Sarkame Tech
241 subscribers
11 photos
2 videos
2 files
23 links
https://youtube.com/@sarkametech

๐Ÿ’ผ Hundeessaa Sarkame Tech ๐Ÿ“š Ogeessa Ecommerce & Digital Marketing ๐Ÿ’ป Abbaa Taayitaa Dizaayinii Weebsaayitii ๐Ÿ” Gorsaa Tarsiimoo Milkaa'ina Toora Interneetii.
Download Telegram
โค4
100 irraa gara 1,000 ..... insha allah.
Hanga ammaatti appiin mobile bank kan cbe birr data internet bakkuma dur jira, tanaafuu akka itti fayyadamtan tajaajila isaa...
๐Ÿ‘5โค4๐Ÿ˜ข1
Forwarded from Walaloo & Nashiidaa
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ุนูŽู„ูŽู‰ ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏูุŒ ูˆูŽุนูŽู„ูŽู‰ ุขู„ู ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏูุŒ ูƒูŽู…ูŽุง ุตูŽู„ู‘ูŽูŠู’ุชูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุฅูุจู’ุฑูŽุงู‡ููŠู…ูŽุŒ ูˆูŽุนูŽู„ูŽู‰ ุขู„ู ุฅูุจู’ุฑูŽุงู‡ููŠู…ูŽุŒ ุฅูู†ู‘ูŽูƒูŽ ุญูŽู…ููŠุฏูŒ ู…ูŽุฌููŠุฏูŒุŒ ูˆูŽุจูŽุงุฑููƒู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏูุŒ ูˆูŽุนูŽู„ูŽู‰ ุขู„ู ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏูุŒ ูƒูŽู…ูŽุง ุจูŽุงุฑูŽูƒู’ุชูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุฅูุจู’ุฑูŽุงู‡ููŠู…ูŽุŒ ูˆูŽุนูŽู„ูŽู‰ ุขู„ู ุฅูุจู’ุฑูŽุงู‡ููŠู…ูŽุŒ ูููŠ ุงู„ู’ุนูŽุงู„ูŽู…ููŠู†ูŽ ุฅูู†ู‘ูŽูƒูŽ ุญูŽู…ููŠุฏูŒ ู…ูŽุฌููŠุฏูŒ
Forwarded from Sarkame Academy
Sarkame Academy.apk
80.3 MB
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู….
ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุฑุจู‘ู ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†ุŒ ูˆุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ู‰ ุฃุดุฑู ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก ูˆุงู„ู…ุฑุณู„ูŠู†ุŒ ุฃู…ู‘ุง ุจุนุฏ:

ูู‚ุฏ ู‚ู…ุชู โ€“ ุจูุถู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ โ€“ ุจุฅู†ุดุงุก ู‡ุฐุง ุงู„ุชุทุจูŠู‚ ุงู„ู…ุณู…ู‘ู‰ "Sarkame Academy"ุŒ ูˆูŠุญุชูˆูŠ ุนู„ู‰ ุนุฏุฏู ู…ู† ุงู„ุฏุฑูˆุณ ุงู„ุตูˆุชูŠุฉ ุจุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุตูˆู…ุงู„ูŠุฉ ูˆุงู„ุฃูˆุฑูˆู…ูŠุฉุŒ ูˆุนู„ู‰ ูƒูุชูุจู ู†ุงูุนุฉู ู…ุชู†ูˆู‘ุนุฉ.
ูˆูŠุนู…ู„ ุงู„ุชุทุจูŠู‚ ุญุงู„ูŠู‘ู‹ุง ุนุจุฑ ุงู„ุฅู†ุชุฑู†ุช ูู‚ุทุŒ ุฅุฐ ูŠู…ูƒู† ู„ู„ู…ุณุชุฎุฏู…ูŠู† ุงู„ุงุณุชู…ุงุน ุฅู„ู‰ ุฌู…ูŠุน ุงู„ุฏุฑูˆุณ ูˆุงู„ู…ูˆุงุฏู‘ ู…ู† ุฎู„ุงู„ ุงู„ุงุชุตุงู„ ุจุงู„ุดุจูƒุฉ.

ูˆู‚ุฏ ุฃุนุฏุฏุชู ู‡ุฐุง ุงู„ุฅุตุฏุงุฑ ุนู„ู‰ ุณุจูŠู„ ุงู„ุชุฌุฑุจุฉุŒ ุจุฅุฐู† ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุณูŠูƒูˆู† ููŠ ุงู„ู…ุณุชู‚ุจู„ ุงู„ู‚ุฑูŠุจ ุฅุตุฏุงุฑูŒ ุฃูˆุณุน ูˆุฃุดู…ู„ ูŠุนู…ู„ ุจุฏูˆู† ุงุชุตุงู„ู ุจุงู„ุฅู†ุชุฑู†ุชุŒ ูˆูŠุถู…ู‘ ุฌู…ูŠุน ุงู„ุฏุฑูˆุณ ุงู„ู…ุณุฌู‘ูŽู„ุฉ ูˆุบูŠุฑู‡ุง ู…ู† ุงู„ู…ูˆุงุฏู‘ ุงู„ุนู„ู…ูŠุฉ.

ูˆู„ูŠุณ ุงู„ู…ู‚ุตูˆุฏ ู…ู† ู‡ุฐุง ุงู„ุชุทุจูŠู‚ ุงู„ุชูƒุณู‘ุจูŽ ุฃูˆ ุงู„ุดู‡ุฑุฉูŽ ุฃูˆ ุฃูŠู‘ูŽ ุบุฑุถู ุฏู†ูŠูˆูŠู‘ู ุขุฎุฑุŒ ูˆุฅู†ู…ุง ุงู„ู‡ุฏูู ุงู„ุฃุณู…ู‰ ู‡ูˆ ู†ุดุฑ ุงู„ุฎูŠุฑุŒ ูˆุจุซู‘ ุงู„ุนู„ู…ุŒ ูˆุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุฏุนูˆุฉ ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุนุจุฑ ุงู„ูˆุณุงุฆู„ ุงู„ุญุฏูŠุซุฉ.

ูˆุฃุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุนุฒ ูˆุฌู„ ุฃู† ูŠุฌุนู„ู‡ ุฎุงู„ุตู‹ุง ู„ูˆุฌู‡ู‡ ุงู„ูƒุฑูŠู…ุŒ ูˆุฃู† ูŠู†ูุน ุจู‡ ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู† ููŠ ูƒู„ ู…ูƒุงู†.

ูƒุชุจู‡:
ุฃุจูˆ ุนุจุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุณู‘ูŽุฑูƒูŽู…ูŠ.

https://t.me/Sarkame_Academy
โค6
๐ŸšจOF EEGGANNOO GODHAA ! ๐Ÿš‘

Account telegram nama hedduu hack tahaa jira !

โŒLink photo irratti argitan akkasii kana hin xuqiinaa !

โŒTuqtanii keessa seentanii jennaan battalumatti account telegram keessanii ni dhabdu yookiin account telegram keessanii nama biraa harka gala jechuudha hack taatu โ€ผ๏ธ

๐Ÿ“‡Yeroo ammaa kana group hedduu irratti maxxansaa waan jiraniif baayyee babal'achaa jira waanti kun

So kanaaf of eeggadhaa, Nuti illee Sababa Kanaaf group keenya Jalatti Namni kamuu akka hin maxxansineef Cufne jirra. Link kun Account gara garaan baay'inaan maxxanfamaa waan tureef.

Yoo ati link kana Tuqxe account keetu hack ta'ee booda link akkasii Maxxansa jechuudha.

Waliif share godhaa๐Ÿ™โค๏ธ

Sarkame Tech
โค3
Kufaatii sodaachuu dhabuu.

Kufaatii sodaachun kun karaa addaa addaatin nu keessatti dhalachuu danda'a..

Fknf.. gaafa nuti daa'imaa yoo waan tokko hojjechuu dadhabne maatin keenya nuun lolu ykn nu garafu.
Mana barnootattis qormaata yoo kufne akkasuma.

Haalli kun kufaatii jabeessinee akka balaaleffannu nu godha.

Daa'imni tokko ol ka'ee deemuf kufaatii hedduu hangana hin je'amne booda dhaabbata akkasumas kufaatii hedduu booda tarkaanfii eegala, yeroo kufu sanitti "lakkii an hin danda'u, kun naaf hin umamne" ja'ee hin taa'u.

Sodaan kun guddina keenya keessa jechuun lakkuma guddataa deemnun isas baraa dhufna.

Fooyya'uu fi milkaa'inni bu'aa kufaatiwwan yeroo hedduuti. milkaa'inni keetis kan laalamu tattaaffi fi adeemsa isaa keessatti hangam takka kuftee kaate kan je'amuuni.

Dhimma tokko hanguma kufaatii isaatif hayyamamaa fi qophii taanefitti itti milkaa'uu dandeenya.

Kufaatii yeroo jabeessinee balaaleffannu sodaa yoon kufe hoo? Jechuutin waan haaraa mokkaruu irraa of qusanna, waanuma harkaa qabnu qofarratti goggoynee hafna, kufaatii dheeysutti milkiidhas walumaan dhabna.

Yoo kufte hoo maali? Kufuun kee dhuma addunyaati mitii bar ykn baasa si qofaan bahee miti eega ilmi namaa/ADAM uumame irraa kaasee waanuma jiru.

Namni tokko dhimma tokkorratti yoo si caalee argame, waan saniif si caalaa kufee ka'ee jira jechuudha.

Akkasumas maddi sodaa kufaatii kun sababa gadhee nuti value jireenyaatif kanninu irraahi.

Fknf..Gatiin nuti ofiif qabnu/kanninu, hanga jaalalaa fi fudhatama namoota guyya guyyaan wal qunnamnuu irratti kan hundaa'u yoo ta'e, dhibbaan dhibbatti fedhiin keenya galma gahuu ykn kufuun isaa namoota irratti hundaa'a. Nuti hin murteeffannu, control hin goonu.
Murtee namoota biraa kan eeggannu ta'a jechuudha Gatuma dhuunfaa
@SarkameTech #join #share
โค4
๐Ÿš€ Want to grow your online presence in 2026?

The digital world is evolving fastโ€”and staying ahead requires the right strategies. From advanced SEO techniques to the latest innovations in AI, digital marketing, and technology, I share practical insights designed to help creators, entrepreneurs, and professionals succeed online.

As a Web Designer and Tech Enthusiast, my mission is simple:
๐Ÿ‘‰ Help you build authority
๐Ÿ‘‰ Grow your digital presence
๐Ÿ‘‰ Turn knowledge into opportunity

Explore my latest tutorials, strategies, and expert guides at Sarkame.com and start building your digital advantage today.

๐ŸŒ Visit: https://sarkame.com

#SEO #WebDesign #AI #DigitalMarketing #TechTips #ContentStrategy #OnlineBusiness #SarkameTech
โค2