Dawaa Qalbii
8.86K subscribers
2.19K photos
37 videos
42 files
2.92K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
#Qulqullinni_barnootaa_jireenya #Barattootafi_barsiisotaa_irraa_jalqaba.

Hojiin Waldaan Barsiisota Magaalaa Shaggar hanga ammaatti hojjeete hojii nama boonsu, hojii Barsiisota birattis fakkeenya ta'uu danda'udha.

Waldaan keenya yeroo hunda mirgaa barsiisotaa kabachiisuu, dandeettii isaanii cimsuu fi qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii hedduu hojjechaa tureera.

Har'as barsiisaan keenya qulqullina barnootaa 100% mirkaneessuuf hojii isaa guutummaatti of kennee hojjechaa jira.

Garuu, dhugaa jiru keessaa inni guddaan tokko, barsiisonni hedduun isaanii har'as #mana_kiraa keessatti #maatiifi_ijoollee isaanii wajjin haala ulfaataa keessa jiraacha jiru.

Rakkoon kun yeroo baay'ee qaamoota adda addaa biratti hin mul'atu; garuu #jireenya_Barsiisota keenyatti ba'aa guddaa ta'ee itti fufeera.

Dhugaa dubbachuuf, barsiisaan kaffaltii amma argatuun #mana_jireenyaa kafalti kana kafalaachu hin danda'u.

Haala gatii gabaa yeroo ammaa keessatti immoo kaffaltiin isaa jireenya guyyaa guyyaa qofa ittiin geggeessuuf illee gahaa miti.

Barsiisonni keenya hojii isaanii jaalala ogummaa fi dhalootaaf qaban irraa ka'uun arsaa guddaa kaffalaa jiru.

Kanaafuu, #qaamoleen dhimmi kun ilaallatu hundi #Bulchinsaa_Magaalaa_Shaggar dabalatee humna dinagdee barsiisotaa hubachun, rakkoo #mana_jireenyaa isaan mudateef furmaata waaraa akka barbaadan
kabajaan isiin gaafanna.

Barsiisaan humna kaffaltii dhabee rakkachaa yoo jiraate, qulqullina barnootaa yeroo dheeraa tikfachuun ulfaataa ta'uu ni mala.

Qulqullinni barnootaa kan mirkanaa'u keessaa inni guddaan tokko fedhii, tasgabbii fi jireenyaa barsiisaa guutuu dha.

Kanaaf, mootummaa fi qaamoleen mootummaa hundi akkuma kanaan dura deeggarsa adda addaan barsiisota cinaa dhaabbatanii taasisaa turtan ammas rakkoo #mana_jireenyaa Barsiisota irrattis furmaata qabatamaa fi waaraa akka nuf kennitan kabajaan waamicha keenya dhiyeessina.

#Barsiisaan_yoo_kabajame, jirrenyi isaa yoo foyya'ee barnoonni Qulqullinni barnoota ni mirkana'aa; barnoonni yoo guddate immoo biyyi ni dagaaga.

Waldaan Barsiisota magaalaa shaggaris karaan irraa deemsa jalqabdan baay'ee gaariidha jabaadha #Waldaan_Barsiisota_kutaa_magaalaa_Buraayyuus Karaa hunda isin cinaa jira.

#Kafaltiin_ijaarsa_Mana_jireenya barsiisaf gad bu'ee ammas irraa deebi'uun nuuf haa ilaallamu.
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
📢 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀! 📢

🏆 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐝𝐨𝐫𝐠𝐨𝐦𝐦𝐢𝐢 irratti hirmaachuudhaan beekumsa keessan gabbifadhaa! 💡

👇 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚: 👇

https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 30K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Adds:👇👇👇
My Channel @Rafiiqul_Islaam
HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

📢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚, 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮.

👇 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟: 👇

https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata

Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.

🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar

Turtiin barumsaa:  waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.

Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata:
* Kitaabaan (PDF).
* Viidiyoodhaan.
* Sagaleedhaan.

📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu

Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE.....

Free Waver: @Rafiqul_Islaam

Ads: 👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam
📚 Barattoota keenya kabajamoo,

🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe.

👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66

==============================

🚨 Hanga ammaatti warri qormaata hin fudhatin ammuma liinkii qormaata fayyadamuun qormaata fudhadhaa, carraa keessan hin dabarsinaa!!
🏆 Qoramaa, Badhaasaafis dorgomaa!

#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
Forwarded from Suufiyaan Baalee Bot
السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ

Rasuulli ﷺ ni Jedhan:

وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ

"Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru,
Rabbiinis isa gargaaraa jira."

Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf
button armaan gadii tuqa.
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

📢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚, 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮.

👇 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟: 👇

https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
Forwarded from Oromia Education Bureau
BEEKSISA
12/12/2018
Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama.



Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisaa Hagayya 14/2018  Bul/ Magaalaa Shaggaritti  Ni Eegalchiisa.

Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemun Akka Galmooftan  Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna.

Hubaxhiisa:- Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(#Fayida_ID) Qabaachuun Irraa Eegama!

#Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa!

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
Forwarded from Tolaa Bariisoo Gadaa
BEEKSISA
12/12/2018
Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama.

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisa Hagayya 14/2018 Bul/ Magaalaa Shaggaritti Ni Eegalchiisa.

Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemuun Akka Galmooftan Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna.

#Hubachiisa: Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(#Fayida_ID) Qabaachuun Irraa Eegama!

Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Oromia Education Bureau
Beeksia - Jijjiirraa Barsiisotaa


BBO - Hayayya 12/2018 Guyyaan Iyyannoo jijjiirraa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa #Hagayya_13 - 16/2018 qofa 'online'n kan guutan ta'uun beekameera.

Kanaafuu, #Guyyaa_boruu_13/12/2018 irraa eegaltanii #Liinkii asii gaditti isiniif kennametti fayyadamuun iyyannoo keessan guuttachuu ni dandeessu.
Hubachiisa - "User Name" fi "Password" keessan galchuun gara iyyannoo keessanii galuu dandeessu.
Liinkichis:- tmis.oeb.gov.et


#Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa!

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
ᴀʀᴇ ʏᴏᴜ ꜱᴛᴜᴅᴇɴᴛ
ᴀᴛɪ ʙᴀʀᴀᴛᴀᴀᴅʜᴀᴀ
ꜰʀᴇᴇ ᴡᴀᴠᴇʀ: @Rafiqul_Islaam

Adds: 👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞:☑️ @Rafiiqul_Islaam2

🌐 @Rafiiqul_Islaam 🌐

Ads: 👇👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
Forwarded from Dhaamsa Gaarii
📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!!

📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara garaatin Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa yeroo kenname keessatti hin qoramin hundi oduu gaarii isiniif qabna.

Carraan keessan gonkumaa hin badne; isin:

📚 Amma Barnoota haaraa koorsii 2ffaa nu waliin hordofuu ni dandeessu.

🗓️ Sana booda qormaata barnoota hadiisaa kan xumuraa isin darbee, qormaata bakka bu’iinsaa dhuma simisteeraa irratti  deebitanii qoramuu dandeessu.

⚠️ Hubachiisa Cimaa!!

➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna!!!

🌟 Hundi keessaniif milkaa’ina isiniif hawwina!

#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu

Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE.....

Free Waver: @Rafiqul_Islaam

Ads: 👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam