HIRIYAA FILACHUU
================
✅ Jireenya isaanii keessatti uumamtoonni rabbii inni tokko isa tokkorratti irkatee jiraatu. Ilmii namaatis uumamtoota gamtaan jiraatan keessaa isa tokko waan ta'eef, eegaa rabbiitii walirraa duroomuu hin danda'u. Jireenyi isaanii baay'ee walitti hidhataa waan ta'eef, namni kophaa isaa jiraatu hin jiru. Namoota hunda waliin haa jiraatu malee, kan hiriyummaadhaaf namni filatu namoota muraasa. Namuma hunda kan hiriyaa taasifatu hin jiru.
Hiriyummaan namoota giddutti karaa adda addaatiin argamuu danda'a. Fakkeenyaaf: dhimma hojiitiin, bakka jireenyaatiin, ilaalchaan waan walitti dhiyaataniif, bu'aa ta'e wahii waan walirraa argataniif, dhimma amantiitiin fi kkf. Haa ta'u malee kunneen hunduu sadarkaan hiriyummaa isaanii gargari. Hiriyaa dhugaa ta'uuf ulaagaaleen guuttamuu qaban jiru.
Dhiibbaan hiriyoonni walirratti taasisan baay'ee olaanaadha. Hiriyaan kaayyoo si jijjiirachiisuu danda'a, amala si jijjiirachiisuu danda'a, ilaalcha si jijjiirachiisuu danda'a, amantii si jijjiirachiisuu danda'a, manhaja (aqiidaa) si jijjiirachiisuu danda'a, Walumaagalatti jireenya kee addunyaatis ta'ee, aakhiraas gara kallattii sirriittis ta'ee sirrii hin taaneetti jijjiiruu keessatti gahee olaanaa qaba. Qabatamatti namoonnumti nuti beeynu kan sababa hiriyaatiin haala duraan irra turanirraa jijjiiraman heddutu jiru. Dhiibbaa hiriyaa dandamachuun baay'ee ulfaataa waan ta'eef, nama hiriyaa taasifannu filachuun murteessaadha. Namoota karaa rabbii keessatti hiriyaa waltaasifatan malee, hiriyummaan biraa faarfamaa miti. Inumaayyuu warra Rabbiin guyyaa qiyaamaa diina waliiti jedheen sana ta'uu danda'u. Maarree erga akkas ta'ee nuti hoo hiriyummaadhaaf eenyuun filanne? Maaliif nama san filanne? Boruuf nuuf ta'aa? Itti haa yaannuu! "Hiriyaa kee natti himi, eenyummaa kee sitti himaa" jedhama mitiiree!
Dhumarratti ufii fi isiniifis wantin dhaamu, hiriyaa gaarii haa filannuu! Gabroottan Allaahuu kanneen duniyaa fi aakhirattis nu fayyadan jiru waan ta'eef, barbaannee hiriyaa haa taasifannu. Kan amma waliin jirru ammoo gaarii yoo ta'e haa jabeeffannuu, gaarii miti taanaan wal haa gorfannuu. Nama gorsa hin fudhannee yoo ta'e ammoo irraa haa fagaannuu! Hiriyaan gaariin badhaasa rabbiiti, rabbiin hiriyaa gaarii nu haa badhaasu!
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Ameerikaan Turkiyaan Iraan akka tasgabbeessitu gaafatte.
Har'a Ameerikaan Turkiyaan Iraan waraana kana akka hin babal'isne akka dhaabdu gaafatte.
Turkii fi Iraan michuu tarsiimoo osoo hin taane biyyoota michuu ykn biyyoota addatti tokkummaa ijaaraniidha. Amanamummaan siyaasaa Turkii fii Iraaniif kan yeroo dheeraa tureedha turkiin gama kamiinuu waraanaa Iraan Israa'el waliin godhaa jirtu akka deeggartuufii ejjannoo siyaasaa cimaa ta'e akka qabdu himtee jirti.

Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
---------------
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Forwarded from Fu'ee Hassan
👍AS_WR_WB
Kabajnifi ulfinni rabbirraa isiniif haata'u jechaa 👉 guyyaa har'aa 06/07/2016 Jkbbr sagantaa marii idilee keenyaa kan torbeetiin dhimmoota jajjaboo ta'an irratti sagalee caalmaatiin murteessanii oolan.
👉 Kanneen keessaa dhimmoonni hatattamaafi yeroo kennuufi hinbarbaanne ,
✍️Dhimma salaataafi
✍️dhimma qaraatii qar'aanaati
🕌 Salaata Shanan jama'aan masjidatti salaatuun akka amaanaa jama'aa keenyaa tahe hubachiisuun, otuma bakka biraatti salaanni nuuf mijatuu , bakka itti salaannu qabnuu, masjidul-iimanitti dhufnee haa salaannu jechuun dabarsanii jiru.
🕌 Qiraatiin qur'aanaas akkuma duraan tureen
👉Galgala makhriibaafi ishaa'ii gidduu , nuuraaniyya, qur'aanaafi kitaabni akka qara'amuu ijjannoo guutuun , haftee tokko malee akka argamanii irraa fayyadaman waadaa galanii jiru.
👉 Salaanni subhii akkuma salaatameen qaraatiin keenya akkuma Galgalaa sanatti namoonni Galgala hin mijanneef barnoota akka hin dhabneef sagantaan qabamee jira.
🙏Kanaaf gamna ofii keenyatti, lubbuu teenyatti haataanuu,
🤜Amma jihaada lubbuu akkaan gaggeessuutu nurraa eegama karooraafi sagantaa qabame kana galmaan geenyee ofii fayyadamnee , namas fayyaduudhaaf
👍 ✓[KEEYRII IRRATTI WALIIF HAA AWWAANNU].
Wabillaahi toowfiiq wassalaamu'aaleeyikum .

Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?
Barreessan olaanaan liigii muslimoota idil-addunyaa yeroo ammaa eenyu?
Anonymous Poll
23%
Dr.Abdushakuur Al Iisaa
43%
Dr.Mohammed Al-Iisaa
20%
Dr.Zeynaddin al-masrii
13%
Dr.Sheikh Hajjii Ibraahim
Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
✍ Hanga feete gaariis taatu; hundaa ol bareedinnas qabaattu.. nama sababa tokko malee si jibbu hin dhabdu.
maaliif na jibban jettee hin rifatin.
✍ Hunda dura waa barachuu beekaa tahi... garuu dubbataa dhumaa tahi...!
✍ Yaada mormuu dandeessa... garuu nama yaada san qindeesse hin falmin.
✍ Humnaa ol hin abjatin... hanga abjuun ati keessa seente, iddoo jirtu si dagachiisu takka jechuudha..
bakki ati jirtuu fi haalli ati keessa jirtus akka sin hiine,... hanga abjuu fi kaayyoo manaa baateef dagattu takka.
hundaa giddugaleessa godhachuu qabda.
✍ Yoo ta jaalatte fuudhuu dadhabde... ta fuute jaaladhu... kaayyoo ati kufte sana isheen harka keessaa hin qabdu waan taheef...!
✍ Wantoota osoo ol baasii dalagi siin jedhanii dalaguu saalfattu tokko, maaf dhoksitee akka dalagdu uf gaafadhu mee__?!
✍ Hin sodaatin.. wantoonni sodaannu gariin nutti dhufuu dhabuus danda'a waan taheef...!
@Ibro
👇
https://t.me/Tafakkur

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮
𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮!!
𝑹𝒂𝒂𝒅𝒊𝒚𝒐𝒐 𝑨𝒍-𝑯𝒊𝒋𝒓𝒂𝒕𝒂𝒚𝒊𝒊𝒏 𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒂𝒎𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑻𝒐𝒌𝒌𝒐 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑩𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑰𝒏𝒏𝒊𝒔 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝚜𝚊𝚋𝚝𝚒𝚒 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑸𝒂𝒒𝒒𝒂𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝑺𝒂𝒈𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑰𝒏𝒏𝒊 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒖 𝑲𝒂𝒏 𝑨𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝑴𝒂𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 𝑱𝒛𝒌.
𝐆𝐀𝐃𝐈 𝐃𝐇𝐈𝐈𝐅𝐀𝐌𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀!!

