jazan keysaan janata ha tahu galatoma
Forwarded from Jemal Mohammed
Gabaasa walgahii marii magaalaa jijjigaatti godhame
Marii teenya du’aa'iidhaan erga banannee booda ergaa hayyoonni, beektoonni keenya dureen walgahii dirree irratti gaggeefamtee fi yaada isaanii akkasumaas isin bakka bu'uun ergaan gabaasa godheef booda
Yaada mariitti seenne
Ajandaan marii teenya akkuma eda ibsuuf yaalle
1. Dhimma diin akkamitti gadhi dhaabna
2. Hariiroo ykn obbolummaa keenya akkamitti cimsanna
3. Dhaabbata keenya kana akkamitti gargaarra kan jedhuu fi kkf ture.
Yaadaa fi mariin bal'an erga mana keessaa ka'e booda ...
dhimma diin irratti muhaadaraan lama gurguddoon walduraa duubaan yeroo isii eeggatte akka qophoytu
Muhaadaraan duraa yoo rabbi ja'e guyyaa 15n boruu akka qophaa'uu qabdu
Muhaadaraan lammaffaa dhimma majliisa gadi dhaabuu irratti guyyaa 15n akkasii guyyaa alhadaa akka gaggeeffamtuu fi akkamitti akka gaggeeffamuu qabdu irrattiis baayyee mari'anne.
Fkn
Waan nama gammachiisu muhaadara lamaanuu irratti sheekkootii gurguddoon ulamaa'iin teenya fi munashidoonni keenya qophaa'oo ta'uu ustaazni keenya guddaan ustaaz abdulfattaa mohammad hussen online keessaan bilbillee yeroo dheeraa fudhatee qophii isaan qaban nuuf himeeti ture.
Ulamaa'in tun eenyu fa seetan
1. Shek amiin ibroo
2. Shek usmaan dirree xayyaaraa
3. Shek adam tuulaa
4. Sheek muussaa suwaalaa
5. Sheek jamaal(harar)
munashidoota keessaa
1. Najjaashii
2. Abdoosh
3. Abdallaa fi kkf
Yoo ta'u kan akka sheek muussaa suwaalaa ustaaza keenyaan biyya tee miilaanuu hin dhaqa'uu ja'een
Allaahu akbar allaahu akbar
Kanaaf fedha rabbiitiin isaan kana bakka lamatti qoonneeti muhaadara teenya lamaanirratti akka nuuf hirmaatan yoo ibsan nuti maaliif jiraanna yoo isin cinaa hin dhaabbanne jedhaniin ustaaza keenyaan.
Kanaafuu muhaadaraa jalqabaa irratti
Ajandaan keenya
1. Obbolummaa diinii islaamaa
2. Diin dhabuu miidhaan isiin nurraan gahaa turte yoo ta'u
Sagantaan guyyaa sanii
Walduraa duubaan
Walaloon ni jirtii
Diraamaan gabaabaan ni qophaa'
Goofatni adda addaa ni jiraata
Ergaan gaggabaaboon jiddu jidduun hooggantoota keenya irraa ni dhihaata
Ustaaza keenya guddaa dabalatee ulamaa'oota keenyaa sagantaan isaanii walduraa duubaan ni dhihaata
Gaggeesitoonni madaraka guyyaa sanii
1. Ustaaz enj. Jamaal Ibraahi Ahmad
2. Ustaaz amiira abbaas ahmad abdii
Akka ta'u fi
Ustaz enj. Jemal Ibraahim Ahmad waggaa dheeraa dura abbaasii wajjiin dhiin dhabuun ummata isaanii isaan yaachisuun tattaaffiin isaan godhan kan laayyootti lakkaa'amuu miti jazaa isaanii rabbiin jannatan haa kafaluufi
Seenaan isaanii nama boochifte
Kanaaf aniis kaniin murteesse
Ustaaza keenyaaf tikeeta plane ykn xiyyaaraa dhaqaa fi galaan akka muramuuf guyyaa san isaafii akka mijjatuuf du'aa'ii goonaaf ammaas isa kana anarraa jalqabee wallaahi argaa isaa akka bishaan dheeboo gammoojjiiti dheebodhee jira miseensi keenyaas kaantu kaan darani yaada isaa jiruunjiran
Bifa miidhagaa ta'een akka qophaa'u
Yaadachiifni akkuma jirutti ta'ee
Galgala san nama tokko sagale guddiftuu fudhatee ganda keessa deemee yaadachiisa akka godhu
Amplifier ykn guddiftuu sagalee kallatti afuraniinuu akka qophaa'u
Dukkaana ykn sharaan bifa miidhagaa ta'een jammaa dubartootaa fi dhiiraaf adda addaatti akka qophaa'u
Iddoon muhaadaraa mana barnootaa(dirree timirtii) akka taatu yaada kaa'an obboleeyyan keessan

