Raashiyaan uggura dubartoonni Muslimaa yeroo suuraa paaspoortii yookaan ID, heeyyama konkolaachisummaa, heeyyama hojiifi kkf ka'an dirqama rifeensa mataa isaanii mul'isuu qbau jechuun keessee turte kaafteetti. Kana booda haalonni akkanaa dubartoota Muslimaatiif sirrachuufi fuula isaanii mul'isuun alatti haguuggii mataa isaanii irraa kaasuun kana booda dirqama akka hin taane Ministirri biyya keessaa Raashiyaa torban darbe keessa ibseera.
@Sammaan
© Spider Media
@Sammaan
© Spider Media
Ganama kee salaata subhii salaatuun eegali. Hoggaa san ganamaan hojii guddoo takka tan Rabbiin si ajaje hojjatte jechuudha. Itti aansi duniyaa teetiif qophaawi!
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

🍀➻. Rasuulli ﷺ " Irra guddaan Wanta Jannata Nama Naquu Sodaa Rabbiitii fii Akhkaaqaa Gaariidha " jedhan. Akhlaaqni Gaariin Dirree Mu'umintoonni irratti Wal dorgomaniidha. Namni Dirree Akhlaaqa Gaarii kana keessatti Namoota Dura khute isaatu irraa caalaa Mu'umintootaa kan iimaanni isaa irra Guutamaati.۞.🌸
https://t.me/shaafiimuhammad99/2264
✍🏻Kun Alabesira
https://t.me/shaafiimuhammad99/2264
✍🏻Kun Alabesira
Telegram
Shaafii Muhammad Channel
🍀➻. Rasuulli ﷺ " Irra guddaan Wanta Jannata Nama Naquu Sodaa Rabbiitii fii Akhkaaqaa Gaariidha " jedhan. Akhlaaqni Gaariin Dirree Mu'umintoonni irratti Wal dorgomaniidha. Namni Dirree Akhlaaqa Gaarii kana keessatti Namoota Dura khute isaatu irraa caalaa…
Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

QORMATA BARA 2016
#1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi
#2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama.
-------------------
BBO-Ebla 30/2016
#1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u,
Gosootni Barnootaas;
1.Afaan Oromoo/Amaariffa
2. Afaan Ingilizii
3.Herrega
4.Saayinsii Naannoo
5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% .
#2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u,
Gosootni Barnootaas;
1-Afaan Oromoo/Amaariffa
2-Afaan Ingilizii
3- Herrega
4- Saayinsii Hawaasaa
5- Saayinsii Waliigalaa
6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a
#DHAAMSA!
#_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba,
#_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu,
#_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu,
#_Maatiin barattootaa ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu,
#_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti.
#CARRAA_GAARII !!
BBO
🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from Spider Media
Mana Barnootaa mootummaa keessatti barattoonni Muslimaa amantaa jijjiirsifamaa jiru
Spider Media : Shawwaal 29/1445
Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee Keessatti Kitaabni Amantaa Islaamaa Arrabsuufi Barattoota Muslimaa Amantaa jijjiirsisuuf qophaa'e barsiifamaa jira
Biiroo Barnootaa naannoo Oromiyaa jalatti kan bulu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Beddellee keessatti barattoota muslimaa amantaa jijjiirsisuuf shirri qinda'aan gaggeeffamaa jiraachuu maddeen Spider Media tti himaniiru.
Sanadni fuula 32 qabu kan barattoota amantaa Piroteestaantii hordofaniifi barsiisota mana barnooticha amanticha hordofan dabalatee qaamolee iccitii duuba jiraniin bifa qinda'aa ta'een qophaa'e addatti barattoota muslimaatiif raabsamaas jira.
Spider Media n sanada isa qaqqabe kana irratti qorannoo gaggeesseen sanadichi amantaa Islaamaa kan arrabsu, kabaja Ergamaa Rabbii (s.a.w.) kan xiqqeessu, walumaagalatti islaamaafi muslima irratti ololaafi yakka maqa balleessaa kan afarsu, jibba kan lallabu ta'uu mirkaneeffateera.
Sanadni barreeffama boqonnaalee garaa garaatti qoodaman hammateefi fuula 32 qabu kun ragaa tokkoon maleetti yakka maqa baleessaa Islaama irratti raawwateera.
Gama kaaniin ammoo barruun kun macaafa qulqulluu kan lallabuufi barattoonni sanadichiraabsameef (barattoonni muslimaa) amantaa Islaamaa dhiisanii kiristiyaana akka ta'an irra deddeebiin kan affeeru ta'uu Spider mirkaneeffateera.
Biyyi keenya sekulaarizimii kan hordoftu ta'ullee Biiroo Barnootaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti kan bulu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Beddellee keessatti ifatti duulli barattoota muslimaa islaamummaa irraa deebisuu gaggeeffamaa jira.
