Dawaa Qalbii
9.16K subscribers
2.06K photos
37 videos
31 files
2.78K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Sagantaa dorgommii Qur'aanaa idil addunyaa🎄🎄🌿🌿🌿🌴🌴🌴🌍
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
Ziyad farija Libnaan Ykn beruut Irraa Azaana baasuun Tokkoffaa baheera Masha Allah tabarak Allah congratulations Mabruuk 🥰 ❤️
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
#Guyyaa Qur'aanaa ti
Wal dorgommii hifzii qur'aanaa idil Addunyaa kan guyyaa har'aa biyya keenyatti gaggeeffame irratti 1ffaa kan bahe obboleessa keenya kana biyya Ordon irraa
1ffaa ordon
2ffaan yaman
3ffaan suudan
Hundumtuu muslima waan tahaniif nu gammachiisa
Allaahu akbar
@Alrisala1
Forwarded from Nuuralhudaa (TU)
Yeroo ammaa kanatti buna dhuguun baramaadha. Namni hundi buna dhuguu baatus mana hunda keessatti bunni ni danfifama jechuu dandeenya. Bunni Jaarraa 11ffaa keessa biyya keenya keessatti akka argame himama. Garuu bara durii biyyoota muraasa keessatti buna dhuguun yakka guddaa akka ture quba qabduu? Barruu guutuu INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/biyyoota-buna-dhuguun-keessatti-yakka-ture-7c3e4d76dc7c
Aaga Dhaga'aa
Gammachuu Addaa

Konkolaata V8 Nissan patrol tan Modela bara 2022 mallaqaan birriin 28,000,000 kan itti bahe sheikh Mohammad Alii Aalamuddiin Perezidaantii Majlisa fedraalaa Sheikh Hajjii Ebrahimii fi Muftii Afrikaa Dr Jeylan Khadiiriif gumaachee jira. Bantuun konkolaataas hayyoota lamaan harka akka dhaqqabe beekkameera.

Kuni ulfina keenya hunda!
Warra raajii kana godhe RABBIIN jannata isaan haa badhaasu.
t.me/waislaama1
Hubaadhu:-
✿ kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kakkaatu amantii of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa jarjaaru hiree of dhoowwa.
✿ Dubbachuun immoo gootummaa mitii.
✿ Cal'isuun sodaaf miti.
✿ Kaayyoo kee hin dagattiin.
✿ Dhaageesseef hin dubbaatin.
✿ Argaateedhaf hin nyaatin.
✿ Waan xiqqoo hin gowwaamin.
👇👇👇👇
𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚
@Sammaan
Hariiroon obbolummaa:

👉 "Akka harkaa fi ijaati; yaroo ijji booche harki Imimmaan irraa haqxi, yaroo harki dhukkubsatte ijji ni boochiifi. Isaan kun Lameen waliin wal gargaaranii jiraatu."
Zamana keenya kanatu dhabame!
Follow us || @Sano_Haji7
Forwarded from Gali Ababor Official
"Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 nurraa ajjeesan. Kiyya qofa nama 12 najalaa ajjeesan. Amma anas osoo ajjeesanii jiraatan jedheen gaabbaa jira. Yaa Rabbi maalumaaf na hambifte? Kana booda maaltu naaf hafe?"
Nama du'a irraa hafetu Jerman Radiotti hime.
Yaa Rabbi ati dhiiga ummata kanaa hin dhiisin. Warra dhiiga ummataatiin siyaasa daldalus Rabbiin dhiiga isaanii dhangalaasee nu haa agarsiisu.

"...መደበቂያ ያደረግነው መስጂዳችንን ነበር፤ ግን እዛም ገብተው 46 ሰዎችን ገደሉብን፣ የኔን ብቻ 12 ቤተሰቦች ገደሉብኝ ፣ አሁን እኔንም ቢገድሉኝ ኑሮ እያልኩ እየተጸጸትኩ ነው አላህ ለምን አተረፈኝ! ከዚህ በኋላ ምን ቀረኝ?.."

ከግድያ የተረፉ እማኝ ለDW-Amharic ጀርመን ሬድዮ ድምፅ የተናገሩት!
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Forwarded from JAMAAL PROMO
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Forwarded from Keebor Media 1 (Asad Sh/A/qaadir GaruhiraMedia)
Kitaabaa
Nabi Muhammad ﷺ
#Hangafa_Hangafootaa jedhu
Gaafa Guyyaa19/10/2014 tti Sa'aatii 2:30 Irraa Bakka Keessummoonni Hedduun Argamanitti Magalaa Shaashamannee Galma Aadaa Keessatti Ni Geggeeffama.

T.me/Kebormedia
Forwarded from Nuuralhudaa (TU)
Sheikh Jamaal Muusaa Jiloo Pirezdaantii mana maree waliigala dhimmoota Islaamaa naannoo Oromiyaa ta'uun muudaman.

Perezdaantiin mana marii duraanii Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa mana marii dhimmoota Islaamummaa federaalaatti Pirezidaantummaan filamuu sababeeffachuun, Majlisni Oromiyaa yaa'ii ariifachiisaa guyyaa har'aa (June 22, 2022) gaggeesseen, Sheek Jamaal Muusaa Jiloo Prezidantii Maajlisa Oromiyaa gochuun sagalee caalmaan muudee jira.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
የተመለከተ…ይቀይር! Kan argee…haa jijjiiruu!
💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥

አቡ ሰዒድ አል-ኹድሪ (ረ.ዐ) መልዕክተኛው (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ማለታቸውን አስተላልፈዋል፦

“ከመካከላችሁ መጥፎ ነገር የተመለከተ በእጁ፣ ካልቻለ በምላሱ (በመናገር) ያን መጥፎ ነገር ይቀይር። ያም ካልሆነለት ነገሩን በቀልቡ ይጥላ። ይህ (በቀልብ መጥላቱ) የመጨረሻ ደካማው የኢማን እርከን ነው።” (ሙስሊም ዘግበውታል)
Abuu Sa‘iid al-Kludriyyiin (r.a) Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechuu isaanii dabarsaniiru:

”Isin keessaa namni wanta hamtuu (badduu) arge harka isaatiin wanta hamtuu san haa jijjiiruu, yoo hin dandeenye arraba isaatiin (dubbachuun), sunis yoo hin taaneef wanticha qalbii isaatiin haa jibbu. Kun (qalbiin jibbuun) gulantaa iimaanaa isa dadhabaa dhumaati (gad aanaadha).” (Muslimtu gabaase)

عَنْ أَبِي سَعِيدٍ الْخُدْرِيّ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ قَالَ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ مَنْ رَأَى مِنْكُمْ مُنْكَرًا فَلْيُغَيِّرْهُ بِيَدِهِ فَإِنْ لَمْ يَسْتَطِعْ فَبِلِسَانِهِ فَإِنْ لَمْ يَسْتَطِعْ فَبِقَلْبِهِ وَذَلِكَ أَضْعَفُ الْإِيمَانِ.
صحيح مسلم
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (Sáìd leader)
إن الله بهذا القرآن أقواما ويضع به آخرين
#Rabbiin Qur'aanaa kanaan Nama Fedhu Ol fuudha .... Isumaan Nama fedhe Gadi Buusa !
#Masha Allah Ordon

Mucaan kun Muhammad Nuuri dheengadda magaalaa finfinneetti dorgommii qur`aanaa 1ffaa bahee yeroo Ordonitti galu kunoo akkasitti sadarkaa mootummaatiin simannaan guddaan godhameefii hamileen isaa eegameefi
#Quraanaan Kabajamuu wanni Caalu hin jiru wlh . @Alrisala1