Muhaadaraan lammaffaan immoo torbee lama booda bifuma kanaan kan qophooftu ta'ee ajandaa addaa qaba.
Inniis
Majliisa gadi dhaabuu ta'a
Ulamaa'oota asii olitti ibse kanaa fi kan hafanii wajjiin iddoo isaan jiranitti qaamaan dhaquun sheeka aalima beekkamaa jihaa ilmiitiin dorgomaa hin qabne kan darasaan biyyoota adda addaa akka jimmaa arsii fi baalee godina keenya dabalatee darasaa baayyee qabaachuu danda'u jihaa qur'aanaatiin haafiza dorgomaa hin qabne kan oomishuu danda'uu fi jihaa kitaabaatiin aalima muftii oomishuu kan danda'u akka qopheessaan osoo guyyaan hin geenye irratti hojjanna ustaaza keenyaa wajjiin.
Forwarded from Jemal Mohammed
Guyyaa san akkuma muhaadaraa jalqaa
Hawaasa ballaa saarkamaa fi naannawa ishee hunda qunnama, malkaa gaalaa, jilboo, harangamaa fi kkf akka hirmaataan goona
Ajandaan muhaadaraa tanaa guutumaa guututti sheekaa fi darasoota isaa qubsiisuu ta'a.
Jalqaba hirmaannaa hawaasa bal'aa erga taasifnee booda obboleeyyan keenya kanneen biyya alaa jiran fi kanneen fagoo jiran online 'direc' akka hirmaatanii gahee isaani akka bahatan goona
Ammaas dhaabbatuma keenya kana jalatti koree lama akka hundeessuu qabnu
Koreen duraa saarkamatti hundeeffamti isaaniis
1. Ahmaddiin husseen
2. Abdallaah haamiid
3. Sheek muussaa ahmadee
4.Sheek abraahim ahmad
5. Nuuraddiin abdurahmaan yuuyyaa
Isaan kana amiiraa fi barreessaa isaan keessaa fillee hojii keessa akka galan gochuu
Koreen lammaffaan koree dhimma diin islaam gaheen isiitiis dhimma islaamaa irratti ahluul kheyrii adda addaa barbaaduun dhaabbata keenya fund akka godhan gochuu,
Fuulduraaf muhaadara adda addaa qopheessuuf akkasumaas hojii tola ooltummaa gama majliisuul a'alaa hanga majliisa dhimma islaamaa godinaa fi aanaatti hariiroo gaarii wajjiin uumuun hawaasa keenya fayyadamaa akka taasisan irratti hojjatan nu barbaachisa
Koree tana namoota akka
1. Ustaaz abdulfattaa(amiira)
2.abbaas ahmad abdii( barreessaa)
3 ustaz Jemal Ibraahim Ahmad
4. Mohammad Abdulbaasix
5. Abdulaziiz abdulkariim
Yoo hundeeffaman gaariidhaa
Yaada jedhuutu dhihaate

