Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
32 files
2.79K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال كل عام وانتم بخير 🕌🕌🕌🕌🕌
Hundi keessanuu baga Iidal Adhaa kan bara 1443tiin Nagahaan isin gahe.
Nu hundaa Rabbiin warra Bara hedduu itti debi'u nu haa taasisu🕋🕋🕋🕌🕌🕌🕌
Baalee Roobeetti
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Yunversiitii Mattuutti Barattoota muslimaaf ayyaanni Arafaa hin kabajamne.

Yuunivarsitii mattuu keessatti Ayyaanni Iid AlAdihaa kabajamuu dhabuun barattoota muslimaa akkaan mufachiiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1

📚KITAABA BARATAA📚

https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0


➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin
Sagantaa guyyaa iidaa Jama'aa kaadhimamtoota barsiisota koolleejjii barnoota barsiisota Roobee(KBBR) Sagantaa hoo'aa fi miidhagaa akkasumaa qophii haalan namatti toluudha.
@Sammaan
Ayyaama Tashriiq (Guyyoota 3n Iidaa)

Ayyaamu-ttashriiq, guyyoota guyyaa Iid al Ad-haatti aanan 3n ji'a ZulHijjaa keessa jirani. Isaanis ZulHijjaa guyyaa 11, 12fi 13ti.


Sadarkaa guyyoota kanaa laalchisee Qur’aanaafi Hadiisa Ergamaa Rabbii Muhammadﷺ irraa qabxiiwwan tokko tokko ...


Rabbiin Qur’aana isaati guyyoota kana laalchisee akkas jedhe..

*وَاذْكُرُوا اللَّهَ فِي أَيَّامٍ مَّعْدُودَاتٍ*

{Guyyoota lakkaawamoo san keessa Rabbi yaadadhaa} (al-Baqarah 2:203)

Guyyoota lakkaawamoo kana hayyoonni Islaamaa hedduun guyyoota 3n Iid al Ad-haa booda jiran(Ayyaamu-ttashriiq) tahuu irratti waliif galan. Ergaman Rabbii Muhammadﷺ guyyoota kana ilaalchisee Hadiisa isaatiin

{Guyyoonni sun kan nyaataa, dhugaatii fi Rabbiin itti yaadatani} jedhe.

Guyyoota kanniin keessa sagalee olfuudhanii Salaata hunda booda Takbiirtaa godhuun kanaafi karaa taate. Akka Rabbi yaadannuufi! Qalmi Ud-hiyyaa guyyoota 3n kana itti fufa. Yeroo tanattiis ALLHU AKBAR jechaa Rabbi guddisan.

Hujaajjoonnis guyyoota 3n kana Takbiirtaa godhaa(Rabbi guddisaa) dhagaa Jamaraatti darbatan. Guyyoonni kunniin guyyoota nyaatanii dhuganii keessatti gammadan waan taheef soommanuun dhoorkaadha.

Ergaman Rabbii Muhammadﷺ

{Guyyoota nyaataa, dhugaatii fi Rabbiin itti yaadattan sanitti hin soommaninaa} jedhe.

NUURALHUDAA

Soora Qalbii Muslimaa
Hedduun keenya har'aan tana waa dhabnee cinqamutti jirra. Dhugaadha! Haalli addunyaan keessa jirtu akka cinqamnu nu taasisa. Haa ta’u malee cinqamuun rakkoo keessa jirruu nu hin baasu. Inumaa yeroo tokko tokko cinqamuun gammachuu qofa osoo hin taane yeroo keenyas nurraa fudhatee akka homaa hin dalagne nu taasisa. Kun ammoo cinqaa irraa cinqaa dabaluu taati. Kanaafuu gara Rabbii haa deebinu. Isa malee kan cinqaa tana keessaa nu baasu hin jiru. Cinqamnee homaa of hin fayyadne taanaan yeroo irratti gubuun hin barbaachisu. Biraa haa kaanu obboleewwan kiyya. Sochii xiqqoo isii haa goonu. Haala keessa jirru haa jijjiirru. Rabbitti of haa kenninu. Inni haga nuti ofii yaadnu caala nuufyaada.

Yaa Rabbi cinqaa nutti jirtu hunda nurraa kaasi.

By Abu Ibtisam
@Sammaan
🌹Namoota kanneen tasumallee taatee akka hin daganneen :
#هؤلاء_لا_تنساهم :

➛Nama yeroo ati aarii qabdu si danda'e, obsaan si baadhatte.
➛Nama bakka ati bira hin jirretti, yeroo maqaa kankee xureessan sirraa falmate.
➛Nama yeroo ati yaada guddaa keessa dhidhimtetti si gammachiisaa ture,
➛Nama bakka ati injifatamtetti tumsa siif bahe.
#Love_of_Allah

أللهم إني أسألك حبَّك، وحُبَّ من يحبُّكَ، والعمل الذي يبلغني حُبَّك، اللّهمَّ اجعل حُبّك أحبَّ إليّ من نفسي وأهلي ومن الماء البارد.
➛Yaa Rabbii, jaalala tantee si gaafadha, ammas jaalala nama si jaalatuu si gaafadha/kadhadha, dalagaa jaalala teetti na geessitu si gaafadha.
➛Yaa Rabbii, jaalala tantee tana tan lubbuu tiyyaa fi maatii kiyya caalaa, akkasuma bishaan qabbanaawaa caala na biratti jaalatamtu naaf godhi.
{ O Allah, I ask you for your love and the love of those who love you and love of action which will make me reach your love . O Allah, make your love more beloved to me than my self, my family and cold water...}
#Aaaaaamiin🤲
Forwarded from JAMAAL PROMO
🕌ODUU AMMEE
🎤Wal-dorgommmiin chaanaala quwwatulislaam Kan marsaa 14ffaa Gaggeeffamuudhaaf Daqiiqaa 5 qofatu hafe.
Yaa'ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa 2ffaa har'a geggeeffamaa jiruun, Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru.

1 Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa Dura taa'aa
2 Shek Abdulkariim Badraddiin Itti aanaa
3 Itti Aanaa 2ffaa sheikh AbdulAziiz Abdulwalii
4 Shek Haamid Muusaa Barreessaa tahuudhaan filataman.#waggoota 3'f


Alhamdulillaahi rabbil'aalamiin

@Baytal_Nur
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (丂卂丨Ɗ ㄥ乇卂Ɗ乇尺)
#Scholarship carraa Turkey
Barattoota kutaa 9-12 tiif carraa haaraa Turkiin baafte kana odeeffannoo Isaa hordofaatii guuta .
Carraan akkanaa Kun Ijoollee teennaaf irratti hojjatamuu qaba .
Barattoota carraa kanaan biyya sana deemanii jiran irraa odeeffadhaa guutaa .
#Rabbi isin haa Milkeessu
Waan dandeennuun wal haa gargaarru .
https://t.me/ethio_turkeyhttps://t.me/Alrisala1