As wr wb kabajamtoota hordoftoota keenna ergaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo Barattootaf dabarsan isin biraan geenna isinis dhagayaa waldhageessisaa👇👇👇👇👇
Ergaan BBO'n baase Barattoonni karaa miidiyaa fi Subqunnamtii fkn karaa Telegiraamitiin akka barnoota semisteera lammaffaa mana keessan teettani akka barattaniif haala akka mijeessa jiru fi qophii akka taasisan barattoota beeksisaniiru barattoota kutaa 5-12 tif waraqaa barnoota irratti isaan gargaaruu dandu'uufi wantoota barbaachisan hunda yeroo gabaabaa keessatti akka qopheesse hojitti seenu keessatti barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaa akka torbee itti aanu ta'u Dr.Tolaa Bariisoo itti gaafatamaan Biiroo Barnoota Oromiyaa (BBO) ibsanii jiru. Kanaaf Barattoonni keenna odeeffannoo kana hordofaa nu faanaa bu'a waldhageessisa sheer
Sheer godha
Maddi:-OBN
Linkii Armaan gadii kana tuquun hordofa
@oeb2020

Forwarded from Qualitymovbot
ODUU GAMMACHIISAA
Namoonni Chaanaalii keessan namni beeksifachuu barbaaddan ykn gruuppii keessan namni beeksifachuu barbaaddan asiin 👇nuqunnamuu dandeessu.
Namoonni Chaanaalii keessan namni beeksifachuu barbaaddan ykn gruuppii keessan namni beeksifachuu barbaaddan asiin 👇nuqunnamuu dandeessu.
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Poolisiin Paakistaan Haakimoota hanqina uffata ittisa Vayirasiif gargaaru gaafachuu hiriira bahan hidhe
@gaaddisa_dhugaa irraa
Paakistaan kutaa Quetta jedhamu keessatti, ogeeyyonni fayyaa uffanni Vayirasii Koroonaa ofirraa ittisuuf gargaaru haala gahaa ta’een nuuf hin dhihaanne, jechuun hiriira bahan. Kanuma hordofuun humnoonni tika mootummaa tarkaanfii fudhataniin Haakimoonni heddu kan madaayan yoo tahu, yoo xiqqaate Haakimoonni 60 hidhamuus odeeyfannoon ni addeessa.
Waldaan Ogeeyyota Fayyaa biyyattii “Young Doctors Association” jedhamu ibsa baaseen, “weerara Vayirasii Koroonaa biyyattii keessatti hammaataa dhufe to’achuuf carraaqqii godhamu keessatti, ogeeyyonni fayyaa adda duree tahuu isaaniitiin wal qabatee, jalqaba isaan Vayirasichaaf akka hin saaxilamne mootummaan meeshaa fi uffata Vayirasicha ofirraa ittisuuf gargaaru haala gahaa taheen dhiheessuufii qaba” jedhe.
Mootummaan Paakistaan Haakimoonni to’annaa jala oolfaman akka lakkifaman ajaja kan dabarse tahus, ogeeyyonni fayyaa ammoo hanga gaaffiin isaanii deebisaa gahaa argatutti mana hidhaatii hin baanu jechuu isaanii gabaafame.
Paakistaan keessatti hanga guyyaa har’aatti namoota 4,004 Vayirasii Koroonaatiin qabaman jiduu 55 du’uu ragaaleen ni mul’isu.
Join t.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Boonuun ykn kooruun Amala sheyxaanaati
@Gaaddisa_Dhugaa
*Boonni Dalagaa Sheyxaanaati*
👉Namni Dalagaa sheyxaanaa Dalagu Salphataadha xiqqaataadha tuffatamaadha jibbamaadha itti galli Isaa Ibidda Jahannam.
👉Boonun Dalagaa Keyrii Ati qabdus si jalaa balleessee Jannata Akka hin seenne si taasisa.
