Dawaa Qalbii
8.85K subscribers
2.19K photos
37 videos
42 files
2.92K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
📣 YAADACHIISA CIMAA!!!

🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa boru guyyaa kamiisaa 13/08/2026 Ykn 07/12/2018 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni banama.

🏆 Koorsii jalqaba kana irratti barattoota Qabxii Ol-aanaa fidaniif badhaasni qophaa'e jira

Badhaasni qophaa'e:
🥇 1ffaa - 5,000 Birr
🥈 2ffaa - 3,000 Birr
🥉 3ffaa - 2,000 Birr

📍Hubachiisa: Qormaata qoramuuf website irratti galmaa'uun dirqama. Kanaafu, barattoonni haga ammaatti website irratti hin galmaa'in akka galmooftan isin yaadachiifna.

📖 Kitaaba keessan sirriitti dubbisuun qormaata xumuraatif sirriitti qophaa'aa.

⭐️ Qormaata gaarii akka isiniif ta'u hawwina!!

#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

📚📚📚📚📚📚📚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

𝐀𝐝𝐬: 👇
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
https://t.me/+_F8t5ldqfDxlZDY0

╔══❖•ೋ° 🌸 °ೋ•❖══╗
𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚𝐚
╚══❖•ೋ° 🌸 °ೋ•❖══╝
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 30K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Adds:👇👇👇
My Channel @Rafiiqul_Islaam
HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀! 💡

𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝐒.𝐀.𝐖) 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐚 "𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐦𝐮𝐬𝐡𝐫𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮, 𝐊𝐚'𝐚𝐛𝐚𝐚𝐬 𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐰𝐰𝐚𝐟𝐮" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐧?

Add My Channel👇
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiiqul_Islaam
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa

🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahf dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
ᴀʀᴇ ʏᴏᴜ ꜱᴛᴜᴅᴇɴᴛ
ᴀᴛɪ ʙᴀʀᴀᴛᴀᴀᴅʜᴀᴀ
ꜰʀᴇᴇ ᴡᴀᴠᴇʀ: @Rafiqul_Islaam

Adds: 👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion
#Qulqullinni_barnootaa_jireenya #Barattootafi_barsiisotaa_irraa_jalqaba.

Hojiin Waldaan Barsiisota Magaalaa Shaggar hanga ammaatti hojjeete hojii nama boonsu, hojii Barsiisota birattis fakkeenya ta'uu danda'udha.

Waldaan keenya yeroo hunda mirgaa barsiisotaa kabachiisuu, dandeettii isaanii cimsuu fi qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii hedduu hojjechaa tureera.

Har'as barsiisaan keenya qulqullina barnootaa 100% mirkaneessuuf hojii isaa guutummaatti of kennee hojjechaa jira.

Garuu, dhugaa jiru keessaa inni guddaan tokko, barsiisonni hedduun isaanii har'as #mana_kiraa keessatti #maatiifi_ijoollee isaanii wajjin haala ulfaataa keessa jiraacha jiru.

Rakkoon kun yeroo baay'ee qaamoota adda addaa biratti hin mul'atu; garuu #jireenya_Barsiisota keenyatti ba'aa guddaa ta'ee itti fufeera.

Dhugaa dubbachuuf, barsiisaan kaffaltii amma argatuun #mana_jireenyaa kafalti kana kafalaachu hin danda'u.

Haala gatii gabaa yeroo ammaa keessatti immoo kaffaltiin isaa jireenya guyyaa guyyaa qofa ittiin geggeessuuf illee gahaa miti.

Barsiisonni keenya hojii isaanii jaalala ogummaa fi dhalootaaf qaban irraa ka'uun arsaa guddaa kaffalaa jiru.

Kanaafuu, #qaamoleen dhimmi kun ilaallatu hundi #Bulchinsaa_Magaalaa_Shaggar dabalatee humna dinagdee barsiisotaa hubachun, rakkoo #mana_jireenyaa isaan mudateef furmaata waaraa akka barbaadan
kabajaan isiin gaafanna.

Barsiisaan humna kaffaltii dhabee rakkachaa yoo jiraate, qulqullina barnootaa yeroo dheeraa tikfachuun ulfaataa ta'uu ni mala.

Qulqullinni barnootaa kan mirkanaa'u keessaa inni guddaan tokko fedhii, tasgabbii fi jireenyaa barsiisaa guutuu dha.

Kanaaf, mootummaa fi qaamoleen mootummaa hundi akkuma kanaan dura deeggarsa adda addaan barsiisota cinaa dhaabbatanii taasisaa turtan ammas rakkoo #mana_jireenyaa Barsiisota irrattis furmaata qabatamaa fi waaraa akka nuf kennitan kabajaan waamicha keenya dhiyeessina.

#Barsiisaan_yoo_kabajame, jirrenyi isaa yoo foyya'ee barnoonni Qulqullinni barnoota ni mirkana'aa; barnoonni yoo guddate immoo biyyi ni dagaaga.

Waldaan Barsiisota magaalaa shaggaris karaan irraa deemsa jalqabdan baay'ee gaariidha jabaadha #Waldaan_Barsiisota_kutaa_magaalaa_Buraayyuus Karaa hunda isin cinaa jira.

#Kafaltiin_ijaarsa_Mana_jireenya barsiisaf gad bu'ee ammas irraa deebi'uun nuuf haa ilaallamu.
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
📢 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀! 📢

🏆 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐝𝐨𝐫𝐠𝐨𝐦𝐦𝐢𝐢 irratti hirmaachuudhaan beekumsa keessan gabbifadhaa! 💡

👇 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚: 👇

https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 30K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Adds:👇👇👇
My Channel @Rafiiqul_Islaam
HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

📢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚, 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮.

👇 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟: 👇

https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata

Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.

🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar

Turtiin barumsaa:  waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.

Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata:
* Kitaabaan (PDF).
* Viidiyoodhaan.
* Sagaleedhaan.

📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu

Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE.....

Free Waver: @Rafiqul_Islaam

Ads: 👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam
📚 Barattoota keenya kabajamoo,

🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe.

👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66

==============================

🚨 Hanga ammaatti warri qormaata hin fudhatin ammuma liinkii qormaata fayyadamuun qormaata fudhadhaa, carraa keessan hin dabarsinaa!!
🏆 Qoramaa, Badhaasaafis dorgomaa!

#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_xumuraa
Forwarded from Suufiyaan Baalee Bot
السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ

Rasuulli ﷺ ni Jedhan:

وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ

"Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru,
Rabbiinis isa gargaaraa jira."

Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf
button armaan gadii tuqa.
Forwarded from 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

📢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚, 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮.

👇 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟: 👇

https://t.me/+n_WpZjgOc4lkNDlk
https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0