Itiyoo Teeleekoom Tajaajila “TeleBirr Engage” jedhamu jalqabsiise.
Qubee TV (Ebla 15, 2024) Finfinnee!
Itiyoo teeleekoom gama applikeeshinii teeleebirriin tajaajila “TeleBirr Engage” jedhamu guyyaa har'aa Hoteela Iskaay Laayititti jalqabsiisuu beeksise.
Tajaajilichi kaffaltii interneetii malee maamiltoonni odeeffannoo akka waljijjiiran, maallaqa daddabarsan, kaffaltii raawwataniifi tajaajiloota biroo akka argatan kan taasisuudha jedhame.
Hoji Raawwachiistuun Dhaabbatichaa Firehiiwoot Taammiruun akka jedhanitti tajaajilli “Telebirr Engage” jireenya lammiilee kan salphisuufi Itiyoo Teeleekoom karoora dijitaal Itoophiyaa dhugoomsuuf imala taasifamu galmaan ga’uuf kan si’eessu ta’uu dubatan.
“TeleBirr Engage” akkuma miidiyaalee hawaasummaa odeeffannoo waljijjiiruuf, viidiyoofi sagalee waliif erguuf kan dandeessisu ta’uunis ibsame.
#Oromiyaa #Itoophiyaa

Soomana shawwaaliin wal qabatee...
Dhaamsa armaan gadii kana ji'a shawwaaliin walqabatee hadiisa rasuulaa fi jechoota ulamaa'ii islaamaa irraa walitti isiniif qabe, isin fayyaduun oolu obsaan dubbisaa waliifis qoodaa in sha allah.
1. Durarratti dhaamsi hadiisa ergamaa keenyaa; bifa dirqamaatiin oson tahin bifa sunnaa ykn filatamaadha je'uun ibsame, kanaaf shawwaal keessa soomanuun jaalatamaadha malee dirqamaa miti.
2. Guyyaa iidatti aanuurraa jalqabee waljala guyyaa jahaaf soomanuutu baratame, kuni ammoo akka booda hifannoonni namattin dhufneef gaarii jechuu yoo tahe malee dirqamaa miti, ka dandahe akkas godhu ni taha, ykn ji'a shawwaal guutuu keessaa yeroo isaaf laaffate filatee soomanuus ni dandaha.
3. Guyyaa jahanuu wal jala soomanuun dirqamaa miti adda babaasanii soomanuunis ni taha.
4. Namni qadaan Ramadaanaa irra jiru dura qadaa san baasee itti aansee soomanuutu filatamaadha ja'an irra guddaan ulamaa'ii. Oson baasinis soomanuun ni taha warri ja'e ni jira.
5. Akka soomana waajibaatti niyyaa bulfatuun dirqamaa miti, erguma bari'ee soomana hamilee itti fufuunis ni dandahama.
6. Iida shawwaal ja'amee bakka gariitti ayyaana khabajamuutu jira kun ammoo qur'aana rabbii fi hadiisa rasuulaa keessas hin jiru.
Qabxiilee jahan tana soomana jahan ji'a shawwaalaa keessa soomanamuuf nu fayyaduun ooltu ja'ee jechoota ulamaa'ii islaamaa irraa walitti isiniif qabe, Rabbiin ibaadaa irratti nu gargaaree nurraahis haa qeebalu!
T.me/Sammaan
Dhaamsa armaan gadii kana ji'a shawwaaliin walqabatee hadiisa rasuulaa fi jechoota ulamaa'ii islaamaa irraa walitti isiniif qabe, isin fayyaduun oolu obsaan dubbisaa waliifis qoodaa in sha allah.
1. Durarratti dhaamsi hadiisa ergamaa keenyaa; bifa dirqamaatiin oson tahin bifa sunnaa ykn filatamaadha je'uun ibsame, kanaaf shawwaal keessa soomanuun jaalatamaadha malee dirqamaa miti.