Dhaamsa kiyya
1.xiqqo Isinittiin dheeradhe ja'ee waaniin yaaduuf vidio conference ykn Audio conference godhuuf yaadee ture haata'uu garuu yoo barbaachisaa ta’e boru guyyaan alhada waan ta'eef godhuu dandeenya
Garuu dheeratuus suuta jedhaa naaf dubbisaa hin jarjarinaa hin hifatinaa yoo karaa irra jiraattan yeroo tasgabbii qabdan yeroo manatti galtan dubbisaa
2. Yaada obboleeyyan keessan isin biraan akkaan gahuuf dhaammatan waan ta'eef yaada hooggantoota keenyaa fudhannee bakka sirreessuun barbaachisu sirreessuun bakka itti ida'uun barbaachisu ida'un keessattu koree saarkamaa san muhaadaraa duratti qophaa'uu qaban waan ta'eef hooggantoonni keenya yeroo gabaabaa keessatti akka nuuf mirkaneessan abdii qabna maqaa rabbiitiin
Yoon haqa qunnamme rabbirraahi
Yoon dogongore nabsiyyaa fi jaarsa badaa irrahi
Forwarded from Jemal Mohammed
Kaniin dagadhe
Torbee kana keessa addaan walfuunee gariin keenya dambii fi karoorri keenya mirkanaa'eeti jira waan ta'eef document goonee maxxansuu qofa.
Inni lammaffaa
Hayyama qaama seerummaa fi chaaphaa dabalatee nagahee adda addaa qopheeffachuu ta'a
Forwarded from Abdulkadir Hamid
Obboleeyyan kiyya qophii muhaadaraa keeysummaan jajjabduun irratti afeeramte tanarratti yaadonni babbareedaan ka'anii jiru garuu yaada xiqqaa tokkoon isinii dabaluu barbaade, sagantaan muhaadaraa tun sochii jaroora waliigalaa Diinii fii Diinagdee DHS fuuladuraatiif haalaan murteeysaadha. Kanaafuu Muhaadaraan tun seenaadhaaf documented taatee kaayamuu qabdi waantaheef Miidiyaaleen Islaaamaa kanneen akka TV Hamilton(karaa Sh jamaal Aliyiitiin) akkanuuf dhufan Amiira keenya Eng.Jemal , Uztaaz Abdufatah Mohammed Husseen, Jamaal sheek Ibraahim, irratti hoojjachuu qabdan
Forwarded from JEMAL Ibrahim
As wr wb
Hundi matii DHS saganta keysumoni gurgudon irratti arkamuf tahan tana hala akkamin wan jedhu irratti marihacha jiran obbolowwan kenya issinis hirmadhaf
As wr wb
Hundi matii DHS baga gamadan baga gamane namutu gamachutu irraa mul'ata.
Muahadara jalqaba tana hala baredan qebalu qabna namu jajabadha wal jajjabeysa
This is a great job galatatu issinif mala kore mohammed keyretin durfamutii hujji bonsa hojatanif rabbiin jaza issiinif ha kafalu.
Haala Olmaa keenya ganamaa irraa hanga ammaantanaa Abooti fi dargagoota keenyaa waliini kana fakkaataa

Mohammed keyre irraa
Forwarded from Mohamed Keyre Mume
Gabasa walii gala kooree sarkamarratii ergamte tan mohammed keyretin durfaamtu irraa

Miseensa kooree dargageeysa diinislaama
Miseensa Kooree dargageeysa Diin Islaama Sarkamatti ijaaraman

1.Ahmed Mohammed Amiin-Ammira
2.Xahir Adam Umaro-K/Naamusaa
3.Guled Abdallaa Hamid fi Sultaan Sheekha-K/keessumeeysitu
4.Abduqani Ahmednur Issoo fi Feesal Abdi Alii-K/Haala mijeeysitu
5.Fattahadiin Ussoo Qannawwee,
6.Ammee Nuuree Habibee fi
7.Ayube Abrahim Haaji-K/qulquleeysituu
8.Abdi Umarii,
9.Abdii Jersaafi
10.Juwaadee-K/to,annoo fi hordoffii

Kooree waligalaa jalatti kooreelee xixiqqoo afurtu ijaarame.
1. Kooree Naamuusaa
2.Kooree Keeysumeeysituu
3. Kooree Haala Mijjeeysitu
4.Kooree Qulquleeysituu
5.Kooree to,annoo fi hordoffii jedhamuun haala qindoominaa fi gahee hojii ofii beekani guyyaa isniinaa irraa hojii isaani eegaalanitti ijaaramanii jiru.