Forwarded from Al-risala-tube
Simannaa Guyyaa Har'aa Buufata Xiyyaaraa Booleetti Guyyaa Har'aa Geggeeffamaa Oole Irraa Kan Qooda Fudhatan Ustaaz Ahmedin Jabal, Giifti Duree Zinnaash Taayyachoo Yeroo Isheen Harka Itti Qabdu, Harka Fuudhuu Diduun Amantaa Isaaf Bakka Guddaa Kennee Jira
#MaashaaAllah
Yoo Si Gammachiise Share Godhi
Maxxansi Keenya Saffisaan Akka Isin Qaqqabuuf Page Keenya join Share Godhaa
Ibrahim Rashed
AL HAMDULLILAH
ALL THANKS TO ALLAH

Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Kora Walii Galaa geggeessaa ture xumuruu beeksise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
December 16, 2019
Manni Marichaa ibsa har’a waaree booda baaseen, miseensonni mana maree dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, kora walii galaa kan jalqabaa Muddee 1-4/2012tti kan geggeessan tahuu beeksise. Manni marichaa kora isaa kanaan dhimmoota tokkummaa hawaasa muslimaa cimsan, akkasumas nageenya biyya keennaa ilaalchisee gahee mana marichaa irraa eeggamu bahuu irratti, hawaasa muslimaa hunda wal qixa tajaajiluudhaaf, miseensonni mana marichaa hundi waadaa kan galan tahuu ibsame.
Haaluma kanaan miseensonni mana marichaa xumura kora isaanii irratti, dhimmoota akka karooraatti fuulduratti raawwataman qabxiilee 17 baasuun kan walii mallatteessan tahuu ibsame.
Qabxiilee kanneen jidduu:-Manni marichaa, muurtiiwwan kora koreen muummicha ministeeraatiin hundaaye Ebla 23/2011 dabarse hunda irra deebi’ee raggaasisuun, murtiiwwan kora sanii raawwachiisuun wal qabatee, hanqinoota Majliisa Federaalaa fi Naannolee keessatti mul’atan hunda foyyeessuuf kan socho’u tahuu; Sanadiin Tokkummaa Ulamootaa mana maree ulamaa’otaatiin ragga’ee hojii irra akka ooluuf, ulamoota, Imaamota fi Du’aatota guutuu biyyattii keessa jiran akka dhaqqabu kan hojjatamu tahuu; akkasumas Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsii paarlaamaatiin akka hundaayuuf hordoffii cimaa godhuuf kan murteesse tahuu ibse.
Dabalataanis, Sanadiin Caasaa fi Danbii ittiin bulmaata Majlisaa kanaan dura qophaayee ture, ammas mariin irratti geggeeffamee ragga’e hojii irra akka oolu kan hojjatamu tahuu; Naannolee hunda keessatti caasaa majlisaa haaraya hojiin hundeessuu, akkaataa karoora kanaan dura baheetiin ji’a jaha keessatti xumuramuu dhabuun wal qabatee, akkasumas hojiin mana marichaa labsii paarlaamaatiin hundeessuu wanta hin xumuraminiif, itti gaafatamummaan mana marichaa yeroo ce’umsaatiif kenname dheeressu ilaalchisee, wal tajjiin marii ummataa kan qophaahu tahuu ibsame.
Kana malees manni marichaa ibsa isaa kanaan, gareewwan mana mariitiin alatti gurmaayanii adeemsa Majlisaa jeeqan kan balaaleffatu tahuu beeksise.
#Majliisa_Federaalaa