2. Guyyaa iidatti aanuurraa jalqabee waljala guyyaa jahaaf soomanuutu baratame, kuni ammoo akka booda hifannoonni namattin dhufneef gaarii jechuu yoo tahe malee dirqamaa miti, ka dandahe akkas godhu ni taha, ykn ji'a shawwaal guutuu keessaa yeroo isaaf laaffate filatee soomanuus ni dandaha.
3. Guyyaa jahanuu wal jala soomanuun dirqamaa miti adda babaasanii soomanuunis ni taha.
4. Namni qadaan Ramadaanaa irra jiru dura qadaa san baasee itti aansee soomanuutu filatamaadha ja'an irra guddaan ulamaa'ii. Oson baasinis soomanuun ni taha warri ja'e ni jira.
5. Akka soomana waajibaatti niyyaa bulfatuun dirqamaa miti, erguma bari'ee soomana hamilee itti fufuunis ni dandahama.
6. Iida shawwaal ja'amee bakka gariitti ayyaana khabajamuutu jira kun ammoo qur'aana rabbii fi hadiisa rasuulaa keessas hin jiru.
Qabxiilee jahan tana soomana jahan ji'a shawwaalaa keessa soomanamuuf nu fayyaduun ooltu ja'ee jechoota ulamaa'ii islaamaa irraa walitti isiniif qabe, Rabbiin ibaadaa irratti nu gargaaree nurraahis haa qeebalu!
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩
🎁🎁 10K+ Channels! 🎁🎁
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽 Click Here 👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽 Click Here 👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (said Leader)
Halkan keessa bilbila bilbiltee...‼️
"Helloo!...Ilma koo eessa geette?" Yoo jettuun...
"Ilma Kee Siif Ajjeefnee Jirraa Koottuu Reefka Fudhu!" Deebii namoota bilbila isaa kaasanii ture 😭😭😭😭😭
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
Muntazam Muhammadhuseen Jedhama...Godina Baalee magaalaa Roobee jiraata.
Kaleessa galgala maatii isaa Magaalaa Shaggar naannoo Ashawaa Meedaa jiraataniin nagayatti jedhee meeshaa daldalu bitatee konkolaataa fe'umsaa ISUZU jedhamtu yaabbatee gara Baalee Roobeetti imala jalqabe...
Daandii saffisaa irra jidduu Magaalaa Maqii fi Baatuu yommuu gahu asii achii isaa kan hin beekamne dhukaasni isaan irratti banamee...
Dhukaasni baname lubbuu dargaggoo lafaa dhufaa siyaasa kam irraayyuu bilisaa kana nyaatee daandirratti hambisee...
Garaa dhaletu ilmoo kufteef bakka jiruu rarra'ee Ilma ofii bakka gahe hubachuudhaaf bilbila bilbiltee...harmee dhalte harme harma dachaa...harme kufa ilmaa hammam fagaatullee hubattutu bilbile.😭
Bilbila harkatti fudhattee...
"Helloo!... Muntazam Eessa Geesse?? Gaaffii haadha Muntazam ture...
"Hello!...Ilma Kee Siif Ajjeefnee Jirra Koottu Reefka Isaa Fudhadhu!." Deebii gara jabeeyyotaa turee...
▪▪▪▪▪▪▪▪
Innaa lillaahi Wai'innaa Ileeyhi Raaji'uun.
Muntazamiif Rabbiin Isaaf Haa Araaramu
Maatii fi Firoottan Akkasuma Hiriyoota Isaatiif Rabbiin Sabrii Nuuf Haa Kennu!.
➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇

Yaa Rabbii koo zulmiin jajjabaatte maaluma dhageenya sila guyyaadhan waan haaraa dura hin argamne hedduu.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
RABBIIN RAHMATA HAA GODHUUF ITTI HAA ARAARAMU😭😭

Forwarded from Spider Media
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dambooyaa Inj. Masfin Kabbadaa iyyannoo Muslimoonni magaalattii lf deebii kennan
Spider Media : Shawwaal 7/1445
Godina Kambaataa Magaalaa Daambooyaa keessatti hawaasni muslimaa iddoo Masjidaa fi Awwaalchaa dhoorkamneerra jechuu isaanii gabaasuun keenna ni yaadatama. Gaafii hawaasichaa kana ilaalchisuun kantiibaan bulchiinsa magaalaa Dambiyaa Inj. Masfin Kabbadaa bilbilaan Haaruun Miidiyaaf deebisaa kennanii jiru.
