Dawaa Qalbii
8.23K subscribers
1.36K photos
25 videos
12 files
2.07K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Facebookni yeroo bante jalqabarratti " 𝐖𝐡𝐚𝐭'𝐬 𝐨𝐧 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐦𝐢𝐧𝐝?"Je'ee si gaafata.Abalu maal je'ee fi maal akka maxxanse itti aansee siif fida.

Kanaafuu jalqabni waan ati yaaddu malee, waa'ee namoonni dhimma keetii yaadanii miti jechuudha.

Ilmi namaa waa'ee isaa qofa osoo yaadehuu yeroon hin geessuuf. Waa'ee nama biraa xiinxaluu fi quba namatti laachudhaan wanni jijjiiramu yoo jiraate, yeroo fi garaacha ofii gubuu qofa. Akka ati itti if yaaddu malee, akki namni itti si yaadu waan tokko siif hin ida'u sirraahiis hin irrisu.

                  @Sammaan
QABXIIN IFOOME
#Kutaa_12ffaa

Ministeera barnootaatiin ibsa kenname gabaabaatti.

● Walumaagala barattoota bara 2015 qoraman keessaa dhibbeentaa 3.2 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol argate.

●Barattoota 845,677 qormaata Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa fudhatan keessaa barattoota 31,224 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeesse.

●Sagantaan sirreeffamaaf (Remidial) barattoota kuma 160'f ni kennama.

●Manneen barnoota  3,106;  keessaa manneen barnootaa kuma 1 fi 328 irraa barataan tokkolle darbuu hin dandeenye.

●Qabxii olaanaa bara 2015 Saayinsii Uumamaan galmaa'e Barattuu durbaan Finfinnee mana barnootaa Kiruuz irraa 649 .

●Saayinsii Hawaasaan qabxii guddaan galmaa'e dhiiraan 533 Debremarqoos irraa.

T.me/Sammaan
Forwarded from Ummatii Production (𝐖𝐚𝐳𝐢𝐫 jr)
Qabxiin barattoota yoom gadi lakkifama?

Barattoonni Qabxii isaanii guyyaa boru ganama sa'aatii 12:00 irraa eegalee toora interneetii fi karaa ergaa gabaabaatiin ilaaluu akka danda'an himaniiru.

@tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Forwarded from FIXED MATCHES (Rafiiqul Islaam)
#ODUU_SIMBIRTUU

Telegram irratti qarshii argadhaa kan jenne nama #500 qofatu itti fayyadame!

Kunoo nuti isiniif qoodnee nama #500 irraa qarshii
#500_Birr Ol karaa telebirr arganneerra! Dhugaatti ni kaffala itti fayyadamaa!

Qarshii kana argachuufis step 4'n kanneen hordofaa:

1. Link kana tuquun start godhaa:
👉
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

2. Channel isaanii lamaan
@hulepay_payment fi @hulepay_official join godhaa

3. Itti aansuun 'Check' kan jettu tuqaa

4. Referral link isiniif kennamu namootaaf share godhaa!

Nama 1 irratti qarshii 1 kan kaffalu yoo ta'u, qarshii keessanis karaa telebirr isiniif kaffalama! Qarshii 10 ol yeroo geessan baafachuu ni dandeessu!

Itti fayyadamaa!
Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama?

Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu.

🫴 Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti

🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284

🫴Karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot

@Sammaan
Dhimmi Barumsaa #garam deemaa jira

Yeroo bu'aan Qabxii barattootaa ifoomu miira heddu keessa nama galcha. Silaa hojiin Qulqullina barnootaa Qormaata irratti osoo hin ta'in adeemsa Barumsaa irraa kauu qaba ture.

Yeroo durii barataan Yeroo baratu hamilee qaba, barsiisaanis waliin barataarratti hojjatu, naannoo mana barumsaas baayyee namatti tola, Hooggansaa Fi sirnichis barumsarratti nama gargaaru. Barataan Qabxii gaarii yoo fide namni hundi waliin gammada. Yoo kufes akksumatti waliin gaddu. Barataan yunivarsity seenuuf waliin dorgomaa, wanta barate beekee ibsuuf hirriba dhab. Maatiin ilma isaa barsiisee muldhisuuf hawwii guddaa qaba. Barsiisaan barataa isa caalu baasuuf halkanii guyyaa hojjata, Bulchiinsis barattoota isaa dorgomtuu biyyaaf hojjattu omishuuf carraaqa.

Barataan barfate ni cinqama, kan Barumsa irraa oole guyyaa San ofitti gaddan, wanta Jala dabruuf ni seenaya. Yoo balleesse adabamuuf qophiidha. Wanta barate galee ilaala, harki isaa waa barreessuu jaalata osoo shaakalu qomatti qabata, Yeroo hunda akka waan qormaata taeetti dubbisa.

Yeroo ammaa barataan hamilee Fi kaayyoo hin qabu, barsiisaanis beekumsa qabu barataan biraan gahuuf hamileen dur Suni hin jiru, barataa barsiisee Bakka isaa buusuu fi barataa yaaduu keessatti akka dur hinjiru, dura bu'oonni Dhimma mana barumsichaa too'atanii haala mijeessuun barumsi akka cimee barataan dorgomaa baasuuf hojjataa muraasa. Maatiin barataa kutaa inni baratu beeku baayyee miti, akkatti oolee Fi maal akka barate namuu hin gaafatu. Ijoolleen maatiin ala Jireenya adeemsifataa jirti. Hariiroon maatii Fi mana barumsaa adda fagoo jiru. Maatiin mana barumsaa San eddoo seenee jedhu muraasa.

Waliigala dhimmi Barumsaa Dhimma akka salphatti ilaaluu miti. Yoo baranne guddanna, Qaroomnee seenaa galmeessina. Yoo barumsaan kufne waa hundaan kufna. Haalli Barumsa biyya keennaa Kuni maal akka tae rakkoo isaa gadi fageennaan qoratamee furmaannii itti Barbaadamuu qabaan dhaamsa kiyya.
Barumsi Ifaadha Wallaalli dukkana!!!
fb Ustaaz Abdulwahaab irraa fudhatame.
t.me/Sammaan
Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM PROMOTION
Oduu Ammee

Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera.

Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan gadii fayyadamuu ni danda'u.

#Habachiisa

Yeroo ammaa haga tokko kan hojjataa jiru bootii Telegiraamiiti namoonni hundinuu obsaan yaalaa.
Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM PROMOTION
ODUU SIMBIRTUU

Namoonni haga yowwanaatti qabxii keessan hin ilaallatin karaa armaan gadii kanaan ergachuu dandeessuu kanaafuu namni hin ilaallatin dafaa ergadhaa
Forwarded from 𝐁𝐮𝐭𝐭𝐨𝐧 𝐂𝐫𝐞𝐚𝐭𝐞𝐫 𝐁𝐨𝐭
ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ
Forwarded from Rafiiqul Islaam
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa

Chaanaalii 1K fi Isaa ol ta'an woliin kan hojjannu ta'aa

@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam

ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን።

ከ1 ኪ እና በላይ ቻናሎች እንሰራለን።

@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM PROMOTION
Oduu Ammee

Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera.

Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan gadii fayyadamuu ni danda'u.

#Habachiisa

Yeroo ammaa haga tokko kan hojjataa jiru bootii Telegiraamiiti namoonni hundinuu obsaan yaalaa.
Forwarded from FIXED MATCHES (Rafiiqul Islaam)
#ODUU_SIMBIRTUU

Telegram irratti qarshii argadhaa kan jenne nama #500 qofatu itti fayyadame!

Kunoo nuti isiniif qoodnee nama #500 irraa qarshii #500_Birr Ol karaa telebirr arganneerra! Dhugaatti ni kaffala itti fayyadamaa!

Qarshii kana argachuufis step 4'n kanneen hordofaa:

1. Link kana tuquun start godhaa:
👉 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

2. Channel isaanii lamaan @hulepay_payment fi @hulepay_official join godhaa

3. Itti aansuun 'Check' kan jettu tuqaa

4. Referral link isiniif kennamu namootaaf share godhaa!

Nama 1 irratti qarshii 1 kan kaffalu yoo ta'u, qarshii keessanis karaa telebirr isiniif kaffalama! Qarshii 10 ol yeroo geessan baafachuu ni dandeessu!

Itti fayyadamaa!
Forwarded from Rafiiqul Islaam
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa

Chaanaalii 1K fi Isaa ol ta'an woliin kan hojjannu ta'aa

@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam

ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን።

ከ1 ኪ እና በላይ ቻናሎች እንሰራለን።

@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
Forwarded from Rafiiqul Islaam
𝖮𝖣𝖴𝖴  𝖦𝖠𝖬𝖬𝖠𝖢𝖧𝖨𝖨𝖲𝖠𝖠

🚫🚫 ᴀᴅᴍɪɴ ᴄᴀɴ ɴᴏᴛ ᴅᴇʟᴇᴛᴇ ᴏᴜʀ ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴀɴᴅ sᴛɪʟʟ ᴘᴏsᴛ ᴏɴ ʟᴇss ᴛʜᴀɴ 1ʜᴏᴜʀ ɪs ᴀʟsᴏ ᴘʀᴏʜɪʙɪᴛᴇᴅ  🚫🚫

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞  𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞  𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚.

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢  𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐟 1𝐊 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥 𝐊𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐀𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐐𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚!! 
📩  𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇   @Rafiqul_Islaam
📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam

      💚💚 𝗚𝗔𝗟𝗔𝗧𝗢𝗢𝗠𝗔A 💚💚

           @HOPE_PROMO1