Dawaa Qalbii
7.71K subscribers
1.33K photos
24 videos
10 files
2.05K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 5𝐊+

Free Waver @Rafiqul_Islaam
#BREAKING
Dorgommmii Hifzii Qur'aanaa Ameerikaati gaggeeffame Shamarreen lammii Aljeeriyaa waggaa 18 Yasmiin injifatte.

Dorgommmii Qur'aanaa biyyoota adduunyaa 45 ol jidduutti gaggeeffame kana ramaddii dubartootaa keessaa Yasmiin sadarkaa 1ffaadhaan moo'achuu dandeesseetti.

© Amar Temam
Spider Media
Forwarded from Gali Ababor Official
Mana murtii Kaanaadaa tokko keessatti manguddoon wahii nyaata hate jedhamee dhiheeffame.
Abbaan murtichaa "hatteettaa?" jedhee gaafate. Manguddichis "ee hateera; beela'een waan nyaadhu dhabee hate" jedhe.

Ogga kana abbaan murtii "ati nyaata hatuu kee ofitti amanteetta. Kanaafuu amma adabbii doolaara kudhanin sitti murteessa; garuu waan ati hin qabneef anatu kaffala" jedhee doolaara kudhan baasee kaartoona keessa kaa'e. Namoonni hunduu ajaa'ibsiifatanii ilaalan.

Abbaa murtichaa achumaan ol ka'ee namoota hundaanuu "doolaara kudhan kudhan baasaa as kaa'aa; isin biyya namni beela'ee nyaata hatu keessa jirtu" jedhe. Achumaan doolaarri 500 walitti qabamee manguddichaaf kenname.

Bakka dandeessetti furmaata namummaa akkanaa kaa'i. Sababa dureessi karaan malee maallaqa walitti guure hiyyeessi hedduun beelaan miidhama. Osoo danda'anii callisanii beela'aa ilaaluun cubbuu guddaadha.
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄

Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W)
аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee
olfuudhuudhaan dubbise eenyu?

Ads:👇👇
https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
Forwarded from Fursaan Media
𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗧𝘂𝗻 𝗦𝗮𝗯𝗮𝗯𝗮 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝗮𝗻𝗻𝗶𝗶𝗻𝗶𝗶 𝗙𝗮𝗮𝗹𝗮𝗺𝘁𝗶.

1. Namoota Xiqqoo hojjatanii guddoo of faarsan.
2. Namoota dhugaa fuudhanii sobatti jijjiiraa oolan.

3. Namoota haqa namaa saamanii kan ofii godhatan.
4. Namoota afaan lamaa fi gurra tokko qaban.

5. Namoota Mataa Koofiyyaa qofaaf fayyadaman.
6. Namoota maqaa malee mataa hin qabne.

7. Namoota waan ani jedhe malee jedhanii fi Tiyyaan na baasii.
8. Namoota wal beekan malee,waliif hin beekne.

9. Namoota beekkamtii malee,beekkumsa hin qabne.
10. Namoota Amantii osoo qaban,Amaanaa eeggachuu dadhaban.

11. Namoota Nama du’eef Boo’uu malee,kan jiruuf gatii hin kennine.

12. Namoota qaama,sammuu fi onnee qullaa boonan.

©️Gaazixeessaa Abdunnaasir tufaa

t.me/Fursaan_media
Forwarded from Gali Ababor Official
Fuula toluurra arraba toluutu caala jedhan:
****
Mootii tokkotu abjuudhaan (manaamaan) kan ilkaan isaa hundi irraa caccabee dhume arge. Achumaan nama abjuu hiiku waame.

Namichi jalqaba dhufe yeroma abjicha mootii irraa dhaga'u bifa rifaatuutiin fuulli isaa jijjiiramee "hiikti abjuu keessanii maatiin keessan hunduu dhumanii kophaatti haftu jechuudha" jedhe. Achumaan mootichi itti dallanee qabee hidhe.

Inni lammaffaa immoo yeroma abjicha dhaga'u gammadee fuula ife. "Hiikti abjuu keessanii, umriin keessan baay'ee dheeratee maatii keessan keessaa dhumarra duutu jechuudha" jedhe. Isa kanatti mootichi gammadee kennaa kenneefii badhaase.

Mee jecha isaan lamaaniituu ilaalaa: hiikti isaanii tokkuma. Garuu jecha adda addaa fayyadamanii inni tokko mana hidhaatti hafee inni kaan badhaafame.

Rabbiin arraba keenya nuuf haa mi'eessu; nuuf haa tiksus. Khayriin guddaanis sharrii hamaanis arrabuma keessa jira. Garuu arraba qofa tolanii keessi baduun immoo munaafiqummaadha; isas Rabbiin nu haa tiksu.
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0