Boonuun Akkaan Dilii Hamaadha Irraa Baqadhaa Obbolewwan. Kiyya
Chaneliin armaan gadii kun kan keessani akkasumas kan nama muslima maraati join godhaa obboleewwan keessaniifis share godhaa jazaa keessan rabbi jennataan haa jijjiiru
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa

Maatii barataa fi barattootaa hundaaf:
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Biiroo barnootaa Oromiyaa Miidiyaalee adda addaa fayyadamuun barnoota sadarkaa 2ffaa barattootaaf manatti qaqqabsiisuuf hojjata jira.
1. OBN Education TV
Position: 8.0⁰ West
Satellite:- Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency:- 11512
Polarization:- Vertical
Symbol rate:- 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite:- Eutelsat 8 West B
Frequency:- 12520
Polarization:- Vertical
Symbol rate:- 27500
3. Telegramaa
Oromia Education Bureau
👉 @OEB2020
Waliif qooda #Share
T.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
YAA RABBII NUUF BIRMADHU
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Gaafa nuti daangaa darbinu
Seera kan kee cabsinee
Jallinaaf karaa taanu
Daandii kan kee lakkifnee
Hunda nuuf obsiteerta
Badiidhaan nun halaakne!!!!!
Gaafa nuti of tuullu
Sanyii keenya faarsinee
Of qofa nama goonu
Warra biraa tuffannee
Akka waan gosa keenya
Filannee itti of uumnee!!!!
Gaafa nuti gargar baanee
Ariinee walbuqqifnuu
Isa tokko ajjeefnee
Isa tokko roorrifnuu
Akka feene hojjenne
halaalfanne haraama
Waaqa ta'uu hawwine
dagannee waaqa uumaa
Ajaja kee lakkifnee
isa sheeyxaanaan bullaa
Daangaa uumamaa cabsuuf
seera tumachaa oolla
Otuu hin fedhin dirqamaan
Humana kee argineerra
Abbaan aangoo sitahuu
Harra ragaa baaneerra
Harka keenya badii san
Gama kee ol qabneerra!!!
Warri qabeenyaaf waraanaan
Addunyaa irratti of tuulu
Kan barbaadeen michoomee
Kaan boombiidhaan awwaalu
Garee tokko dhuungachaa
Warra tokko haleelu
Obbolaa wal ficcisiisee
Jaarsummaaf of dabaalu
Harra arginee jirra
Yoo jarri nama isaanii
Kumaatama awwaalu
Obsitee uste malee
Sumatu harkaa qaba
Aangoo isa hunda caalu!!!!!!!!!
Yaa Rabbii sitti toowbanne
Hulaa nurraa banadhuu
Badii daangaa darbineef
Gaabbii nurraa fudhadhu
Firraa nun fageessinii
Rahmataan nu simadhu
Jiinii Rahmataa dhufee
Yaa Rabbii nuuf birmadhuu!!!
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Gaafa nuti daangaa darbinu
Seera kan kee cabsinee
Jallinaaf karaa taanu
Daandii kan kee lakkifnee
Hunda nuuf obsiteerta
Badiidhaan nun halaakne!!!!!
Gaafa nuti of tuullu
Sanyii keenya faarsinee
Of qofa nama goonu
Warra biraa tuffannee
Akka waan gosa keenya
Filannee itti of uumnee!!!!
Gaafa nuti gargar baanee
Ariinee walbuqqifnuu
Isa tokko ajjeefnee
Isa tokko roorrifnuu
Akka feene hojjenne
halaalfanne haraama
Waaqa ta'uu hawwine
dagannee waaqa uumaa
Ajaja kee lakkifnee
isa sheeyxaanaan bullaa
Daangaa uumamaa cabsuuf
seera tumachaa oolla
Otuu hin fedhin dirqamaan
Humana kee argineerra
Abbaan aangoo sitahuu
Harra ragaa baaneerra
Harka keenya badii san
Gama kee ol qabneerra!!!
Warri qabeenyaaf waraanaan
Addunyaa irratti of tuulu
Kan barbaadeen michoomee
Kaan boombiidhaan awwaalu
Garee tokko dhuungachaa
Warra tokko haleelu
Obbolaa wal ficcisiisee
Jaarsummaaf of dabaalu
Harra arginee jirra
Yoo jarri nama isaanii
Kumaatama awwaalu
Obsitee uste malee
Sumatu harkaa qaba
Aangoo isa hunda caalu!!!!!!!!!
Yaa Rabbii sitti toowbanne
Hulaa nurraa banadhuu
Badii daangaa darbineef
Gaabbii nurraa fudhadhu
Firraa nun fageessinii
Rahmataan nu simadhu
Jiinii Rahmataa dhufee
Yaa Rabbii nuuf birmadhuu!!!
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
☆DU'AA'II QEEBALAMTUU
@Gaaddisa_dhugaa irraa
●Ergamaan rabbii (S.A.W) akkana jedhan:《gabrichuma fedheehuu haa tauu kan yaaddoo ykn cinqiin takka isa tuuyxe eeganaa kan akkana je'e《Allaahumma innii abduka,wabnu abdika,wabnu amatika,naasiyatii biyadika,maadin fiyya hukmuka,adlun fiyya qadaa'uka,as aluka bikulli ismin huwalaka,sammeeyta bihii nafsaka,ow anzaltahuu fiikitaabika,ow alimtahuu ahadan minkhalqika,awista'asarta bihii fii ilmil gheybi indaka;antaj'alal qur'aana rabii'a qalbii,wanuura sadrii,wajalaa'ahuznii,wazahaaba hammii》
Rabbiin (SW) yaaddoo fii cinqiisan irraa oofu malee, furmaata bakka isaa buusu malee》
📚Ahmadiitu gabaase.
Yaa obboleessa/ttii yeroo cinqiin / yaaddoo duaaii tana jechuu hin duniyaa fii aakhiratti cinqiin irraa deemte nuhaa godhuutii.
Furmaata nama yaaddawee
》اللهم اني عبدك،وبن عبدك،وبن امتك،ناصيتي بيدك،ماض في حكمك،عدل في قضاؤك،اسالك بكل اسم هو لك،سميت به نفسك،او انزلته في كتابك،او علمته احد من خلقك،اواستاثرت به في علم الغيب عندك؛ان تجعل القرآن ربيع قلبي،ونور صدري،وجلاء حزني،ودهاب همي《
Ergaaa kana nama ergaan kun hin dhaqqabiniin gahi #forward godhi
👇👇👇👇👇👇👇
•┈┈• ❀ 🍃🌸🍃 ❀ •┈┈•

Liinkii armaan gadii cuqaasuun start gochuun dorgomuu nii dandeessu start gochuun dorgomaa badhaafamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Ethiotelecom_2020bot?start=r02249677410
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Ethiotelecom_2020bot?start=r02249677410
Telegram
📱ኢትዮ ቴሌኮም©
የኢትዮ ገበታን የድምፅ, የመልክት, የኢንተርኔት ጥቅል በቀላሉ ለደንበኞቻችን ለማቅረብ የቴሌግራም ማህበራዊ ድህረገፅ ተጠቅመናል...በቀላሉ ጥቅሎችን ያግኙ
🔰ስለመረጡን እናመሰግናለን
🔰ስለመረጡን እናመሰግናለን
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
#BREAKING_NEWS
#COVID19
@gaaddisa_dhugaa irraa
Oduu Ammee
#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti namni dabalataa 1 Koronaavaayirasiin qabame argame.
#COVID19
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabraatorii 294 gaggeeffameen namni dabalataa 1 Koronaavaayirasiin qabame argame. Kuniis lakkoofsa waliigalaa 56 taasiseera.
Namichi ganna 43 kun dhalootaan Ityoophiyaa yoo ta'u lammuummaan isaa Kaanaadaadha. Kaanaadaarra gara Duubaay imalee, achirra immoo gara Ityoophiyaa seenee iddoo tursiisa keessa kan tureedha.
Walumaa galatti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabaman 56 gaheera.

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 14 QOFAATU HAFE
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Warri Qadaan irra jirtu osoo soomanni isinitti hin seenne
soomanaa liqii Rabbii ifirraa kafalaa.
Keessaafuu haadhoowwanii fii shamarran keenya warri
Sababa addaa addaatiin soomanni dabre qadaa isinitti
tahe akkasumaas dargaggootaa fii abboottiin teenya warri dhukkubsattanii ykn sababa imaltuutiin soomana dabre qadaa qabdan hundinuu dafaa soomanaa liqii Rabbii ifirraa kafalaa.
Yaa Rabbi warra achi gahee soomanu nu taasisi.
https://t.me/Gaaddisaislaamaa

🕋GAADDISA ISLAAMAA♥️ظلال الإسلام✍
Dhaamsa garaa garaa⤵️⤵️⤵️⤵️
💉Qur'aana fi Hadiisa irraa
💉Barumsa Aqiidaa
💉Qissaa addaa addaa
💉Jechoota Hayyoota islaamaa
💉Qur'aana fi Hadiisa irraa
💉Barumsa Aqiidaa
💉Qissaa addaa addaa
💉Jechoota Hayyoota islaamaa
Forwarded from Deleted Account
● Yaa rabbi boohartii taraawiihaa san nun hanqisin.🌙
● Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.🌙
Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi 💛🌙🥺
Aamiiiiiiiiiiiiiin 👇👇
● Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.🌙
Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi 💛🌙🥺
Aamiiiiiiiiiiiiiin 👇👇
Forwarded from Qualitymovbot
❄️🌷🌷🌷🌴🌷🌴🌷🌷🌷❄️
Chaanaloota bebbeekamoo kanneen gadii kana ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaanaloota bebbeekamoo kanneen gadii kana ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Qualitymovbot
Channeloota bebbeekamoo armaan gadii keessaa isa kamtu isinitti tola kan isinitti tole keessaa filadhaa join godhaa
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
♥️🍇JUMU'AA MUBAARAK🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
❤Mee takkaa hundi keessan Rabbii keenyatti harka ol qabadhaa ❤
🤲Yaa Rabbii keenya dhukkuba covid-19 kanaafi kanneen biraas ummata muslimaa irraa deebisi!
🤲Obboloota muslimaa kanneen dhukkuba kanaan shakkamanii fi qabamanis yaa Rabbii irraa nuuf qulqulloomsi!!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Hundi keenyayyuu sunnaawwan kanneen guuttannee du'aa'iitti haa jabaannuu!!!
👉Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
🌹Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenya irraa dhukkubaa fi rakkoo hunda kaasee nagaa nuuf haa buusu!!
❤Fayyaa♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️
@Kennaapost
t.me/Kennaapost
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
❤Mee takkaa hundi keessan Rabbii keenyatti harka ol qabadhaa ❤
🤲Yaa Rabbii keenya dhukkuba covid-19 kanaafi kanneen biraas ummata muslimaa irraa deebisi!
🤲Obboloota muslimaa kanneen dhukkuba kanaan shakkamanii fi qabamanis yaa Rabbii irraa nuuf qulqulloomsi!!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Hundi keenyayyuu sunnaawwan kanneen guuttannee du'aa'iitti haa jabaannuu!!!
👉Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
🌹Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenya irraa dhukkubaa fi rakkoo hunda kaasee nagaa nuuf haa buusu!!
❤Fayyaa♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️
@Kennaapost
t.me/Kennaapost
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Forwarded from Qualitymovbot
☘Chaanelii ajaa'ibaa kan baayyee namatti tolu akkasumas nama barsiisu nama bashannansiisu,nama bohaarsu akkasumas seenaa barbaaddan kan irraa argattanu odeeffannoo addunyaa fi kan biyya keenyaa irraa argattanu
🖇Chaneliin kun isin hin darbin dafaa ammuma join godhaa fayyadamaa ta'aa hiriyoota keessaniillee forward godhaa
🖇Chaneliin kun isin hin darbin dafaa ammuma join godhaa fayyadamaa ta'aa hiriyoota keessaniillee forward godhaa
Forwarded from Qualitymovbot
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🔶🔷🔶🔷🔶🔶🔷🔶🔷🔶
"Koronaa osoo hin taane Rabbii koronaa uumetu sodaatamuu qaba!"
🔶🔷🔶🔷🔶🔶🔷🔶🔷🔶
Chanaali keessan beeksifachuuf➡️ @diin_islam_bicha qu namaa
〰〰〰JOIN GODHAA〰〰〰
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
🇸Ê🇾🇫🅰🇱 🇮S🇱🅰🅰🇲
♦=========♦=========♦
➥ https://telegram.me/ISLAM_IS_LIFE1
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
SEENAA DHOKATE
♦=========♦=========♦
t.me/Seenaa_Dhokate
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
ISLAM MEDIA NETWORK
♦=========♦=========♦
t.me/ISLAAM_MEDIA_NETWORK
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Deeggartoota Erdogaan turkii 🇻🇳
♦=========♦=========♦
t.me/Qabsahaa
〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
ISLAM IS LIFE
♦=========♦=========♦
https://telegram.me/ISLAM_IS_LIFE1
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Jamaa'aa Barattoota muslimaa Arsii Roobee
♦=========♦=========♦
t.me/Arsirobej
〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Jamaa'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
♦=========♦=========♦
t.me/bimilla
〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Alhamdulillah for everything
♦=========♦=========♦
https://t.me/joinchat/AAAAAEv5On_CaVey3JhGew
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Voice of Muslim Arsi Bele District
♦=========♦=========♦
t.me/voice_of_muslim
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Soora Qalbii
♦=========♦=========♦
t.me/SooraQalbii
〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Dawaa Qalbii
♦=========♦=========♦
t.me/Sammaan
〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Ergaa Diin Islam
♦=========♦=========♦
t.me/Attaqwa3
〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Awwii media
♦=========♦=========♦
t.me/Awwiimedia
〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Islam Academic education
♦=========♦=========♦
t.me/Islamacademiceducation
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Men & women of Paradise
♦=========♦=========♦
@mensofparadise
〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Shabaaba jannataa
♦=========♦=========♦
@Shabaabul_jannaa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Karaa Nageenyaa
🔶=======♦=========♦
https://telegram.me/ISLAM_IS_LIFE1
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Awwii group
🔶=======♦=========♦
@awelm
〰〰〰〰
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Fawondeshinii Tokkuummaa fi Qorannoo Islaamaa Arsii Lixaa
🔶=======♦=========♦
@FTQIARSIILIXAA
〰〰〰〰〰〰〰〰
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬛️⬛️ 🇯 🇴 🇮 🇳⬛️⬛️
⬛️⬛️ 🇯 🇴 🇮 🇳⬛️⬛️
⬛️⬛️ 🇯 🇴 🇮 🇳⬛️⬛️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️

Forwarded from Marcador Bot
⚜ Mee Yaadadhu⚜
🌍Africa TV AOromoo🌍 irraa
‼️ Yeroo Meeqa Rabbi kadhatte siif kennee.
‼️Yeroo meeqa waa barbaaddee kan rabbiin siif argamsiisee.
‼️Yeroo meeqa Dogongortee Rabbiin siif sirreessee.
‼️ Yeroo meeqa amriin sitti ulfaattee Rabbiin siif laaffisee.
‼️ Yeroo meeqa rabbiin yaamtee siif owwaatee.
❗️Ammallee Akkuma khanaan duraa Gaafadhu,kadhadhu siif kennaa
🌐 Akkasuma ammoo Gara Rabbii Deebi'ii Harka kee gara isaa olfuudhi.
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Join godhaa miseensa Ta'aa
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
🌍🌍🌍🌍🌍🌍🌍🌍🌍🌍
🌍Africa TV AOromoo 🌍