Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Gali Ababor Official
"Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 nurraa ajjeesan. Kiyya qofa nama 12 najalaa ajjeesan. Amma anas osoo ajjeesanii jiraatan jedheen gaabbaa jira. Yaa Rabbi maalumaaf na hambifte? Kana booda maaltu naaf hafe?"
Nama du'a irraa hafetu Jerman Radiotti hime.
Yaa Rabbi ati dhiiga ummata kanaa hin dhiisin. Warra dhiiga ummataatiin siyaasa daldalus Rabbiin dhiiga isaanii dhangalaasee nu haa agarsiisu.

"...መደበቂያ ያደረግነው መስጂዳችንን ነበር፤ ግን እዛም ገብተው 46 ሰዎችን ገደሉብን፣ የኔን ብቻ 12 ቤተሰቦች ገደሉብኝ ፣ አሁን እኔንም ቢገድሉኝ ኑሮ እያልኩ እየተጸጸትኩ ነው አላህ ለምን አተረፈኝ! ከዚህ በኋላ ምን ቀረኝ?.."

ከግድያ የተረፉ እማኝ ለDW-Amharic ጀርመን ሬድዮ ድምፅ የተናገሩት!
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Forwarded from Keebor Media 1 (Asad Sh/A/qaadir GaruhiraMedia)
Kitaabaa
Nabi Muhammad ﷺ
#Hangafa_Hangafootaa jedhu
Gaafa Guyyaa19/10/2014 tti Sa'aatii 2:30 Irraa Bakka Keessummoonni Hedduun Argamanitti Magalaa Shaashamannee Galma Aadaa Keessatti Ni Geggeeffama.

T.me/Kebormedia
Forwarded from Nuuralhudaa (TU)
Sheikh Jamaal Muusaa Jiloo Pirezdaantii mana maree waliigala dhimmoota Islaamaa naannoo Oromiyaa ta'uun muudaman.

Perezdaantiin mana marii duraanii Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa mana marii dhimmoota Islaamummaa federaalaatti Pirezidaantummaan filamuu sababeeffachuun, Majlisni Oromiyaa yaa'ii ariifachiisaa guyyaa har'aa (June 22, 2022) gaggeesseen, Sheek Jamaal Muusaa Jiloo Prezidantii Maajlisa Oromiyaa gochuun sagalee caalmaan muudee jira.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
የተመለከተ…ይቀይር! Kan argee…haa jijjiiruu!
💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥

አቡ ሰዒድ አል-ኹድሪ (ረ.ዐ) መልዕክተኛው (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ማለታቸውን አስተላልፈዋል፦

“ከመካከላችሁ መጥፎ ነገር የተመለከተ በእጁ፣ ካልቻለ በምላሱ (በመናገር) ያን መጥፎ ነገር ይቀይር። ያም ካልሆነለት ነገሩን በቀልቡ ይጥላ። ይህ (በቀልብ መጥላቱ) የመጨረሻ ደካማው የኢማን እርከን ነው።” (ሙስሊም ዘግበውታል)
Abuu Sa‘iid al-Kludriyyiin (r.a) Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechuu isaanii dabarsaniiru:

”Isin keessaa namni wanta hamtuu (badduu) arge harka isaatiin wanta hamtuu san haa jijjiiruu, yoo hin dandeenye arraba isaatiin (dubbachuun), sunis yoo hin taaneef wanticha qalbii isaatiin haa jibbu. Kun (qalbiin jibbuun) gulantaa iimaanaa isa dadhabaa dhumaati (gad aanaadha).” (Muslimtu gabaase)

عَنْ أَبِي سَعِيدٍ الْخُدْرِيّ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ قَالَ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ مَنْ رَأَى مِنْكُمْ مُنْكَرًا فَلْيُغَيِّرْهُ بِيَدِهِ فَإِنْ لَمْ يَسْتَطِعْ فَبِلِسَانِهِ فَإِنْ لَمْ يَسْتَطِعْ فَبِقَلْبِهِ وَذَلِكَ أَضْعَفُ الْإِيمَانِ.
صحيح مسلم
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
إن الله بهذا القرآن أقواما ويضع به آخرين
#Rabbiin Qur'aanaa kanaan Nama Fedhu Ol fuudha .... Isumaan Nama fedhe Gadi Buusa !
#Masha Allah Ordon

Mucaan kun Muhammad Nuuri dheengadda magaalaa finfinneetti dorgommii qur`aanaa 1ffaa bahee yeroo Ordonitti galu kunoo akkasitti sadarkaa mootummaatiin simannaan guddaan godhameefii hamileen isaa eegameefi
#Quraanaan Kabajamuu wanni Caalu hin jiru wlh . @Alrisala1
Obboleeyyaan keenya Islaamaa masjida keessatti dabalatee haala sukkanneessaan godina wallagaa fi bakkaa addaa addaatti ajeefamaa jiru. Eenyunu dalagee, essattu dalagee yakki yakkuma!