☪AS WR WB ☪ 👇👇👇👇👇👇👇👇breaking news #Toowfiiq. Kabajamtoota obboleewwan muslimaa hundi keessanuu waan nu fayyadu hundumti keenya osoo itti fayyadamnee 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Guyyaa hara'aa muddee 8,2012 sangantaa aja'ibaafi gorsa guddaa qabuu Us.@Abdunnaasir Abdiitin Masjida Toowfid kan magaalaa Roobee diida'aatti argamutti Mata duree Rakkoon ummata muslimaa maali? Jechuun erga ummata yaada waljijjiirsisan booda achumatti ibsa akka kennan nama sadiif carraa kennan kunas wanti godhaniif namni keenya yaada waljijjiirun waldhaggeeffachuu akka qabu barsiisuf osoo waliin mari'annee rakkoowwan hedduu furuu dandeennas jedhan. Gaafii armaan oliitif yeroo deebii kennan immoo Rakkoon keenna gurguddaan 4(afur) isaanis:-👉Idustiriin Zinaa heddummaachuu. 👉Keemikaalota Sammuu namaa hadoochan fayyadamuu. 👉Sihrii(Falfaan)sakaalamuu. 👉Muuziqaa ✏️Dhaamsi guddaan immoo ummanni Islaamaa bakkuma jirutti ofii waliin mari'achuu akka qabuufi Rakkoo jiruufis walumaan tahee akka furmaata itti kennuudha.☘☘☘
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
Hunda caalaa wanni dubartoota bareechu HAYAA dha! Qaanfiidha.
NUURALHUDAA
Qaanfiin osuma dhiira irraa bareedduu, dubartoota irraa akkaan tolti. Dubartoota Hayaa qaban Qur'aanni ni faarse. Hayaan damee IIMAANA ti. Namni Hayaa qabu waan uffatu, dubbatuufi hojjetu ni filata. Akka lubbuun barbaadde tattahuu ni qaanfata. Qaanfiin waan gaarii harkifti. Namni qaanfii/safuu hin qabne waan barbaade dubbatee hojjeta. Mallattoon dubartoota qaanfii qabanii HIJAABA uffatan. Hijaabni addunyaafi aakhirattiis dubartootaaf faa'idaa guddoo qaba. Dubartoota sattaratan, dubartoota qaanfatan Rabbiin keenya ni jaalata.
Oolmaa Kheyrii (Garii)
Soora Qalbii Muslimaa

🖲jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa. { K④}
⏳ Hangam qaraatee namatti hin himin haa sirraa argan malee
⏳Nama si duuba waan kee dubbatu itti hin yaadin ( hin
komatin) isaan si duuba jiranii si dura hin jiranii bar.
⌛️Dallansuu liqmsii Obsa keetiin duroomaa ta'i.
📮@HamiltanTube📮

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (A Ňásìr🏂)
Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
🐀Hantuutaa Fi Gaala🐫
(,"salaata rabbii Aalamaatiin malu salaatuu,ykn Rabbii salaata keetiin malu barbaaduu")
Dubbisaa share godha
Ibnu Al-qayyimtu nuuf gabaase:
♨️Guyyaa tokko hantuunni gaala argee,guddinni gaalaa akkaan Isa dinqisiisee akkana jedhe:
"Murtiin kiyya Ani gaalatti Waahiloomuu qaba"akka Gaalli Hiriyyaa hantuutaati jedhamu"jedhee Hiriyyaa gaalaa ta'e.
♨️Osoma akkasitti wajjiin jiraatanuu,guyyaa tokko Mana Hantuutaa bira gahaan,akkuma beekkamu manni Hantuutaa,Boolla girgiddaa manaa keessatti qotatte jiraatti.
▶️Achumaan hantuunni Amma ni dhama'e!
Alatti dhiisee mana seena moo,koottuu seeni jedhaan!,yoo seene hoo eessa taa'a!!!?
Achumaa Gaalli dhamaatii isaa kana hubatee akkana jedheen:
"Ykn Hanga Kee jaalachuu,ykn Mana nama jaalattuun qixxaatu ijaaruu"jedheen.
♨️Ibnu Al-qayyim akkana jedhan:
Salaannis fakkeenuma kana,"salaata rabbii Aalamaatiin malu salaatuu,ykn Rabbii salaata kewtiin malu barbaaduu"
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

Forwarded from Quality Button [SCAM]
Karaan nuti ittiin nama Yaamnu Qajeelaa kan haala gaariin guutame ta'uutu gaarii fi filatamaadha.
Nuti namootatti yoo haasofnu bifa gaarii fi hawwataa tahuutu filatamaadha.
Alhamdulillah kun haala Amantaan Teenya ganamaan akka irratti leenjifamnu nu ajajjuudha.
Namoota dogongoraniif dhiifama godhuunis Hojuma Teenya tahuu qaba.
Dogongoraaf dhiifama godhuun Injifataa nama taasisa malee moo'amaa nama hin taasisu.
Jerjeraan Ejjannoo fudhachuurraahis of eeggachuun gaariidha.
Garuu erga ejjannoo fudhattee waan sin miine yoo tahe ejjannoo kee cimsitee itti fufuutu sirra jiraata.
Namootaaf garaa laafuun muuxannoo guyyaa Guyyaan horachuu qabnu ta'uu qaba.
Haalota olii khanaan Namoota qanani'anirraa nu haa taasisu!
Follow brother Jemal
Click the link
@DrZakirNaikAfaanOromoo
T.me/JemalSheikhBakri1

Hakaan Bakri
I will be sharing my experiences on this channel, and I kindly encourage you to follow me.
@Na4Je
@Na4Je
Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa
197: Sharxiin Sujuudaa dubartii irratti akkami?
Gaafii: Sujuudni dubartootaa akkam ta’aa? Dubartiin tokko yoo sujuuddu cinaacha isiitiif ciqilee harka isii adda hin baasinii hin babbanatinii qaama isii jedhanii akkamii?
Deebisaa: Adaba salaataa keessatti ulamaan akkasumaa dubbatan. Dubartoonniniif dhiirri akka akka takka hin taane akka mummuraan qaama isaanii hin muldhanne of sattaratanii haa salaatanii; kun yeroo ajnabiyyaan isaan argu. Yeroo ajnabiyyaan isaan hin agarre ammoo akkuma rasuulli salaatetti salaatuu qaban. Garuu yeroo ajnabiyyaan isii argu adabaaf akkastu bareedaadha jechaa ulamaan lafa kaayanii jiran.🎵

198: Nama imaama booda raka'aa xumurachuuf salaataa jirutti hidhachuun ni tahaa?
Gaafii: Salaanni namni tokko nama tokkotti hidhatee salaate yoo namni sun salaama baafatee warri kun ol ka’anii salaatan isaanittillee namni biraa dhufee hidhachuu ni danda’aa?
Deebisaa: Ee humaa rakkoo hin qabu, imaama lammataa jedhamaa garuu ka duraa sun salaama baafatu malee sadaffaa dhufanii jalaan nama biraatti hidhachuun hin ta’u. Namuma tokkotu nama tokkotti hidhata yookaa nama hedutu nama tokkotti hidhataa namichi duraa sun yoo salaama baafatee warri kun ka’ee ol guuttatu namni biro dhufee nama kana keessaa nama tokkotti hidhachuu ni danda’a humaa rakkoo hin qabu.🎵

🌺🌺🌺Chidha akkaan nama dinqisiisu!!
Sirna Gaa'elaa kana keessatti wanti nama dinqisiisu yoo jiraate:
☂Kan fuudhu/mushurrichis,Qaro dhabeeysa.
☂tan heerumtus/Idaayyaan, qaro dhabeettiidha.
☂Ciinis Kan taasifame Mana guddaa abbaa qabeenyaa qaro dhabeeysaa tokko keessatti.
☂Kan nikaaha isaaniif hidhes qaro dhabeeysa.
☂Kan hundaa ol nama dinqisiisu,hamoommonni/hirmaattonni cidha sanii hundi isaaniituu qaro duabeeyyiidha.
Yoo isinitti tole share godhaa.....👏👏👏👏👏
@tafak_or
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
☔️Cidha Biyya ameerikaa magaalaa"cleveland"keessatti raawwatame.Sirna Gaa'elaa kana keessatti wanti nama dinqisiisu yoo jiraate:
☂Kan fuudhu/mushurrichis,Qaro dhabeeysa.
☂tan heerumtus/Idaayyaan, qaro dhabeettiidha.
☂Ciinis Kan taasifame Mana guddaa abbaa qabeenyaa qaro dhabeeysaa tokko keessatti.
☂Kan nikaaha isaaniif hidhes qaro dhabeeysa.
☂Kan hundaa ol nama dinqisiisu,hamoommonni/hirmaattonni cidha sanii hundi isaaniituu qaro duabeeyyiidha.
Yoo isinitti tole share godhaa.....👏👏👏👏👏
@tafak_or
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Forwarded from Gesgar Islamic Media (Ⓨ ⓈⓂ)
Majlisni Magaalaa Finfinnee, ibsa Mootummaa Naannoo Amaaraa balaaleeffate
Odeeyfannoo NUURALHUDAA
January 7,2020
Manni marii dhimmoota Islaamaa waliigalaa magaalaa Finfinnee ibsa bulchinsi mootummaa naannoo Amaaraa guyyaa kaleessaa, haleellaa Masjidootaa fi saamicha qabeenya hawaasa Muslimaa magaalaa Mooxaa ilaalchisee miidiyaalee biyya keessaatiif kenne balaaleeffate.
Manni Marii Dhimmoota Islaama Ityoophiyaa, mootummaan naannoo Amaaraa, haleellaa Masjidoota fi qabeenya hawaasa Muslimaa irratti raawwatame ilaalchisee akka dhiifama gaafatu, miidhamtootaaf beenyaan akka kaaffalamu, Masjidoonni gubaman akka deebifaman jechuun irra deddeebi'ee ibsa baase.
Haa ta’u malee bulchinsi naannichaa dhimmicha irratti deebisaa osoo hin kennin turuun, guyyaa kaleessaa ibsa dhaamsa 'baga ittiin isin gahee' ayyaana hordoftoota amantaa Kiristaanaaf dabarse irratti, hawaasa Muslimaa yakke.
Pirizdaantiin bulchinsa mootummaa naannoo Amaaraa Obbo Tamesgen Xuruneh ibsa guyyaa kaleessaa miidiyaaleef kenne irratti "Masjidoonni haleellaa magaalaa Mooxaatti raawwatameen gubatee fi saamichi manneen daldaalaa hawaasa Muslimaa irratti raawwatame, qaamolee naannoo biraa irraa dhufan kan sochii Majlisa naannichaa jigsuuf yaalaniin raawwatame" jechuun Muslimoota yakke.
Haaluma kanaan, Manni Marii Dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee, ibsa mootummaan naannoon Amaaraa kaleessa baase jabeessee balaaleeffate. "Ibsi qondaaltota naannichaa irraa kennamaa jiru, kan dararaa Muslimoota naannichaatti akka hammeessuu fi kan ummanni Muslima biyyattii tarkaanfii biraa akka fudhatu kakaasu waan ta’eef mootummaan Federaalaa dhimmichaaf xiyyeeffannaa akka kennu gaafanna" jedhe.
#Haleellaa_Masjidoota

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER
#IlhanOmar| «No war with Iran»
Dubbii intala Islaamaa tana dhagettani.
———-
Hiriira guddicha guyyaa kaleessaa "No war with Iran" Iraan waliin lolli hin malu sirrii miti yaada jedhuun hawaasni Ameerikaa yaada kanatti amane hiriira godhee jira.
Hiriiricha irratti dubbii ajaa'ibaa kan dubbatte Ilhaan Umar akkana jette
"Miidhaa lolaa sirriittin beeka, ijoollummaa kootti yeroon sagalee rasaasaa fi boombii dhaga'u sodaan gurra koo qabadheen maramee lafarra ciisaa ture, yeroo waggaa 8 ta'u sababa lola waraanaa biyya dhaloota kootii gadi-lakkiseen baqadhe, waggoota 4f kaampii baqattootaa keessatti kanin rakkadheef sababa waraanaa dha.
Wal-waraansa keessa dhumaatii malee furmaati hin jiru, wal-waraansaan gatii guddaa kan kafalan daa'imman, dubartootaa fi Jaarrolii dha.
Namoonni wal-waraansa lallaban fi lola waraanaa qabsiisuuf socho'an ilmaan isaanii osoo hin taane dhiiga ilmaan hiyyeessaan daldalaa jiru.
Piropigaandaa sobaa "Iraaq meeshaa waraanaa lubbuu danuu balleessu qabdi" jedhuun haga ammaatti lola goolabbii hin qabne keessa dhama'aa jirra.
Dhiheenya kana immoo wal-waraansa biraa keessaa ba'uu kan hin danda'amne keessa nu galchuuf Tiraamp fi jaleen isaa kaachaa jiru.
Iraan waliin lolli abadan hin malu lola goolabbii hin qabne akka dhalatu hin eeyyamnu" jechuun hiriira kaleessa «No war with Iran» jedhu irratti dubbattee jirti.
Gootittii intala Sumaalee, ❤ Rabbiin haa tiisu
#Share godhi bira kuti
Join❤👇👇👇👇
@Alrisala1
t.me/Alrisala1

AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

Forwarded from Deleted Account
#Yeroon qabeenya qabeenyaan oliiti !!
"...Yeroo har’aaf siif kenname deebitee boru argachuu hin dandeessu. Boru waan haaraa baatee dhufa. "
_______________
Namni yeroo isaaf kennametti fayyadamu nama hubataadha.
👉 Yerootti fayyadamuun dandeettii xiyyeeffannoo namaa guddisa.
👉 Xiyyeeffannoon fiixaan bahuumsa karoora keenyaaf humna jalqabaati.
Namoonni gatii yeroo (times value) beekan yommuu dubbatan:
"Yakki guddaan akka yeroo balleessuu, addunyaa kanarra hin jiru. " jedhu.
Yeroon kan akeekaati, akeeknis kan yeroooti.
"Time is life" yeroon jireenya jedhu, ogeeyyiin fayyaa! Sababni isaas lubbuu namaa darbuuf daqiiqaa muraasni hafe du’a oolchu waan ta’eef.
"Time is gold" yeroon warqiidha, jedhan warri fiigan. Sababni isaas yeroo isaaniif kenname sana keessatti fiiganii warqii argamsiisu waan ta’eef.
Qajeelfamoota Yeroo (Principle of time)
1. Yeroon ni darba:
👉 Yeroo har’aaf siif kenname deebitee boru argachuu hin dandeessu. Boru waan haaraa baatee dhufa.
2. Yeroon akeekaaf namaaf kennama:
👉 Karooraan yoo itti fayyadamne waan haaraa hojjachuu dandeessisa.
3. Yeroon siif gaddee dhaabatee si hin eegu:
👉 Wanti har’a utuu hin xumuuramin hafe, yeroo itti aanutti darba. Wanta har’a hojjachuu dandeessu har’uma xumuuri malee boriif hin olkaa’in!
4. Yerootti fayyadamuuf ogummaa cimaa gaafata.
👉 Uumamni xixiqqoon kan akka mixii yoo ilaalle halkanii fi guyyaa; wanta guddaa hojjatu.
Share @Waldaa_T_G_L
Join @Waldaa_T_G_L
@Waldaa_T_G_L
Linki armaan olii gad tuquudhaan miseensa haa taanu Jzk Keyran. !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

