Guyyaa Jum'aa
Irra caalatti Salaata heddummeessuu
Qaama dhiqachuu
Yeroodhan gara masjidaa deemuu
Keeyrii heddummeessuu
Haa fayyadamnu
Jiini keessa jirru Zulhijjaadha keessattuu kurnan kana keessa keeyrii baayyifachuun gamnummaadha
Rabbiin isiniif haa laaffisu
🎄🎄🎄🎄🎄🌴🌴🌴
Sallallaahu aleeyhi wasallam

Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam

Erga yeroo dhagaheeti kaase dhugaa natti hin fakkaanne.
Nuti Marti keennaa kararra jirra guyyama eegganna malee Rabbiin Rahmata siif haa godhu.
Innalillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭??

Barattoonni kutaa 8 ffa Qormaata irra jirtan Rabbiin isiniif haa laaffisu
Deebiin Keessan sirrii tahee Kan milkii guddaa isiniif haa tahu.
Of eeggadhaa xityeeffannoon hojjadhaa
Hin muddaminaa tasgabbaayaa hojjadhaa.
👍👍👍👍👍👍👍👍

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
لو كانت الدنيا تدوم لأهلها **** لكان رسول الله حيا وبافيا
Utuu duniyaan namaaf dabarti tae
Ergamaa Rabbiitiif dabarti ture"
وان طالت الليل لابد من الفجر****وان طالت العمر لا بدمن القبر
"Halkan yoo hagam dheerates Fajriin dhufuun hin oolu.
Akkasumas umriinis yoo hagam turte duutee qabrii galuun hin hafu
Rabbin kaatima keenya nuf ha tolchu
@Alrisala1

Namaaf toltuu yaadi Rabbiin waan hamtuu hunda sirraa qaba mindaa guddaas siif Kenna !!!!
Obboleessa Koo atis obboleettii Koo
Addunyaa tana gubbaa hamma jiraannu hin beeknu.
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
@Sammaan
Obboleessa Koo atis obboleettii Koo
Addunyaa tana gubbaa hamma jiraannu hin beeknu.
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
@Sammaan
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Lubbuu keessaniin waa ja'a of naa qabaa anis jannatan isiniif of qaba:
1. Yeroo dubbattan dhugaa dubbadhaa.
2. Yeroo waadaa seentan guutaa.
3. Yeroo amanamtan amaanicha bakkaan ga'aa.
4. Qaama saalaa keessanii eegaa.
5. Ija keessan gadi qabadhaa.
6. Harka keessan qabaa eegaa.
اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه
By Gali Ababor

Yaadachisaa:
1. Caalaan guyyoota waggaa 360 guyyaa Arafaati. Akka halkan Laylatul Qadrii halkan hunda caalu.
2. Soomni guyyaa Arafaa yakka waggaa lamaa namarraa harcaasa.
3. Du'aa'iin caalaan du'aa'ii guyyaa Arafaati.
4. Du'aa'iin hunda caalu immoo "Laa ilaaha Illallaahu wahdahuu laa shariika lah. Lahulmulku walahul hamdu wahuwa Alaa kulli shay'in qadiir" kan jedhuudha. Salafoonni du'aa'ii kana guyyaa Arafaa marsaa kuma ja'a faan deddeebisu turan.
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from 𝐐𝐔𝐖𝐖𝐀𝐓𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 (Jemal)
As wr wb
🎤🎤🎤ODUU GAMMACHIISAA🥉
🕋Kabajamtootaa fi jaalatamtoota Hordoftoota chaanaala quwwatulislaam Akkuma Beekkamu chaanaalli Quwwatulislaam Sagantaa Wal-dorgommmii Barnootaa waliin qindaaye Ji'oota mursaan Duratti Isiniif dhiheessaa turuun isaa ni yadatama.
✍Akkasumas Sagantaa Wal-dorgommmii Sababoota Gara garaatiif Addaaan citee ture san Gaggeessuudhaaf Barnoonni Seenaa Sa'ad binu Abii waqqaas jedhu Bifa barruutiin isiniif dhihaatee xumuramee kan jiruudha.
✍Kanaafuu Guyyaa Har'aa kana Salaata Asrii booda Akka Lakkoofsa Itiyoophiyaatti
Sa'aatii ⏰10pm irratti Gaafiiwwan Wal-dorgommmii Marsaa 14ffaa kan Isiniif Gad-dhiifamaniidha.
🖥Ammas Akkuma Asiin Duratti Baramaa ta'e Warroonni 1_3 bahanis kan badhaafaman ta'u.Kanaafuu Barnooticha irra Deebitanii Dubbisuudhaan Toorarratti Nu Eeggadhaa!
🥇Obboleewwan keessaniifis share Godhuu hin Irraanfatinaa!
Share 📲share 📲📲📲📲📲
Join Godhuuf
👇👇👇👇
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
🕌🕌Carraa Gaarii🕌🕌

🌙IID MUBAAREK🌙
Kabajamoo fi jaallatamoo maatii chaanalii DAWAA QALBII Hordoftoota Amantii Islaamaa marti baga ayyaana IID ALADAHAA bara 1443ffaa geessan

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل سنه وانتم بألف خير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال ❣️❣️❣️❣️🥰🥰🥰🥰
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال كل عام وانتم بخير 🕌🕌🕌🕌🕌
Hundi keessanuu baga Iidal Adhaa kan bara 1443tiin Nagahaan isin gahe.
Nu hundaa Rabbiin warra Bara hedduu itti debi'u nu haa taasisu🕋🕋🕋🕌🕌🕌🕌