Juma'a harraa irraatti obboleeyyan Islaamaa nujalaa ajjeefaman maraaf Salaatul Gaa'ib ha salaannu! Rabbiin biyyaa keenyaaf nagaa akkabuusu nikadhannaa.

በርካታ ሙስሊም ወንድሞቻችን በመስጂድ ዉስጥ ጨምሮ በወለጋ ዞን በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድለዋል።በተለያዩ የሀገራችን አከባቢዎችም የንጹሃን ሕይወት እየተቀጠፈ ነው። ወንጀል በማንም ይፈጸም የትም ቦታ ይፈጸም ወንጀል ወንጀል ነው!

በመሆኑም በያለንበት በዛሬው ጁምዓ ለተገደሉብን ወንድሞቻችን ሰላቱል ጋኢብ እንሰግዳለን። አላህ በሀገራችንም ሰላሙን እንዲያሰፍንልን እንለምነዋለን።
Jaalala dhugaa jechuun ishee tana!!

#الحب_في_الله
#Rabbiif_jecha_waljaalachuu

➬ Imaamu Shaafi'iin guyyaa tokko Imaamu Ahmad dhibamanii dhageenyaan gaafachuuf deeman, dhukkubbiin isaanii hamaa ta’uu garaan Akka malee Rifannootarraa kan ka’e Imamu Shaafi'iinis yoma sana galanii dhibaman

Imaamu Ahmadis imaamu Shaafi'iin dhibamuu dhageenyaan Ufumarra dhaabbatanii (fayyaa fakkaatanii) deemanii gaafatan, Imaamu Shaafi'iin imaamu Ahmadiin ijaan garraan Akkana jedhanii Walaleessaan;

ﻣﺮِﺽ ﺍﻟﺤَﺒﻴﺐ ﻓَﺰُﺭﺗﻪ ﻓﻤﺮﺿﺖ ﻣﻦ أﺳﻔﻲ ﻋﻠﻴﻪ
ﺷُﻔﻲ ﺍﻟﺤﺒﻴﺐ ﻓﺰﺍﺭﻧﻲ ﻓﺸُﻔﻴﺖ ﻣﻦ ﻧﻈﺮﻱ ﺇﻟﻴﻪ
➾Ergaan walaloo tanaa;

"Jaalalleen koo dhibamee gaafadhee Anis Rifannootarraa dhibamee, Jaalalleen koo fayyee na gaafatee, Ijji koo isa garraan Anis fayye".

jaalalaa fi obbolummaa Rabbii tana maaltu Akkana bareeche!

ﻣﺎ ﺃﺟﻤﻞ ﺍﻟﺤﺐ ﻭﺍﻟﺘﺂﺧﻲ ﻓﻲ ﺍﻟﻠﻪ!



T.me/Sammaan
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (丂卂丨Ɗ ㄥ乇卂Ɗ乇尺)
Sagantaa Qur'aana EEBBA Markaza Hifzii Qur'aanaa Hamzaa ibn A Muxxalib Marsala 3ffaa .
#Stage Laalaatumaan Mirkaneessaa
Alh Milkiin Xummurame
Mallattoollee Qiyaamaa keessaa namichi ollaa ufii ijjeessuu,Obbolleessa fi abbaa ufii ijjeessuu dha.
T.me/Sammaan
As,wr,wb akkam jirtu fayyaadhaa baga nagaan jiraattan. Maashaalllaah jedhamee Jama'aan barattoota kolleejjii barsiisota Roobee haala kaanaan kitaabaafii qur'aana qara'aaran Amantii keenyyaf nutu abbaadha jedhanee Barnoota Diin islaamaa barataarani maashaalllaah Rabbii Yaadaaf muraada jaraa haguutu