Manneen Barnootaa 'Bultii Addaa' barattoonni ciccomoon qabxii gaarii galmeessan filatamanii dorgommmii erga gaggeessanii booda kan seenan mana barnootaa dhaloota jajjaboo biyyaaf oomishaan abdiin irra jiruudha.
Manni maree dhimmoota Islaamummaa Godina Buunnoo Beddellee, majlisa Naannoo Oromiyaafi kan Federaalaa waliin ta'uun tiksaa olaanaa mana barnootichaa Waajira Barnootaa Naannoo Oromiyaafi qaamolee dhimmi ilaallatu biroo waliin ta'uun rakkoo kana hatattaaamaan yoo hin furre egereen barattoota manneen barnootaa Bultii Addaa yaaddessaa ta'uu barattoonni Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee Spider Media tti himaniiru.
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia

Niqaabistii dorgommmii Apple's Swift Student Challenge injifatte
~~~
Lammii Sa'uudii kan taate obboleettiin keenya Jawaher Shaman aappii ''My Child'' kalaquun adduunyaaf gumaachite.
Appolikeeshiiniin kun namoonni giinga'an yookaan qixaan dubbachuu hin dandeenye (stuttering) akka sirnaan dubbataniif kan gargaaruudha.
Shamarree niqaabistittii jedhee adduunyaan waamaa kan jiru Jawaher Shaman argannoo isii adduunyaaf gumaachiteefi rakkoo namoota baay'ee furu kanaan dorgommmii waggaa Kubbaaniyyaan teeknoloojii guddichi Ameerikaatti argamu Aappil qopheessu Dorgommmii 'Swift Student Challenge' moo'atteetti.

# Dhukkuba sammuu irraa fayyuun ni danda’ama.? EYYEN
✍Dhukkubni sammuu akkuma dhukkuba biroo dawaa kan qabuu fi irraa fayyuun kan danda’amudha.
✍Namni tokko yeroo jalqaba dhukkubni irratti argame ykn akkuma mallattoo dhukkubichaa of irratti argeen yoo
dafee wal’aansa argate carraan dafanii fayyuu olaanaadha.
✍Garuu dafanii kan hin yaalamne yoo ta’e namatti cimuun gara dhukkuba sammuu cimaa isaa olitti jijjiiramuu danda’a.
✍Kanaaf namni mana wal’aansaa deemee gorsaa fi dawaa barbaachisu ogeessa fayyaa biraa fudhate ni
fayya
Feyisal G.
Channel kana yoo isinitti tole hiryoota kessanif #share godha.
@feyisalpsych

🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+
Free Waver @Rafiqul_Islaam

Forwarded from ABDII SABAA
Itoophiyaan mootummaa Falasxiin deeggarte.
Kaleessa galgala Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwyoork keessatti geggeeffame irratti sirni sagalee walitti qabuu Falasxiin biyya haa taatu moo hin ta’inii geggeffamaa ture.
Kana waliinis Itiyoophiyaan biyya nagaa ta'uun akka isheef malu sagalee akka kennite marsariitii dhaabbatichaa irraa argameera.
Murtoon Itoophiyaa kunis Israa'el dallansiiseera jedhama.
Falasxiin gama isheetiin deebii kenniteetti, "Namoota bilisummaa Falasxiiniif sagalee kennan hundaan galatoomaa" jetteetti.
Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni 143 Falasxiin biyya ta’uun isheef mala jechuun sagalee kennaniiru.
Biyyoonni sagal Falasxiin biyya ta’uu hin qabdu jechuun kan sagalee kennan yommuu ta’u , biyyoonni 25 Ameerikaa dabalatee callisuu filataniiru.
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Kaleessa galgala Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwyoork keessatti geggeeffame irratti sirni sagalee walitti qabuu Falasxiin biyya haa taatu moo hin ta’inii geggeffamaa ture.
Kana waliinis Itiyoophiyaan biyya nagaa ta'uun akka isheef malu sagalee akka kennite marsariitii dhaabbatichaa irraa argameera.
Murtoon Itoophiyaa kunis Israa'el dallansiiseera jedhama.
Falasxiin gama isheetiin deebii kenniteetti, "Namoota bilisummaa Falasxiiniif sagalee kennan hundaan galatoomaa" jetteetti.
Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni 143 Falasxiin biyya ta’uun isheef mala jechuun sagalee kennaniiru.
Biyyoonni sagal Falasxiin biyya ta’uu hin qabdu jechuun kan sagalee kennan yommuu ta’u , biyyoonni 25 Ameerikaa dabalatee callisuu filataniiru.
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Forwarded from Oromia Education Bureau (BIIROO BARNOOTAA OROMIYAA(2016 E.C))
Caamsaa 03/2016
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12faa Bara 2016,
#Adoolessa 03/2016 Eegalu #Sagantaan Har'a Baheera.
🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.
👍 Facebook Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12faa Bara 2016,
#Adoolessa 03/2016 Eegalu #Sagantaan Har'a Baheera.
🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.
👍 Facebook Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
Forwarded from Spider Media
Waltajjiin Marii Biyyaalessaa irratti xiyyeeffate ogeeyyii miidiyaalee Islaamaafi aktivistoota waliin gaggeeffame
Spider Media : Zulqaida 5/1445
Waltajjiin Marii Biyyaalessaa irratti xiyyeeffateefi mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin qophaa'e ogeeyyii miidiyaafi aktivistoota waliin har'a magaalaa Finfinnee hoteela Istay-Iiziitti gaggeeffameera.
Kaayyoon sagantichaa hawaasni muslimaa Marii Biyyaalessaa irratti sirnaan akka hirmaatu gochuu keessatti gaheen miidiyaalee Islaamaafi aktivistoota guddaa waan ta'eefi.
Waltajjii har'aatiin Ustaaz Ahmaddiin Jabal mataduree seeneffama seenaa, Abukaatoofi ogeettii seeraa Aadde Addis Mahaammad mirgoota siiviliifi qoodama qabeenyaa seera qabeessa akkasumas mataduree mallattoolee biyyaafi ummataa jedhaniin Doktar Muraad fi Doktar Abdurrazzaaq Huseeniin waraqaaleen qorannoo qophaa'an kan dhihaatan yoo ta'u hirmaattotaan mariin bal'aanis irratti taasifameera.
Hoji gaggeessaa olaanaan mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Haji Kamaal Haarun muslimoonni bifa isaan madaaluun Marii Biyyaalessaa irratti akka hirmaataniif xiyyeeffannaa itti kennuun hojjataa jiraachuu kan ibsan yoo ta'u dhimma kanaafis addatti koree hundeessuu himaniiru.
''Itiyoophiyaan ni mariyatti'' yeroo jedhamu biyyattii ijaaruu, guddisuuf mi tiksuu keessatti gaheen muslimoota biyyattii guddaa waan ta'eef hawaasni muslimaa waltajjiilee gaara hanga gadiitti jiran irratti sirnaan hirmaachuu qabas jedhani.
Komishiiniin marii biyyaalessaa hirmaattota sadarkaa aanaatti kan filate yoo ta'ullee filannoon kun hirmaannaa hawaasa muslimaa ilaalchisee seera qabeessa waan hin taaneef manni marechaa komii isaa xalayaadhaan komishiinichaaf dhiheessu hoji gaggeessichi eeraniiru.
Mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatti hoogganaan Damee marii muslimootaa Haji Nuuraddiin Jamaal manni marechaa waltajjii komishiiniin marii biyyaalessaa qopheessuu irratti hawaasni muslimaa bifa isa madaaluun akka hirmaatu gochuuf hojjachaa jira jedhani.
Haaluma kanaan waltajjii marii biyyaalessaa kanaaf dhimmoota seenaa, diingdeefi hawaasummaa irraa kan walitti ba'an gaaffiileen hawaasa muslimaa 47 boqonnaalee sagalitti hiramuun kan qopha'an yoo ta'u Komishiinii Marii Biyyaalessaatiifis ergamuu Haji Nuuraddiin ibsaniiru.
Waltajjichaan hirmaattota irraa yaadniifi gaaffiileen garaa garaa ka'an irrattis mariyatameera.
Spider Media n affeerraa manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaafi qaamoleen qooda fudhattootaa waltajjicha taaisisaniif fudhachuun waltajjicha irratti kan argame yoo ta'u, inshaa Allaah marii biyyaalessaa irratti hirmaannaa Muslimootaa mirkaneessuuf cimee akka hojjatu ibsa.
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
#SpiderMedia

Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Ibro....💪)
#Nagaa_jirtuu
✍Warri yoo imimmaan dhangala'u argitan namarraa haqxan,
✍ Warri gaarummaa namaa yoo gartan raabsaa, hammeenya namarraa yoo dhageessan namaaf dhoksitan...!
✍ Nama yaada keessa seene yoo gartan booharsaa, nama mucucaate yoo gartan ciqilchaa, kan laafe yoo gartan dhaabaa bira kuttan.
✍ Baga nagaa jiraattan... warri gammachuun namaa isa gammachiisu... warra gaddi namaa isa gaddisiisu.. anaa jiraatu, irra deebi'ee baga jiraattan isiniin jedha.
✍ Isaan bar... "karaan tokkochi jaalalatti nama geessu, dursitee nama jaalachuudha" warra jedhanii amananiidha.
Hiriyyoonni koo fi warroonni na jaalattan hunduu nagaan naaf jiraadhaa...!
👇
https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf