Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Yunversiitii Mattuutti Barattoota muslimaaf ayyaanni Arafaa hin kabajamne.
Yuunivarsitii mattuu keessatti Ayyaanni Iid AlAdihaa kabajamuu dhabuun barattoota muslimaa akkaan mufachiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin

Sagantaa guyyaa iidaa Jama'aa kaadhimamtoota barsiisota koolleejjii barnoota barsiisota Roobee(KBBR) Sagantaa hoo'aa fi miidhagaa akkasumaa qophii haalan namatti toluudha.
@Sammaan
@Sammaan
Ayyaama Tashriiq (Guyyoota 3n Iidaa)
Ayyaamu-ttashriiq, guyyoota guyyaa Iid al Ad-haatti aanan 3n ji'a ZulHijjaa keessa jirani. Isaanis ZulHijjaa guyyaa 11, 12fi 13ti.
Sadarkaa guyyoota kanaa laalchisee Qur’aanaafi Hadiisa Ergamaa Rabbii Muhammadﷺ irraa qabxiiwwan tokko tokko ...
Rabbiin Qur’aana isaati guyyoota kana laalchisee akkas jedhe..
*وَاذْكُرُوا اللَّهَ فِي أَيَّامٍ مَّعْدُودَاتٍ*
{Guyyoota lakkaawamoo san keessa Rabbi yaadadhaa} (al-Baqarah 2:203)
Guyyoota lakkaawamoo kana hayyoonni Islaamaa hedduun guyyoota 3n Iid al Ad-haa booda jiran(Ayyaamu-ttashriiq) tahuu irratti waliif galan. Ergaman Rabbii Muhammadﷺ guyyoota kana ilaalchisee Hadiisa isaatiin
{Guyyoonni sun kan nyaataa, dhugaatii fi Rabbiin itti yaadatani} jedhe.
Guyyoota kanniin keessa sagalee olfuudhanii Salaata hunda booda Takbiirtaa godhuun kanaafi karaa taate. Akka Rabbi yaadannuufi! Qalmi Ud-hiyyaa guyyoota 3n kana itti fufa. Yeroo tanattiis ALLHU AKBAR jechaa Rabbi guddisan.
Hujaajjoonnis guyyoota 3n kana Takbiirtaa godhaa(Rabbi guddisaa) dhagaa Jamaraatti darbatan. Guyyoonni kunniin guyyoota nyaatanii dhuganii keessatti gammadan waan taheef soommanuun dhoorkaadha.
Ergaman Rabbii Muhammadﷺ
{Guyyoota nyaataa, dhugaatii fi Rabbiin itti yaadattan sanitti hin soommaninaa} jedhe.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Hedduun keenya har'aan tana waa dhabnee cinqamutti jirra. Dhugaadha! Haalli addunyaan keessa jirtu akka cinqamnu nu taasisa. Haa ta’u malee cinqamuun rakkoo keessa jirruu nu hin baasu. Inumaa yeroo tokko tokko cinqamuun gammachuu qofa osoo hin taane yeroo keenyas nurraa fudhatee akka homaa hin dalagne nu taasisa. Kun ammoo cinqaa irraa cinqaa dabaluu taati. Kanaafuu gara Rabbii haa deebinu. Isa malee kan cinqaa tana keessaa nu baasu hin jiru. Cinqamnee homaa of hin fayyadne taanaan yeroo irratti gubuun hin barbaachisu. Biraa haa kaanu obboleewwan kiyya. Sochii xiqqoo isii haa goonu. Haala keessa jirru haa jijjiirru. Rabbitti of haa kenninu. Inni haga nuti ofii yaadnu caala nuufyaada.
Yaa Rabbi cinqaa nutti jirtu hunda nurraa kaasi.
By Abu Ibtisam
@Sammaan
Yaa Rabbi cinqaa nutti jirtu hunda nurraa kaasi.
By Abu Ibtisam
@Sammaan
🌹Namoota kanneen tasumallee taatee akka hin daganneen :
#هؤلاء_لا_تنساهم :
➛Nama yeroo ati aarii qabdu si danda'e, obsaan si baadhatte.
➛Nama bakka ati bira hin jirretti, yeroo maqaa kankee xureessan sirraa falmate.
➛Nama yeroo ati yaada guddaa keessa dhidhimtetti si gammachiisaa ture,
➛Nama bakka ati injifatamtetti tumsa siif bahe.

#Love_of_Allah
أللهم إني أسألك حبَّك، وحُبَّ من يحبُّكَ، والعمل الذي يبلغني حُبَّك، اللّهمَّ اجعل حُبّك أحبَّ إليّ من نفسي وأهلي ومن الماء البارد.
➛Yaa Rabbii, jaalala tantee si gaafadha, ammas jaalala nama si jaalatuu si gaafadha/kadhadha, dalagaa jaalala teetti na geessitu si gaafadha.
➛Yaa Rabbii, jaalala tantee tana tan lubbuu tiyyaa fi maatii kiyya caalaa, akkasuma bishaan qabbanaawaa caala na biratti jaalatamtu naaf godhi.
{ O Allah, I ask you for your love and the love of those who love you and love of action which will make me reach your love . O Allah, make your love more beloved to me than my self, my family and cold water...}
#Aaaaaamiin🤲

Forwarded from JAMAAL PROMO
🕌ODUU AMMEE
🎤Wal-dorgommmiin chaanaala quwwatulislaam Kan marsaa 14ffaa Gaggeeffamuudhaaf Daqiiqaa 5 qofatu hafe.

Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
✅ Yaa'ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa 2ffaa har'a geggeeffamaa jiruun, Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru.
1 Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa Dura taa'aa
2 Shek Abdulkariim Badraddiin Itti aanaa
3 Itti Aanaa 2ffaa sheikh AbdulAziiz Abdulwalii
4 Shek Haamid Muusaa Barreessaa tahuudhaan filataman.#waggoota 3'f
Alhamdulillaahi rabbil'aalamiin
@Baytal_Nur

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (丂卂丨Ɗ ㄥ乇卂Ɗ乇尺)
#Scholarship carraa Turkey
Barattoota kutaa 9-12 tiif carraa haaraa Turkiin baafte kana odeeffannoo Isaa hordofaatii guuta .
Carraan akkanaa Kun Ijoollee teennaaf irratti hojjatamuu qaba .
Barattoota carraa kanaan biyya sana deemanii jiran irraa odeeffadhaa guutaa .
#Rabbi isin haa Milkeessu
Waan dandeennuun wal haa gargaarru .
https://t.me/ethio_turkeyhttps://t.me/Alrisala1

✍ Ergamaan Rabbii (saw) waan heddumminaan namoota Jannata galchurraa gaafatamnaan akkana jedhan:
👉 Sodaa Rabbiitiifi haalaaf amala toluudha.
✍ Waan baayyinaan ibidda nama galchurraa gaafatamnan ammo:
👉 Afaanii fi qaama saalaati jedhan‼️
رواه الترمذي وحسنه الألباني ‼️
Join || @Sano_Haji7

Gammachuun maaliin ibsama? Haaluma ilma namaatiin gammachuun garaagarummaa qaba. Namni tokko tokko jireenyi magaalaa isa gammachiisa. Gariin ammoo baadiyaa jiraatuu filata. Kuun mallaqa yoo argate waan gammadu seha. Inni mallaqa dhabe ammoo jireenya gaddaa waan jiraatu itti fakkaata. Walumaa galatti akkaataan gammachuun itti ibsamu garaagarummaa qaba. Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti gareen hawaasummaa tokko qorannoo wagga waggaan geggeessee akka ibsetti, bara 2019 keessatti gammachuun namaa xiqqaachaa jira jedhe. Guddinni addunyaa dabalaa deemus, gammachuun namootaa garuu xiqqaachaa jira.
Forwarded from Dawaa Qalbii (Sammaan Seman)
Mallattoollee Qiyaamaa keessaa namichi ollaa ufii ijjeessuu,Obbolleessa fi abbaa ufii ijjeessuu dha.
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Yaa Rabbi yaa Allaah nun halaakin haalaaf Amala keenna nuuf tolchi hamturraa nu fageessi keeyrii hojjatuu nuuf laaffisi.
Avokaadoofi Faayidaa isaa:
Avokaadoon kudraa fayyaa keenyaaf gaarii waan ta'eef hayyootni fayyaa kudraa fayyaaf ba'eessa ykn gaarii (healthy fruits) jedhamee akka waamamu irratti walii galameera.
Faayidaa Avokaadoon fayyaa keenyaaf qabu keessaa muraasni:
1. Fayyummaa onneef (healthy heart)
2. Dhiibbaa dhiigaaf (blood pressure)
3. Fayyaa ijaaf
4. Dhukkuba kaansarii ittisuuf (cancer protection)
5. Dhibee sukkaaraaf (diabetes)
6. Dubartii garaatti baattuuf(ulfaaf) daa'ima fayya qabeessa argachuuf (for pregnant woman)
7. Fayyaa lafee keenyaaf
8. Carraa mukaa'uu keenya gadi buusuuf (for depression)
9. Gogiinsa garaa ni hir'isa
10. Ulfaatina sirreessuuf (for weight loss)
11. Dulluma yeroo malee hir'isa (for anti-aging)
12. Fayyummaa gogaa fi rifeensaaf (Skin benefits)
Hubadhu: Faayidaan Avokaadoo kanneen armaan olitti tarreeffaman qofa ta'uu dhiisuu danda'a. Haa ta'u malee namootni qoricha (daawaa) dhiiga qal'isan kanneen akka #warfare fa'a fayyadamtan al tokkoon baay'isanii fudhachuun miidhaa mataasaa qabaata.
Madda: https://fayyaa.net/

🇯 🇪 🇨 🇭 🇦 🇭 🇦 🇾 🇾 🇴 🇴 🇹 🇦 🇦
💠 Mukni si caalaa hin dheerranne gaaddisaa siif hin tau(Mozambique)
💠 Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii
Kufan,warra utuu homaa hin hojjetin milkaa’an irraa ni caaluu!"(looyid joons)
💠 Addunyaa kanarraa wanti baay’ee nama gaddisiisu,utuu ijaa qabanii Mul’ata dhabuudha!"(Helen keler)
💠" kufaatiif ragaan hin barbaachisuu!"(napoleon hill)
💠 "maatii irraa dhalate filachuu hin dandeessuu, ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa!"(BiiliiGiraham)
💠 Aangoon Naachaa bishaan keessatti(south african)
💠 "Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta'ellee,karaa kufaatiitti geessu garuu naan beeka. Innis namoota hundumaa gammachiisuuf dhama'uudha!"(Biil koosbiil)