Dawaa Qalbii
8.9K subscribers
2.18K photos
37 videos
42 files
2.91K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Channel created
Bismillaahi alhamdulillaah As wr wb hordoftoota chaanaala kanaa kan taanan hundi keessanu baga Rabbiin guyyaa har'aa kanaan nu gahe isiniin jechuu barbaada wanti isiniin jechuu barbaade an isin caalaa beekee osoon taane waanuma isin beektan yookin waan dhagahe waan dubbisee wantoota nu fayyadu hanga dandeennen waliif ibsuu, wal yaadachiisuu barbaade.
Chaanaala kana irratti yoo Rabbiin jedhe sagantaa gorsaa, gaafif deebii, wantoota haaraa fi kkf wanta nu fayyada jenne yaannu waliif ibsina inshaa Allaah of duraaf guyyaa sagantaa kan sin beeksisnu taha.
Channel photo updated
As wr wb
Sagantaa Keenya idilee isiniif ibsaa akka hordoftan isiniin jedha sagantaan keenya torbanitti guyyaa Afur (4) 1.guyyaa wiixata:-Gorsa hadiisa Rasuulaa SAW irraa. 2 . guyyaa Roobii:-sagantaa booharsituu darbee darbee. 3 . Guyyaa Kamisaa:-gaafi fi deebii . 4 . Guyyaa Sambata:-Siiraa ykn Seenaa. Sagantaan kana fakkaata yoo as irratti yaada fi deeggarsa kan gootan ta'e anis fedhiin kiyya nama waliin taanee diin keenyaf hanguma dandeennen qarqaaru dha waan taheef wal haa gargaarru.
Deeggarsa yoo jedhu waan beektaniin jechuu barbaadeti. barbaadeti 0938113352.lakk.kanaan dogongora jirus akka ibsitan kabajaan isin gaafanna.
السلام عليكم ورحمت الله وبركاته. وعن عبدالله بن عمرو بن العاص رضي الله عنهما ان رجلا سءل رسول الله صل الله عليه وسلم اي المسلم خطر?قال"تطعم الطعام وتقرء السلام علي من عرفت ومن لم تعرف"متفق عليه. Abdallaah Ibnj
Hiikaan Abdallaah ibnu Amrii ibnul Aas R.A. akka odeessetti namichi tokko gaafate Ergamaa Rabbii S.A.W.Kamii muslimaatu caaladha? Jedhaniin:-"kan nama nyaachise,akkasumas Nama beektu fi hin beekne irrattis Salaama qara'uudha Jedhan.Irratti walii galan ulamaa'in .
Tana quba qabduu akka seera maaleezyiyaatti namni hancufa kararratti tufe yuuroo 20 (birrii Itiyoophiyaa 800) adabama.
As wr wb guyyaa har'aa sagantaa gaafif deebiti hara'aaf gaafii muraasa isiniif dhiyeessa hirmaadha. 1.Enyutu si uume? 2.Nabiyyiin kee eennu? 3.Amantiin kee maali? Kaayyon keenya walbarsiisuufi walyaadachiisudha. Yeroo deebin itti xumuramu jum'aa dura.
Deebii 1.Rabbi SW 2.Nabi muhammad S.A.W 3.Amantii Islaamati. Galatoomaa hundi keessanuu kan irratti hirmaattaniifi dubbistanis.Sagantaa kana irratti gaaffii guutuu kan deebistan har'aaf du'aa'iin badhaasa. Muussaa Muhammad fi Obsinaan Amaan
Chaanalaa kana join godhaa irraa fayyadamaa.Waliif sheer godhaa 🌙🌙🌙🌙🌟👍👍
Seenaa Abuu Bakri Assiddiiq R.A gabaabsinee laallaa dubbisaa irraa fayyadamaa. Jaahilummaa keessatti Abuu Bakri R.A nama kabajamaa,sooressa jaalatamaa gama namaatti dalagaa fi haala gaarummaatin,kamriis hin dhugne takkaa taabotaafis mataa ofii gadii hin qabne ture. Inshaa Allaah Torbaan Islaamummaa keessatti akkam akka turan waliin laalla. Obboleewwan keessaniin gahaa.
As wr wb hordoftoota keenna kabajamoo fi jaalatamoo hadiisni guyyaa har'aa isin yaadachiisuu barbaade kama beektani Rasuulaa irraa akka odeeffametti ilmi namaa dagamaadha jedhan qananii lama keeysatti isaanis Nagaya Fi Fayyaa dha. Mee marti keennayyu haa xiinxallinu Rabbii keennaf galata dachaa dachaan haa galchinu Alhamdulillaah Alhamdulillaah.