Debisaa isaanii kanaan, Daambooyaa keessa hordoftoonni amantaalee garagaraa jiraachuu ibsuun, hundi isaaniituu kabajaa fi waldandeettiin waliin jiraatan jechuun himan. Haatahu malee bulchiinsi magaalaa erga caaseffamee yeroo dhihoo tahuu waliin walqabatee, gaaffii hawaasni muslimaa iddoo awwaalchaa ilaalchisee dhiheeffate Masterplaanii waliin wal simachiisnee kennuudhaaf irratti mari’ataa jirra jedhan. Haatahu malee akka magaalaa Daambooyaa dahoo mana jireennaa keessatti namni awwaalame hin jiru, yoo jiraate ammoo ni qulqulleeffanna jechuun haalan. Itti dabaluunis, gandoonni magaalaa Dambiyaatiin ala tahan lama waan jiraniif rakkoon kun kan achitti muudate tahuu mala eega jedhanii booda sanis tahu, rakkoo jiru gara alaatti dhiibuu osoo hin taane furmaata itti kennuudhaaf gahee nurraa eeggamu ni bahanna jechuun Haarun Miidiyatti himan.
Haatahu malee muslimoonni naannichaa iddoo salaataa hin qabnu jechuun gaaffiin dhiheeffatan hin jiru; kunis Masjiidni waan jiruuf tahuu mala jedhan. Deebisaa isaanii kana hordofuun Haaruun Miidiyaan odeeyfannoo qabuun Masjiidni amma jiru lafa nama dhuunfaa irraa batame irratti kan jaaramee fi inni sunis daandiin irra baha jedhamee akka kaasan gaafatamaniiru waan taheef, kaartaan magaalaa yeroo qophaahutti dhaabbilee amantaa akka hin tuqnetti hojjachuun hin danda’amuu gaaffii jedhu dhiheessineerra.
Kaantiibaan magaalattii gaafii kanaafis deebisaa kennaniin, Masjiidichi dhaabbilee amantaa biro akka adda bahutti daandiin adda baafne jechuun himan. Hawaasa Muslima magaalttiitiif akka mootummaatti lafti Masjidaa kennamuufii hin qabuu? gaafin jedhuuf ammoo “mootummaan tajaajila hordoftoota amantaa birootiif kennu hundaahuu muslimootaafis ni kenna, kanaafis bulchiinsi magaalaa rakkoo isaanii dhageeffatee keessummeessuuf qophiidha jedhan. Haaluma kanaan Magaalaa Daambooyaa keessaa fi magaalattiin alattis hawaasa muslimaa waliin marii godhuuf beellama qabachuu nuuf ibsaniiru.
Maddi: Haarun Miidiyaa
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from Redwan Amin (Redwan Amin)
𝐅𝐢𝐧𝐜𝐚’𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐑𝐨𝐨𝐛𝐞𝐞
#visitoromia
Finca’aan Arsii Roobee Uumamaan miidhagaafi qilleensa qulqulluun boqonnaa sammuu gaarii namaaf kennudha. Finca’aa kana jalatti hurka uumamaafi bineensota garagaraatu argama.
Warri #Visit_Oromia waan isiniin jenne dhagahuu keessaniif #Galatooma, Jabaadha.
Xiyyeeffannoon #Visit_Oromia ijoollee qullaa yaatuu hirdhisee turizimii nannichaa guddisuu irratti xiyyeeffatu qaba.
Uwwisaa Miidiyaa Godina Arsiitiif Miidiyaaleen Gibiraa Mootumman socho'an #OBN,ETV,Fana fi kannen fakkaatan Turizimii Godina kanaaf uwwisaa barbaachisuu hin kenninee. Uwwisaa barbaachisuu kennuu qabu.
Wajjirri Koominikeeshinii Godinaa sirritti irratti hojjadha.
Dhimmaa Daandilee immoo itti deebi'aa....
📷 Dawit Gemechu