WAA TORBAN NAMA BALLEESSITUU TAATE IRRAA BAQADHAA !!
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
※ WAA TORBAN SUNI MAALI?.
●1●=Shirkii/Rabbi waliin ka biroo gabbaruu.
○2○=Sihrii/Falfala.
●3●=Nafsee rabbi laguu godhe haqaan malee ajjeesuu.
○4○=Dhala nyaachuu.
●5●=Qabeenya yataamaa nyaachuu.
○6○=Jihaada keessatti Yeroo kaafiraan wal gahan dheeysuu.
●7●=Dubartii qulqulluu, Zinaa dalagde jedhanii Maqaa xureessuu.
•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°
•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°
☆ Yaa Rabbi atummaan najaa irraa nu baasi.
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤

"Nama haa taanu! Nama jechuun uffatasaami onneesaati.dhaabatasaamii haalasaati.fuulasaamii dalagaasaati...'Allah gara hojii fi qalbii keessan ilaala malee gara suuraa fi dhaabata keessanii miti'"@ABX
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
Miseensoonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa, rakkoo nageenyaa Magaalaa Hararitti dhalatte ilaalchisee, ummanni akka tasgabbiin hordofu gaafatan
Odeeyfannoo #NUURAALHUDAA
January 19,2020
Ayyaana Cuuphaa Amantaa Kiristaanaa biyyattiitti kabajamu hordofuun, iddoo tokko tokkotti shirri yaadamee hordoftoota amantaa jiddutti wal-dhabbii kaasuuf, gareewwan jibba Islaamaa leellisaniin raawwatamaa jira.
Ummanni Muslimaa, qaamolee shira akkasii xaxan saaxiluun guyyaa Ayyaanaa tasgabbiin akka dabarsuu qabu, Miseensoonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa dhaaman.
Walitti qabaan korichaa Ustaaz Abubakar Ahmad barreeffama fuula Facebook isaa irratti maxxanseen
Walitti qabaan Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad "walitti bu’insa Magaalaa Harar fi naannawa isiitti uumame ilaalchisee, dhimmicha ka’umsi maal akka ta’e, miidhaan dhaqqabe hangam akka ta’e dhiheenyatti qoorata jirra. Qaama dhimmi ilaallatu waliinis marii irra jirra. Kanaaf ummanni akka tasgabbaa’u" jechuun dhaamsa dabarfate.
Haaluma walfakkaatuun dubbi himaan Korichaa Ustaaz Ahmaddiin Jabalis gama isaatiin "ummata beekaa xuxxuquun, akka nuti jeequmsatti seennu gochuun gocha suukanneessaa magaalaa Mooxaatti raawwatame nu dagachisuu fedhan. Kanaafuu wal-dhagahaa obsaan bira darbaa. Warra rakkina yaadu, qabaa poolisiitti kennaa. Warri bakka biroos obsaafi of eeguun guyyaa kana bira haa dabarru" jedhe .

Forwarded from Gesgar Islamic Media (ŶŠÌŃ ŚÉÌFÙ)
#Harar| «Adda-baba'ii Qur'aanaa»
Adda-baba'ii Boca Qur'aanaan faayamee baroota dheeraaf magaalaa Harar keessatti argamu diiguuf yaalii godhanis birmannaa muslimootaan baraaramee jira...
Magaalaa seena-qabeettii aadaa fi duudhaa Islaamaan badhaate magaalaa Harar naannawaa Araattenyaatti adda-baba'ii Boca Qur'aanaan miidhagee argamu halkan edaa konkolaataan osoo diiganii birmannaa muslimootaan baraaramee jira.
Adda-baba'ii Boca Qur'aanaan faayamee Masjiida Araattenyaa fuul-duratti argamu kana konkolaataa siinotiraakiin halkan walakkeessa qaamotiin mootummaa sababa ifaa tiraafikaa dhaabna jedhuun tarkaanfii kana akka fudhatanii jiran himamaa jira.
Ajaa'iba! Rabbi farreen Islaamaa dhabama haa godhu.
Share gochuun shira Bilxiginnaa muslimoota irratti xaxaa jirtu kana haa saaxillu. https://t.me/voice_of_muslim