Dawaa Qalbii
6.62K subscribers
1.2K photos
20 videos
10 files
1.9K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (said Leader)
Nama hundaan hanga feete jaalatamtus,kan qalbiin isaa dhukkubsattuu,sababa tokko malee si jibbuun isaa hin hafuu beekaa socho’i.

ila
Yeroo hedduu namni tokko tokko maaf jijjiiramte siin jechuu jalqabnaan,dafii nama san jalaa kottoonfadhuu dheessi,si tuttuqee hamaa si dubbachiisee,gara ufii qindeeffatetti si geessuuf qophaawaa jiraa uf eegi.

Jaaloo
Tasa dogongortee nama si jaallatu hin sobin,nama si sobus tasa ufitti hin kaleessin,namni yeroo lama nama jibbaa beeki,humna isaatii ol yoo ba’aa itti feeteefi humnaa keetii ol ba’aa sitti fe’uu yoo barbaade argi.

Obbolaa
Jiruun biyya lafaa fuula kee,qaama kee,bifa kee jijjiiruu malaa laali,eenyummaa kee garuu,yoo ati namooma qabaatte,tasa itti bu’uu hin dandeettuu taajjabi.

Hey
irra hedduu nama garaan hadhdhaa qabuu yoo baruu barbaadde,yoo si barbaadan si argatu,yoo ati barbaadde immoo,hin argamanii taajjabi!

Yes
Akkuma nama balfa baatee deemu irraa fagaachaa deemtuun,qilleensa qulqulluu fuunfachuu jalqabdaa, qalbii xahaara qabduun imali.
Forwarded from ABDII SABAA
Finfinneetti bu'aan qormaata kutaa 6ffaa bara 2016 ifoomeera.

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee wabxiin darbiinsaa qorumsa guutuu magaalaa kutaa 6ffaa bara 2016 50fi barattoota qaama miidhamtootaaf 45 ta'uu beeksise.

Bara 2016 barattoota 85,046 qormaata kutaa 6ffaa fudhatan keessaa barattoonni 80,198 ykn dhibbeentaa 94.3 ta’an dhibbeentaa 50 fi isaa ol akka argatan ibsameera.

Barattoonni bu'aa keessan hidha armaan gadii tuquun lakkoofsa “Id” fi maqaa jalqabaa galchuudhaan ilaaluu dandeessu. Yookiin ammoo Telegram bot armaan gadii fayyadamaa.

Bu'aa keessan ilaaluuf: https://aa6.ministry.et/#/result

Telegram bootiin ilaaluuf: @emacs_ministry_result_qmt_bot

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Forwarded from Amar Temam
#BREAKING
I/A MM duraanii Obbo Dammaqaa Mokonnon Hasan muudaman

Spider Media: Muharram 14/1446
Itti aanaa muummicha ministeeraa duraanii obbo Dammaqaa Mokonnon itti gaafatamaa Waldaa saayinsii hawaa Itoophiyaa (Ethiopian space science society) ta'uun muudamaniiru.

Waggoota dheeraaf dhaabbaticha hoogganaa kan turan obbo Tafarraa Walwaa itti gaafatamummaa isaanii obbo Dammaqaatti kennaniiru jedha. Gabaanis Arts TV.

Soosaayitichi hundeeffama isaa waggaa 20ffaa kabajataa yaa’ii idilee 19ffaa isaa gaggeessaa jira.
© Amar Temam

Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄

Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W)
аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee
olfuudhuudhaan dubbise eenyu?

Ads:👇👇
https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️

𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂

𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan sababa dullumaan filannoo birraa dhufu gaggeeffamurratti akka hin dhiyaanneef paartiisaanii keessaa dhiibban itti heddummataa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJfY5tx
🚨 4-3-3 Kaffaltiin eegalameera 🔥

👉 Warra 1ffaa - 5ffaatiif - Birrii 3,000
👉 Warra 6ffaa - 10ffaatti ba'aniif - Birrii 1500
👉 Warra11ffaa - 20ffaatiif - Birrii 1000
👉 Guyyaa 21 - 30 - Birrii 750
👉 Warra 31 hanga 50tti ba'aniif - Birrii 500

👉 Warra 50ffaa hanga 100ffaatti ba'aniif - Torbanitti Interneetii Daangaa Hin Qabne

👉 Warra 100ffaa hanga 200ffaa bahaniif - guyyaan intarneetii daangaa hin qabne

Dorgommiin kun har'a irraa eegalee torban lama booda xumurama! Hundi keessaniif carraa gaarii

🚨🚨 Bot jalqabuuf 👇👇👇

https://t.me/habesha_433_Cash_bot?start=5728376436