Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam

Yaadachisaa:
1. Caalaan guyyoota waggaa 360 guyyaa Arafaati. Akka halkan Laylatul Qadrii halkan hunda caalu.
2. Soomni guyyaa Arafaa yakka waggaa lamaa namarraa harcaasa.
3. Du'aa'iin caalaan du'aa'ii guyyaa Arafaati.
4. Du'aa'iin hunda caalu immoo "Laa ilaaha Illallaahu wahdahuu laa shariika lah. Lahulmulku walahul hamdu wahuwa Alaa kulli shay'in qadiir" kan jedhuudha. Salafoonni du'aa'ii kana guyyaa Arafaa marsaa kuma ja'a faan deddeebisu turan.
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from 𝐐𝐔𝐖𝐖𝐀𝐓𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 (Jemal)
As wr wb
🎤🎤🎤ODUU GAMMACHIISAA🥉
🕋Kabajamtootaa fi jaalatamtoota Hordoftoota chaanaala quwwatulislaam Akkuma Beekkamu chaanaalli Quwwatulislaam Sagantaa Wal-dorgommmii Barnootaa waliin qindaaye Ji'oota mursaan Duratti Isiniif dhiheessaa turuun isaa ni yadatama.
✍Akkasumas Sagantaa Wal-dorgommmii Sababoota Gara garaatiif Addaaan citee ture san Gaggeessuudhaaf Barnoonni Seenaa Sa'ad binu Abii waqqaas jedhu Bifa barruutiin isiniif dhihaatee xumuramee kan jiruudha.
✍Kanaafuu Guyyaa Har'aa kana Salaata Asrii booda Akka Lakkoofsa Itiyoophiyaatti
Sa'aatii ⏰10pm irratti Gaafiiwwan Wal-dorgommmii Marsaa 14ffaa kan Isiniif Gad-dhiifamaniidha.
🖥Ammas Akkuma Asiin Duratti Baramaa ta'e Warroonni 1_3 bahanis kan badhaafaman ta'u.Kanaafuu Barnooticha irra Deebitanii Dubbisuudhaan Toorarratti Nu Eeggadhaa!
🥇Obboleewwan keessaniifis share Godhuu hin Irraanfatinaa!
Share 📲share 📲📲📲📲📲
Join Godhuuf
👇👇👇👇
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
🕌🕌Carraa Gaarii🕌🕌

🌙IID MUBAAREK🌙
Kabajamoo fi jaallatamoo maatii chaanalii DAWAA QALBII Hordoftoota Amantii Islaamaa marti baga ayyaana IID ALADAHAA bara 1443ffaa geessan

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل سنه وانتم بألف خير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال ❣️❣️❣️❣️🥰🥰🥰🥰
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال كل عام وانتم بخير 🕌🕌🕌🕌🕌
Hundi keessanuu baga Iidal Adhaa kan bara 1443tiin Nagahaan isin gahe.
Nu hundaa Rabbiin warra Bara hedduu itti debi'u nu haa taasisu🕋🕋🕋🕌🕌🕌🕌

Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Yunversiitii Mattuutti Barattoota muslimaaf ayyaanni Arafaa hin kabajamne.
Yuunivarsitii mattuu keessatti Ayyaanni Iid AlAdihaa kabajamuu dhabuun barattoota muslimaa akkaan mufachiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE
@ABDII_SABAA1
@ABDII_SABAA1
📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/+G5ZeAWrgdBswODU0
➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin

Sagantaa guyyaa iidaa Jama'aa kaadhimamtoota barsiisota koolleejjii barnoota barsiisota Roobee(KBBR) Sagantaa hoo'aa fi miidhagaa akkasumaa qophii haalan namatti toluudha.
@Sammaan
@Sammaan
Ayyaama Tashriiq (Guyyoota 3n Iidaa)
Ayyaamu-ttashriiq, guyyoota guyyaa Iid al Ad-haatti aanan 3n ji'a ZulHijjaa keessa jirani. Isaanis ZulHijjaa guyyaa 11, 12fi 13ti.
Sadarkaa guyyoota kanaa laalchisee Qur’aanaafi Hadiisa Ergamaa Rabbii Muhammadﷺ irraa qabxiiwwan tokko tokko ...
Rabbiin Qur’aana isaati guyyoota kana laalchisee akkas jedhe..
*وَاذْكُرُوا اللَّهَ فِي أَيَّامٍ مَّعْدُودَاتٍ*
{Guyyoota lakkaawamoo san keessa Rabbi yaadadhaa} (al-Baqarah 2:203)
Guyyoota lakkaawamoo kana hayyoonni Islaamaa hedduun guyyoota 3n Iid al Ad-haa booda jiran(Ayyaamu-ttashriiq) tahuu irratti waliif galan. Ergaman Rabbii Muhammadﷺ guyyoota kana ilaalchisee Hadiisa isaatiin
{Guyyoonni sun kan nyaataa, dhugaatii fi Rabbiin itti yaadatani} jedhe.
Guyyoota kanniin keessa sagalee olfuudhanii Salaata hunda booda Takbiirtaa godhuun kanaafi karaa taate. Akka Rabbi yaadannuufi! Qalmi Ud-hiyyaa guyyoota 3n kana itti fufa. Yeroo tanattiis ALLHU AKBAR jechaa Rabbi guddisan.
Hujaajjoonnis guyyoota 3n kana Takbiirtaa godhaa(Rabbi guddisaa) dhagaa Jamaraatti darbatan. Guyyoonni kunniin guyyoota nyaatanii dhuganii keessatti gammadan waan taheef soommanuun dhoorkaadha.
Ergaman Rabbii Muhammadﷺ
{Guyyoota nyaataa, dhugaatii fi Rabbiin itti yaadattan sanitti hin soommaninaa} jedhe.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Hedduun keenya har'aan tana waa dhabnee cinqamutti jirra. Dhugaadha! Haalli addunyaan keessa jirtu akka cinqamnu nu taasisa. Haa ta’u malee cinqamuun rakkoo keessa jirruu nu hin baasu. Inumaa yeroo tokko tokko cinqamuun gammachuu qofa osoo hin taane yeroo keenyas nurraa fudhatee akka homaa hin dalagne nu taasisa. Kun ammoo cinqaa irraa cinqaa dabaluu taati. Kanaafuu gara Rabbii haa deebinu. Isa malee kan cinqaa tana keessaa nu baasu hin jiru. Cinqamnee homaa of hin fayyadne taanaan yeroo irratti gubuun hin barbaachisu. Biraa haa kaanu obboleewwan kiyya. Sochii xiqqoo isii haa goonu. Haala keessa jirru haa jijjiirru. Rabbitti of haa kenninu. Inni haga nuti ofii yaadnu caala nuufyaada.
Yaa Rabbi cinqaa nutti jirtu hunda nurraa kaasi.
By Abu Ibtisam
@Sammaan
Yaa Rabbi cinqaa nutti jirtu hunda nurraa kaasi.
By Abu Ibtisam
@Sammaan
🌹Namoota kanneen tasumallee taatee akka hin daganneen :
#هؤلاء_لا_تنساهم :
➛Nama yeroo ati aarii qabdu si danda'e, obsaan si baadhatte.
➛Nama bakka ati bira hin jirretti, yeroo maqaa kankee xureessan sirraa falmate.
➛Nama yeroo ati yaada guddaa keessa dhidhimtetti si gammachiisaa ture,
➛Nama bakka ati injifatamtetti tumsa siif bahe.