Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
إن الله بهذا القرآن أقواما ويضع به آخرين
#Rabbiin Qur'aanaa kanaan Nama Fedhu Ol fuudha .... Isumaan Nama fedhe Gadi Buusa !
#Masha Allah Ordon
Mucaan kun Muhammad Nuuri dheengadda magaalaa finfinneetti dorgommii qur`aanaa 1ffaa bahee yeroo Ordonitti galu kunoo akkasitti sadarkaa mootummaatiin simannaan guddaan godhameefii hamileen isaa eegameefi
#Quraanaan Kabajamuu wanni Caalu hin jiru wlh . @Alrisala1

Forwarded from Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል
Obboleeyyaan keenya Islaamaa masjida keessatti dabalatee haala sukkanneessaan godina wallagaa fi bakkaa addaa addaatti ajeefamaa jiru. Eenyunu dalagee, essattu dalagee yakki yakkuma!
Juma'a harraa irraatti obboleeyyan Islaamaa nujalaa ajjeefaman maraaf Salaatul Gaa'ib ha salaannu! Rabbiin biyyaa keenyaaf nagaa akkabuusu nikadhannaa.
በርካታ ሙስሊም ወንድሞቻችን በመስጂድ ዉስጥ ጨምሮ በወለጋ ዞን በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድለዋል።በተለያዩ የሀገራችን አከባቢዎችም የንጹሃን ሕይወት እየተቀጠፈ ነው። ወንጀል በማንም ይፈጸም የትም ቦታ ይፈጸም ወንጀል ወንጀል ነው!
በመሆኑም በያለንበት በዛሬው ጁምዓ ለተገደሉብን ወንድሞቻችን ሰላቱል ጋኢብ እንሰግዳለን። አላህ በሀገራችንም ሰላሙን እንዲያሰፍንልን እንለምነዋለን።

Jaalala dhugaa jechuun ishee tana!!
#الحب_في_الله ❤
#Rabbiif_jecha_waljaalachuu
➬ Imaamu Shaafi'iin guyyaa tokko Imaamu Ahmad dhibamanii dhageenyaan gaafachuuf deeman, dhukkubbiin isaanii hamaa ta’uu garaan Akka malee Rifannootarraa kan ka’e Imamu Shaafi'iinis yoma sana galanii dhibaman
Imaamu Ahmadis imaamu Shaafi'iin dhibamuu dhageenyaan Ufumarra dhaabbatanii (fayyaa fakkaatanii) deemanii gaafatan, Imaamu Shaafi'iin imaamu Ahmadiin ijaan garraan Akkana jedhanii Walaleessaan;
ﻣﺮِﺽ ﺍﻟﺤَﺒﻴﺐ ﻓَﺰُﺭﺗﻪ ﻓﻤﺮﺿﺖ ﻣﻦ أﺳﻔﻲ ﻋﻠﻴﻪ
ﺷُﻔﻲ ﺍﻟﺤﺒﻴﺐ ﻓﺰﺍﺭﻧﻲ ﻓﺸُﻔﻴﺖ ﻣﻦ ﻧﻈﺮﻱ ﺇﻟﻴﻪ
➾Ergaan walaloo tanaa;
"Jaalalleen koo dhibamee gaafadhee Anis Rifannootarraa dhibamee, Jaalalleen koo fayyee na gaafatee, Ijji koo isa garraan Anis fayye".
jaalalaa fi obbolummaa Rabbii tana maaltu Akkana bareeche!
ﻣﺎ ﺃﺟﻤﻞ ﺍﻟﺤﺐ ﻭﺍﻟﺘﺂﺧﻲ ﻓﻲ ﺍﻟﻠﻪ! ❤
T.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (丂卂丨Ɗ ㄥ乇卂Ɗ乇尺)
Sagantaa Qur'aana EEBBA Markaza Hifzii Qur'aanaa Hamzaa ibn A Muxxalib Marsala 3ffaa .
#Stage Laalaatumaan Mirkaneessaa
Alh Milkiin Xummurame
#Stage Laalaatumaan Mirkaneessaa
Alh Milkiin Xummurame
Mallattoollee Qiyaamaa keessaa namichi ollaa ufii ijjeessuu,Obbolleessa fi abbaa ufii ijjeessuu dha.
T.me/Sammaan
T.me/Sammaan
Forwarded from Jama'aa Barattoota KBB Roobee Bara 2014
As,wr,wb akkam jirtu fayyaadhaa baga nagaan jiraattan. Maashaalllaah jedhamee Jama'aan barattoota kolleejjii barsiisota Roobee haala kaanaan kitaabaafii qur'aana qara'aaran Amantii keenyyaf nutu abbaadha jedhanee Barnoota Diin islaamaa barataarani maashaalllaah Rabbii Yaadaaf muraada jaraa haguutu
Forwarded from Dr mohammed Ibrahim (Dr Irfan)
SAMMUU KEENYA MAALTU MIIDHA?
👉 shiishaa , tanboo fi sigaaraa xuuxuu.
👉alkoolii dhuguu.
👉boqonnaa ykn haaragalfii dhabuu.
👉dhiphina sammuu cimaa.
👉faalama qilleensaa.
👉ciree/faxara nyaachuu dhabuu.
👉humna ol nyaachuu.
👉 nyaata sukkaara baayyatan baayyinaan nyaachuu.
👉bishaan gahaa dhuguu dhabuu.
👉 hirriba gahaa rafuu dhabuu. Namni fayyaa tokko guyyaatti sa'aa 6-8 rafuu qaba.
👉 yeroo rafnu huccuun fuula keenya haguuggannee rafuu. Kuni sammuun keenya akka kaarboondaayosaayidiin akka miidhamu godha.
👉osoo dhukkubsannuu, waan sammuun yaaduu gaafatu dalaguu.
👉fayyummaa sammuu keenyaa haa eeggannu.
Galatoomaa !!
Waliif share godha.
https://t.me/DrmohammedIbrahim

Dr mohammed Ibrahim
Fayyaan ummata keenyaaf!
Forwarded from Jama'aa Barattoota KBB Roobee Bara 2014
Namni guyyaattii yeroo shan dirqama rabbiin kadhataa kana beektuu Alhamdulillaah jedhame rabbii tola sana nuuf oole guyyatti yeroo shan namni salaatu salaata zuhrii asirii magiriiba ishaa subii kana hunda kessatti fatiihaa ykn alhamduu niqara'a kun dua,aaiidha maashaallaah